Qaroo Waamaraa
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel Qaroo Waamaraa
Channel Qaroo Waamaraa (@forallthingseye) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 19 239 subscribers, ranking 4 120 in the Religion & Spirituality category and 264 in the Finland region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 19 239 subscribers.
According to the latest data from 08 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 12 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 13.28%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 5.66% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 2 555 views. Within the first day, a publication typically gains 1 089 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 14.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 09 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 September | +4 | |||
| 08 September | +2 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | +6 | |||
| 05 September | +10 | |||
| 04 September | +2 | |||
| 03 September | +18 | |||
| 02 September | +10 | |||
| 01 September | +1 |
| 2 | Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf kenname fi hiika jireenya kootiiti.
Namaan jaalatamu mitii nama jaalachu keetin nama gaarii akka taatu hubadhu.
Maal Wayyaa? | 1 |
| 3 | Namni fagoof dhihoo
Waan fedhe dubbatu
Waan keessa koo jiru
Eenyuyyuu hin hubatu | 701 |
| 4 | Mudannoo 1 keessa;
Muuxannoo 1k tu jira
Akkasuma
Kufaatii 1 keessa
Barumsa 1k tu jira
Akkasuma | 737 |
| 5 | Yeroo tokko tokko
Humnaa OL sitti ta'a
Jaalala hambisuuf
Kabaja kee gattee
Otooma miidhamtuu
Dhiifama gaafattee
Miira kee moo'attee
Obsaan yoo gad jette!
Gaarii ture jenneet
Jaalala kees dhabdee
Kabaja kees dhabda
Gaaf san qalbii cabdee
Aariin OFIIkee adabda!
Yaada namaa miti
Namayyuu jibbita
Jaalala faarsitee
Gad jechuu gaabbita
Malli maali malli maali
Maal wayyaa?
Abjuudhaan malee
Sin argu ani guyyaa | 881 |
| 6 | Sagalee kee dhaga'uuf
Utuun qofaa miixadhuu
.
.
.
.
.
. | 970 |
| 7 | Warqeekoo
Yoo dubbatan
dubbii qaba
Yoo callisan
murtii dhaba
Silaa.
Gaafa Ture gaafa bule
Akka baraa akka garaa
Keessa ofii Gola ofii
Maaltu namaa baraa?
Warqittiif | 923 |
| 8 | Yoo dubbatan dubbii qaba
Yoo callisan murtii dhaba
Silaa.
Gaafa Ture gaafa bule
Akka baraa akka garaa
Keessa ofii Gola ofii
Maaltu namaa baraa?
Warqittiif | 1 |
| 9 | Gurreeko! | 1 |
| 10 | Natti dhaga'ama
Keessa kootii ka'ee
Siif hin danda'ama
Inni humnakoon ol ta'e | 880 |
| 11 | ISA DHUMAA MITI
Bitaaf mirga ilaalee
Sin eegsisu sobaan
Amalli kabaja caala
Sin jaalladha dhugaan
Tokkon bakka sin buusu
Anaaf situ WABII DHA.
Waadaa gola onneekoo
Wal jaalalli ABDIIDHA.
Harki jaalalaa walqaba
Hidhaa malee walhiiti
Jireenyi kunis jalqaba
KUN ISA dhumaa miti | 1 082 |
| 12 | Jaalalaaf Safuu!
Miilla malee si oofa
Karaa malee
Yaada malee | 985 |
| 13 | Ati Darbiteetta... 💯 | 1 063 |
| 14 | Lama natti taate
Gaafa dukkanaa'u
Xomboora bobeessu
Mukukkula guuranii
Gurraacha addeessu
Lama natti taate
Warqeen soorettiidha
Mataatti na baate
Gurreen ko'eettiidha.
Tokko harkaa qabdi
Tokko morkaa qabdi
Maaf deebii dhabdi?
