en
Feedback
Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

Open in Telegram

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

Show more
3 770
Subscribers
+524 hours
+57 days
+2330 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
Oct '26
October '26
+8
in 0 channels
September '26
+68
in 0 channels
Get PRO
August '26
+107
in 0 channels
Get PRO
July '26
+45
in 0 channels
Get PRO
June '26
+114
in 0 channels
Get PRO
May '26
+84
in 0 channels
Get PRO
April '26
+21
in 0 channels
Get PRO
March '26
+63
in 0 channels
Get PRO
February '26
+43
in 0 channels
Get PRO
January '26
+90
in 1 channels
Get PRO
December '25
+56
in 0 channels
Get PRO
November '25
+33
in 0 channels
Get PRO
October '25
+64
in 0 channels
Get PRO
September '25
+93
in 0 channels
Get PRO
August '25
+50
in 0 channels
Get PRO
July '25
+65
in 0 channels
Get PRO
June '25
+69
in 0 channels
Get PRO
May '25
+83
in 0 channels
Get PRO
April '25
+67
in 0 channels
Get PRO
March '25
+94
in 0 channels
Get PRO
February '25
+83
in 0 channels
Get PRO
January '25
+124
in 0 channels
Get PRO
December '24
+62
in 0 channels
Get PRO
November '24
+66
in 0 channels
Get PRO
October '24
+104
in 0 channels
Get PRO
September '24
+131
in 0 channels
Get PRO
August '24
+58
in 0 channels
Get PRO
July '24
+99
in 0 channels
Get PRO
June '24
+230
in 0 channels
Get PRO
May '24
+203
in 0 channels
Get PRO
April '24
+137
in 0 channels
Get PRO
March '24
+104
in 0 channels
Get PRO
February '24
+135
in 0 channels
Get PRO
January '24
+93
in 0 channels
Get PRO
December '23
+82
in 0 channels
Get PRO
November '23
+35
in 0 channels
Get PRO
October '23
+107
in 0 channels
Get PRO
September '23
+139
in 0 channels
Get PRO
August '23
+80
in 0 channels
Get PRO
July '23
+119
in 0 channels
Get PRO
June '23
+72
in 0 channels
Get PRO
May '23
+43
in 0 channels
Get PRO
April '23
+38
in 0 channels
Get PRO
March '23
+41
in 0 channels
Get PRO
February '23
+159
in 0 channels
Get PRO
January '23
+59
in 0 channels
Get PRO
December '22
+55
in 0 channels
Get PRO
November '22
+42
in 0 channels
Get PRO
October '22
+102
in 0 channels
Get PRO
September '22
+158
in 0 channels
Get PRO
August '22
+145
in 0 channels
Get PRO
July '22
+56
in 0 channels
Get PRO
June '22
+70
in 0 channels
Get PRO
May '22
+48
in 0 channels
Get PRO
April '22
+60
in 0 channels
Get PRO
March '22
+69
in 0 channels
Get PRO
February '22
+23
in 0 channels
Get PRO
January '22
+18
in 0 channels
Get PRO
December '21
+65
in 0 channels
Get PRO
November '21
+155
in 0 channels
Get PRO
October '21
+123
in 0 channels
Get PRO
September '21
+71
in 0 channels
Get PRO
August '21
+32
in 0 channels
Get PRO
July '21
+123
in 0 channels
Get PRO
June '21
+81
in 0 channels
Get PRO
May '21
+94
in 0 channels
Get PRO
April '21
+126
in 0 channels
Get PRO
March '21
+662
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
05 October0
04 October+6
03 October+2
02 October0
01 October0
Channel Posts
Ogeeyyii waajjira barnootaa, dura bu'ootaaΒ  fi barsiisota Magaalaa Yaaballoo hundaaf: β€ŽAkkam,nagaa jirtuu Baga bacaqii gannaa nagaan baatanii baga nagaan gara booqaa birraatti Nagaan dhuftan baga Ayyaana Irreecha bara 2019 nagaan geessaan!! Barri 2019 kan Nagaa,Kan badhaadhinnaa,kan Milkaa'inaa isiniif haata'u jechaa guyyaa boruu gaafa guyyaa (24/01/2019) Ayyaana irreecha goda garbii yaaballootti ummata Magaalaa waaliin waan kabajnuuf uffata aadaa keessan ibsuun faayamtanii ganama Sa'aa 12:00 irratti Dhakaa Qakkeetti walgeenyee akka irreeffannu isiniin jedha. Aadaan nafa ofiiti, nafa ofii abbaatu jabeeffata. β€ŽΒ Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β Β  Horaa Bulaa, β€ŽAyyaana gaarii !!

