cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ @AbdiiSabaaDm ๐ŸŽฏMARIIF @Abdiisabaa

Mostrar mรกs
Finlandia2El idioma no estรก especificadoNoticias y medios263
Advertising posts
335 664Suscriptores
+17424 hours
+1 6037 days
+6 01530 days

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Of eeggannoo๐Ÿšจ "Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba. Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 127โค 32๐Ÿ‘ 8๐ŸŽ‰ 4
Qormaannii kutaa 12 ffaa bakkoota filatamoo tokko tokkotti onlaayinii akka kennamu ministeerri ministerra barnootaa Pirofeeser Birhaanuu Naggaan himan. Barattoonni naannolee hundarraa filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti ni fudhatu. Kanneen hafan immoo qormaata isaanii haala idileetiin akka fudhatan ibsameera. Tajaajilli Qormaata Madaallii Biyyaalessaa qormaata onlaayinii kanaaf haala mijeessuuf qophii xumuraa jira. Barattoonni onlaayinii qoramanis shaakala taassisuu sababa qabaniif Leenjistootaaf leenjiin torban dhufu kennama.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 273๐Ÿ˜ฑ 54โค 50๐Ÿ’” 21๐Ÿ˜จ 20๐Ÿ˜ข 11๐Ÿคฏ 6๐Ÿ”ฅ 5๐Ÿ‘ 3๐Ÿฅฐ 1๐Ÿ†’ 1
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 baโ€™uun
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 191โค 55๐Ÿ† 25๐Ÿฅฐ 10๐Ÿ™ 6๐ŸŽ‰ 4
#Ads Onlaayin hojjechuun kaardii mobaayilii karaa salphaaa ittiin guuttatan monbirr.com . Fayyadamaa maatiif hiriyoottan keessaniif qoodaa! Odeeffannoo dabalataaf @Monbirr_News hordofaa! Monbirr.com SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก ๐Ÿ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF ๐Ÿ“š @ABDIISABAA ๐Ÿ“š ๐ŸŒ abdiisabaa.com ๐ŸŒ abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 162โค 42๐Ÿ”ฅ 14๐ŸŽ‰ 10๐Ÿคฏ 6๐Ÿ˜ฑ 2๐Ÿ‘ 1๐Ÿ˜ข 1
#ADS TEEKNOOLOOJII WAATAA | | WAATAA TECHNOLOGY WAATAAโ€™N BARNOOTA โ€œFULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACKโ€ MARSAA 4FFAAF GALMEE JALQABUU ISAA BEEKSISE! BARNOOTICHI AFAAN OROMOOTIIN BARSIIFNA! QAAMAAN MAGAALAA NAQAMTEETTI, KAANIIF KARAA โ€œONLINEโ€ NI KENNAMAโ€ Amma irraa eegalee namni kamiyyuu barnoota/course โ€œFULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACKโ€ barachuuf galmaaโ€™uu ni dandaโ€™a. Barnoota kana irraa akkaataa itti sooftiweerii dalagan barachuun, carraa hojii uummachuu, sooftiweerii kan mataa keessanii dalaguun madda galii irraa argachuu fi gabaa interneetii(E-Commerce) kan ofii keessanii hundeessuu ni dandeessu. Kaffaltiin barnoota โ€œFULL STACK WEBSITE DEVELOPMENT-MERN STACKโ€ tiif kaffalamu madaalawaa fi humna hawaasichaa giddu galeessa godhateera. Ulaagaa barnoota utuu hin daangessiin namni kamuu addunyaa diijitaalawaa kanatti makamuu qaba. Barnnoticha Hordofuuf:- 1. Laptop/Desktop 2. Internet Access isin barbaachisa 3. Barnootichi ji'oota saddeet keessatti xumurama BEEKAMTII KEENYA: WAATAAN DHAABBATA BEEKAMTII GUUTUU QABUDHA Teessoon Keenya: Magaalaa Naqamtee, Oromiyaa Bilbila: +251930300252/+251983078886 Telegram channel: https://t.me/TEEKNOOLOOJIIWAATAA Youtube Channel: https://www.youtube.com/channel/UCoKlxwJg9ZWYXE6y9L5hgRQ Toora Facebook: Teeknooloojii Waataa #CODING #PROGRAMMING #FULLSTACKWEBSITEDEVELOPMENTFOR1000WINNERS WAATAA | | HUMNA MULโ€™ATAA!
Mostrar todo...
WAATAATECH

