𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!
Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel 𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!
Channel 𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊! (@baharorotelegram) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 24 934 subscribers, ranking 7 839 in the Education category and 1 396 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 24 934 subscribers.
According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 609 over the last 30 days and by 16 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 15.38%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.37% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 3 835 views. Within the first day, a publication typically gains 841 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 34.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Of bari!
Eessaa akka kaate
Seenaa fi eelaakee
Keessaas isa baate
Gidiraaf beelakee
Walaloo hunda argattuu
Share fi Join godhaa waliif qoodaa
Yaadaaf 👇
@baahar_Umar”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | +17 | |||
| 06 September | +14 | |||
| 05 September | +14 | |||
| 04 September | +25 | |||
| 03 September | +6 | |||
| 02 September | +44 | |||
| 01 September | +58 |
| 2 | 🕊️ 💕🫶🌏
An simbirroo samiiti
At qurxummii galaanaa
Halaalarra dhaabbannee
Fageenyarraa wal yaanna
Akka walitti hin siqneef
Uumamatu daangaadha
Akka walirraa hin siqneef
Jaalalatu danqaadhaa
Qurxummii koo nagaatti
simbirroon kee si yaaddii
❤️💗💟fuula Jaalala❤️
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
Https://t.me/baharOrotelegram | 2 348 |
| 3 | Moodela Shaggarii
Mucaa Dirree Dawaa
Bareedduu Wallaggaa
Boontuu warra Shawaa
Maashoo warra Jimmaa
Intala warra mootii
Kennaa koo ganamaa
Naaf qabeenya kooti
Intala warra Arsii
Haftee warra Aanolee
Siifan wareegama
Siifan falma lolee
Warra Arfan Qalloo
Dhiiga warra Calanqoo
Yoomiiyyuu sin jibbu
Sin jaalladha waankoo
Bareedduu Waabee gamaa
Kan qalbii na fuutu
Intala warra Baalee
Mucaa Waaqoo Guutuu
Fakkaattii Warqituu
Magaala qalloo koo
Mucaa warra Raayyaa
Goototti Walloo koo
Mucaa Bakar Waaree
Intala Harargee
Isheen halkan rafee
Aabjuu kootiin arge
Boontuu warra Shawaa
Obboleettii Haacaaluu
Kan darbeef kan dhufus
Eenyullee sin caalu
Intala Kamisee
Bareedduu Karrayyuu
Akkuma kaleessa
Sin jaalla arrayyu❤
Yaada qabaannaan @Baahar_Umar
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa.!
https://t.me/baharOrotelegram | 2 698 |
| 4 | Mee Altakkaaf Seenaati naaf dubbisaa kabajamtoota kiyya maatin jaalalaa.. | 2 576 |
| 5 | https://x.com/Barribaraan/status/2094160725686079847 | 2 536 |
| 6 | Ka'ee warqii siif ta'ee
Morma keetti diramuu?
Ka'ee moo filaa ta'ee
Rifeensa keen filamuu
Natti himi bareeduu koo
Maal sif ha baasu arsaa
Waanan akkatti sijaalluu
Anaafuun galle waansaa
💗❤️🥰Jaalala💟
✍️..by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 2 886 |
| 7 | I love you so much💗My familly🌹 | 3 421 |
| 8 | Utuun si barbaaduu
Bifa dhabee daaree
Taatee achiin haftee
Miilla bakar waaree
Si dhabuun anattii
Madaa qubaa taatee
Maalif yuusuu didee
Bineensi si nyaatee
Abdiidhaan si eeguu
Ja'ee ganaa dhuftaa
Moo akkuma salphaatti Deemtee achiin haftaa
Waloon walooma keenya
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 4 681 |
| 9 | Biiftuu Oromiyaa
Biqiltuu uumamaa
Beektuu warra Maccaa
Intala Tuulamaa
Giiftii warra lixaa
Mucaa Abbishee Garbaa
Daandiitti na eegi
Si dubbiseen darbaa
Boontuu warra Shawaa
Sanyii warra Daraaraa
Mucaa safuuf duudhaa
Haadha siinqee araaraa
Boontuu waabee gamaa
Warra Aliyyii Cirrii
Ishee orma hawwu
Kan jaallatu firri
Arsittii warra Nadhii
Mucaa Sikkoof mandoo
Gaaddisa aduu bonaa
Dibaabee gaaf yandoo
Maashoo Gibee gamaa
Mucaa abbaa Jifaarii
Intala Warqituu
Goota gaafa aarii
Muca Abbaa Gammachis
Warra Abbaa Booraa
Suuraa fi surraan keen
Qalbii kankoo soora
Mucaa Bakar Waaree
Intala afran qalloo
Beektu enyummaashee
Sanyii Raayyaaf walloo
Intala Booranaa
Beektuu safuuf duudhaa
Ati tole jennaan
Jaarsa ergeen si fuudha
💗😍Yaada qabaannan
👇👇👇👇
@Baahar_Umar Nuqunnamaa..