2
BAGA AYYAANA IRREECHAA BARA 2019 NAGAAN GEETTAN!!!
445
3
#Beeksisa Barsiisota Jijjiirraa Keessoo Barbaadan Hundaaf! -------- BBO - Fulbaana 23/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa marsaa 1ffaa 'online' n gaggeessuun ni yaadatama. Haaluma walfakkaatuun jijjiirraa marsaa 2ffaa "Jijjiirraa Keessoo" qopheessun manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban irratti barsiisota fedhii qaban jijjiirraa keessoon(Aanaalee keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa biroofi Magaalota keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa birootti ) moosaajii qophaa'e irratti 'online'n iyyannoo(Apply) gochuu ni dandeessu. Waajjirri barnootaa Aanaalees manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban Wiixata 25/01/2019 jalqabdanii moosaajicharratti banaa akka taasiftan isin beeksifna. #Hubachiisa:- Barsiisotni Fulbaana 26 - 27/01/2019 tti iyyachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. - #Liinkichas Kibxata Ganama Gad-dhiifna.
460
4
No text...
630
5
Baga Ayyaana Masqalaa Bara 2019 Nagaan Geettan!
1 207
6
πŸ“’ αˆ›αˆ΅α‰³α‹ˆα‰‚α‹« α‰ 2018 α‹“.ም α‹¨αˆαˆˆα‰°αŠ› α‹°αˆ¨αŒƒ α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αˆα‰€α‰‚α‹« αˆα‰°αŠ“ α‹ˆαˆ΅α‹³α‰½αˆ α‰ αˆͺαˆšα‹²α‹«αˆ (Remedial) αˆ˜αˆ­αˆƒ ግα‰₯ር α‹¨αˆ˜αŒα‰’α‹« α‹αŒ€α‰΅ αˆ‹αˆ΅αˆ˜α‹˜αŒˆα‰£α‰½αˆ αŠ₯αŠ“ α‰ 2019 α‹“.ም α‰ α‰΅αŒαˆ«α‹­ ክልል α‰ αˆšαŒˆαŠ™
πŸ“’ αˆ›αˆ΅α‰³α‹ˆα‰‚α‹« Β  α‰ 2018 α‹“.ም α‹¨αˆαˆˆα‰°αŠ› α‹°αˆ¨αŒƒ α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ˜αˆα‰€α‰‚α‹« αˆα‰°αŠ“ α‹ˆαˆ΅α‹³α‰½αˆ α‰ αˆͺαˆšα‹²α‹«αˆ (Remedial) αˆ˜αˆ­αˆƒ ግα‰₯ር α‹¨αˆ˜αŒα‰’α‹« α‹αŒ€α‰΅ αˆ‹αˆ΅αˆ˜α‹˜αŒˆα‰£α‰½αˆ αŠ₯αŠ“ α‰ 2019 α‹“.ም α‰ α‰΅αŒαˆ«α‹­ ክልል α‰ αˆšαŒˆαŠ™ α‹¨αˆ˜αŠ•αŒαˆ₯ቡ α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰²α‹Žα‰½ αˆˆα‰°αˆ˜α‹°α‰£α‰½αˆ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ α‰ αˆ™αˆ‰α‘ Β  1.Β Β  α‰ 2018 α‹“.