en
Feedback
FMC Afaan Oromoo

FMC Afaan Oromoo

Open in Telegram

This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel FMC Afaan Oromoo

Channel FMC Afaan Oromoo (@afanoromofana) is an active participant. Currently, the community unites 67 914 subscribers, ranking 3 871 in the News & Media category and 487 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 67 914 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 484 over the last 30 days and by 64 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Verified (Officially confirmed by Telegram)
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 6.49%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 4.23% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 4 405 views. Within the first day, a publication typically gains 2 870 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 8.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.

67 914
Subscribers
+6424 hours
+2367 days
+1 48430 days
Posts Archive
Buufata Egeree Itiyoophiyaa Labsu Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Guyyaa dhumaa waggichaa ti. Aduun yoo dhiitu waggaan kun
Buufata Egeree Itiyoophiyaa Labsu Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Guyyaa dhumaa waggichaa ti. Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Aduun abdii haaraa qabattee boru ni dhalatti. Itiyoophiyaanis guyyaa kana akka labsituu ifa boruutti har’a yaadatti. Samii irraa kna hinbuune, guyyaa Boruu ifaa! Bu’uura cimaa fi teeknooloojii ammayyaa irratti ijaarama. Finfinneerraa kiiloo meetira 73 kan fagaatu Giddugalli… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/162256-2/

Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Guyyaa dhumaa waggichaa ti. Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Aduun abdii h
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Guyyaa dhumaa waggichaa ti. Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Aduun abdii haaraa qabattee boru ni dhalatti. Itiyoophiyaanis guyyaa kana akka labsituu ifa boruutti har’a yaadatti. Samii irraa kna hinbuune, guyyaa Boruu ifaa! Bu’uura cimaa fi teeknooloojii ammayyaa irratti ijaarama. Finfinneerraa kiiloo meetira 73 kan fagaatu Giddugalli… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/162256-2/

Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisan Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisan Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad boqonnaa jalqabaa babal’ina Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, guyyaa har’aa magaalaa Moojootti argamnee Itiyoophiyaaf akkasumas milkaa’na naannawaa daldala bilisaa Afrikaaf qooda olaanaa kan bahatu boqonnaa jalqabaa babal’ina Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisneerra jedhan. Giddugalli… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-giddugala-loojistiksii-ammayyaa-moojoo-eebbisan/

Sosochiin Kooderoota Itiyoophiyaa Miliyoona 5 dargaggoonnis hubannoo namtolchee akka kalaqan gargaaruun gara galma keenya Mil
Sosochiin Kooderoota Itiyoophiyaa Miliyoona 5 dargaggoonnis hubannoo namtolchee akka kalaqan gargaaruun gara galma keenya Miliyoona 7tti nugeessaa jira; walga'iinsaa fi qulqullina tajaajilaas mirkaneesseera - Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad

Waraqaa irraa gara dijiitaalaatti, fayyadamummaa irraa gara kalaqaatti, kaleessa irraa barachuu fi sirreessuun, seexaa olaana
Waraqaa irraa gara dijiitaalaatti, fayyadamummaa irraa gara kalaqaatti, kaleessa irraa barachuu fi sirreessuun, seexaa olaanaan har'a ijaaruun ce'umsi dijiitaalaa aadaa keenya guyyuu ta'aa jira - Dooktar Abiy Ahimad

Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Qaam
Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira. Guyyaan kun egeree biyyaa teeknooloojiifi dandeettiin bu’uuressuuf kan akeekuu ta’uu Kantiibaan magaalaa Bishooftuu Obbo Alamaayyoo Asaffaa ergaa dabarsaniin himaniiru. Dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf kutannoon mootummaa olaanaa ta’uun hubatamee hunduu tumsuu akka qabu eeraniiru. Guyyaan egeree guyyaa dhalootaaf yaannu, guyyaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qaammee-5-guyyaan-egeree-sagantaa-adda-addaatiin-magaalaa-bishooftuutti-kabajamaa-jira/

Muuxannoo Waraqaa eenyummeessaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa biroof… Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Waraqaan
Muuxannoo Waraqaa eenyummeessaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaa biroof… Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Waraqaan eenyummeessaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa Zaambiyaa, Moozaambiik fi Burundiitti yaalii eegaluufi jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Sagantaa Waraqaa Eenyummeessaa Biyyaalessaa obbo Yoodaahee Ar’aayaasillaaseen. Waraqaan eenyummeessaa ‘Faayidaan’ qajeeltoo “namni tokko tokkichuma” jedhuun hojii galmeessaa fi mirkaneessaa eenyummaa diijitaalaa hojjechaa akka jiru kaasanii, Itiyoophiyaatti hangi namoota waraqaa eenyummeessaa diijitaalaa Faayidaaf galmaa’an miiliyoona 50 gahuu… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/muuxannoo-waraqaa-eenyummeessaa-biyyaalessaa-itiyoophiyaa-biyyoota-afrikaa-biroof/

