en
Feedback
Qaroo Waamaraa

Qaroo Waamaraa

Open in Telegram

Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Qaroo Waamaraa

Channel Qaroo Waamaraa (@forallthingseye) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 19 239 subscribers, ranking 4 120 in the Religion & Spirituality category and 264 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 19 239 subscribers.

According to the latest data from 08 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 12 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 13.28%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 5.66% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 2 555 views. Within the first day, a publication typically gains 1 089 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 14.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 09 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

19 239
Subscribers
+124 hours
+357 days
+1230 days
Posts Archive
Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf kenname fi hiika jireenya kootiiti. Namaan jaalatamu mitii
Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf kenname fi hiika jireenya kootiiti. Namaan jaalatamu mitii nama jaalachu keetin nama gaarii akka taatu hubadhu. Maal Wayyaa?

Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf kenname fi hiika jireenya kootiiti. Namaan jaalatamu mitii nama jaalachu keetin nama gaarii akka taatu hubadhu. Maal Wayyaa?

Namni fagoof dhihoo Waan fedhe dubbatu Waan keessa koo jiru Eenyuyyuu hin hubatu

Mudannoo 1 keessa; Muuxannoo 1k tu jira Akkasuma Kufaatii 1 keessa Barumsa 1k tu jira Akkasuma

Yeroo tokko tokko Humnaa OL sitti ta'a Jaalala hambisuuf Kabaja kee gattee Otooma miidhamtuu Dhiifama gaafattee Miira kee moo
Yeroo tokko tokko Humnaa OL sitti ta'a Jaalala hambisuuf Kabaja kee gattee Otooma miidhamtuu Dhiifama gaafattee Miira kee moo'attee Obsaan yoo gad jette! Gaarii ture jenneet Jaalala kees dhabdee Kabaja kees dhabda Gaaf san qalbii cabdee Aariin OFIIkee adabda! Yaada namaa miti Namayyuu jibbita Jaalala faarsitee Gad jechuu gaabbita Malli maali malli maali Maal wayyaa? Abjuudhaan malee Sin argu ani guyyaa

Sagalee kee dhaga'uuf Utuun qofaa miixadhuu . . . . . .
Sagalee kee dhaga'uuf Utuun qofaa miixadhuu . . . . . .

Warqeekoo Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii G
Warqeekoo Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii Gola ofii Maaltu namaa baraa? Warqittiif

Repost from Qaroo Waamaraa
Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii Gola ofii M
Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii Gola ofii Maaltu namaa baraa? Warqittiif

Gurreeko!

Natti dhaga'ama Keessa kootii ka'ee Siif hin danda'ama Inni humnakoon ol ta'e

ISA DHUMAA MITI Bitaaf mirga ilaalee Sin eegsisu sobaan Amalli kabaja caala Sin jaalladha dhugaan Tokkon bakka sin buusu Anaa
ISA DHUMAA MITI Bitaaf mirga ilaalee Sin eegsisu sobaan Amalli kabaja caala Sin jaalladha dhugaan Tokkon bakka sin buusu Anaaf situ WABII DHA. Waadaa gola onneekoo Wal jaalalli ABDIIDHA. Harki jaalalaa walqaba Hidhaa malee walhiiti Jireenyi kunis jalqaba KUN ISA dhumaa miti

Jaalalaaf Safuu! Miilla malee si oofa Karaa malee Yaada malee

Ati Darbiteetta... 💯

Lama natti taate Gaafa dukkanaa'u Xomboora bobeessu Mukukkula guuranii Gurraacha addeessu Lama natti taate Warqeen soorettiid
Lama natti taate Gaafa dukkanaa'u Xomboora bobeessu Mukukkula guuranii Gurraacha addeessu Lama natti taate Warqeen soorettiidha Mataatti na baate Gurreen ko'eettiidha. Tokko harkaa qabdi Tokko morkaa qabdi Maaf deebii dhabdi? Silaa MIRGA Qabdi?

