cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Qaroo Waamaraa

Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa itti hirmaadhaa!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
17 172
Obunachilar
+7524 soatlar
+3587 kunlar
+1 37630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Achis Jira edaa, akkuma isa asii Siyaasaaf wal ajjeesuu yaaluun.
Hammasini ko'rsatish...
6
Photo unavailableShow in Telegram
Ela! Boruuf guyyaatu Jira Har'a jiraachuukeef obsi Imimmaan dhabaa miti Imimmaan kaayyoo cobsi Murtii jajallatte ilaaltee Hin raafamiin gonkumaa Hir'uu har'aas madaaltee Hin boo'iin har'i 1, bor kuma Seeraaf heeratu akka dhabe Maanguddootu karaa maqe Beekaa-tu biyya ofiitti dabe Gootatu qe'ee hirmiis dhaqe Jettees borii-kee hin jeeqiin Inni haqaaf deemu dur dhaqe Garuu ati hin boo'iin malee Imimmaan rakkoo buuftee Dagattee hin taa'iin malee Kaayyoo kee lafas buuftee Tasan haftu kaayyoof kuftee Yoo rakkoon humnaa kufte! Yoo bilisummaan nuu dhufte Tasan haftu biyyaaf kuftee! Seenaan jiraatta borus luftee.
Hammasini ko'rsatish...
4
Photo unavailableShow in Telegram
ATUMTI YAA LUBBUUKO, MAALIIF JIRAACHAA JIRTAA? Gaaffii deebiin qabne Deebii gaaffii maleen Qalbii ofirraa dhabne Hojuma abba halleen Oliif gadin kaadha Halkanii fi guyyaa Ba'aa cimaan baadha Isan du'uuf iyyaa...! Addunyaa kana keessa Kunoo erguman dhufee Fedhii tokko malee Jiraan narraa kufee Hirmaachaa jiraanna Kunoo akkan taane Akkamiin gadi taana Osoo tokko taane! Manni eessa akka jiru Namni natti himun jiru Falli eessaa akka dhufu Namni yaada naan hiru Akka burqaa bishaanii Imimmaankoon roobsa Namni dhimma na qabu Dhiphina meeqan obsa Innumtillee al tokko tokko Qabee soofaarra na kaa'a Qaamakoo ibsaa irratti Sukkuumee na akaa'a Kana booda kabajamaa miti Kaayyoon isaa du'eera Jireenya isaa keessatti jiraachuunsaas dhumeera Jedhanii natti tuttuulu Jechaaf jecha guuranii Hamma walii xiqqeessu Hin jirree wayii tuulanii Jireenyi har'aa kunillee Bu'aa waanin qabne fakkaata Lola jireenya kootiif godhamu Mo'ichaan ala walirraa kaata.
Hammasini ko'rsatish...
4
Gadi dhiisi.aac3.77 MB
11👍 2😁 2
Photo unavailableShow in Telegram
39🤷‍♂ 1👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
16👍 10
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa Eebbifamaa Qabaadhaa Maatiin Qaroo Waamaraa hunduu...
Hammasini ko'rsatish...
29
Photo unavailableShow in Telegram
Soban Se'iin Asii fi achitti gulaaleen Yaadan soree seecca'a Ta'ii bor ta'u madaaleen Har'a yaadan machaa'a Soban se'iin nii mul'ata Hojiinkee galaa boruuti Aduu asitti eenyu dhokata Calaqqee biiftuu raruuti Addunyaa~tu si keessa Ammuma yeroon hojiikee Soban se'iin of-rageessa ATI of-gannaan badiikee Maal godha sobuun-kee Isheen turtee lafa seenti Gaafa fiigdee jala geessu Laftuu siqxee nama heenti Soban se'iin of hubadhu Addunyaa~tu SI keessa Kaayyoof garaa kutannaan Bakka yaadde ni geessa. Agamsaa+Finfinnee+Oromiyaa https://t.me/ForAllthingsEye
Hammasini ko'rsatish...
9👍 4
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.