cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa

نمایش بیشتر
فنلندة2زبان مشخص نشده استاخبار و رسانه‌ها259
پست‌های تبلیغاتی
336 776
مشترکین
+21024 ساعت
+1 5917 روز
+6 14730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Sirni Kadhannaa Kamisaa manneen Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii waloomaa adda addaa keessatti raawwatanaa ooleera Sirnichi Paatiriyaarikiin Mana amantichaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaasii fi dureewwan amantichaa bakka argamanitti Gadaamii Qulqulluu Maariyaamitti gaggeeffameera.
نمایش همه...
70👍 37😱 16😢 12🥰 9
Ameerikaan Raashiyaan waraana Yukireen keessatti meeshaa keemikaalaa fayyadamte jechuun himata bante. Ameerikaan Raashiyaan uggura idil-addunyaa meeshaa keemikaalaa irratti kaa’ame kan kilooroopikriinii fi gaazii imimmaan nama boochisu fayyadamuu cabsite jechuun himatte. Ministeerri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets ibsa baaseen itti fayyadamni keemikaalota akkanaa taatee adda baafamee mul’atu akka hin taane, akkasumas Raashiyaan loltoonni Yukireen bakka hidda gadi fageeffatan irraa buqqisuuf meeshaa keemikaalaa fayyadamte ta’uu mala jedheera. Raashiyaan dirree waraanaa irratti injifachuuf fedhii waan qabduuf meeshaa keemikaalaa fayyadamuu dandeessi jechuun Waajjira Dhimma Alaa Ameerikaa wabeeffachuun Dhaabbanni Fayyaa fi Nageenya Hojii Biyyaalessaa Ameerikaa beeksise.
نمایش همه...
👍 134 40😱 8👏 3
Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sabaabeeffachuun lammiilee kuma 300 oliif deeggarsi ni taasifama Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 300 oliif deeggarsa taasiisuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa naannicha ibseera. Deeggarsa Akaakuu Birrii miiliyoona 450tti tilmaamamu taasiisuuf hojjetamaa jiraachuu himeera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
نمایش همه...
👍 101 73🙏 2
Rooba jabaa Keeniyaatti Roobaa jiruun lubbuun namoota hedduu darbe. Keeniyaatti Balaa Lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 170 ga’eera. Balaa Lolaa hamaa Giddu Galeessa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 170 ga’uu ibsameera. Keeniyaatti rooba cimaa walitti fufiinsaan roobaa jiruun lolaan lubbuu namoota hedduu galaafachuu hordofee Pireezidaantin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon kaabineesaanii wal-gahii ariifachiisaa waamuu BBC, Al Jazeera fi Bloomberg gabaasaniiru.
نمایش همه...
👍 377😢 99 94😱 39💯 29🥰 21😨 17👏 12🤯 4🔥 3💔 1
#Ads Barattootaaf Assignment Gaaffii Garaa garaa fi Research kamiyyuu hojjechuuf App Kun hedduu Gargaara, App Kana link isaa asii gadii Tuquudhaan Seentanii Download bakka jedhu hamma dhufutti gadi deemtanii Isa Tuquudhaan buufachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇 https://bit.ly/Download-Question-Ai-App https://bit.ly/Download-Question-Ai-App
نمایش همه...
👍 260 74😢 20🤯 19🔥 14👏 13😱 2💯 1
#Kutaa_12ffaa Guyyaan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa ifoomeera. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Adoolessa 3 hanga 5tti barattoota saayinsii hawaasaa; Adoolessaa 9 hanga 11/2016tti barattoota saayinsii uumamaaf toora interneetii fi waraqaan Yuunivarsitii keessatti akka kennamu ibsame. Barattoonni saayinsii hawaasaa waraqaa irratti qoraman waxabajjii 30 hanga Adoolessa 01, 2016tti, Barattoonni saayinsii uumamaa ammoo Adoolessa 6 hanga 7, 2016tti mooraa ni seenu.
نمایش همه...
👍 613 130😱 38🤯 36🫡 27🔥 19👏 16🥰 10🏆 6😢 1
#Of eeggannoo🚨 "Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba. Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha.
نمایش همه...
👍 362 92👏 26🫡 16🎉 11😢 7😱 5🤯 2
Qormaannii kutaa 12 ffaa bakkoota filatamoo tokko tokkotti onlaayinii akka kennamu ministeerri ministerra barnootaa Pirofeeser Birhaanuu Naggaan himan. Barattoonni naannolee hundarraa filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti ni fudhatu. Kanneen hafan immoo qormaata isaanii haala idileetiin akka fudhatan ibsameera. Tajaajilli Qormaata Madaallii Biyyaalessaa qormaata onlaayinii kanaaf haala mijeessuuf qophii xumuraa jira. Barattoonni onlaayinii qoramanis shaakala taassisuu sababa qabaniif Leenjistootaaf leenjiin torban dhufu kennama.
نمایش همه...
👍 431 79😱 63😨 29💔 25😢 15🔥 10🤯 8🥰 7👏 6🆒 6
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 ba’uun
نمایش همه...
👍 245 84🏆 34🙏 13🥰 11🎉 7❤‍🔥 2🤯 2
#Ads Onlaayin hojjechuun kaardii mobaayilii karaa salphaaa ittiin guuttatan monbirr.com . Fayyadamaa maatiif hiriyoottan keessaniif qoodaa! Odeeffannoo dabalataaf @Monbirr_News hordofaa! Monbirr.com SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
نمایش همه...
👍 198 56🔥 15🎉 11🤯 6😢 4😱 3👏 1