Maanchister Yunaayitid Saabaah FK waliin Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan
Maanchister Yunaayitid Saabaah FK waliin Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu. Shaampiyoonsii Liigii Awurooppaa yeroo sadii kan mo’ate Maanchister Yunaayitid bara dorgommii kana keessatti tapha isaa jalqabaa garee Azarbaajaan Saabaah FK waliin ni gaggeessa. Yunaayitidonni waggoota dorgommii lama booda gara Shaampiyoonsii Liigiitti kan deebi’an yoo ta’u, tapha galgala sa’aatii 4:00… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/maanchister-yunaayitid-saabaah-fk-waliin/

Ce’umsi diijitaalaa utubaa birmadummaa keenyaati- Obbo Taaggasaa Caafoo Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ce’umsi diijitaalaa
Ce’umsi diijitaalaa utubaa birmadummaa keenyaati- Obbo Taaggasaa Caafoo Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ce’umsi diijitaalaa utubaa birmadummaa keenyaati jedhan Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo. Qaammee 5, “Guyyaan Egeree” bakka Af- Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoofi Ministira Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaa dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon biroon argamanitti Godambaa Saayinsiitti kabajamaa jira. Obbo Taaggasaa Caafoo wayita… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ceumsi-diijitaalaa-utubaa-birmadummaa-keenyaati-obbo-taaggasaa-caafoo/

Itoophiyaan Egeree Ishee Har’a Hojjechaa Jirti – TKM Finfinnee, Qaammee 05, 2018 (FMC) – Itoophiyaan egeree ishee har’a hojje
Itoophiyaan Egeree Ishee Har’a Hojjechaa Jirti – TKM Finfinnee, Qaammee 05, 2018 (FMC) – Itoophiyaan egeree ishee har’a hojjechaa jirti jedhe Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa. Tajaajilli Kominikeeshinii Mooummaa Qaammee 5 Guyyaa Egeree ilaalchisuun ibsa baaseen ergaa kana kan dabarse. Guutuun ibsa Tajajilichaa akka itti aamutti dhiyaateera: Itoophiyaan Egeree Ishee Har’a Hojjechaa Jirti! Egereen kan murtaa’u hojii har’a hojjetamuun; milkaa’inni boruu kan bocamu tattaaffii har’aatiin… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/itoophiyaan-egeree-ishee-hara-hojjechaa-jirti-tkm/

Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 5 Guyyaa Egeree Cehumsa Tekinooloojii Biyyaalessaa waraqatarraa gara
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 5 Guyyaa Egeree Cehumsa Tekinooloojii Biyyaalessaa waraqatarraa gara dijiitaalaa, fayyadamtummaarraa gara kalaquutti! Kaleessa barachuufi sirreessuun, har’a kutannoo olaanaan ijaaruun tiraanisfoormeeshiniin dijiitaalaa aaddaa keenya hoggayyuu ta’aa jira. Daldalaafi tajaajila ni si’oomsa, walgeettii odeeffannoo ni mirkaneessa, sektaroota ni ammayyoomsa! Sochiin Koodaroota Itoophiyaa miliyoona 5 dargaggoota kalaqxoota artifiishaal intelejensii taasisuudhaan galma keenya miiliyoona 7tti qajeelaa kan jirru… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ergaa-ministira-muummee-fdri-dooktar-abiy-ahimad-11/

Qaammee 5: Guyyaa Egeree Itiyoophiyaan egeree dhalootaa bu’uura cimaarra dhaabuuf jijjiirama teknooloojiifi dijitaalaa gara c
Qaammee 5: Guyyaa Egeree Itiyoophiyaan egeree dhalootaa bu’uura cimaarra dhaabuuf jijjiirama teknooloojiifi dijitaalaa gara carraa guddinaa, oomishtummaa fi of danda’uutti jijjiiruuf imalli taasisaa jirtu milkaa’aa jira. Jijjiiramni tajaajila mootummaa gara dijitaalaatti ceesisuu, tajaajila saffisaa fi iftoomina qabu diriirsuu, akkasumas dandeettii dhaloota haaraa cimsuu keessatti mul’achaa jiru milkaa’insa imala badhaadhina biyya keenyaa saffisiisaa jira. Tajaajila dijitaalaa fi kenna tajaajilaa iddoo… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qaammee-5-guyyaa-egeree/

