cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

Більше
Рекламні дописи
49 555
Підписники
+2024 години
+2227 днів
+74330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gargaaramtummaa hambisuuf hoggansi kutannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhame Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan qabeenya uumamaa ishee misoomsuun gargaaramtummaa hambisuuf galma qabame milkeessuuf hoggansi kutannoon hojjechuu akka qabu akeekame. Waltajjiin marii hoggansa olaanoon sadarkaa federaalaa mata duree “Gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti kabaja, bilisummaa fi birmadummaa biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira. Ministirri Ministeeraa Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen waltajjicharratti akka jedhanitti, gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’uuf… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/gargaaramtummaa-hambisuuf-hoggansi-kutannoon-hojjechuun-barbaachisaadha-jedhame/
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti-Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Agarsiisaa innooveeshinii fi galteewwan wal’aansa biyyaa keessaa jalqabsiisaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, galteewwan wal’aansaa fi qorichaalee biyya keessatti oomishuuf, fooyyessa imaammataa taasisuurraa eegalee damichaaf xiyyeeffannan kennameera. Itiyoophiyaa ummata miiliyoona 120… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qorichaalee-dandeettii-ofiin-oomishuun-dhimma-boruuf-dhiifamu-miti-dooktar-abiy-ahimad/
Показати все...
👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umameera-MM Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimad agarsiisaa innooveeshinii fi galteewwan wal’aansa biyyaa keessaa jalqabsiisaniiru. Dooktar Abiy haasawaa taasisaniin, agarsiisichi baastotaa imammataa, raawwachiistota fi marii paanaalii oomishtoota dabalatee waljijjiirraa muuxannoo akka taasisaan akeekaniiru. Yeroo ammaa qorichaalee fi galteewwan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qorichaalee-fi-galteewwan-walaansaa-biyya-keessatti-oomishuuf-haalli-mijataan-umameera-mm-dooktar-abiy-ahimad/
Показати все...
👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee baname Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa 14ffaan sadarkaa Magaalaa Finfinnee baname. Sagantichi mata duree “Teekinikaa fi ogummaa misooma waaraaf” mata duree jedhuun kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera. Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinneee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Dhaabbileen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa (BLTO) kallattii ogummaan hogganamuu hordofuun akka hojjetan deeggarsaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/torbeen-barnootaa-leenjii-teekinikaa-fi-ogummaa-magaalaa-finfinnee-baname/
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota tuuriizimii BRICS irratti hirmaachaa jirti Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Tuuriizimii Biyyoota BRICS Raashiyaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Ministirri Ministeera Tuuriizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin yaa’ichaarratti, carraa bal’aa damee tuuriizimiin Itiyophiyaan qabdu, xiyyeeffannaa damichaaf kennamee fi hojiilee misoomaa bakkeewwan hawwata tuuriizimii gaggeessaa jirturratti ibsa bal’aa kennaniiru. Biyyoota miseensa BRICS waliinis walta’iinsa damichaa ilaalchisuun yaa’ichaarratti kan mari’atamu ta’uun eeramuu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-yaaii-ministiroota-tuuriizimii-brics-irratti-hirmaachaa-jirti/
Показати все...
🤔 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Erer Eebbifame Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Rakkoo bishaan dhugaatii naannoo Hararii ni fura kan jedhamee pirojaktiin bishaan dhugaatii Erer eebifamee Piroojaaktichi Birrii miiliyoona 224’n hojiin babalisuu gaggeeffamaa turuun guyyaa har’aa bakka Pirisdaantiin Naannoo Hararii Ordiin Badrii argamanitti eebifameera. Mootummaan naannichaa rakkoo bishaan dhugaatii naannichaa furuuf hojjechaa jira kan jedhaan Obbo Ordiin Badriin, bara 2016tti pirojektoota bishaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pirojektiin-bishaan-dhugaatii-erer-eebbifame/
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tapha Waancaa Awuroppaa har’aan morkiiwwan jajjabboon ni gaggeeffamu Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a taphoonni eegaman ni gaggeeffamu. Sa’aatii 10:00 irratti Joorjiyaa fi Rippaabilikiin Cheek kan taphatan yoo ta’u sa’attii 1:00 irratti ammo Turkii fi Poorchugaal taphni gaggeessan xiyyeeffannaa olaanaan eegama. #Oromia #Ethiopia https://www.fanabc.com/afaanoromoo/tapha-waancaa-awuroppaa-haraan-morkiiwwan-jajjabboon-ni-gaggeeffamu/
Показати все...
🤯 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Magaalaa Shaggaritti Sirni jalqbsiisa pirojektii ijaarsaa daandi gaggeefamaa jira Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sirni jalqabsiisa pirojektii ijaarsa daandii gaggeefamaa jira. Sirtnaa jalqabsiisaa pirojektichaarratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, Kantiibaa Magalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa, Abbootii Gadaa, Haadholii siinqee fi qondaaltonni biroon argamaniiru. Daandiin kutaalee magaalaatti hundaa walquunnamsiisa jedhame kun kiiloomeetira 150 kan fagaatu yoo ta’u, marsaa jalqabaan kiiloo meetirrii… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalaa-shaggaritti-sirni-jalqbsiisa-pirojektii-ijaarsaa-daandi-gaggeefamaa-jira/
Показати все...
👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bishooftuutti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Magaalaa Bishooftuutti pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame. Magaalichatti pirojektoonni misoomaa 175 keessaa 169 xumuramuun ibsameera. Pirojektootni hojjetaman kunneen gaaffii hawaasni qabu kan deebisu, galma misoomaa magaalattii kan dhugoomsuu fi galmoota guguddoo mootummaan qabate kan mirkaneessan ta’uu Hojii Gaggeessaan Mana Qopheessaa Magaalaa Bishooftuu Obbo Gabree Dhaabii dubbachuu ragaan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bishooftuutti-pirojektoonni-birrii-biiliyoona-3-8n-ijaaraman-tajaajilaaf-qophaauun-ibsame/
Показати все...
👍 1 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame. Sagantaa jalqabbii duraa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2016 gaggeeffameera. Itiyoophiyaan waggoottan shanan darban bara 2011 kan Ministeera Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin karoorfame Sagantaa Ashaaraa Magariisaan waggaa waggaan biqiltuu dhaabaa turuun ibsameera. Saganticharratti gabaasni uwwisa bosona Itiyoophiyaa ifoomeera. Dabalataan dokumantariin qabiyyee Ashaaraa Magariisaa biyyaalessaa fi bu’aan… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/uwwisni-bosona-itiyoophiyaa-#-6tti-guddachuun-eerame/
Показати все...
👍 16👏 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.