es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

Ir al canal en Telegram

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

Mostrar más
3 755
Suscriptores
Sin datos24 horas
-57 días
-1330 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
oct '26
octubre '26
+42
en 0 canales
septiembre '26
+68
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+107
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+45
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+114
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+84
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+21
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+63
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+43
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+90
en 1 canales
Get PRO
diciembre '25
+56
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+33
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+64
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+93
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+50
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+65
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+69
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+83
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+67
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+94
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+83
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+124
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+62
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+66
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+104
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+131
en 0 canales
Get PRO
agosto '24
+58
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+99
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+230
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+203
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+137
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+104
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+135
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+93
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+82
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+35
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+107
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+139
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+80
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+119
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+72
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+43
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+38
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+41
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+159
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+59
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+55
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+42
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+102
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+158
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+145
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+56
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+70
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+48
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+60
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+69
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+23
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+18
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+65
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+155
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+123
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+71
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+32
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+123
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+81
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+94
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+126
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+662
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
31 octubre+1
30 octubre0
29 octubre+2
28 octubre+1
27 octubre+1
26 octubre0
25 octubre+2
24 octubre0
23 octubre+2
22 octubre+1
21 octubre0
20 octubre+1
19 octubre+2
18 octubre+1
17 octubre+1
16 octubre+1
15 octubre+2
14 octubre+2
13 octubre0
12 octubre+3
11 octubre+1
10 octubre+1
09 octubre+3
08 octubre+1
07 octubre0
06 octubre+3
05 octubre+2
04 octubre+6
03 octubre+2
02 octubre0
01 octubre0
Publicaciones del Canal
👉Dhaabbatii SOS Qee'ee Daa'immanii Fedhii Ijaarsa Project adda addaa manii barumsaa qabu galmeeffatanii, murteef gara biiroo isaaniitti deebi'anii jiru. Fedhii adda bahe; 1. Ijaarsa mana dubbisan 2. Ijaarsa mana Fincaanii 3. Ijaarsa daree ICT fi 4. Ijaarsa pathway fi RAM ✅Waaqii nu milkeessinnaa! 👉The SOS Children’s Village organization has registered the various school construction project needs and has returned to its office for further consideration and decision-making. The identified needs are: 1. Construction of a Library. 2. Construction of Toilets. 3. Construction of a Perimeter Fence. 4. Construction of ICT Classrooms. 5. Construction of Pathways and Ramps. ✅May God make our enterests successful!

2
Ibsa Gaddaa Barsiisaa Tegenee Biraanee kan jedhamuufi barsiisaa m/b sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Alii kan turan eda Galgala Onk,18/2019 halkan keessa du'aan Addunyaa kan irraa boqatanii jiru. Kanaaf, Sirrii awwaalcha isaanii guyyaa har'aa Onk,19/2019 waan ta'eef, Barsiisotni keenna hundii Naannoo sa'aatii 4:00 tti Qe'ee maatii Ollaa Bajaaj taraa haaraatti argamtanii akka maatii waliin gadda isaanii qoodannu kabajaan isin gaafanna. Maatii, firaafi fiixaa, hiriyyoota, onaafi Ollaa isaa hundaaf jajjabina hawwina 😌😌😌
596
3
+1
Sin texto...
1 238
4
Ergaa Barattootaaf, 'Harkii Lachuu Meetaa, Akka Lachuu Beenaa' ta'uu malle. Yoo akkasi hin godhin akka 2 miidhamuu jirra jechu. Kanaaf, yeroo barnootaa barachuu, yeroo barnootaan alaa waan danda'aniin deeggarsa barbaachisu tolchuu(Dhiiga laachuu fi deeggarsa humnaa dabaree dabareen tolchuu) Yoo akkasi hin godhin, ka wal hin dhageeffanne, ka wal jalaa eeyee hin jenne, yoo taate rakkoo 2ssoo keessa jirra. Kanaaf, fulaa jirru hundaatti hubannaafi qalbeeffannaan nagaa iddoo jirruu eegachaa baradhaa isaniin jenna.
1 169
5
+2
Sin texto...
1 263
6
Lubbuu Bakka Hin Buune Dhiiga Bakka Bu'uun Oolchitanii Jirtu! Barattootni keenna deeggarsa dhiigaa taasisaa jiru. Galatii Keessan Guddaa!
