ch
Feedback
Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

前往频道在 Telegram

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

显示更多
3 710
订阅者
-224 小时
-47
+2430

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+37
在0个频道中
六月 '26
+114
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+84
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+21
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+63
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+43
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+90
在1个频道中
Get PRO
十二月 '25
+56
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+33
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+64
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+93
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+50
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+65
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+69
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+83
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+67
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+94
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+83
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+124
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+62
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+66
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+104
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+131
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+58
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+99
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+230
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+203
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+137
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+104
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+135
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+93
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+82
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+35
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+107
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+139
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+80
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+119
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+72
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+43
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+38
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+159
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+59
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+55
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+42
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+102
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+158
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+145
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+56
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+70
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+48
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+60
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+69
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+23
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+18
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+65
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+155
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+123
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+71
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+32
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+123
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+81
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+94
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+126
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+662
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
23 七月+1
22 七月+1
21 七月+1
20 七月+1
19 七月+2
18 七月+2
17 七月+2
16 七月+1
15 七月+1
14 七月+2
13 七月0
12 七月0
11 七月+3
10 七月+2
09 七月0
08 七月+4
07 七月+1
06 七月+1
05 七月+2
04 七月+4
03 七月0
02 七月+2
01 七月+4
频道帖子
Adoolessa, 16/2018 Barsiisotaa M/b keennaa hundaaf, Ragaa/document Waajiraatti scan godhadhaa jenne, namii Magaala kana hin jirre yoo jiraate nama ragaa isanii guutuu danda'u bakka buufattanii akka isanii guutamu akka godhattan isin beeksifna.

