cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

Больше
Рекламные посты
3 026
Подписчики
-124 часа
+307 дней
+16730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

7👍 5😁 2🤔 2
3👍 2
👍 2
1
Waxabajjii 30, 2016 Guyyaa saaqiinsa tajaajila lamummaa!! 🫱Magaala yaaballootti saaqiinsii tajaajila lamummaa kan waajjira barnootaan durfamu iddoo hoggansii barnoota godinaaf bulchiinsa Mag. 🫶akkasumasii durbu'ootaaf gamtaan maatii manneen barnootaa jiranitti M/b sad. 2ffaa Shaalaqaatti ifatti jalqabee jira🙏 1.Sagantaa tutorial kutaa 4_12 yeroo boqonnaa barsiisota bultii addaaf m/b sh. waliin ta'uun kan Kennan. 2. Suphaa teessoo barattootaa. 3.Qulqullinnaa dirree spoortiif akkasumas mooraa m/b guutuu 4. Tajaajila baankiin absinia m/b taasisuuf waliigalte kan akka wi_fi guutuu m/ b fi galchuu, badhaasa barattoota 60 fa'aan eegalame. 🫱Bifuma kanaan bakka hundatti uummata hirmaachisuun bu'aan oli'aanaan akka eegamu hogganaan barnoota gidina booranaa Aabba Galmii Waamoo dhaamee jira✍✍
Показать все...
👍 4 2
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.