cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

Більше
Фінляндія1 812Мова не вказанаОсвіта40 171
Рекламні дописи
2 736
Підписники
+924 години
+567 днів
+15230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Sagantaa model kutaa 12ffaa kan bara 2016 E.C CRC Shalaka
Показати все...
👍 7
❤️👍Barnootii itti fufa❤️👍 Manneen barnootaa bulchiinsa Mag/Yaaballoo hundaaf👍 Bori 20/09/2016 barnootii kan kennamuuf barattoonnii kutaa 6 fi 8 dabalatee harcaatii tokko malee baruuf barsiisuun kan itti fufu ta'usaa kabajaan isin beeksifna.
Показати все...
😁 6
Barsiisota M/b sad.2ffaa Sh/J/Alii Bara 2016 Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa supervisor tokko (1) Fi cheive tokko (1) ulaagaa armaan gadiin boru gaafa guyyaa 16/09/2016 haga sa'atii 6:00 ittii dorgomsiisa nuuf ergaa waan jedhanii namoonni ulaagaa gutan akkaa dorgomta isiin beeksifna
Показати все...
👍 2
Nagaa oltaani? Qormaani biyyooleessa kutaa 12ffaa bara 2016 qormaani kan kenamuu online fi waraqaan akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa dhaamsa gadi buusun isa beekama dha. Guyyaa hardhaa Biiroon Barnoota Oromiyaa kallatii ka'een qorumsii online kan kenamuu magaalotaa Oromiyaa keessa afur qofa dha isaanis 1. Magaala Jimmaa 2. Magaala Shaggar 3. Magaala Bishooftuu fi 4. Magaala Adaama wofa waan ta'eef manneen barnoota godina keenya waan hin ilaaleef barattootni akka hin burjaaja'in manneen barnoota barattoota isaanitif akka beeksitan isiniin jenna. Birhaanuu Taayyee
Показати все...
21👍 11😢 6🤯 1😱 1
👍 1