2
没有文字...
339
3
Adoolessa,15/2018 ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️ Barattootni Saayinsii Hawaasaa kan Marsaa 6ffaa Qorumsa guyyaa 2ffaa nagaan seenanii nagaan xummuranii jiru. Milkaa'a!!!
339
4
Adoolessa, 15/2018 Barsiisotaa Mana Barumsaa Keennaaf, Gaafa Wax.25/2018 ragaa/documents keessan qabattanii Waajira barnootaatti Scan akka godhattan isin beeksisuun keenna ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaan kan guutamu hanga guyyaa bori Adoolessa,16/2018 qofa waan ta'eef, ragaa keessan akka deemtanii guutattan cimsinee isan beeksifna. Hub: Barsiisaa hanga guyyaa boriitti hin guutatin rakkoo duubaan dhuftu kamuu itti gaafatamaan matuma isaa/ishee akka ta'e gamanumaan isin beeksifna.
489
5
Adoolessa 15/2018 Iyyaafannoo ? Barattoota Marsaa 6ffaa guyyaa har'aa qoramuuf dhufan keessaa barattootni dhuunfaa(private) kan maqaan isaanii armaan gadiitti tarreeffame kaleessa qoramanii har'a sababa hin beekkamneen waan hafaniif, namii barattoota tana beettan hundii akka nuuf barbaaddan m/b kabajaan isin gaafata? 1. Lookoo Carii Korbeessaa fi 2. Toofik Ismaahel Muhammad 👉Hub: Bilbila isaanii ykn maatii namii qabdan ykn kan nama isaan beekuu hatattamaan carraan kun akka isaan jalaa hin gubanneetti nuuf ergaa!?
584
6
Adoolessa, 14/2018 Barattootni Saayinsii Hawaasaa kan Marsaa 6ffaa Qorumsa guyyaa jalqabaa nagaan seenanii nagaan xummuranii jiru. Milkaa'a!!!
550
7
Barattoota kutaa 12ffaa kan Qorumsa Biyyoolessaa Marsaa xummuraa/6ffaa bori Adoolessa, 14/2018 fudhachuuf qophaa'aa jirtan Hundaaf, Baga jala bultii Qorumsaa nagaan geettan jechaa; 1. Barattootni idilee; Waraqaa eenyummaa m/b, Admission card fi Uniform keessan akka hin daganne, 2. Barattootni Galgalaa Waraqaa eenyummaa m/b fi Admission card, 3. Barattootni dhuunfaa/private Waraqaa eenyummaa fi Admission card keessan qabattanii akka dhuftan, 4. Akkuma odeeffannoo barattoota Marsaa duraa irraa argachuun danda'amuutti, yeroon deemsaa m/ b irraa Ganama Sa'aatii 1:00 tti waan ta'eef yeroo keessan kabajaa. 👉 Naamusa eeguun dirqama waan taateef dirqama keessan baha! 👉 Meeshalee Electronics fi faaya harkaa fi mormaa kamuu qabatanii argamuun dhowwaadha. 👉 Barattootni daa'ima qabattanii dhuftan yoo jiraate, nama daa'ima isiniif qabu qabadhaa koottaan 👉 Yeroo isiniif kennamte guutumaatti itti fayyadamaa. 👉 Waaqii isan haa milkeessuu jabaadhaa 👍
633
8
+2
没有文字...
641
9
Baga Gammaddan 👏👏👏 Adoolessa 13/2018 Barattootni Saayinsii Hawaasaa kan Marsaa 5ffaa Qorumsa nagaan xummuranii jiru. 🖥️ Waaqayyoon isin ha milkeessuu!!!
601
10
+4
没有文字...
1 088
11
Adoolessa, 10/2018 Barattootni Saayinsii Hawaasaa kan Marsaa 5ffaa Qorumsa guyyaa 2ffaa nagaan xummuranii jiru. Milkaa'a!!!
902
12
没有文字...
930
13
Dhimmamtoota barnootaa hundaaf, 👉M/b sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Aliitti, Barnootni Gannaa; ✍️ Kutaa 4_12 ✍️ kutaa 8ffaa immoo addaatti Barattoota m/b bultii adda dorgomanii seenuu danda'aniif barnootni kennamaa waan jiruuf barattootni akka dhufanii barataan akka ergaa kana biraan geettan kabajaan isin gaafanna.
955
14
-2147483648_-212877.webp
1
15
Tarkaanfiin Sirreeffamaa fudhatameera. Qaamii dhimmii kun ilaalu tarkaanfiin battalaa akka fudhatamuu kan taasiftaniifi kan tarkaanfii fudhattanis galata qabdu. 👉Barattuun ragaa sobaatiin guyyaa jalqabaa qoramtee turte, ragaa m/b irraa akka hin qabneefi admission ishee m/b irraa chaappaa malee anaaf kenname jette soba ta'uun isaa mirkanaa'ee jira. 👉 Akkasumas, admission scan irra godhame kan eenyuu akka ta'e bira gahamee jira. 👉Hundaa oli cubbuu namii Arraba ofiitiin nurra ka'uuf yaaleellee Waaqii Karaa Technology tiin beekkumsa ilmaan namootaa hundaaf waluma qixa waan kennuuf nu hanqattee waan jirtuuf har'aaf boriillee galatuma Waaqaaf qabna! 👉 Scanned admission/fake admission ❌
893
16
Iyyannoo M/b sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Alii irraa; Barattuu Daraartuu Tulluu Baggajjaa kan jedhamtu, barattuu m/b kan turteefi barnootaa ishee addaan kuttee kan turte, ragaa m/b tokko malee qindoominna maatii fi Qindeessaa Qorumsaa nama Mangashaa jedhamuun humnaan seeraan nu sossodaachisanii qoraa waan jiraniif qaamii dhimmii kun ilaalu qaama osoo hin baratin qoraa jiran kan akka hittiftan kabajaan isin gaafanna? G/G Waaj/barn.Godina Booranaatiif, Waaj/barn.Bul.mag.Yaaballootiif
779
17
Barattoota Saayinsii Uumamaa Marsaa 5ffaa hundaaf, Baga Qorumsa Marsaa 5ffaa kan guyyaa jalqabaa nagaan xummurtan jechaa, rakkoon system wal qabattee guyyaa har'aa mudate, rakkoo akka waliigalaatti qorumsii yeroo gadii dhiifameetti mudate jedhamee jira. 👉Rakkoo system wal qabattee mul'atteef furmaata akkamii laattan jennee raawwachiiftota qorumsaa yoo gaafannu; 1. Deeggarsa ogummaa kennuufi daree haaraa duraan qorumsii itti hin kennamne isa network fooyya'aa qabuutti jijjiirre jedhu, 👉 Sa'aatiin dabalataan maaliif hin kennamne jennee yoo gaafannu? Barattoota biraatti akka rakkoo addaatti kan isaan kaasan innii guddaan; barattootni sa'aatii dabalataa fudhachuu dhiisii, sa'aatii isaaniif kennameeyyuu muraasa qofa fayyadamuun ariitiin xummuranii submit godhanii bahuuf jarjaru jedhu. 👉 Kanaaf, Sa'aatii isaniif kenname hundaa tasgabbiin dubbiftanii akka hojjattan cimsinee isan beeksifna. 👉Qabxiin 0.5% gatii qabdi waan taateef, sa'aatii isiniif kenname dursitanii yoo fixxan, hanga sa'aatiin xummuraa gahuutti turaatii keessa deebiin qulqulleeffadhaa malee, fiigdanii tasgabbiillee wal hin dhowwinaa. Waaqii isan haa milkeessuu! Milkaa'a!
791
18
Adoolessa, 09/2018 Barattootni Saayinsii Hawaasaa kan Marsaa 5ffaa Qorumsa nagaan seenanii jiru. Milkaa'a!!! Dabalataan: Qorumsii akkuma eegaleen barattuun Aynaalem Yohannis Siisaay kan jedhamtu Ciniinsifattee Hospittaala Yaaballootti yaaliin ogeeyyiin taasifameef nagaan ilma dhiiraa deettee jirti. Waaqii sii guddisinna ya jenne!
882
19
+5
没有文字...
963
20
+9
没有文字...
918