Qaammee 5 Guyyaa Egeree
Qaammee 5 Guyyaa Egeree

Nagaa Bultanii? Bara haaraa 2019'f guyyaa tokko qofatu hafe. Baga geessan! Barri 2018 kunoo dabaree isaa 2019'f gadi dhiisaa
Nagaa Bultanii? Bara haaraa 2019'f guyyaa tokko qofatu hafe. Baga geessan! Barri 2018 kunoo dabaree isaa 2019'f gadi dhiisaa jira. Maal karoofattanii milkeessitan? Maal ammoo hin milkeessine? Bara 2019 hoo maal karoorsitan? Yaada keessan nuuf qoodaa. Waa maraafuu bara nagaa fi milkii isinii haa ta'u!! #Oromia #Ethiopia

Arsenaal Naappoolii injifate Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, A
Arsenaal Naappoolii injifate Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera. Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer Tapha biraatiin, shaampiyoonaan yeroo ammaa PSG Slovan Bratislava 6-1n mo’achuun injifannoo bal’aa galmeesseera. Galchiiwwqn PSG’n ittiin injifate keessaa Feeraan Toorees sadii, Oosmaan Deembelee lama, akkasumas Ruuhiz tokko galchuun injifannoo garee isaanii mirkaneessaniiru. Taphoota… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/arsenaal-naappoolii-injifate/

Arsenaal Naappoolii injifate Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoota jalqabaa Liigii Shaampiyoonsii Awurooppaa irratti, Arsenaal Naappoolii 1-0n injifateera. Arsenaaliif galchii injifannoo Maartin Oodegaardi lakkoofsiseer Tapha biraatiin, shaampiyoonaan yeroo ammaa PSG Slovan Bratislava 6-1n mo’achuun injifannoo bal’aa galmeesseera. Galchiiwwqn PSG’n ittiin injifate keessaa Feeraan Toorees sadii, Oosmaan Deembelee lama, akkasumas Ruuhiz tokko galchuun injifannoo garee isaanii mirkaneessaniiru. Taphoota… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/arsenaal-naappoolii-injifate/

Birmadummaa biyyaa tiksuun dirqama hundaati – Obbo Mahaammad Idiriis Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Birmadummaa biyyaa ti
Birmadummaa biyyaa tiksuun dirqama hundaati – Obbo Mahaammad Idiriis Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Birmadummaa biyyaa tiksuun dirqama hundaati jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis. Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Qaammee 4, Guyyaa Daneessummaa sababeeffachuun waarii aartii gaggeessera. Ciminnii fi birmadummaan Itiyoophiyaa daneessummaa fi tokkummaa biyyaalessaarratti kan bu’uureeffame ta’uu saganticharratti kan argaman Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis himaniiru. Biyya abbootiin walummaan tursiisan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/birmadummaa-biyyaa-tiksuun-dirqama-hundaati-obbo-mahaammad-idiriis/

Ifa dhalootaa, faajjii tokkummaa… Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa siidaa bu’aa tokkummaa, dandamannaafi cichoomina Itiyo
Ifa dhalootaa, faajjii tokkummaa… Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa siidaa bu’aa tokkummaa, dandamannaafi cichoomina Itiyoophiyaanotaati. Biyyoota yaa’a gadii laga Abbayyaa osoo hin miidhin, Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa faayidaa waloo irratti hundaa’uun itti fayyadamuu fi Waliigaltee Hammattoo Tumsa Yaa’a Naayil mirkaneessedha. Injifannoo waraana Adwaatti aanee Piroojektii guddaa seenaa tokkummaa Ummattoota Itiyoophiyaa mul’ise seensa bara olka’iinsaati. Humna siidaa ‘tuffii’ diinni nurratti ijaare… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ifa-dhalootaa-faajjii-tokkummaa/

Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 735’f dhiifama taasise Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Mootum
Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 735’f dhiifama taasise Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 735’f dhiifama taasise. Akkaataa Heera Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa keeyyata 57(3)(1) tiin Pireezidaantiin bulchiinsa mootummaa naannichaa sirreeffamtoota seeraa ulaagaalee dhiifamaa guutaniif dhiifama taasiseera. Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa hojii dhiifamaa kanaaf xiyyeeffannaa kennuun haala raawwii dhiifamaatiif Labsii Sirna Dhiifamaa Lakk.114/98 kan baase… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/mootummaan-naannoo-oromiyaa-sirreeffamtoota-seeraa-kuma-2-fi-735f-dhiifama-taasise/

Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC)
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 magaalota 7 keessatti taphatamu – Waldicha Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 Istaadiyeemoota magaalota 7 keessatti argamanitti taphatamu jedhe Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa. Haaluma kanaan Istaadiyeemii Finfinnee, Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Yuunivarsiitii Hawaasaa, Magaalaa Bahiir Daar, Yuunivarsiitii Aarbaa Mincii, Hoosaa’inaa fi Abiyyee Eersaamoo fi Istaadiyeemii Halaabaatti kan taphataman ta’uu ibse. Sagantaan carraa baasuu… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/taphoonni-piriimeer-liigii-itiyoophiyaa-bara-2019-magaalota-7-keessatti-taphatamu-waldicha/