FMC Afaan Oromoo
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel FMC Afaan Oromoo
Channel FMC Afaan Oromoo (@afanoromofana) is an active participant. Currently, the community unites 67 914 subscribers, ranking 3 871 in the News & Media category and 487 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 67 914 subscribers.
According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 484 over the last 30 days and by 64 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Verified (Officially confirmed by Telegram)
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 6.49%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 4.23% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 4 405 views. Within the first day, a publication typically gains 2 870 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 8.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“This is FMC Afan Oromo official Telegram channel.
@fanatelevision
@FMCSport
@tigrignafana
For more updates please visit
https://fanamc.com/afaanoromoo/”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 September | +64 | |||
| 08 September | +26 | |||
| 07 September | +27 | |||
| 06 September | +20 | |||
| 05 September | +57 | |||
| 04 September | +27 | |||
| 03 September | +21 | |||
| 02 September | +45 | |||
| 01 September | +11 |
| 2 | Qaammee 5 Guyyaa Egeree | 403 |
| 3 | Nagaa Bultanii?
Bara haaraa 2019'f guyyaa tokko qofatu hafe.
Baga geessan!
Barri 2018 kunoo dabaree isaa 2019'f gadi dhiisaa jira.
Maal karoofattanii milkeessitan? Maal ammoo hin milkeessine?
Bara 2019 hoo maal karoorsitan? Yaada keessan nuuf qoodaa.
Waa maraafuu bara nagaa fi milkii isinii haa ta'u!!
#Oromia #Ethiopia | 410 |
| 4 | Arsenaal Naappoolii injifate
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera. Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer Tapha biraatiin, shaampiyoonaan yeroo ammaa PSG Slovan Bratislava 6-1n mo’achuun injifannoo bal’aa galmeesseera. Galchiiwwqn PSG’n ittiin injifate keessaa Feeraan Toorees sadii, Oosmaan Deembelee lama, akkasumas Ruuhiz tokko galchuun injifannoo garee isaanii mirkaneessaniiru. Taphoota…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/arsenaal-naappoolii-injifate/ | 577 |
| 5 | Arsenaal Naappoolii injifate
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera. Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer Tapha biraatiin, shaampiyoonaan yeroo ammaa PSG Slovan Bratislava 6-1n mo’achuun injifannoo bal’aa galmeesseera. Galchiiwwqn PSG’n ittiin injifate keessaa Feeraan Toorees sadii, Oosmaan Deembelee lama, akkasumas Ruuhiz tokko galchuun injifannoo garee isaanii mirkaneessaniiru. Taphoota…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/arsenaal-naappoolii-injifate/ | 3 |
| 6 | Birmadummaa biyyaa tiksuun dirqama hundaati – Obbo Mahaammad Idiriis
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Birmadummaa biyyaa tiksuun dirqama hundaati jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis. Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Qaammee 4, Guyyaa Daneessummaa sababeeffachuun waarii aartii gaggeessera. Ciminnii fi birmadummaan Itiyoophiyaa daneessummaa fi tokkummaa biyyaalessaarratti kan bu’uureeffame ta’uu saganticharratti kan argaman Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis himaniiru. Biyya abbootiin walummaan tursiisan…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/birmadummaa-biyyaa-tiksuun-dirqama-hundaati-obbo-mahaammad-idiriis/ | 2 046 |
| 7 | Ifa dhalootaa, faajjii tokkummaa…
Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa siidaa bu’aa tokkummaa, dandamannaafi cichoomina Itiyoophiyaanotaati. Biyyoota yaa’a gadii laga Abbayyaa osoo hin miidhin, Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa faayidaa waloo irratti hundaa’uun itti fayyadamuu fi Waliigaltee Hammattoo Tumsa Yaa’a Naayil mirkaneessedha. Injifannoo waraana Adwaatti aanee Piroojektii guddaa seenaa tokkummaa Ummattoota Itiyoophiyaa mul’ise seensa bara olka’iinsaati. Humna siidaa ‘tuffii’ diinni nurratti ijaare…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ifa-dhalootaa-faajjii-tokkummaa/ | 2 412 |