ም α‹¨αˆαˆˆα‰°αŠ› α‹°αˆ¨αŒƒ α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆ›αŒ αŠ“α‰€α‰‚α‹« αˆ€αŒˆαˆ­ αŠ α‰€α αˆα‰°αŠ“ α‹ˆαˆ΅α‹³α‰½αˆ α‰ αˆͺαˆšα‹²α‹«αˆ (Remedial) αˆ˜αˆ­αˆƒ ግα‰₯ር α‹¨αŠ¨αα‰°αŠ› α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ α‰°α‰‹αˆ›α‰΅ αˆ˜αŒα‰’α‹« α‹αŒ€α‰΅ αˆ‹αˆ΅αˆ˜α‹˜αŒˆα‰£α‰½αˆ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ α‰ αˆ™αˆ‰α‘ Β  α‹¨α‰°αˆ˜α‹°α‰£α‰½αˆα‰ α‰΅αŠ• α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² α‰ αˆšαŠ¨α‰°αˆˆα‹ αˆ›αˆ΅αˆαŠ•αŒ αˆͺα‹« (Link) α‰ αˆ˜αŒα‰£α‰΅ αˆ˜αˆ˜αˆαŠ¨α‰΅ α‰΅α‰½αˆ‹αˆ‹α‰½αˆα¦ πŸ‘‰ https://student.ethernet.edu.et/view-placement α‰…αˆ¬α‰³ αˆˆαˆ›α‰…αˆ¨α‰₯ፑ https://student.ethernet.edu.et/complaints α‰°αŒ α‰€αˆ™α’ Β  2.Β Β  α‰ α‹α‹α‹αˆ­ α‰ αŒŠα‹œα‹«α‹ŠαŠα‰΅ αŠ¨α‰΅αŒαˆ«α‹­ ክልል ውαŒͺ α‹ˆα‹°αˆšαŒˆαŠ™ αˆŒαˆŽα‰½ α‹¨αˆ˜αŠ•αŒαˆ₯ቡ α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰²α‹Žα‰½ α‹¨α‰°αˆ˜α‹°α‰£α‰½αˆ αŠ α‹²αˆ΅ αŒˆα‰’ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ α‹¨α‰°αˆ˜α‹°α‰£α‰½αˆα‰ α‰΅αŠ• α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² α‰ αˆšαŠ¨α‰°αˆˆα‹ αˆ›αˆ΅αˆαŠ•αŒ αˆͺα‹« (Link) α‰ αˆ˜αŒα‰£α‰΅ αˆ˜αˆ˜αˆαŠ¨α‰΅ α‰΅α‰½αˆ‹αˆ‹α‰½αˆα¦ Β  πŸ‘‰ https://student.ethernet.edu.et/view-placement Β  3.Β Β  α‰ α‰΅αŒαˆ«α‹­ ክልል α‰ αˆšαŒˆαŠ™ α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰²α‹Žα‰½ αˆ΅α‰΅αˆ›αˆ© α‹¨αŠα‰ αˆ«α‰½αˆ αŠα‰£αˆ­ α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½α‘ α‰ αŒŠα‹œα‹«α‹ŠαŠα‰΅Β α‹¨α‰°αˆ˜α‹°α‰£α‰½αˆα‰ α‰΅αŠ•Β α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰²Β α‰  https://student.ethernet.edu.et/university-transfer/ αˆ›αˆ΅αˆαŠ•αŒ αˆͺα‹« α‰ αˆ˜αŒα‰£α‰΅ α‹¨αˆ«αˆ³α‰½αˆαŠ• ፋይዳ (α‹¨αˆ˜αˆˆα‹« ቁαŒ₯ር) α‰ αˆ˜αŒ α‰€αˆ αˆ˜αˆ˜αˆαŠ¨α‰΅ α‹¨αˆα‰΅α‰½αˆ‰ αˆ˜αˆ†αŠ“α‰½αˆαŠ• αŠ₯αŠ•αŒˆαˆαŒ»αˆˆαŠ•α’ Β  α‰΅αˆαˆ…αˆ­α‰΅ αˆšαŠ’αˆ΅α‰΄αˆ­
1 370
7
Ergaa Ariifachiisaa? Ful.14/2019 Barattoota kutaa 12ffaa bara 2018 Qorumsa Biyyoolessaa fudhattanii qabxii darbiinsaa Remedial qabdaniifi sababa System isin dideef hanga har'aatti iddoo/Yuunifersitii hin filatin hundaaf, Ministerii har'a hanga sa'aatii 10:00 tti qofa ragaa nuuf ergaa waan jedheef, ammuma ariitiin akka m/b qunnamtanii ragaa barbaachisuu guutattan cimsinee isan beeksifna.
