Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo
Kanalga Telegram’da o‘tish
3 770
Obunachilar
+524 soatlar
+57 kun
+2330 kun
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Oktabr '26Okt '26
Oktabr '26
+8
0 kanalda
Sentabr '26
+68
0 kanalda
Get PRO
Avgust '26
+107
0 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+45
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+114
0 kanalda
Get PRO
May '26
+84
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+21
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+63
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+43
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+90
1 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+56
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+33
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+64
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+93
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+50
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+65
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+69
0 kanalda
Get PRO
May '25
+83
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+67
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+94
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+83
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+124
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+62
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+66
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+104
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+131
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+58
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+99
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+230
0 kanalda
Get PRO
May '24
+203
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+137
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+104
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+135
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+93
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+82
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+35
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+107
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+139
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+80
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+119
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+72
0 kanalda
Get PRO
May '23
+43
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+38
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+41
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+159
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+59
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+55
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+42
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+102
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+158
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+145
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+56
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+70
0 kanalda
Get PRO
May '22
+48
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+60
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+69
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+23
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+18
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+65
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+155
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+123
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+71
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+32
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+123
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+81
0 kanalda
Get PRO
May '21
+94
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+126
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+662
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 05 Oktabr | 0 | |||
| 04 Oktabr | +6 | |||
| 03 Oktabr | +2 | |||
| 02 Oktabr | 0 | |||
| 01 Oktabr | 0 |
Kanal postlari
Ogeeyyii waajjira barnootaa, dura bu'ootaa fi barsiisota Magaalaa Yaaballoo hundaaf:
Akkam,nagaa jirtuu Baga bacaqii gannaa nagaan baatanii baga nagaan gara booqaa birraatti Nagaan dhuftan baga Ayyaana Irreecha bara 2019 nagaan geessaan!! Barri 2019 kan Nagaa,Kan badhaadhinnaa,kan Milkaa'inaa isiniif haata'u jechaa guyyaa boruu gaafa guyyaa (24/01/2019) Ayyaana irreecha goda garbii yaaballootti ummata Magaalaa waaliin waan kabajnuuf uffata aadaa keessan ibsuun faayamtanii ganama Sa'aa 12:00 irratti Dhakaa Qakkeetti walgeenyee akka irreeffannu isiniin jedha.
Aadaan nafa ofiiti, nafa ofii abbaatu jabeeffata.
Horaa Bulaa,
Ayyaana gaarii !!
| 2 | BAGA AYYAANA IRREECHAA BARA 2019 NAGAAN GEETTAN!!! | 445 |
| 3 | #Beeksisa
Barsiisota Jijjiirraa Keessoo Barbaadan Hundaaf!
--------
BBO - Fulbaana 23/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa marsaa 1ffaa 'online' n gaggeessuun ni yaadatama.
Haaluma walfakkaatuun jijjiirraa marsaa 2ffaa "Jijjiirraa Keessoo" qopheessun manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban irratti barsiisota fedhii qaban jijjiirraa keessoon(Aanaalee keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa biroofi Magaalota keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa birootti ) moosaajii qophaa'e irratti 'online'n iyyannoo(Apply) gochuu ni dandeessu.
Waajjirri barnootaa Aanaalees manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban Wiixata 25/01/2019 jalqabdanii moosaajicharratti banaa akka taasiftan isin beeksifna.
#Hubachiisa:- Barsiisotni Fulbaana 26 - 27/01/2019 tti iyyachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna.
- #Liinkichas Kibxata Ganama Gad-dhiifna. | 460 |
| 4 | Matn yo'q... | 630 |
| 5 | Baga Ayyaana Masqalaa Bara 2019 Nagaan Geettan! | 1 207 |
| 6 | 📢 ማስታወቂያ
በ2018 ዓ.ም የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት መልቀቂያ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ ግብር የመግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ እና በ2019 ዓ.ም በትግራይ ክልል በሚገኙ የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች ለተመደባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡
1. በ2018 ዓ.ም የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡
የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በሚከተለው ማስፈንጠሪያ (Link) በመግባት መመልከት ትችላላችሁ፦
👉 https://student.ethernet.edu.et/view-placement
ቅሬታ ለማቅረብ፡ https://student.ethernet.edu.et/complaints ተጠቀሙ።
2. በዝውውር በጊዜያዊነት ከትግራይ ክልል ውጪ ወደሚገኙ ሌሎች የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች የተመደባችሁ አዲስ ገቢ ተማሪዎች የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በሚከተለው ማስፈንጠሪያ (Link) በመግባት መመልከት ትችላላችሁ፦
👉 https://student.ethernet.edu.et/view-placement
3. በትግራይ ክልል በሚገኙ ዩኒቨርሲቲዎች ስትማሩ የነበራችሁ ነባር ተማሪዎች፡ በጊዜያዊነት የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በ https://student.ethernet.edu.et/university-transfer/ ማስፈንጠሪያ በመግባት የራሳችሁን ፋይዳ (የመለያ ቁጥር) በመጠቀም መመልከት የምትችሉ መሆናችሁን እንገልጻለን።
ትምህርት ሚኒስቴር | 1 370 |
| 7 | Ergaa Ariifachiisaa?
