cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Communications Bureau

This is official Telegram page of Oromia Communications Bureau

Show more
Finland432The language is not specifiedNews & Media10 738
Advertising posts
14 323
Subscribers
+6124 hours
+2907 days
+1 41930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Oromia Communication Bureau

"Uummanni keenya hojii nageenyaafi misoomaa irratti hirmaannaa taasisaa ture cimsee itti fufuu qaba" Obbo Shimallis Abdiisaa, PMNO --- Obbo Shimallis Magaalaa Shaambuutti Gamoo Waajjira Fayyaa Godina...

👍 1 1
02:16
Video unavailableShow in Telegram
#Oromiyaa Godina Qellem Wallaggaa !
Show all...
IMG_0602.MP426.84 MB
👍 24 3
Show all...
Oromia Communication Bureau

“Biyyi bu'uuressuufi dhaloonni waaressu qormaata injifatee galma waloo dhugoomsa ” Shimallis Abdiisaa; Pirezidaantii MNO Qabeenya uumamaa tiksuun ergama guddicha ilma namaatiif kennamedha. Qabeenyi...

👍 16
Photo unavailableShow in Telegram
👍 16 2
Ajandaan keenya marii biyyaalessaati!
Show all...
Show all...
Hiyyummaan Qaanii, Badhaadhinni Qananiidha | By Oromia Communication...

10👍 2
22👍 10
Hojiiwwan karoorfaman yeroo qabameefi qulqullinaan xumuruun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessa! ------ Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojiiwwan pirojektoota misoomaa kallattii gara garaatiin karoorfaman yeroo qabameef keessatti xumuruun tajaajila uummataaf banaa taasisaa jira. Hojiiwwan milkaa’inaan xumuramuun rakkoo uummataa furaa jiran keessaa pirojektoonni misoomaa kumoota hedduutti lakkaa'amaniifi maallaqa biliyoona guddaatti lakkaa'amuun hojjetaman yeroo qabameef keessatti qulqullina baebaadameen xumuramaa jiran abdii uummataa ta’aa jiru. Haaluma kanaan Godina Arsii Lixaatti bara 2016 pirojektonni misoomaa fayyadamummaa uummata godinichaaf oolan 529 birri biliyoona 2fi miiliyoona 268fi kuma 120fi 198n ijaaramaa turan xumuramuun marsaa lamaan eebbifamuuf qophiin xumuramuu Ittaanaa Bulchaa fi Walitti Qabaan Koree Pirojektota Godinichaa Obbo Asaffaa Tolasaa ibsaniiru. Pirojektoota bara kana xumuramuun tajaajilaaf qophaa'an kana irraa namoonni miliyoona tokkoofi kuma 724fi 21 fayyadamaa akka ta'an himameera. Pirojektoonni godinichatti tajaajilaaf qophaa'an kunneenis keellaa fayyaa, hospitaala, waajiraalee mootummaa, mankuusaa, paarkii magaalaa, keellaa fayyaa bu'uuraafi waliigalaa, daandii keesssa keessaafi kan biroo yoo ta'an hedduun isaanii xumuramuun tajaajila hawaasaaf banaa ta'uurra gahanii jiru. Obbo Asaffaan uummanni pirojektoota kanneeniif eegumsaafi kunuunsa barbaachisu taasisuu akka qabu dhaamaniiru. Pirojektoonni garaagaraa godinichatti ijaaramuun tajaajilaaf qophaa'an kunneen baajata mootummaa, hirmaannaa uummataa, kenna tajaajila lammummaa fi dhaabbilee misoomaa garaagaraan kan hojjetamanidha. Pirojektoonni xumuraman kunneen rakkoo bulchiinsa gaariifi gaaffii hawaasa godinichaa kan furan yommuu ta'u, carraa hojii hedduus uumuu danda'aniiru. Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc ------ Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau ------ Twitter: twitter.com/OromiaBureau ------ YouTube: https://www.youtube.com/@OromiaCommunicationBureau ------ TikTok: tiktok.com/@oromiacommunicationbureu ------ Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/ ------ kallachaOromia: https://m.facebook.com
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 11
Waggaa har'aa dura loon Booranaa dhumtee, ummanni keenya rakkoof saaxilame. Ummanni gaafa bishaan gaafatamu Aannan namaaf kennu sun rakkoof saaxilame. Xiyyeeffannoo Mootummaan paartii Badhaadhinaan hoogganamu kenneen har'a seenaan sun hunduu hafee... Ummatichi marga loonii bakkoota birootti erguuf qophii xumuree jira. https://www.facebook.com/100057437291356/posts/pfbid02UoeNCM2VCT6yRDjknKq9RF71eQ92NpeCDxV69ooqnspjPn88Bzj8zU9U8j4PPCaxl/?app=fbl
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

11👍 4
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.