cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

🔊ORO ARSENAL⚽

🔯 Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan ✅Jijjiirraa taphattoota Arsenal ✅Seenaa taphattoota ✅Tapha kallattiidhaanfi ✅Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

Show more
Finland132The language is not specifiedSports2 702
Advertising posts
27 847Subscribers
+2424 hours
+2047 days
+1 37630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Buckayoo sakan kilaboota gurguddoo shanaan primer ligue irratti gooliif assist inni qabu. Totneham-4 Man united-6 Chealsea-4 Liverpool-6 Man city-3 City irratti xinnoshee xinnateera dilbataa nii dabalta star boy.❤️ 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Show all...
92👍 19🔥 4🙏 4
OZA 🔥❤️🥶 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Show all...
32🔥 10👍 1
✅Eetaan Nwaanerii kontiraata isaa jalqabaa Arsenaal waliin mallatteessuu isaa irratti:- "Yaaduun narra hin turre kun maatii kooti. Namni hundi akka maatii tokkootti waliin jira, nama hundaaf ni yaadu. As jiraachuun koo adda natti dhagahama." jedhe 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Show all...
34👍 12
Oduu garee Mirkattootaa Kaayil Woolkar fi Joon Istoonis lamaan isaanii iyyuu sababa miidhamuutiin shaakala Maanchistar Siitii har'a hin hirmaanne. 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Show all...
24👍 7👏 5🔥 1😁 1
Show all...
Firans Getachew

Artiin Oromoo har'a iddoo kana ga'uu isaatiif Artiistotni keenyi bulleeyyiin wareegama baay'ee baasaniiru! Isaan keessaas Kabajamoo Artist Admaasuu Birhaanuu (Abbaa Lataan) isaan angafaati!🙏🙏...

6
Breaking🚨 Eetaan Nwaanerii kontiraata professional isaa jalqabaa Arsenaalf mallattesseera. taphataan ganna 17 nwanerrin, Arsenaal keessa turuuf jecha gaffii man cityf chealsen dhihessan kuffiseera.
Show all...
68👍 7🔥 4
Different but same❤️❤️‍🔥
Show all...
38👍 6👏 2
Akka #opta n tilmaametti carran wancaa kilaboota sadanii Yoo liverpool Brightonin mohamee. Arsenal city mohe Arsenal -49% Man city -30% Liverpool-21% Yoo arsenalf cityn qixa bahan Arsenal -27% Man city -49% liverpool -24% Rabbi hin godhu malee yoo arsenal injifatame. Arsenal   -13% Man city -70% liverpool -17%
Show all...
😁 29👍 20 3🥰 2👏 1
➢ Maal beeksifachuu barbaaddani ❓ 🔔• Tajaajila beeksisa kenninu ┣➤ "Beeksisa Chaanaalii". ┣➤ Beeksisa muuziqaa ┣➤ Beeksisa dhaabbatichaa ┣➤ Beeksisa uffata buutiikii ┣➤ Beeksisa chaanaalii YouTube ┣➤ Yaala fi ┣➤ Gurgurtaa biroo beeksisuu 👍 ➢ Oomishaa fi tajaajila kee ummata bal’aaf gatii madaalawaa taasisuudhaan bu’aa kee dachaa dachaa. Nu waliin hojjechuun isin gammachiisa. Caqasa gatii madaalawaa argachuuf nu haasofsiisaa. Nu qunnamuuf @Abi_Jss link kana fayyadamaa hojii gaarii
Show all...
👍 14 1
Sign in and get access to detailed information

We will reveal these treasures to you after authorization. We promise, it's fast!