Ful.14/2019
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2018 Qorumsa Biyyoolessaa fudhattanii qabxii darbiinsaa Remedial qabdaniifi sababa System isin dideef hanga har'aatti iddoo/Yuunifersitii hin filatin hundaaf,
Ministerii har'a hanga sa'aatii 10:00 tti qofa ragaa nuuf ergaa waan jedheef, ammuma ariitiin akka m/b qunnamtanii ragaa barbaachisuu guutattan cimsinee isan beeksifna. | 1 369 |
| 8 | #Very_Urgent
============
#September 21/2026 G C
==============/=//
Dear YE Bureau Heads,(this is SMS from MoE)
Out of the 66,172 students qualified for the remedial program, 38,602 (58.3%) have so far completed their university placement choices, while *27,570 (41.7%)* have not yet submitted their choices.
As today is the deadline, pls urgently inform and remind the students through your respective communication channels to complete their university placement choices within today’s deadline.
#Notice:
======//
1)M/B sad:2ffaa #Remedial qabu hunda guyyaan xumuraa hardhabta'uu ibsaafi
2)Bartoonni hundi hardha sagantaa Remidial tiif University filachuu isaanii mirkaneefadha
Thank you | 1 858 |
| 9 | Fuulbana 10/2019
BAGA JALQABBII BARUU BARSIISUU BARA 2019 NAGAAN GEETTAN
✍️Barsiisotaa fi Hojjattoota m/b keennaa hundaaf,
Akkuma beekkamu Fuulbanii 10/2019 guyyaa akka Oromiyaatti Galmeen bara barnootaa 2019 itti xummuramuufi Fuulbanii 11/2019 guyyaa guutumaan guutuutti baruu barsiisuun itti eegalu waan ta'eef, karoora hojii dhuunfaa keessanii qabattanii akka dhuftanii hojii eegaltan kabajaan isan beeksifna.
Hub: Supervision jalqabbii hojiifi qophii karooraa ilaaltu;Naannoo, Godinaa fi Magaala irraa waan dhuftuuf dursitanii akka ofi qopheessitan isan hubachiifna. | 1 705 |
| 10 | Matn yo'q... | 2 650 |
| 11 | 👉Galata Irraatti Galata 👏
🔊Oduu Gammachiisaa Ministerii Barnootaa Komii Barattootaaf Deebii Kenne.
Ministerii Barnootaa akkuma Bu'aa Qorumsa Biyyoolessaa bara 2018 beeksiseen, komiin yoo jiraate dhiyeeffadhaa jechuun isaa ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan akka m/b keennaatti barattootni Komii adda addaa dhiyeeffattanii jiru. Isaan keessaa komiin gosa barnootaa Fiiziksii(Physics) fi Seenaa(History) isaan duraati.
Har'a Galata Waaqaa barattoota seenaa/History deebiin deebi'ee jira.
👉Deebii kanaan Barattootni Dhi 4 Du 3 Ida 7, keessaa, Du 2 kallattiin kan darban yoo ta'u, Dhi 4 fi Du 1 Ida 5 Remedial darbanii jiru.
