Qaroo Waamaraa
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!
显示更多📈 Telegram 频道 Qaroo Waamaraa 的分析概览
频道 Qaroo Waamaraa (@forallthingseye) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 19 346 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 4 064,并在 芬兰 地区排名第 259 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 19 346 名订阅者。
根据 28 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 146,过去 24 小时变化为 5,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.12%。内容发布后 24 小时内通常能获得 6.29% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 536 次浏览,首日通常累积 1 216 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 15。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!”
凭借高频更新(最新数据采集于 29 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。
数据加载中...
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 29 九月 | +10 | |||
| 28 九月 | +5 | |||
| 27 九月 | +4 | |||
| 26 九月 | +26 | |||
| 25 九月 | +5 | |||
| 24 九月 | +7 | |||
| 23 九月 | +15 | |||
| 22 九月 | +6 | |||
| 21 九月 | +6 | |||
| 20 九月 | +3 | |||
| 19 九月 | +10 | |||
| 18 九月 | +9 | |||
| 17 九月 | +2 | |||
| 16 九月 | +13 | |||
| 15 九月 | 0 | |||
| 14 九月 | +2 | |||
| 13 九月 | +9 | |||
| 12 九月 | 0 | |||
| 11 九月 | +5 | |||
| 10 九月 | +29 | |||
| 09 九月 | +4 | |||
| 08 九月 | +2 | |||
| 07 九月 | 0 | |||
| 06 九月 | +6 | |||
| 05 九月 | +10 | |||
| 04 九月 | +2 | |||
| 03 九月 | +18 | |||
| 02 九月 | +10 | |||
| 01 九月 | +1 |
| 2 | Hiriyyaan dhugaa
Gaaddisa jiruu keeti
Hiriyyaan sobaa
Dhukkuba tiruu keeti
Itti wallaalte taanaan hojiin kee qofti si ajjeesa. Warra itti hin beekne; jaalalli ramaca caala gubee isaan qaqqaammata. | 765 |
| 3 | Jechikee yeroo maraa
Keessakootti coccobee
Sagaleekee inni haaraa
Keessakootti roobee
Yoom dhufti laataa?
Yoomi guyyaan isaa?
Jedhee of gaafadhus
Homaa siin hin jedhu
Waan ta'e yaadadhus
Waan tokko hin fedhu | 747 |
| 4 | Uffata kee ilaallaan
Kuulamaa natti ta'e
Dhoksee si jaalannaan
Dhukkuba natti ta'e | 730 |
| 5 | Magaallee leeqaa jirtu
Kuullee harka uumaa
Hortee Jootee Tulluu
Koortuu sanyii namaa
Biyyaa-foo biyya biyya
Wallaggaa jirtaaf malee
Jirraa--foo jirra jirraa
Walargaa dhibeef malee
Ambootti naaf koottu
Biyya gootonni mirree
Biyya fakkeenya biyyaa
Lafa loogoon hin jirree | 976 |
| 6 | Obsi! obsi yaa garaa ko
Jarjaraan qalbii hin qabu
Hirribaa ka'ee mugaa
Obsaan bara eeggatee
Aannan goromsaa dhugaa!
Fakkeenya bifaaf malee
Daaraaf daakuun firaaree?
Kannisaan utuun hiddamiin
Damma nyaachuun jiraaree?
Ammayyuu deemaan jira
Hin xumurre karaa koo
Raafamtee na hin raasin
Obsi obsi yaa garaa koo | 1 083 |
| 7 | "Haa hafu jedhanii
Fira ofiitti hafu" jedhan. | 1 247 |
| 8 | Si yaaduun koo waan hin oolleef utuu garaan koo siif na roora'uu boqonnaa tokko malee deebi'ee si biraa deeme. | 1 417 |
| 9 | Waa'eekee yoon yaadu
Jechootatu tarraa'ee
Dubbatamees miti
Hin dhumu barraa'ee
Jaalallee koo dhugaa
Sidha Kan na mararu
Waa'eekeen xiqqaate
Yaaddoonis na dararu
Dafqakee xab gochaa
Akka bokkaa tiifuu
Yaa Deessu bakkakee
Kan du'aniim siifuu
Hin danda'uuf malee
Saggoottan si baadha
Du'akee siif du'een
Lubbuukoo siif laadha | 1 243 |
| 10 | Harka duwwaa jirra garuu
Waan barbaachisaa hin dhabnu.! | 1 261 |
| 11 | 没有文字... | 1 287 |
| 12 | Qalbiinkoo si biraaf
Sagaleekee yaade
At hin barreef malee
Ture ergan si dhaade
Onneekoo walakkaa
Argama Kee goote
Haasaaf qalbii qabdaaf
Jaalalaan na moote
Harra si argadhe
Seeqakoo kaleessaa
Atumti qofaa kee
Waa hundaaf na geessa!
