cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo

mana barumsa sad.2ffaa shaalaqaa Jaatanii Ali

نمایش بیشتر
فنلندة1 850زبان مشخص نشده استآموزش40 725
پست‌های تبلیغاتی
2 701
مشترکین
+1024 ساعت
+367 روز
+12630 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
1300Loading...
02
Barsiisota M/b sad.2ffaa Sh/J/Alii Bara 2016 Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa supervisor tokko (1) Fi cheive tokko (1) ulaagaa armaan gadiin boru gaafa guyyaa 16/09/2016 haga sa'atii 6:00 ittii dorgomsiisa nuuf ergaa waan jedhanii namoonni ulaagaa gutan akkaa dorgomta isiin beeksifna
1300Loading...
03
Nagaa oltaani? Qormaani biyyooleessa kutaa 12ffaa bara 2016 qormaani kan kenamuu online fi waraqaan akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa dhaamsa gadi buusun isa beekama dha. Guyyaa hardhaa Biiroon Barnoota Oromiyaa kallatii ka'een qorumsii online kan kenamuu magaalotaa Oromiyaa keessa afur qofa dha isaanis 1. Magaala Jimmaa 2. Magaala Shaggar 3. Magaala Bishooftuu fi 4. Magaala Adaama wofa waan ta'eef manneen barnoota godina keenya waan hin ilaaleef barattootni akka hin burjaaja'in manneen barnoota barattoota isaanitif akka beeksitan isiniin jenna. Birhaanuu Taayyee
80816Loading...
04
Media files
5570Loading...
05
Media files
6401Loading...
06
Media files
5271Loading...
07
Media files
5771Loading...
08
Media files
6141Loading...
09
Media files
5731Loading...
10
Media files
5441Loading...
11
Media files
5561Loading...
12
Media files
5471Loading...
13
Media files
5901Loading...
14
❤️❤️13/09/2016❤️❤️ Magaala Yaaballootti deeggarsaaf hordoffiin 👍👍sad. Godinaaf❤️ Bul.Mag.geegeffamaa turte haala gaarii duub deebii kennite. 👍Bobbii tokkoon team ogeeyyi barnootaa hundaa bobbaasuun barsiissonnii 263 deeggaramanii jiru❤️ 👍Itti fufa.......
6042Loading...
15
Media files
1 2065Loading...
16
Hubachiisa... ========== 1)Qormaannii Moodeelaa kutaa 6ffaafi 8ffaa 14_16/9/2016 2)Moodeelli kutaa 12ffaa 21_23/9/2016tti kennama 3)Bartoonni kutaa 6ffaa gaafii qormaataa hima lamaan ijaarame daqiiqa 1 gaditti akka deebisuu danda'an shaakalchiisa Fkn:Minisitirii kutaa 6ffaatiif, gaafii 40f sa'aati 1tti kennameefi Fkn:Minisitirii kutaa 8ffaa(gaafi 60) gaafii tokkoofi daqiiqaa tokko qofaatu kennama.
1 7386Loading...
17
የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና መርሐ ግብር ይፋ ሆነ የ2016 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና መርሐ ግብር ይፋ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አስታውቋል፡፡ የፈተና መርሐ ግብሩ በወረቀትና በበይነ መረብ የሚሰጠውን የፈተና የሚወስዱ ከትግራይ ክልል ውጭ በሁሉም ክልሎችና ከተማ አስተዳደሮች ላሉ ተፈታኞች ነው ይፋ የተደረገው፡፡ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ተፈታኞች እና የሚመለከታቸው አካላት ዝግጅት እንዲያደርጉ አሳስቧል፡፡ @Ethiopian_Digital_Library @Ethiopian_Digital_Library
1 5353Loading...
18
Ergaa Ariifachiisaa! Manneen Barnootaa bulchiinsa magaala Yaaballoo hundaaf; yeroo darbe ragaa barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinii galchu har'a waan taateef, foormii armaan gadiitiin guutaa dafaa ol nuuf deebisaa. Hub: Ragaalee Kuufamaa fi hojjattoota bulchiinsaa isan gaafannes m/b hin xummurin hanga guyyaa borii qofatti akka ofi irraa xummurtan cimsinee isan beeksifna.
1 9003Loading...
