cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ

๐Ÿ”ฏ Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan โœ…Jijjiirraa taphattoota Arsenal โœ…Seenaa taphattoota โœ…Tapha kallattiidhaanfi โœ…Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

Mostrar mรกs
Finlandia141El idioma no estรก especificadoDeportes2 580
Advertising posts
29 424Suscriptores
+24524 hours
+4397 days
+1 52730 days

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

โœ…Xhaakan taphataan booda maal jedhe? Link asii gadii kanaan channeel keenya Viidiyoo join godhuun dhageeffadhaa. https://t.me/OroArsenalVidiyoo
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 25๐Ÿ”ฅ 4โค 1
๐Ÿ‘ 26โค 13
๐Ÿ˜ 34๐Ÿ‘ 8โค 3๐Ÿ˜ฑ 1
Akkam Bultan Maatii Oro Arsenaal....? Guyyaa Gaarii Qabaadhaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Mostrar todo...
โค 49๐Ÿ‘ 3๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿฅฐ 2
Immigration Adaamaa Irratti Namoonni passport galmaa'uuf nu gaafataa Turtan Guyyaa Har'aa banamee waan jiruuf Ammuma Username gad jiruun naaf barreessaa.... @Abi_Jss @Abi_Jss 0911843573 0907203261
Mostrar todo...
โค 3
Diamond ๐Ÿ’Ž keenya lamaan โœ“ Bukayo Saakaan taphataa Ingilizii jalqabaa Arsenaal ta'e. Tapha Arsenaal Tootinaam 3 fi 2n injifate irratti goolii 2ffaa kan lakkoofsise Bukaayoo Saakaa bara dorgommii Piriimiyerliigii Iyaan Raayit booda taphataa Ingiliiz bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti goolii 15 ol Arsenaalif lakkoofsise isa jalqabaa ta'eera. Bukaayoo Saakaan kabaja kana osoo hin injifatin Iyaan Raayit bara dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 1996/97tti taphataa Ingilizii Arsenaal isa jalqabaa ture. Legend Ian Wright๐Ÿค Bukayo Saka ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Mostrar todo...
โค 89๐Ÿ‘ 24๐Ÿ”ฅ 1
โค 64๐Ÿ‘ 5๐Ÿ‘ 2
Hojii VAR Ilaalaa Mee Share @Oro_Arsenal
Mostrar todo...
๐Ÿค” 1
Miira deggeraa keessaa ba'aatii, Waancaa (Geepha) baranaa eenyutu nyaata jettanii yaaddu?Anonymous voting
  • Arsenal
  • Man City
0 votes
๐Ÿ‘ 44โค 13๐Ÿ”ฅ 7๐Ÿค” 3๐Ÿ™ 3
โœ… Salibaa Taphaan bodaa ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ™ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Mostrar todo...
โค 147๐Ÿ‘ 11๐Ÿฅฐ 8๐Ÿ”ฅ 7