cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

Mostrar más
Finlandia64El idioma no está especificadoNoticias y medios2 716
Advertising posts
48 088Suscriptores
+2924 hours
+2427 days
+79730 days

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna –Aadde Adaanech Abeebee Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9’n darbanii gamaaggama jira. Aadde Adaanech Abeebeen waltajjicharratti hasaawa taasisaniin, baatiiwwan saglan darbanitti hojiileen misooma jireenya hawaasa fooyyessan yeroo qabameefitti xumuruun mul’ata haaraa hojiiraa oolchineera jedhan. Aadaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/117458-2/
Mostrar todo...
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9’n darbanii gamaaggama jira. Aadde Adaanech Abeebeen waltajjicharratti hasaawa taasisaniin, baatiiwwan saglan darbanitti hojiileen misooma jireenya hawaasa fooyyessan yeroo qabameefitti xumuruun mul’ata haaraa hojiiraa oolchineera jedhan. Aadaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/117458-2/
Mostrar todo...
Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera. Sardiidota jedhamuun kan waamamu Leesister Siitiin Liidis Yuunaayitiid eda halkan QPRn galchii 4 fi 0n injifatamuu hordofee osoo taphoonni lama isa hafuu gara Piriimeer Liigitti deebi’uu mirkaneeffateera. #Oromia #Ethiopia Odeeffannoowwan waqtaawaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/leesister-siitiin-gara-piriimeer-liigiitti-deebie/
Mostrar todo...
👍 6
Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegale Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegaleera. Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni bulchiinsa magaalichaa bakka argamanitti raawwiin hojii kurmaana 3ffaa gamaaggamaa jira. Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bulchiinsi-magaalichaa-raawwii-hojii-baatiwwan-9-gamaaggamuu-eegale/
Mostrar todo...
Mootummaan naannichaa ciminootaa itti fufsiisuu qormaatilee gara carraatti jijjiiruun milkaa’ina jajjaboo galmeesseera – Pir. Shimallis Abdiisaa Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa ciminootaa itti fufsiisuu qormaatilee gara carraatti jijjiiruun milkaa’ina jajjaboo galmeessaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 3ffa bara 2016 naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Mootummaan karooraa fi hojimaata ifaa ta’e bocuu fi diriirsuun hojiirra oolche yeroo yeroon gamaaggamuun… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mootummaan-naannichaa-ciminootaa-itti-fufsiisuu-qormaatilee-gara-carraatti-jijjiiruun-milkaaina-jajjaboo-galmeesseera-pir-shimallis-abdiisaa/
Mostrar todo...
😁 3👍 1
illi Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Kombochaa gale Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Kombochaa galeera. Jilichi waayita Magaalaa Kombolchaa ga’u hoggantootaa olaanoo magaalichaa fi hawaasaan simannaan taasiifameefira. Jilichi Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi, hoggantoota mootummaa Federaalaa fi naannolee kan of keessatti hammate ta’uu eerameera. Jilli kun turtii isaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/illi-itti-aanaa-ministira-muummee-obbo-tamasgeen-xirunaan-durfamu-kombochaa-gale/
Mostrar todo...
👍 1
Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa eegalame Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartii Badhaadhinaa fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegalameera. Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurramaan, Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalatee hoggantoonnii Biiroolee fi Godinaalee gamaaggama kanarratti argamaniiru. Karoora bahee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/gamaaggamni-raawwii-hojii-paartii-fi-mootummaa-naannoo-oromiyaa-kurmaana-3ffaa-eegalame/
Mostrar todo...
Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa eegalame Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartii Badhaadhinaa fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegalameera. Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalatee hoggantoonnii Biiroolee fi Godinaalee gamaaggama kanarratti argamaniiru. Gamaagamichaan ciminaafi hanqinaa hojiiwwan Motummaafi Paartii adda baasuun cimnoota… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/gamaaggamni-raawwii-hojii-paartii-fi-mootummaa-naannoo-oromiyaa-kurmaana-3ffaa-eegalame/
Mostrar todo...
👍 1
Aadde Adaanach Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisan Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisaniiru. Manneen kunnee tumsa mootummaa fi dhaabbata Riil Isteetii Giiftiin kan ijaaramu ta’uu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Manneen jireenyaa kunneen gamoowwan abbaa darbii 14 – 22 ta’uu eeraniiru. Qophiin duraa xumuramuun gara ijaarsatti galamuu kaasaniiru.… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/aadde-adaanach-ijaarsa-manneen-jireenyaa-kuma-4-eegalchiisan/
Mostrar todo...
👍 1
Lammileen kuma 1 fi 232 gara biyyaatti deebi’an Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Lammileen kuma 1 fi 232 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota keessaa kumni 1 fi 231 dhiirota, dubartii 1 fi guddattoonni umriin isaanii waggaa 18 gadii 12 ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa. Lammiileen kunneen wayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti simannaa fi kunuunsi barbachisaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/lammileen-kuma-1-fi-232-gara-biyyaatti-deebian/
Mostrar todo...
👍 17 2