19
Mana Barumsaa Shalaqaa Jatanii Alii sad.2ffaaYaaballoo hundaaf; Leenjiin barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinni dabarsuu boru waan ta,eef barsiisonni hin fudhatii boru Guyyaa 29/8/2016 haga sa,atiif 6:00 ittii waan galuuf isin Akka hin dabarree isin beeksifna
10Loading...
20
Mana Barumsaa Shalaqaa Jatanii Alii sad.2ffaaYaaballoo hundaaf; yeroo darbe ragaa barsiisota digrii (Applied) PGDT hin fudhatinii isan gaafachuun keenya ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan ragaa duraan gale guutuu waan hin ta'iniifi guyyaan xummuraa Oromiyaaf Godinni dabarsuu boru waan ta,eef barsiisonni hin fudhatii boru Guyyaa 29/8/2016 haga sa,atiif 6:00 ittii waan galuuf isin Akka hin dabarree isin beeksifna
1 2760Loading...
21
Media files
1 3811Loading...
22
Media files
1 6983Loading...
23
Media files
1 2331Loading...
24
GUYYAA QORUMSAA BIYYOOLEESSA(kUTAA 12FFAA) bara 2016 ifa ta'e jira.Haaluma kanaan qorumsaa saayinsii hawaasa ADOOLESSA 3 HANGA 5 bara 2026 yoomu kenamuu qorumsaa saayinsii uumamaa ADOOLESSA 9 HANGA 11 BARA 2016 kenama kana walin walqabatee akuma beekamu qorumsii kan kenamuu YUNIVEERSItti ta'u isa beekama dha. Haalumaa kanaan qoratamtoota saayinsii hawaasa Yuniveersiti kan seenan/galan Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 1/2016 yoomu ta'u, qoratamtoota Saayinsii uumamaa Adoolessa 6 hanga 7/2016 dha. Kanaafu, waajjiralee barnoota Aanalee 10 fi bulchinsaa magaala 1 kanumaa beektani barattootni/qoratamtootni keenya hundi akka beekan manneen barnoota qorachisaniif akka beeksistan isinin jena. Birhaanuu Taayyee
1 4536Loading...
25
Media files
2 1985Loading...
26
Barsiisota mana barumsaa keenyaa hundaaf Guyyaa boruu(19/08/2016) Leenjiin barsiisota waan jiruuf barsiisonni hunduu harcaatii tokkoo malee Akka argamtan isin beeksifna.
2 0962Loading...
27
Media files
2 5505Loading...
28
Media files
2 4984Loading...
29
Media files
2 2702Loading...
30
Media files
2 0772Loading...
31
✍✍Guyyaa 16/08/2016✍✍ 👉Hojiin ijaarsa Balbala guddaa M/b Sad.2ffaa Sh/J/A 99%irra ga'e jira.🫶🫶🙏 👉Ijaarsii kun Qar. 7,67,000 oli kan gaaffate yoo ta'u🙏🙏 ✍Maqaan "Electric design " kan barreeffameedha.🙏 🫵Guyyaa ardhaa Magaalaa Hawaasaa irraa hojjatamee dhufee jira.☘🌿 🫶Kun bu'aa Bul/Mag /Yaaballoo Qar.200,000 nu gargaareen taate🫶🙏✍ ☘🌿Galatoomaa🌿☘
2 0542Loading...
Barsiisota M/b sad.2ffaa Sh/J/Alii Bara 2016 Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa supervisor tokko (1) Fi cheive tokko (1) ulaagaa armaan gadiin boru gaafa guyyaa 16/09/2016 haga sa'atii 6:00 ittii dorgomsiisa nuuf ergaa waan jedhanii namoonni ulaagaa gutan akkaa dorgomta isiin beeksifna
نمایش همه...
Nagaa oltaani? Qormaani biyyooleessa kutaa 12ffaa bara 2016 qormaani kan kenamuu online fi waraqaan akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa dhaamsa gadi buusun isa beekama dha. Guyyaa hardhaa Biiroon Barnoota Oromiyaa kallatii ka'een qorumsii online kan kenamuu magaalotaa Oromiyaa keessa afur qofa dha isaanis 1. Magaala Jimmaa 2. Magaala Shaggar 3. Magaala Bishooftuu fi 4. Magaala Adaama wofa waan ta'eef manneen barnoota godina keenya waan hin ilaaleef barattootni akka hin burjaaja'in manneen barnoota barattoota isaanitif akka beeksitan isiniin jenna. Birhaanuu Taayyee
نمایش همه...
19👍 9😢 6🤯 1😱 1