cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

FBC Afanoromo

This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

Больше
Рекламные посты
48 346
Подписчики
+2324 часа
+1377 дней
+76530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu magaalaa Naqamtee gale Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Hiriira deeggarsa hoggansa jijjiiraamaa gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Magaalaa Naqamtee galeera. Jilichi Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagarii fi Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jilli-dooktar-abiy-ahimadiin-durfamu-magaalaa-naqamtee-gale/
Показать все...
6👍 2
Hiriirri deeggarsaa hoggansa Jijjiiramaa Godinaalee Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Hiriiri Deeggarsaa hawaasa Godinaalee Wallaggaa 4 hirmachise magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti gaggeeffamaa jira. Hawaasni godinaalee Wallagaa hiriira ba’uun deeggarsa Hoggansa Jijjiiramaaf qaban ibsachuuf dhaadannoowwaa garaagaraa dhageessaa jiru. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hiriirri-deeggarsaa-hoggansa-jijjiiramaa-godinaalee-wallaggaa-magaalaa-naqamteetti-gaggeeffamaa-jira/
Показать все...
Harargee Bahaatti Balaa Tiraafikaa Mudateen lubbuun namoota 4 darbe Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise. Balaan kun Aanaa Meettaa ganda Calanqoo Lolaatti har’a ganama sa’aa 2:00tti Konkolaataan dhaabbata deeggarsa Sagantaa Nyaata Addunyaa Jibuutiirraa midhaan deeggarsaa fe’uun gara Finfinnee imalaa ture kufee garagaluun miidhaa kana qaqqabsiisuu Waajjira Poolisii Aanaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/harargee-bahaatti-balaa-tiraafikaa-mudateen-lubbuun-namoota-4-darbe/
Показать все...
👍 19 2🔥 1
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa fi boru taphatamu Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Taphoota deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSG fi Borushiyaa Doortimand gidduutti taasiifamu ni eegama. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee PSGn falmiin Borushiyaa Doortimand waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera. Tapha marsaa jalqabaan Borushiyaa Doortimand galchii 1 fi 0n PSG injifachuun kan yaadatamuudha. Boru ammoo Riyaal Maadriid Baayern… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/taphoonni-deebii-walakkaa-xumuraa-shaampiyoonsi-liigii-awurooppaa-haraa-fi-boru-taphatamu/
Показать все...
👍 5
Lammiileen 230 Oomaanii gara biyyaa deebi’an Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Itiyoophiyaa bakka tursaa Oomaan keessatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuun eegalamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiiseera. Guyyaa har’aas lammiileen 230 gara biyyaa deebi’uu ibseera. Lammiilee kuma 1 fi 590 bakka tursaa Oomaan keessatti argaman balallii 6 gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeericharraa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/lammiileen-230-oomaanii-gara-biyyaa-deebian/
Показать все...
👍 3 1
Dooktar Abiy raawwii Ajandaa riifoormii Diinagdee biyya keessarratti koree waliin mari’achuu ibsan Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii Ajandaa riifoormii Diinagdee biyya keessarratti koree Diinagdee Gooroo waliin mari’achuu ibsaniiru. Dooktar Abiy Raawwii riifoormichaa ilaalchisee dhimmoota ijoorratti bal’inaan mari’achuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-raawwii-ajandaa-riifoormii-diinagdee-biyya-keessarratti-koree-waliin-mariachuu-ibsan/
Показать все...
👍 3
Pireezdaanti Putiin sirna waadaa galuu raawwatan Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waggoota 6 itti aanaan biyyattii bulchuuf sirna waadaa galuu raawwataniiru. Putiin bakka deeggartoonni, miseensonni Mana Maree biyyattii, hoggantoonni biyyoota garaagaraa, Dippiloomaatoonnii fi keessummoonni waamichi taasiifamee argamanitti waadaa galaniiru. Bara Faranjootaa 1999 eegalee Raashiyaa bulchaa kan jiran Pireezidaanti Putiin Birmadummaa Daangaa biyyattii kabachiisuu fi nageenya lammiilee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezdaanti-putiin-sirna-waadaa-galuu-raawwatan/
Показать все...
👍 6
Qabeenyi Bishaan lafa jalaa fi lageen Daangaa ce’oon ka’umsa walfamii osoo hin taane agarsiiftuu misooma waloo ta’uu qabu jedhame Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Qabeenyi Bishaan lafa jalaa fi lageen Daangaa ce’oon ka’umsa walfamii osoo hin taane agarsiiftuu misooma waloo ta’uu akka qaban Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan ibsan. Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota miseensa Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Naannoo Somaalee Aanaa Shabaleetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icha haala itti fayyadama… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qabeenyi-bishaan-lafa-jalaa-fi-lageen-daangaa-ceoon-kaumsa-walfamii-osoo-hin-taane-agarsiiftuu-misooma-waloo-tauu-qabu-jedhame/
Показать все...
👍 2
Xiyyaara Itiyoophiyaa har’a Hawaasa gara Finfinnee balali’aa ture keessatti aarri mul’atus rakkoo malee Buufata Xiyyaaraa Boolee gahuu isaa ibsame Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Xiyyaara Itiyoophiyaa har’a magaalaa Hawaasa gara Finfinnee balali’aa ture keessatti aarri mul’atus rakkoo malee Buufata Xiyyaaraa Boolee gahuun qubachuu isaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise. Xiyyaarri lakkoofsa balallii ET154/07 ta’een Magaalaa Hawaasaarraa gara Finfinnee Balali’aa ture keessatti aarri mul’atus xiyyaarichi Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee nagaan ga’uun Imaltoonnis haala nageenyi… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/xiyyaara-itiyoophiyaa-hara-hawaasa-gara-finfinnee-balaliaa-ture-keessatti-aarri-mulatus-rakkoo-malee-buufata-xiyyaaraa-boolee-gahuu-isaa-ibsame/
Показать все...
👍 3
Itiyoophiyaan Giddugala qorannoo Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii ijaaruuf hojjechaa jiraachuu ibsame Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Giddugala qorannoo Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan ibsan. Dooktar Ballaxaan gabaasa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessaniiru. Barattoota gara Chaayinaa fi Raashiyaatti erguun barnoota Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii akka… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-giddugala-qorannoo-saayinsii-niwukleerii-fi-teeknooloojii-ijaaruuf-hojjechaa-jiraachuu-ibsame/
Показать все...
👍 4 2