Silaa MIRGA Qabdi? | 1 135 |
| 15 | #Amaloota_Namoota_Dafanii_Aaranii_10n:
1. Onnee Qulqulluu Qabu:
✅Aariin isaanii gubbaama qofa. Keessoo isaaniitti haaloo fi summii yeroo dheeraa xaxani qabachuu hin beekan.
2. Fakkeessuu Hin Beekan:
✅Keessoon isaanii fi gubbaan isaanii tokkuma. Fuula lama qabaachuu fi duubatti shira xaxuu hin beekan.
3. Dafanii Dhiifama Gochuu:
✅Akkuma dafanii aaran, aariin isaanii erga qabbanaa'ee booda dafanii dhiifama godhu, waan darbes ni dagatu.
4. Dhugaadhaan Nama Amanu:
✅Onnee guutuun nama amanu; namoota biroo irraas dhugummaa fi amanamummaa qofa eegu.
5. Jaalala Ho'aa Qabu:
✅Aariin isaanii akkuma ho'aa ta'e, jaalalli fi kunuunsi namoota jaallataniif qabaniis baay'ee gadi fagaata. Onnee guutuu jaalata.
6. Garaa Laafeyyiidha:
✅Yeroo namni biraa rakkatu ykn miidhamu dafanii garaa isaaniitti dhaga'ama, gargaarsaafis qophaa'oodha. Namaa yaadu.
7. Duubatti Nama Hamachuu Hin Beekan:
✅ Waan komatan dura keetti dubbatu malee, duuba keetiin nama hamachuu fi shira xaxuun isaan bira hin jiru. Dhoksaa hin beekan. Iftoomina qabu.
8. Dafanii Dhiifama Gaafatu:
✅Erga tasgabbaa'anii booda yoo dogoggoraniiru ta'e, boona malee dafanii "naaf dhiisi" jedhanii dhiifama gaafatu.
9. Miira Isaaniitiif Amanamoodha:
✅Miira isaanii (gammachuu, gadda, aarii) dhoksuuf hin yaalan; waan dhugaatti isaaniitti dhagahamu calaqqisiisu. Sobaaf hin yaalan.
10. Amanamummaa Cimaa Qabu:
✅Hiriyaa ykn nama jaallatan tokkoof amanamummaa guddaa qabu; yeroo dhiphinaas cinaa namaa irraa hin fagaatan. Obsi gowwummaa irraa gargari. Obsuun gaariidha. Ta'us garuu daangaa qaba. | 1 155 |
| 16 | Gaaffiin inni guddaa
OBSA NAMA dhorkata
Humnaa OL yoo ta'u
Didee NAMA mo'ata | 1 216 |
| 17 | Amboo Gaafa Xiiqii
Amboo maqaa kumaa
Amboo lafee qabsoo
Hawwii nama hundumaa
Amboo gaafa giitii
Amboo lafa seenaa
Amboo biyya gootaa
Amboo lafee seenaa
Amboo mataa biyyaa
Amboo guca qabsoo
Amboo biyya kiyyaa
Amboo gaafa rakkoo
Amboo.....! | 1 392 |
| 18 | Guyyaa gaarii Waan Ofii
Soorettii haadha sooraa
Na qaqqabadhu kaa dafii
Sumaafan dukkana jooraa
Jiituuko💎🖤 | 1 356 |
| 19 | Yaaddee beektaa? Silaa utuu umurii mallaqaan BITATAN ta'ee, duuti kan hiyyeessootaa Qofa taati ture. Kan deemanii hin fixne karaadha, Kan beekanii hin fixnes garaadha. | 1 197 |
| 20 | Halkan yoo aduun badde hin boo'in, imimmaan urjii akka argitu waan siif hin hayyamneef. Hin Boo'iin!
Yeroo Uumaa kee kadhattu Hojii salphaa hin kadhatiin, Humnaa fi dandeettii hojii ulfaataa si dandeessisu fi moosisu kadhadhu | 1 438 |