1 369
8
#Very_Urgent ============ #September 21/2026 G C ==============/=// Dear YE Bureau Heads,(this is SMS from MoE) Out of the 66,172 students qualified for the remedial program, 38,602 (58.3%) have so far completed their university placement choices, while *27,570 (41.7%)* have not yet submitted their choices. As today is the deadline, pls urgently inform and remind the students through your respective communication channels to complete their university placement choices within today’s deadline. #Notice: ======// 1)M/B sad:2ffaa #Remedial qabu hunda guyyaan xumuraa hardhabta'uu ibsaafi 2)Bartoonni hundi hardha sagantaa Remidial tiif University filachuu isaanii mirkaneefadha Thank you
1 858
9
Fuulbana 10/2019 BAGA JALQABBII BARUU BARSIISUU BARA 2019 NAGAAN GEETTAN ✍️Barsiisotaa fi Hojjattoota m/b keennaa hundaaf, Akkuma beekkamu Fuulbanii 10/2019 guyyaa akka Oromiyaatti Galmeen bara barnootaa 2019 itti xummuramuufi Fuulbanii 11/2019 guyyaa guutumaan guutuutti baruu barsiisuun itti eegalu waan ta'eef, karoora hojii dhuunfaa keessanii qabattanii akka dhuftanii hojii eegaltan kabajaan isan beeksifna. Hub: Supervision jalqabbii hojiifi qophii karooraa ilaaltu;Naannoo, Godinaa fi Magaala irraa waan dhuftuuf dursitanii akka ofi qopheessitan isan hubachiifna.
1 705
10
+6
No text...
2 650
11
πŸ‘‰Galata Irraatti Galata πŸ‘ πŸ”ŠOduu Gammachiisaa Ministerii Barnootaa Komii Barattootaaf Deebii Kenne. Ministerii Barnootaa akkuma Bu'aa Qorumsa Biyyoolessaa bara 2018 beeksiseen, komiin yoo jiraate dhiyeeffadhaa jechuun isaa ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan akka m/b keennaatti barattootni Komii adda addaa dhiyeeffattanii jiru. Isaan keessaa komiin gosa barnootaa Fiiziksii(Physics) fi Seenaa(History) isaan duraati. Har'a Galata Waaqaa barattoota seenaa/History deebiin deebi'ee jira. πŸ‘‰Deebii kanaan Barattootni Dhi 4 Du 3 Ida 7, keessaa, Du 2 kallattiin kan darban yoo ta'u, Dhi 4 fi Du 1 Ida 5 Remedial darbanii jiru. Baga Gammaddan πŸ™ Baga waliin gammanne πŸ™ Baga Gammaddan! Baga waliin gammanne!
1 937
12
-2147483648_-213217.webp
1
13
+9
No text...
2 084
14
No text...
