cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

نمایش بیشتر
فنلندة1 828زبان مشخص نشده استآموزش40 769
پست‌های تبلیغاتی
2 631
مشترکین
+424 ساعت
+237 روز
+10730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Hubachiisa... ========== 1)Qormaannii Moodeelaa kutaa 6ffaafi 8ffaa 14_16/9/2016 2)Moodeelli kutaa 12ffaa 21_23/9/2016tti kennama 3)Bartoonni kutaa 6ffaa gaafii qormaataa hima lamaan ijaarame daqiiqa 1 gaditti akka deebisuu danda'an shaakalchiisa Fkn:Minisitirii kutaa 6ffaatiif, gaafii 40f sa'aati 1tti kennameefi Fkn:Minisitirii kutaa 8ffaa(gaafi 60) gaafii tokkoofi daqiiqaa tokko qofaatu kennama.
نمایش همه...
👍 10
የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና መርሐ ግብር ይፋ ሆነ የ2016 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና መርሐ ግብር ይፋ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አስታውቋል፡፡ የፈተና መርሐ ግብሩ በወረቀትና በበይነ መረብ የሚሰጠውን የፈተና የሚወስዱ ከትግራይ ክልል ውጭ በሁሉም ክልሎችና ከተማ አስተዳደሮች ላሉ ተፈታኞች ነው ይፋ የተደረገው፡፡ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ተፈታኞች እና የሚመለከታቸው አካላት ዝግጅት እንዲያደርጉ አሳስቧል፡፡ @Ethiopian_Digital_Library @Ethiopian_Digital_Library
نمایش همه...
👍 10🤬 1
Ergaa Ariifachiisaa! Manneen Barnootaa bulchiinsa magaala Yaaballoo hundaaf; yeroo darbe ragaa barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinii galchu har'a waan taateef, foormii armaan gadiitiin guutaa dafaa ol nuuf deebisaa. Hub: Ragaalee Kuufamaa fi hojjattoota bulchiinsaa isan gaafannes m/b hin xummurin hanga guyyaa borii qofatti akka ofi irraa xummurtan cimsinee isan beeksifna.
نمایش همه...
👍 7
Mana Barumsaa Shalaqaa Jatanii Alii sad.2ffaaYaaballoo hundaaf; Leenjiin barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinni dabarsuu boru waan ta,eef barsiisonni hin fudhatii boru Guyyaa 29/8/2016 haga sa,atiif 6:00 ittii waan galuuf isin Akka hin dabarree isin beeksifna
نمایش همه...
Mana Barumsaa Shalaqaa Jatanii Alii sad.2ffaaYaaballoo hundaaf; yeroo darbe ragaa barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinni dabarsuu boru waan ta,eef barsiisonni hin fudhatii boru Guyyaa 29/8/2016 haga sa,atiif 6:00 ittii waan galuuf isin Akka hin dabarree isin beeksifna
نمایش همه...
👍 1
GUYYAA QORUMSAA BIYYOOLEESSA(kUTAA 12FFAA) bara 2016 ifa ta'e jira.Haaluma kanaan qorumsaa saayinsii hawaasa ADOOLESSA 3 HANGA 5 bara 2026 yoomu kenamuu qorumsaa saayinsii uumamaa ADOOLESSA 9 HANGA 11 BARA 2016 kenama kana walin walqabatee akuma beekamu qorumsii kan kenamuu YUNIVEERSItti ta'u isa beekama dha. Haalumaa kanaan qoratamtoota saayinsii hawaasa Yuniveersiti kan seenan/galan Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1/2016 yoomu ta'u, qoratamtoota Saayinsii uumamaa Adoolessa 6 hanga 7/2016 dha. Kanaafu, waajjiralee barnoota Aanalee 10 fi bulchinsaa magaala 1 kanumaa beektani barattootni/qoratamtootni keenya hundi akka beekan manneen barnoota qorachisaniif akka beeksistan isinin jena. Birhaanuu Taayyee
نمایش همه...
👍 7