#Amaloota_Namoota_Dafanii_Aaranii_10n: 1. Onnee Qulqulluu Qabu: ✅Aariin isaanii gubbaama qofa. Keessoo isaaniitti haaloo fi summii yeroo dheeraa xaxani qabachuu hin beekan. 2. Fakkeessuu Hin Beekan: ✅Keessoon isaanii fi gubbaan isaanii tokkuma. Fuula lama qabaachuu fi duubatti shira xaxuu hin beekan. 3. Dafanii Dhiifama Gochuu: ✅Akkuma dafanii aaran, aariin isaanii erga qabbanaa'ee booda dafanii dhiifama godhu, waan darbes ni dagatu. 4. Dhugaadhaan Nama Amanu: ✅Onnee guutuun nama amanu; namoota biroo irraas dhugummaa fi amanamummaa qofa eegu. 5. Jaalala Ho'aa Qabu: ✅Aariin isaanii akkuma ho'aa ta'e, jaalalli fi kunuunsi namoota jaallataniif qabaniis baay'ee gadi fagaata. Onnee guutuu jaalata. 6. Garaa Laafeyyiidha: ✅Yeroo namni biraa rakkatu ykn miidhamu dafanii garaa isaaniitti dhaga'ama, gargaarsaafis qophaa'oodha. Namaa yaadu. 7. Duubatti Nama Hamachuu Hin Beekan: ✅ Waan komatan dura keetti dubbatu malee, duuba keetiin nama hamachuu fi shira xaxuun isaan bira hin jiru. Dhoksaa hin beekan. Iftoomina qabu. 8. Dafanii Dhiifama Gaafatu: ✅Erga tasgabbaa'anii booda yoo dogoggoraniiru ta'e, boona malee dafanii "naaf dhiisi" jedhanii dhiifama gaafatu. 9. Miira Isaaniitiif Amanamoodha: ✅Miira isaanii (gammachuu, gadda, aarii) dhoksuuf hin yaalan; waan dhugaatti isaaniitti dhagahamu calaqqisiisu. Sobaaf hin yaalan. 10. Amanamummaa Cimaa Qabu: ✅Hiriyaa ykn nama jaallatan tokkoof amanamummaa guddaa qabu; yeroo dhiphinaas cinaa namaa irraa hin fagaatan. Obsi gowwummaa irraa gargari. Obsuun gaariidha. Ta'us garuu daangaa qaba.

Gaaffiin inni guddaa OBSA NAMA dhorkata Humnaa OL yoo ta'u Didee NAMA mo'ata
Gaaffiin inni guddaa OBSA NAMA dhorkata Humnaa OL yoo ta'u Didee NAMA mo'ata

Amboo Gaafa Xiiqii Amboo maqaa kumaa Amboo lafee qabsoo Hawwii nama hundumaa Amboo gaafa giitii Amboo lafa seenaa Amboo biyya
+9
Amboo Gaafa Xiiqii Amboo maqaa kumaa Amboo lafee qabsoo Hawwii nama hundumaa Amboo gaafa giitii Amboo lafa seenaa Amboo biyya gootaa Amboo lafee seenaa Amboo mataa biyyaa Amboo guca qabsoo Amboo biyya kiyyaa Amboo gaafa rakkoo Amboo.....!

Guyyaa gaarii Waan Ofii Soorettii haadha sooraa Na qaqqabadhu kaa dafii Sumaafan dukkana jooraa Jiituuko💎🖤
Guyyaa gaarii Waan Ofii Soorettii haadha sooraa Na qaqqabadhu kaa dafii Sumaafan dukkana jooraa Jiituuko💎🖤

Yaaddee beektaa? Silaa utuu umurii mallaqaan BITATAN ta'ee, duuti kan hiyyeessootaa Qofa taati ture. Kan deemanii hin fixne karaadha, Kan beekanii hin fixnes garaadha.

Halkan yoo aduun badde hin boo'in, imimmaan urjii akka argitu waan siif hin hayyamneef. Hin Boo'iin! Yeroo Uumaa kee kadhattu
Halkan yoo aduun badde hin boo'in, imimmaan urjii akka argitu waan siif hin hayyamneef. Hin Boo'iin! Yeroo Uumaa kee kadhattu Hojii salphaa hin kadhatiin, Humnaa fi dandeettii hojii ulfaataa si dandeessisu fi moosisu kadhadhu