WAATAA'N barnoota sooftiweerii "Full Stack Website Development-MERNS TACK " barsiisuudhaan beekama. Chaaneliin Youtube "WAATAATECH" barnoota teeknooloojii dabarsuu, sagantaawwan teeknooloojiidhaan walqabatan qopheessuudhaan hawaasa bal'aaf dhiyeessuu, haasaawwan onnachiisoo teeknooloojiin walqabatan ta'an kan dargaggoonni keenya dhaggeeffatanii irraa barachuu danda'an dhiyeessina. Akkasumas namoota gama teeknooloojiin muuxannoo gaggaarii qaban gama kanaan dhiyeessinee namni kamuu barnoota irraa akka argatuuf miidiyaa banamedha. Kanaafuu miidiyaan kun guddatee bu'aa qabatamaa fiduu akka danda'uuf miidiyaa keenya "subscribe" gochuun nu deeggaraa! Dhumarratti namoonni barnoota "Full Stack Website Development-MERN STACK" barachuu barbaaddan yeroo kamiyyuu bakka kamiyyuu teessanii barachuu dandeessu. Barnoota kana qaamaan magaalaa Naqamteetti barsiifna,warra kaaniif ammoo karaa "ONLINE" ni barsiifna. Lakk. Bilbilaa: +251930300252/+251983078886 irratti nu argattu.

๐Ÿ‘ 118โค 27๐Ÿ”ฅ 6๐Ÿ˜ฑ 3๐Ÿ‘ 1
Obbo Taayyee Dandaโ€™aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa qabachuun himataman. Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Dandaโ€™aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii argamuun himatamaniiru. Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii 1ffaa Lidaataa dhaddacha yakkoota dhimma heera mootummaa fi sirna Heera Mootummaatti himanni kun banamuu ibsameera.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 256โค 68๐Ÿ˜ข 46๐Ÿ˜ฑ 23๐Ÿ’˜ 18๐Ÿฅฐ 15๐Ÿ”ฅ 10๐Ÿค 8๐Ÿ’” 7๐Ÿ‘ 3๐Ÿ˜ 2
Ragaa Sobaa Xaalayaa Sobaa Ministeera Raayyaa Ittisaaf Barreeffame jedhamuun Miidiyaalee hawaasummaarra oliif gadi naannaโ€™aa jiru. Xaalayaan Sobaa Ministeera Raayyaa Ittisaaf Barreeffame jedhamuun Miidiyaalee hawaasummaarra oliif gadi naannaโ€™aa jiraachuu eerameera. Xaalayaan miseensonni duraanii Raayyaa Ittisaa Biyyaa gara dhaabbatichatti akka deebiโ€™an ajaja kennuu jechuun barreeffamee miidiyaalee hawaasummaarraa naannaโ€™aa jiru Xaalayaa sobaa taโ€™uu ibsameera.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 178โค 36๐Ÿ˜ฑ 7๐Ÿคฏ 6๐Ÿฅฐ 4๐Ÿ˜ข 1
#Ads Barattootaaf Assignment Gaaffii Garaa garaa fi Research kamiyyuu hojjechuuf App Kun hedduu Gargaara, App Kana link isaa asii gadii Tuquudhaan Seentanii buufachuu dandeessu. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/Download-Question-Ai-App https://bit.ly/Download-Question-Ai-App
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 178โค 67๐ŸŽ‰ 25๐Ÿ˜ฑ 24๐Ÿฅฐ 3๐Ÿ‘ 2๐Ÿคฏ 2
"Namootatu na gowwoomsanii achitti na geessan" - Luba Belaay Mekonnin. Abukaatoon Luba Belaay Mekonnin "Iddoo sanatti argamuun alatti xalayaa qopheessuu fi fudhachuun yakka kana keessa hin hirmaanne" jedhan. Dhaddacha irratti haasa'uuf carraa kan argatan lubi kun, ' "Namootatu na gowwoomsanii achitti na geessan. Ani tumsuuf achi hin dhaqne, sanadni kun 'dokimentii sirrii ta'us ta'uu baatus' jedhee hoggantoota baankii gaafachuufan deeme, garuu sanada kana karaa kamiinuu fayyadamuuf hin yaadne. yeroo hogganaan baankii sanadni sun 'sirrii akka hin taane' naaf ibse "Ani nama battalumatti poolisiitti bilbiledha," jedhaniiru. Namoonni sanada kana qopheessan jedhaman "miliqaniiru", jechuunis dhaddacha kana irratti dubbataniiru. Gaaffiin mirga wabii mana murtiif har'aa dhiyaate kufaa ta'uun guyyoonni dabalataa saddeet poolisootaaf kennameera.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 211โค 34โคโ€๐Ÿ”ฅ 3๐Ÿคฉ 3๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ˜ 2๐Ÿคฏ 1
Gamoon mana jireenyaa jigee lubbuun namoota 7 darbeera. Magaalaa Finfinneetti naannoo Masjiida Xarootti gamoon mana jireenyaa jigee lubbuun namoota 7 darbeera. Miidiyaan @Abdii_Sabaa akka dhagaheetti namoonni balaa halkan sa'aatii 5:00 irratti mudateen lubbuu isaanii dhaban manneen duuba isaanii jiran irratti yeroo manneen kunneen irratti kufanidha.
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 157๐Ÿ˜ข 138โค 57๐Ÿ’” 31๐Ÿฅฐ 12๐Ÿ”ฅ 10๐Ÿ‘ 8๐Ÿ˜ฑ 7