| 8 | Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 735’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 735’f dhiifama taasise. Akkaataa Heera Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa keeyyata 57(3)(1) tiin Pireezidaantiin bulchiinsa mootummaa naannichaa sirreeffamtoota seeraa ulaagaalee dhiifamaa guutaniif dhiifama taasiseera. Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa hojii dhiifamaa kanaaf xiyyeeffannaa kennuun haala raawwii dhiifamaatiif Labsii Sirna Dhiifamaa Lakk.114/98 kan baase…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/mootummaan-naannoo-oromiyaa-sirreeffamtoota-seeraa-kuma-2-fi-735f-dhiifama-taasise/ | 2 494 |
| 9 | Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa. Haaluma kanaan Istaadiyeemii Finfinnee, Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Yuunivarsiitii Hawaasaa, Magaalaa Bahiir Daar, Yuunivarsiitii Aarbaa Mincii, Hoosaa’inaa fi Abiyyee Eersaamoo fi Istaadiyeemii Halaabaatti kan taphataman ta’uu ibse. Sagantaan carraa baasuu…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/taphoonni-piriimeer-liigii-itiyoophiyaa-bara-2019-magaalota-7-keessatti-taphatamu-waldicha/ | 2 551 |
| 10 | Baga Guyyaa Gamtaa Afrikaa geessan – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Gamtaa Afrikaa 24ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessa dabarsaniiru. Baga guyyaa Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa gara Gamtaa Afrikaatti jijjiirame waggaa 24ffaa geessan jedhan. Itiyoophiyaan biyyoota biroo waliin ta’uun carraa Afrikaa yeroo itti aanuu murteessuu keessatti gahee mataa ishee bahachuuf muraannoo qabaachuu ibsan Dooktar Abiy ergaa…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/baga-guyyaa-gamtaa-afrikaa-geessan-dooktar-abiy-ahimad/ | 2 527 |
| 11 | Tokkummaa sabdaneessaa: wiirtuu injifannoo Itoophiyaanotaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Seenaa Itoophiyaa keessatti, gamtoominni, tokkummaa fi ogummaan cichoomina waloo yeroo hunda bu’uura injifannoo hin sarmine ta’ee darbeera. Akka abbootiin keenya, “Jirbiin walirra buutee arba hiiti ” jedhanii mammaakan, Itoophiyaanonni kaayyoo tokkoofi garaa tokkoon yeroo dhaabatan, wanti hin danda’amne ni danda’ama; gaaraafi sulula qormaataa darbuun hin danda’amne fakkaatu hundi dirree…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/tokkummaa-sabdaneessaa-wiirtuu-injifannoo-itoophiyaanotaa/ | 2 364 |
| 12 | Taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Naappooliin Arsenaal, Liiverpuul ammoo Atileetikoo Maadriid keessummeessan ni eegamu. Har’a galgala sa’aatii 1:45 eegalee Baarseloonaan – Feyenoord, Istuutgaarti ammoo Viking waliin taphatu. Halkan sa’aatii 4:00 eegalee Naappooliin – Arsenaal waliin taphata. Kilaboonni lamaan taphoota kana dura waliin taphatan 5 keessaa Arsenaal yeroo 3 yoo…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/taphni-hara-naappooliin-arsenaal-liiverpuul-ammoo-atileetikoo-maadriid-keessummeessan-ni-eegamu/ | 2 513 |
| 13 | Itiyoophiyaan biyya saboota, afaanota, aadaawwan, amantiiwwan, qaroomina, gootota hedduuti; Itiyoophiyaan daneettii dha- Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad | 2 133 |
| 14 | Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Itoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf walii gale
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa damee ijaarsa bu’uuraalee misoomaa irratti Itoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf walii galeera. Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, Pirezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Zuu Jiyaayii waliin haala damee ijaarsa bu’uuraalee misoomaa irratti waliin hojjechuun danda’amu ilaalchisee mari’ataniiru. Keessumaa, hirmaannaa baankichi Pirojektii Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/baankiin-invastimantii-buuuraalee-misoomaa-eeshiyaa-itoophiyaa-waliin-tumsaan-hojjechuuf-walii-gale/ | 2 158 |