✍️.. By @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
Https://t.me/baharOrotelegram | 5 145 |
| 10 | Mudhiin qabaan guutu
Mormi taakkuu lama
Naaf himi qomoonkee
Maccamoo Tuulama?
Garami teessoonkee
Daseedhamoo Walloo
Harargeedhaa laata
Warra afran qal'oo
Nagaan oolaamee Ummata jaalalaa😍
Walaloon kun itti fufam...
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 5 606 |
| 11 | Jirtuu?✋ | 6 244 |
| 12 | Soorata kee ta'uu?
Akka na cuffattuu
Jaappoonii kee ta'uu?
Akka na uffattuu.....
Walaloo 💗jaalalaa
Guutuu Waloo kanaa namoonni fidi jattaan yaada kannadhaa....
✍️.. @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 6 530 |
| 13 | Mee yeroo garii Channaloota keenya kan APP Adda addaan bannee irraan nujajjabeessaa follow gochun👇👇👇👇👇👇👇
https://whatsapp.com/channel/0029Vb7YSto5PO0uvbM6tq20 | 6 895 |
| 14 | https://x.com/Barribaraan/status/2087547192009499001?t=y08WdsOOOmzNScug7EuT4A&s=35 | 6 830 |
| 15 | Walaloo Gaggabaabdu akkanaa🥰 Akka dhiyeeysinu Sagaleen feenaan yaada keessan nuuf gumaacha😍🥰 | 7 870 |
| 16 | Sansalanni sakaala kee
Sansalanni sakaala kee
Naqabeera akka haphee
Ana michiin jaalala kee
Na dhaheera gara laphee
Elaa yaada kulkulaa
Dhaba kee nan dadhaba
An araada jaalala kee
Utuun taa'uun gaggaba
Qilee keettan gatame
Qe'ee keettan hatame
Onnee kiyya weerarte
Mootee natti geerarte
Mootittii mootii miiraa
Gootittii gooftaa dhiiraa
Deemsi koos faana keeti
Keessi koos suma feeti.
#Haadha_Manakoof...
💟🌹🥰
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 7 469 |
| 17 | Mee Ka'ee Barrisuu...
Mee ka'ee barrisuu Qilleensarra kaadhuu
Hanga dachiif samii
Rakkorraa fagaadhuu.
Samii gubbaa yaabee
Gadi ilaaluu dachii
Rakkinni rakkattuun
Jirtii laata achii.
Jettee na waswaaste
Qalbiin obsa dhabdee
Waan duraan hin qabne
Eessaa naaf jalqabdee...
Kan qochaadhaaf kaa'e Allaattiin hin fuutuu
Humnaa ol hin hawwin, Teessee hawwuu qofaan Hawwin kee hin guutuu.
Aboo tasgabbaa'i Tasgabbaa'uu wayyaa Hundumaayyuu qabda Qabaannaniin fayyaa
#Kutaan_2ffaan itti fufa.....
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa...
https://t.me/baharOrotelegram | 6 137 |
| 18 | Namoonni Tiktok fayyadamteen mee mucaa qaxalee kana jajjabeessaa Walaloo gaggabaabdu sagaleen asirraan tamsaasa jiraa...
👇👇👇👇👇linki🔗
https://vt.tiktok.com/ZS4HsrmQB/ | 690 |
| 19 | Ija kee qulquullu
Aduu caalma ifuu
Hidhii kee bunuuti
Isa damma tiifuu
Mootii Mootitti
Siida aksuumin jedhuu
Funyaan kee konkoona
Maal utuun jiraadhee
Si bira yerookanaa
Gurraatti Afriikaa
Tarree Kan Mahiibuuba
Yaadi kee akka abiddaa
Waxaalee na gubaa
Dawwannan Koo suma
Eessa hin deemu lammu
Silaa akka haasa kee
Hin miyyaa'um dammuu!
𝗧𝗮𝗺𝘀𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼💟𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗘𝗲𝗴𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲𝗿𝗮!...
yaada qabaannan @Baahar_Umar Nuqunnamaa...
✍️.. By @baahar_Umar
Guddaa galatoomaa!
https://t.me/baharOrotelegram | 5 961 |
| 20 | #Maalif_Komatta_Hiree?
Yoo ati qabsoofte malee
Onneedhaa hanga tiruu
Carraaqqiidha malee...
Carraan lafarran jiruu
Akka waan rabbirraa
Rakkinni isaaf murtaa'ee
Namni carra maaf jedha ?
Osoon hojjanne taa'ee
Ka tattaafate hundaaf
Milkiin jiraam karraa
Taa'anii milkaa'udhaaf
Hin jedhamu carraa ...
Situu darbuu qaba
Gufuu meeqaa ciree
Ofiikee yoo tahe malee
Maaliif komatta hiree?
✍️.. by @Baahar_Umar
Guddaa galatoomaa..
https://t.me/baharOrotelegram | 6 616 |
