cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

إظهار المزيد
Advertising posts
48 102المشتركون
+2924 hour
+2427 يوم
+79730 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Milkaa’inni misooma Qamadiin argame Kuduraa fi Muduraan dabalamuu qaba – Dooktar Girmaa Amantee Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Milkaa’inni misooma Qamadiin argame Kuduraa fi Muduraan dabalamuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan. Dooktar Girmaan hojiilee Qorannoo Muduraa fi Kuduraa Makaanaayizeeshiniin giddu gala Qorannoo Malkaasaatti hojjetamaa jiru daawwataniiru. Milkaa’inni misooma Qamadiin argame Kuduraa fi Muduraan dabalamuu akka qabu waamicha dhiyeessaniiru. Giddu gala Qorannoo Malkaasaa karoora… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/milkaainni-misooma-qamadiin-argame-kuduraa-fi-muduraan-dabalamuu-qaba-dooktar-girmaa-amantee/
إظهار الكل...
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 337 miiliyoona 37 baasu to’atame Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 337 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Hordoffii Ebla 11 – 17, 2016 taasiifameen meeshaaleen karaa seeraan alaa gara biyyaa keessaa galuuf ture Birrii miiliyoona 286.8 baasuu fi gara biyyaa alaa ba’uuf ture Birrii miiliyoona 50.5 baasu dameewwan Gumrukaa adda addaatti to’atamuu himeera. Uffataaleen, Meeshaaleen Elektirooniksii,… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/meeshaaleen-kontiroobaandii-birrii-miiliyoona-337-miiliyoona-37-baasu-toatame/
إظهار الكل...
5
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 ba’uun xumuran Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 5 Atileetoota dubartootaa gidduutti Chaayinaa magaalaa Shaangaayitti dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 4ffaa ba’uun xumuran. Atileet Maqdas Alamisheet daqiiqaa 14 fi sekondii 36 xumuruun yoo injifattu, Atileet Ayyaal Daanyaachow 2ffaa, Lattasanbat Giday 3ffaa fi Wubirist Aschale sadarkaa 4ffaan xumurteerti. Dorgommii dhiirota gidduutti taasiifameen Atileet Salamoon Baraggaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/fiigicha-meetira-kuma-5-shaangaayitti-dorgomameen-atileetoonni-itiyoophiyaa-1-4-bauun-xumuran/
إظهار الكل...
👍 3
Karoorri meeshaa guddaa waa hunda ittiin jijjiirrudha – Pir. Shimallis Abdiisaa Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hojiilee raawwataman fayyadamummaa ummataan madaalaa deemuun jijjiirama yaadamu milkeessuuf hojjetamuu qaba jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Karoorri meeshaa guddaa waa hunda ittiin jijjiirramu ta’uu himaniiru. Hooggansi sadarkaan jiru karooraan hoogganamuun cichoominaan hojjechuu akka qabu jedhan. Pireezidaant Shimallis, hojiilee karoorfaman qorachaa deemuun hanqinoota jiran irratti xiyyeeffachuun karoora qabame… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/karoorri-meeshaa-guddaa-waa-hunda-ittiin-jijjiirrudha-pir-shimallis-abdiisaa/
إظهار الكل...
👍 7 1
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti fiigame injifate Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti dorgomame injifateera Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaa qopheesse kana Yoomiif Qajeelchaan f daqiiqaa 13 xumuramuun yoo injifatu, Atileet Yihuunee Addisuun sekondii 5n durfamuun sadarkaa 2ffaan xumureera. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-yoomiif-qajeelchaan-fiigicha-meetira-kuma-5niin-adiizeerootti-fiigame-injifate/
إظهار الكل...
👍 4 1
Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin riikkardii galmeessuun injifatte Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin Adizeerootti fiigame riikkardii galmeessuun injifatte. Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaas qopheesse kana Atileet Madinaan daqiiqaa 14 fi sekondii 38 xumuruun umrii waggaa 20 gadiin riikkardii galmeessuun injifatteerti. Atileet Malikaanati Wudduun ammoo sekondii 2n durfamuun sadarkaa 2ffaan xumurteerti. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-madinaa-isaan-fiigicha-meetira-kuma-5niin-riikkardii-galmeessuun-injifatte/
إظهار الكل...
4
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Magaalaa Finfinneetti kabajame Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fiichee Cambalaala magaalaa Finfinneetti qophiilee garagaraan kabajameera. Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Fedeerala fi Naannoo Sidaamaa fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee saganticharratti argamaniiru. Akkasumas dhalattonni naannoo sidaamaa magaalaa Finfinnee jiraatan fi kutaaleen hawaasa biroo argamuu ragaan Kominikeshinii Naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ayyaanni-fiichee-cambalaalaa-magaalaa-finfinneetti-kabajame/
إظهار الكل...
Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna – Pireezidaant Saahilawarqi Zawdee Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen. Koomishiniin Maree Biyyaleessaa hirmaannaa fi gahee dubartoonni maree biyyalessaa keessatti qaban ilaalchisee waltajjii marii gaggeessera. Waltajjicharratti Hasaawa kan taasiisan Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen, Waltajjin Marii biyyaleessa qaamoolee hawaasa kan hirmaachise, hammattoo fi bu’aa qabeessa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dubartoonni-maree-biyyaleessaa-keessatti-yaada-isaanii-ajandaa-akka-taasiifatan-jajjabeessuu-qabna-pireezidaant-saahilawarqi-zawdee/
إظهار الكل...
👍 1
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Weest Haam Liivarpuul waliin taphatuun eegalama Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Weest Haam Liivarpuul waliin taphatuun eegalama. Sa’aatii 11:00 irraa jalqabee Fuulhaam Kiristaal Paalaas, Maanchiister Yuunaayitiid Barnileey, Niwuu Kaastiil Sheefiild,Woolviis Luutan Taawoon waliin taphatu. Galgala sa’aatii 1:30 eegalee Eevartan Bireentifoord waliin yoo taphatu, halkan sa’aatii 4:00 irraa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/taphoonni-piriimeer-liigii-ingilaandi-torbee-35ffaan-tapha-hara-weest-haam-liivarpuul-waliin-taphatuun-eegalama/
إظهار الكل...
Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna –Aadde Adaanech Abeebee Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9’n darbanii gamaaggama jira. Aadde Adaanech Abeebeen waltajjicharratti hasaawa taasisaniin, baatiiwwan saglan darbanitti hojiileen misooma jireenya hawaasa fooyyessan yeroo qabameefitti xumuruun mul’ata haaraa hojiiraa oolchineera jedhan. Aadaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/117458-2/
إظهار الكل...
👍 2