| 15 | Ministeerri Fayyaa Guyyaa Daneessummaa sababeeffachuun tajaajila yaalaa fi qorannoo bilisaa kenne
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Guyyaa Daneessummaa har’a kabajamaa jiru sababeeffachuun tajaajila yaalaa fi qorannoo bilisaa kenne. Ministirri Fayyaa, Dooktar Makaddas Dhaabaa wayituma kana, Guyyaa Daneessummaa Qaammee 4 yoo kabajnu, tokkummaa sabdaneessaa keenya eeguudhaan Itoophiyaa gara sadarkaa olaanaatti ceesisuuf hundi keenya waliin dhaabbachuu qabna. Tajaajila qorannoo fi yaalaa bilisaa Finfinneetti, Addabaabaayii Masqalaa…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ministeerri-fayyaa-guyyaa-daneessummaa-sababeeffachuun-tajaajila-yaalaa-fi-qorannoo-bilisaa-kenne/ | 2 136 |
| 16 | Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanga ammaatti lammiilee kuma 400 oliif maaddiin qoodame – Biiricha
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanga ammaatti lammiilee kuma 400 oliif maaddiin qoodame jedhe Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa. Ayyaana kana sababeeffachuun Qaammee 1, 2018 hanga Fulbaana 1, 2019tti lammiilee miiliyoona 1.5 ofiif deeggarsa hawaasummaa adda addaa taasisuuf karoorfamee Qaammee 1 eegalee hanga guyyaa kaleessatti lammiilee kuma 400 oliif…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ayyaana-bara-haaraa-sababeeffachuun-hanga-ammaatti-lammiilee-kuma-400-oliif-maaddiin-qoodame-biiricha/ | 2 188 |
| 17 | Warra humna hin qabne gargaaruun abdii ta’uufii qabna – Obbo Aqanyihoo Tashagar
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Hawaasummaa keessatti warra humna hin qabne gargaaruun, abdii ta’uufii qabna jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar. Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar, bara haaraa 2019 sababeeffachuun hojjettoota waajjira Mana Maree Federeeshinii galii gadi aanaa qabanif deeggarsa kennaniiru. Obbo Aganyahu wayitimaa kana, deeggarsa gochuun itti gaafatamummaa dhuunfaa,…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/warra-humna-hin-qabne-gargaaruun-abdii-tauufii-qabna-obbo-aqanyihoo-tashagar/ | 2 056 |
| 18 | Inisheetiibii Maaddii guutuu milkaa’ina ajaa’insiisaa galmeesse…
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Inisheetiiviin Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokkodha. Sagantaan kun birmadummaa nyaataa mirkaneessuu fi lammiileen nyaataan akka of danda’an gochuu keessattis qooda olaanaa qaba. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akka biyyaatti sagantaa kana bara 2015 kan eegalchiisan yoo ta’u, bara sana irraa eegalee oomishaafi…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/inisheetiibii-maaddii-guutuu-milkaaina-ajaainsiisaa-galmeesse/ | 2 017 |
| 19 | Kan qabnurraa haa qoodnu; gammachuu haa hirmaannu; wal haa deggerru; ayyaanicha waloon kan qabnurraa qoodnee yaadannoowwan qalbii fi lubbuu keenya sooran uumuun haa dabarsinu - Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad | 2 011 |
| 20 | Qaammeen 4, guyyaan daneessummaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Qaammeen 4, guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii fi dhimmoota hawaasummaa garaagaraan kabajamaa jira. Qaammee 4 guyyaan daneessummaa Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti sosochii Ispoortii, qorannoo yaalaa bilisaafi Arjooma dhiigaatiin kabajamaa jira. Sosochiin Ispoortii jabina qaamaa gabbisuurra darbee hariiroo hawaasummaa cimsuun nageenya waaraa fi misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qaammeen-4-guyyaan-daneessummaa-sagantaalee-garaagaraan-kabajamaa-jira/ | 2 183 |