1 231
7
Barsiisotaa fi Barattoota m/b keennaa hundaaf; Akkuma beekkamu guyyaa har'aa jechuun, Onk,11/2019 sababa rakkoo nageenyaa Magaala Mooyyalee keessaatti warrii Naannoo 5'n nurraan gaheen, barattootni Sagalee Mormii dhageessisaa ooluun isaanii ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan marii taasifameen; hubannoon uumameef, rakkoon uumame kan hundaa keenyaa jechuun irraatti walii galamee, qaamoleen nageenyaa hundii nagaa daangaa keennaa eeguuf achi waan jiraniif barnootni keenna nagaan akka itti fufu waliigallee jirra. Kanaaf, barnoota irraa hafuun nuuf miidhaa biraa waan ta'eef barsiisotaa fi barattootni keenna hundii kanuma hubattanii baruu barsiisuu keessan irraatti akka argamtan isan beeksifna. 👉Haqa qabna waan ta'eef Waaqii dhugaa nuu ha muruu! Nagaan Biyya Kennaaf🤲
1 391
8
Sin texto...
1 212
9
spiral_null-1792374530730.jpg
1 392
10
Raawwii hojii Kurmaana 1ffaa 2019/Hojii Boqonnaa Qophiitii hanga ammaa; 1. Barnoota Gannaa kennuu(Kutaa 4_12) 2. Haaromsa daree 16 fi suphaa Dallaa 210m (Qorqooroon) 3. Tusee moora keessaa qulqulleessuu 1hek. 4. Suphaa Teessoo barattootaa 460 5. Bu'aan madaallii barattoota kutaa 12ffaa bara 2018 adda ba'uu(kallattiin b/taa 88 fi Remedial 193), walumaagalaatti barattootni 281 carraa Yuunifersitii seenuu argachuu 6.Galmeen Barattootaa taasifamuufi hojiin baruu barsiisuu eegaluuf(b/ta'a 3615) 7. Guyyaan Alaabaa sirna ho'aan gaggeeffamuu 8. Bu'aa Raawwii 2018 fi karoora bara 2018 irraatti Mariin Staff taasifamuufi ijaarsii koree adda addaa taasifamuu 9. Laftii Qonnaa m/b qotamuufi Boloqqeen facaafamuu 10. Gaagurtii Ammayyaa 5 fi kan Ce'umsaa 5 =10 bitamuufi hidhamuu 10. Hubannoon Tiraafikaa qaamolee qindoominnaa, Waajira Poolisiifii Geejjibaatiin kennamuu 11. Daawwannaan hojii Reach Project kanaan duraa raawwatamee taasifamuufi Gumaatii Gumii Koorniyaa taasifamuu 12. Madaalliin barattootaa kennamuu eegaluufi kkf Nulleen hin carraandha, Waaqiilleen Nu Gargaara!!! Kaayoo qabna!
1 564
11
#Beeksisa_Ariifachiisaa Barattoota Kutaa 9ffaafi 10ffaa MBBA Federaalaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf! ----------- WBGB- Fulbaana 30/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa 9 irratti barattoota gara kutaa 9ffaa darban, Manneen Barnootaa 5 irratti barattoota kutaa 10ffaa simachuu beeksisa baasaa turuun ni beekama. Haaluma kanaan hanga har'aatti barattoota barachuuf fedhii qabaniif iddoon duwwaan jiraachuu ibsuun ammas dabalataan Simachuu akka barbaadan beeksisuun liinkii asiin gadii banaa godhaniiru. Kanaafuu, barattootni. maatiin barataafi barsiisotni ijoollee carraa gaarii kanatti fayyadamuu danda'aniifi barbaaddan galmee guyyoota 3f turu kana akka galmaa'an/akka jajjabeessitaniifi galmeessiftani/ isin beeksifna. Liinkichis:- https://sbs.moe.gov.et/apply #Galmaa'aa!/Maatiifi Barsiisaan Jajjabeessaa! #Carraatti_Fayyadamaa! #Carraa Gaarii!
1 807
12
Barsiisotaa fi hojjattoota m/b sad.2ffaa Shaalaqaa Jaatanii Alii hundaaf, Nagaafi yooyyoo isin fuudhaa, Ful,30/2019(Sambata Xiqqaa) Marii Staff guutuu waan qabnuuf Ganama Sa'aatii 2:00 tti harcaatii tokko malee m/b tti akka argamtan kabajaan isin beeksifna. Sagantaa sa'aatii 2:00-6:00 qofa yoo ta'u; 1. Raawwiin waggaa 2018 2. Karoorii 2019 3. Raawwiin hojii Boqonnaa Qophii(Kurmaana 1ffaa) fi 4. Ijaarsii hojii adda addaa kan itti taasifamu ta'a. Kanaaf, yeroon dhumnee karoora keenna waliin beennee, kan waliin godhannee, hanqinnaafi ciminna jiru adda baafannee, ciminnoota qabnu itti fufsiifnee, hanqinnoota qabnu furuuf waliin taanee irraatti hojjannee hojii barnootaa baruu barsiisuu bara barnootaa 2019 akkuma kanaan duraa waliin ha milkeessinuu!
