cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qaroo Waamaraa

Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa itti hirmaadhaa!

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
17 172
Suscriptores
+7524 horas
+3587 días
+1 37630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Hamataan bishaan horora Gowwaanis qilleensa sora Gamni dubbii gingilcha Gowwaan arrabsoof ililcha
Mostrar todo...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Itti cichii kutadhu Hin gatiin abjuukee Hin geenye malee Hin badu kakuunkee
Mostrar todo...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Achis Jira edaa, akkuma isa asii Siyaasaaf wal ajjeesuu yaaluun.
Mostrar todo...
8👍 1👎 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ela! Boruuf guyyaatu Jira Har'a jiraachuukeef obsi Imimmaan dhabaa miti Imimmaan kaayyoo cobsi Murtii jajallatte ilaaltee Hin raafamiin gonkumaa Hir'uu har'aas madaaltee Hin boo'iin har'i 1, bor kuma Seeraaf heeratu akka dhabe Maanguddootu karaa maqe Beekaa-tu biyya ofiitti dabe Gootatu qe'ee hirmiis dhaqe Jettees borii-kee hin jeeqiin Inni haqaaf deemu dur dhaqe Garuu ati hin boo'iin malee Imimmaan rakkoo buuftee Dagattee hin taa'iin malee Kaayyoo kee lafas buuftee Tasan haftu kaayyoof kuftee Yoo rakkoon humnaa kufte! Yoo bilisummaan nuu dhufte Tasan haftu biyyaaf kuftee! Seenaan jiraatta borus luftee.
Mostrar todo...
9
Photo unavailableShow in Telegram
ATUMTI YAA LUBBUUKO, MAALIIF JIRAACHAA JIRTAA? Gaaffii deebiin qabne Deebii gaaffii maleen Qalbii ofirraa dhabne Hojuma abba halleen Oliif gadin kaadha Halkanii fi guyyaa Ba'aa cimaan baadha Isan du'uuf iyyaa...! Addunyaa kana keessa Kunoo erguman dhufee Fedhii tokko malee Jiraan narraa kufee Hirmaachaa jiraanna Kunoo akkan taane Akkamiin gadi taana Osoo tokko taane! Manni eessa akka jiru Namni natti himun jiru Falli eessaa akka dhufu Namni yaada naan hiru Akka burqaa bishaanii Imimmaankoon roobsa Namni dhimma na qabu Dhiphina meeqan obsa Innumtillee al tokko tokko Qabee soofaarra na kaa'a Qaamakoo ibsaa irratti Sukkuumee na akaa'a Kana booda kabajamaa miti Kaayyoon isaa du'eera Jireenya isaa keessatti jiraachuunsaas dhumeera Jedhanii natti tuttuulu Jechaaf jecha guuranii Hamma walii xiqqeessu Hin jirree wayii tuulanii Jireenyi har'aa kunillee Bu'aa waanin qabne fakkaata Lola jireenya kootiif godhamu Mo'ichaan ala walirraa kaata.
Mostrar todo...
5
Gadi dhiisi.aac3.77 MB
11👍 2😁 2
Photo unavailableShow in Telegram
40🤷‍♂ 1👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
16👍 10
Photo unavailableShow in Telegram
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.