cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

🔊ORO ARSENAL⚽

🔯 Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan ✅Jijjiirraa taphattoota Arsenal ✅Seenaa taphattoota ✅Tapha kallattiidhaanfi ✅Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

Больше
Финляндия141Не указан языкСпорт2 580
Рекламные сообщения
29 424Подписчики
+24524 часа
+4397 дней
+1 52730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

✅Xhaakan taphataan booda maal jedhe? Link asii gadii kanaan channeel keenya Viidiyoo join godhuun dhageeffadhaa. https://t.me/OroArsenalVidiyoo
Показать все...
👍 14🔥 3
👍 23 11
😁 27👍 4 2😱 1
Akkam Bultan Maatii Oro Arsenaal....? Guyyaa Gaarii Qabaadhaa! 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Показать все...
48👍 2🥰 2🔥 1
Immigration Adaamaa Irratti Namoonni passport galmaa'uuf nu gaafataa Turtan Guyyaa Har'aa banamee waan jiruuf Ammuma Username gad jiruun naaf barreessaa.... @Abi_Jss @Abi_Jss 0911843573 0907203261
Показать все...
3
Diamond 💎 keenya lamaan ✓ Bukayo Saakaan taphataa Ingilizii jalqabaa Arsenaal ta'e. Tapha Arsenaal Tootinaam 3 fi 2n injifate irratti goolii 2ffaa kan lakkoofsise Bukaayoo Saakaa bara dorgommii Piriimiyerliigii Iyaan Raayit booda taphataa Ingiliiz bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti goolii 15 ol Arsenaalif lakkoofsise isa jalqabaa ta'eera. Bukaayoo Saakaan kabaja kana osoo hin injifatin Iyaan Raayit bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 1996/97tti taphataa Ingilizii Arsenaal isa jalqabaa ture. Legend Ian Wright🤝 Bukayo Saka 👇👇YOUTUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Показать все...
88👍 24🔥 1
63👍 4👏 2
Hojii VAR Ilaalaa Mee Share @Oro_Arsenal
Показать все...
🤔 1
Miira deggeraa keessaa ba'aatii, Waancaa (Geepha) baranaa eenyutu nyaata jettanii yaaddu?Anonymous voting
  • Arsenal
  • Man City
0 votes
👍 43 12🔥 7🙏 3🤔 2
✅ Salibaa Taphaan bodaa 💥🙏 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Показать все...
146👍 11🥰 8🔥 7