1 695
13
Sin texto...
2 105
14
Ogeeyyii waajjira barnootaa, dura bu'ootaa  fi barsiisota Magaalaa Yaaballoo hundaaf: ‎Akkam,nagaa jirtuu Baga bacaqii gannaa nagaan baatanii baga nagaan gara booqaa birraatti Nagaan dhuftan baga Ayyaana Irreecha bara 2019 nagaan geessaan!! Barri 2019 kan Nagaa,Kan badhaadhinnaa,kan Milkaa'inaa isiniif haata'u jechaa guyyaa boruu gaafa guyyaa (24/01/2019) Ayyaana irreecha goda garbii yaaballootti ummata Magaalaa waaliin waan kabajnuuf uffata aadaa keessan ibsuun faayamtanii ganama Sa'aa 12:00 irratti Dhakaa Qakkeetti walgeenyee akka irreeffannu isiniin jedha. Aadaan nafa ofiiti, nafa ofii abbaatu jabeeffata. ‎                Horaa Bulaa, ‎Ayyaana gaarii !!
2 334
15
BAGA AYYAANA IRREECHAA BARA 2019 NAGAAN GEETTAN!!!
2 125
16
#Beeksisa Barsiisota Jijjiirraa Keessoo Barbaadan Hundaaf! -------- BBO - Fulbaana 23/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa marsaa 1ffaa 'online' n gaggeessuun ni yaadatama. Haaluma walfakkaatuun jijjiirraa marsaa 2ffaa "Jijjiirraa Keessoo" qopheessun manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban irratti barsiisota fedhii qaban jijjiirraa keessoon(Aanaalee keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa biroofi Magaalota keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa birootti ) moosaajii qophaa'e irratti 'online'n iyyannoo(Apply) gochuu ni dandeessu. Waajjirri barnootaa Aanaalees manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban Wiixata 25/01/2019 jalqabdanii moosaajicharratti banaa akka taasiftan isin beeksifna. #Hubachiisa:- Barsiisotni Fulbaana 26 - 27/01/2019 tti iyyachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. - #Liinkichas Kibxata Ganama Gad-dhiifna.
2 198
17
Sin texto...
2 018
18
Baga Ayyaana Masqalaa Bara 2019 Nagaan Geettan!
2 563
19
📢 ማስታወቂያ በ2018 ዓ.ም የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት መልቀቂያ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ ግብር የመግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ እና በ2019 ዓ.ም በትግራይ ክልል በሚገኙ
📢 ማስታወቂያ   በ2018 ዓ.ም የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት መልቀቂያ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ ግብር የመግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ እና በ2019 ዓ.ም በትግራይ ክልል በሚገኙ የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች ለተመደባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡   1.   በ2018 ዓ.ም የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡   የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በሚከተለው ማስፈንጠሪያ (Link) በመግባት መመልከት ትችላላችሁ፦ 👉 https://student.ethernet.edu.et/view-placement ቅሬታ ለማቅረብ፡ https://student.ethernet.edu.et/complaints ተጠቀሙ።   2.   በዝውውር በጊዜያዊነት ከትግራይ ክልል ውጪ ወደሚገኙ ሌሎች የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች የተመደባችሁ አዲስ ገቢ ተማሪዎች የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በሚከተለው ማስፈንጠሪያ (Link) በመግባት መመልከት ትችላላችሁ፦   👉 https://student.ethernet.edu.et/view-placement   3.   በትግራይ ክልል በሚገኙ ዩኒቨርሲቲዎች ስትማሩ የነበራችሁ ነባር ተማሪዎች፡ በጊዜያዊነት የተመደባችሁበትን ዩኒቨርሲቲ በ https://student.ethernet.edu.et/university-transfer/ ማስፈንጠሪያ በመግባት የራሳችሁን ፋይዳ (የመለያ ቁጥር) በመጠቀም መመልከት የምትችሉ መሆናችሁን እንገልጻለን።   ትምህርት ሚኒስቴር
2 683
20
Ergaa Ariifachiisaa? Ful.14/2019 Barattoota kutaa 12ffaa bara 2018 Qorumsa Biyyoolessaa fudhattanii qabxii darbiinsaa Remedial qabdaniifi sababa System isin dideef hanga har'aatti iddoo/Yuunifersitii hin filatin hundaaf, Ministerii har'a hanga sa'aatii 10:00 tti qofa ragaa nuuf ergaa waan jedheef, ammuma ariitiin akka m/b qunnamtanii ragaa barbaachisuu guutattan cimsinee isan beeksifna.
2 156