Warqeekoof | 1 322 |
| 13 | Yeroo tokko tokko jireenya barbaannu barbaaduuf jecha, jireenya nu barbaachisu dhabna.
Namni akka ta’u yoo dhabe, akka hin taane ta’a. Guddinni kamiyyuu adeemsa si gaafata.
Guddachuuf waan lama si barbaachisa. innis; Obsa fi abdii horachuudha. | 1 459 |
| 14 | Baga Geessan
Baga geenye!
Kun Mallattoo Masqalaati
Ayyaana Gaarii nuuf haa ta'u. | 1 405 |
| 15 | Masqalliif Galgalli
Waakkii hin Qabu.
Barri Dhiphana koo raawwateera. Maqaa Yesuusiin!
Nama mul'ata keetti si jajjabeessu hiriyyaa gaarii siif haa kennu.
Baga Jala Bultii
Masqala Mootii Ayyaanaa
Nagaan geessani.
Barichi Bara Olka'insaa Haaraa Nuuf haa ta'u. | 3 057 |
| 16 | Na yaaduu kee caala
Naa yaaduukee wayya
Wal jala darbuu caalas
Waliin jala darbuu wayya
Na beekuu kee mannaa
Naa beekuukee wayya
Haalakoo | 2 334 |
| 17 | Si waliin gaaf tokko
Abjuun seenaa taati
Si waliin gaaf tokko
Aduunis nuuf baati
Nu waliin gaaf tokko
Booriif karoorsina
Nu waliin gaaf tokko
Wal waliif boonsina
Anaaf at gaaf tokko
Gaafa eegalle karaa
Waanan yaadee yaadde
Naaf barta siin baraa
Guyyaa dhufu keessa
Guyyaan tokko keenya
Haalalatti hin hafnu
Guyyaa sanan geenya!
Lakki abjuu miti
Kun karoora kooti
Mucaa Hangar gamaa
Kan onneekoof mootii!
Gaaf tokko | 2 557 |
| 18 | Utuu waan fedhe ta'ee; nama si kabajuu fi nama si jaalatu jaalalaan qabdee hin miidhiin.💔 | 1 943 |
| 19 | “Halkan hin bariinnee fi Guyyaan hin darbine hin jiru waan ta’eef, obsa filanne.”
Jireenya keessatti rakkoon hundi yeroo isaa qaba. Har’a yoo dukkanaa’e, boruun ifa ta’uu danda’a. Waan si dhiphisu hundaaf furmaata yeroo sana keessatti argachuu baannus, obsaan turuun abdii kutachuu miti. Yeroo kee eeggadhu; wanti har’a ulfaataa fakkaatu boru hiika biraa qabaachuu danda’a. | 1 674 |
| 20 | Achi fagoo teessee
Waan ati naaf sarartu
Taakkuu jaalalaa keessee
Gubbaa dachee safartu
"Sagaleebkee sana
Kan nama mararu
Dhageenyaan gammadee
Dhabnaan na dararu;
Amala kee sana
Isa dilbii obsaa
Na marartaam atoo
Akkamittan dhoksa
Ija kee arguufan
Guyyaa lakkawwadha
Yoo rabbi eeyyame
Dhufnaan sin argadha"
Jettee qalbiikoo urursaa
Maaf nagaakoo uggurta
Kan onneekoo kurkursaa
Maaf fedhii koo gurgurta
Egereef waa kuufadhu
Suuraa ganna, 5 duraa
✍️Asgoraa👇👇👇👇👇👇
Walaloo fi jechoota jaalalaa, gorsa hayyootaa fi jechoota xiinsammuu adda addaa argachuuf karaa liinkii asii gadii cuqaasuun #join godhaa nu hordofaa.
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/ForAllthingsEye | 1 774 |