1
15
Fuulbana 04/2019 Ergaa Adda Addaa Guyyaa Har'aa; πŸ‘‰Barattoota kutaa 12ffaa Qorumsa Biyyoolessaa Bara 2018 Fudhattanii Ergaan Kun Isin Ilaallatu Hundaaf; 1. Qabxiin Darbiinsaa Remedial Barattoota Kutaa 12ffaa bara kanaa(2018) Dhiiraa fi dubraalleef >=222 /37% yoo ta'u, βœ… Barattootni S/U ykn Natural Sc. M 43 F 26 T 69 βœ… Barattootni S/H/Social Sc. M 21 F 11 T 32 Walumaagalaatti βœ… Barattootni M 64 F 37 T 101 carraa kanaan darbanii jiru. πŸ‘ Barattootni, barsiisotnii fi qooda fudhattootni hundii Baga Gammaddan πŸ™ Baga waliin gammanne πŸ™ Kanaaf, kan hubattanii qophii barbaachisu hundaa akka gootan; πŸ‘‰ Barsiisota m/b keennaa hundaaf, 2. Guyyaa borii Ful.05/2019 Leenjiin Ogummaa irraatti xiyyeeffate akka magaalaatti m/b keennaatti barsiisotaaf kennamti waan jedhameef harcaatii tokko malee akka dhuftanii fudhattan isin beeksifna. πŸ‘‰ Sagantaa barnootaa torbee kanaa; 3. Kutaa 9 fi 10 Ganama/Waareen dura 4. Kutaa 11 fi 12 Guyyaa/Waareen booda 5. Hojiin adda addaa boqonnaa qophii irraa eegalee jala qabame akkuma itti fufee jira; @Suphaa Teessoo 460 @Suphaa Dallaa 123m @Qulqullinna Mooraa fi daree barnootaa @Gabatee Gurraacha Halluu Dibuu @Dareelee Halluu dibuu, Naannawa Alaabaa dabalatee @Haaromsa staff barsiisotaa jalqabuu fi @Qonna m/b fa'a taasisuun hojjatamaa jira. Kanaaf, hojii eegalamee hin xummuramin beennee ha tumsinuu. Barii bara kaayoofi Milkii nuuf haa ta'u!
1 379
16
#Barattoota_Qormaata_Biyyoolessaa Darban Hundaaf Guyyaan Filannoo Yunivarsiitiifi Damee Barnootaa Dheerate! ---- BBO - Fulbaana 01/2019 Barattootni bara 2018 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii dhaabbilee barnoota olaanoo/Yunivarsiitii seensisu galmeessisanfi hanga har'aatti Yunivarsiitii itti barachuu barbaaddaniifi Damee Barnootaa Barachuu Feetan '#Online'n Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Baasee Ture Otuu Hin Filatin Hanga Har'aa Turtan Akka Filattan Jechuun Hanga Fulbaana 05/2019tti Dheeresseera. Kanaafuu, Hanga Fulbaana 05/2019tti Yunivarsiitiifi Barnoota Barachuu Barbaaddan Liinkii Asii Gaditti Kenname Kana Banuun #Lakkofsa Waraqaa Eenyummaa (#Fayda_ID);Galchuun Filannoo Keessan Gaggeessaa! Liinkichis:- https://student.ethernet.edu.et
1 326
17
+4
No text...
1 338
18
Barsiisota, barattootaa fi hojjattoota bulchiinsaa m/b keennaa hundaaf, Hojiin baruu barsiisuu bara barnootaa 2019 akkaatuma Kalaandara barnootaa armaan gadiitti taa'een gaafa guyyaa 05/01/2019 irraa waan eegaluuf, gara hojii idileefi barnoota idilee keessaniitti akka deebitan Waamicha isiniif goona?
1 256
19
No text...
1 517
20
πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„Maatii M/b Sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Aliitti fi Hawaasa Itoophiyaa HundaafπŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„ Baga bara 2018 nagaan keessa Ulluuxxanii bara barnootaa 2019 nagaan geettan. Barii haaraan:kan nagaa, kan Jaalalaafi tokkumma, kan guddinnaafi misoomaa fi kan Milkaa'innaa nuufi isiniifis haa ta uu, jechaa Baga ittin isin gahe! Horaa bulaa πŸ™
1 417