Baga Gammaddan 🙏 Baga waliin gammanne 🙏
Baga Gammaddan! Baga waliin gammanne! | 1 937 |
| 12 | -2147483648_-213217.webp | 1 |
| 13 | Matn yo'q... | 2 084 |
| 14 | Matn yo'q... | 1 |
| 15 | Fuulbana 04/2019
Ergaa Adda Addaa Guyyaa Har'aa;
👉Barattoota kutaa 12ffaa Qorumsa Biyyoolessaa Bara 2018 Fudhattanii Ergaan Kun Isin Ilaallatu Hundaaf;
1. Qabxiin Darbiinsaa Remedial Barattoota Kutaa 12ffaa bara kanaa(2018) Dhiiraa fi dubraalleef >=222 /37% yoo ta'u,
✅ Barattootni S/U ykn Natural Sc. M 43 F 26 T 69
✅ Barattootni S/H/Social Sc. M 21 F 11 T 32
Walumaagalaatti
✅ Barattootni M 64 F 37 T 101 carraa kanaan darbanii jiru.
👏 Barattootni, barsiisotnii fi qooda fudhattootni hundii Baga Gammaddan 🙏 Baga waliin gammanne 🙏
Kanaaf, kan hubattanii qophii barbaachisu hundaa akka gootan;
👉 Barsiisota m/b keennaa hundaaf,
2. Guyyaa borii Ful.05/2019 Leenjiin Ogummaa irraatti xiyyeeffate akka magaalaatti m/b keennaatti barsiisotaaf kennamti waan jedhameef harcaatii tokko malee akka dhuftanii fudhattan isin beeksifna.
👉 Sagantaa barnootaa torbee kanaa;
3. Kutaa 9 fi 10 Ganama/Waareen dura
4. Kutaa 11 fi 12 Guyyaa/Waareen booda
5. Hojiin adda addaa boqonnaa qophii irraa eegalee jala qabame akkuma itti fufee jira;
@Suphaa Teessoo 460
@Suphaa Dallaa 123m
@Qulqullinna Mooraa fi daree barnootaa
@Gabatee Gurraacha Halluu Dibuu
@Dareelee Halluu dibuu, Naannawa Alaabaa dabalatee
@Haaromsa staff barsiisotaa jalqabuu fi
@Qonna m/b
fa'a taasisuun hojjatamaa jira.
Kanaaf, hojii eegalamee hin xummuramin beennee ha tumsinuu.
Barii bara kaayoofi Milkii nuuf haa ta'u! | 1 379 |
| 16 | #Barattoota_Qormaata_Biyyoolessaa Darban Hundaaf
Guyyaan Filannoo Yunivarsiitiifi Damee Barnootaa Dheerate!
----
BBO - Fulbaana 01/2019 Barattootni bara 2018 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii dhaabbilee barnoota olaanoo/Yunivarsiitii seensisu galmeessisanfi hanga har'aatti Yunivarsiitii itti barachuu barbaaddaniifi Damee Barnootaa Barachuu Feetan '#Online'n Akka Filattan Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Baasee Ture Otuu Hin Filatin Hanga Har'aa Turtan Akka Filattan Jechuun Hanga Fulbaana 05/2019tti Dheeresseera.
Kanaafuu, Hanga Fulbaana 05/2019tti Yunivarsiitiifi Barnoota Barachuu Barbaaddan Liinkii Asii Gaditti Kenname Kana Banuun #Lakkofsa Waraqaa Eenyummaa (#Fayda_ID);Galchuun Filannoo Keessan Gaggeessaa!
Liinkichis:-
https://student.ethernet.edu.et | 1 326 |
| 17 | Matn yo'q... | 1 338 |
| 18 | Barsiisota, barattootaa fi hojjattoota bulchiinsaa m/b keennaa hundaaf,
Hojiin baruu barsiisuu bara barnootaa 2019 akkaatuma Kalaandara barnootaa armaan gadiitti taa'een gaafa guyyaa 05/01/2019 irraa waan eegaluuf, gara hojii idileefi barnoota idilee keessaniitti akka deebitan Waamicha isiniif goona? | 1 256 |
| 19 | Matn yo'q... | 1 517 |
| 20 | 🎄🎄🎄Maatii M/b Sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Aliitti fi Hawaasa Itoophiyaa Hundaaf🎄🎄🎄
Baga bara 2018 nagaan keessa Ulluuxxanii bara barnootaa 2019 nagaan geettan.
Barii haaraan:kan nagaa, kan Jaalalaafi tokkumma, kan guddinnaafi misoomaa fi kan Milkaa'innaa nuufi isiniifis haa ta uu, jechaa Baga ittin isin gahe!
Horaa bulaa 🙏 | 1 417 |
