cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

πŸ”ŠORO ARSENAL⚽

πŸ”― Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan βœ…Jijjiirraa taphattoota Arsenal βœ…Seenaa taphattoota βœ…Tapha kallattiidhaanfi βœ…Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya141Til ko'rsatilmaganSport2 580
Advertising posts
29 432Obunachilar
+24524 soatlar
+4397 kunlar
+1 52730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

ΠžΠ±ΡƒΠ½Π°Ρ‡ΠΈΠ»Π°Ρ€Π½ΠΈΠ½Π³ ўсиш дараТаси

Ma'lumot yuklanmoqda...

βœ…Xhaakan taphataan booda maal jedhe? Link asii gadii kanaan channeel keenya Viidiyoo join godhuun dhageeffadhaa. https://t.me/OroArsenalVidiyoo
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 38πŸ”₯ 7❀ 4πŸ‘ 2
πŸ‘ 44❀ 20
😁 61πŸ‘ 15❀ 5😱 3
Akkam Bultan Maatii Oro Arsenaal....? Guyyaa Gaarii Qabaadhaa! πŸ‘‡πŸ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Hammasini ko'rsatish...
❀ 59πŸ‘ 5πŸ”₯ 2πŸ₯° 2
Immigration Adaamaa Irratti Namoonni passport galmaa'uuf nu gaafataa Turtan Guyyaa Har'aa banamee waan jiruuf Ammuma Username gad jiruun naaf barreessaa.... @Abi_Jss @Abi_Jss 0911843573 0907203261
Hammasini ko'rsatish...
❀ 3πŸ‘ 1
Diamond πŸ’Ž keenya lamaan βœ“ Bukayo Saakaan taphataa Ingilizii jalqabaa Arsenaal ta'e. Tapha Arsenaal Tootinaam 3 fi 2n injifate irratti goolii 2ffaa kan lakkoofsise Bukaayoo Saakaa bara dorgommii Piriimiyerliigii Iyaan Raayit booda taphataa Ingiliiz bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti goolii 15 ol Arsenaalif lakkoofsise isa jalqabaa ta'eera. Bukaayoo Saakaan kabaja kana osoo hin injifatin Iyaan Raayit bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 1996/97tti taphataa Ingilizii Arsenaal isa jalqabaa ture. Legend Ian Wright🀝 Bukayo Saka πŸ‘‡πŸ‘‡YOUTUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Hammasini ko'rsatish...
❀ 95πŸ‘ 26πŸ”₯ 1
❀ 67πŸ‘ 5πŸ‘ 2
Hojii VAR Ilaalaa Mee Share @Oro_Arsenal
Hammasini ko'rsatish...
πŸ€” 1
Miira deggeraa keessaa ba'aatii, Waancaa (Geepha) baranaa eenyutu nyaata jettanii yaaddu?Anonymous voting
  • Arsenal
  • Man City
0 votes
πŸ‘ 47❀ 13πŸ”₯ 7πŸ€” 3πŸ™ 3
βœ… Salibaa Taphaan bodaa πŸ’₯πŸ™ πŸ‘‡πŸ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Hammasini ko'rsatish...
❀ 154πŸ‘ 12πŸ₯° 8πŸ”₯ 7