cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Abdisa Ejeta Official Channel

Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!๐Ÿ‘‡ @Orobook

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedPolitics4 675
Advertising posts
11 853Subscribers
+124 hours
-197 days
+1830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Eebla 15, GGO (#IRBUU_SHINNIGGAA) ๐Ÿ™๐Ÿป๐Ÿ™๐Ÿป
Show all...
#GGO Eebla 15,1980 (Waggaa 43 yoonaa), gammoojjii Ogaadeen bakka Shinniggaa jedhamutti ture. Hangafoonni qabsaa'ota Oromoo, imaltoonni haqaafi irbuu, wareegamtoonni guyyichaa hidhattoota Somaalee waliin walitti dhufani. Yeroon kun wareegamtoota keenya kanaaf yeroo qorumsaa hamaa ture. Kunis akka amantaan adda qoodamaniif gaafatamu. Kiristaanni bakka tokko, musliimni immoo bakka biraatti akka goran itti himama. Yoo kana hin goone hunda isaaniitu ajjeefamuuf jira. Yoo 'tole' jedhanii waan isaan jedhan kana raawwatan immoo, kan du'a oolu ni jiraata. Dhugumattuu qorumsa hamaadha. Keessattuu osoo dhaloota akka keenya ammaa kanaaf ta'ee, akkam ulfaata! Gootota keenya sanaaf garuu, hagas mara waan burjaajessu hin taane. Gaaffii dhiyaateefii sana deebisuufis akka isaan hin rakkifne deebii isaaniitu ragaadha. Akkana jedhaniin; "Nuti amantiidhaan gargar baanee hin beeknu, hin baanus. Nuti Oromoodha. Oromummaa keenyaafis qabsootti jirra. Akkuma tokko taane kana, duunus jiraannus hireen keenya takka. Kanaafuu duโ€™a ooluuf jecha amantiidhaan gargar hin baanuutii, akka feetan nu godhaa!" Isaan akkanaan wal faana wareegamani. Nuyimmoo jechaafi gocha isaanii kana lapheetti qabachaa, #Irbuu_Shinniggaa yaadanna. #Guyyaa_Gootota_Oromoo #Guyyaa_Irbuu_Tokkummaa Baga geessani! Eebla 15, 2023 @Orobook
Show all...
Gola Oromootaa Official keessatti Kitaabota xiinsammuu, Walaloo, Asoosamoota, Seenaawwan gaggabaaboofi Haasawwan Onnachiisoo hedduu argattu. Itti goraa...
Show all...
Kitaabota asoosamaa...
Walaloo...
Kitaabota Xiin-sammuu....
Barreeffamoota oonnachiisoo...
Jechoota beektotaa....
Hunda argachuuf...
Join godhaa
Galatoomaa!๐Ÿ™๐Ÿป๐Ÿ˜
Repost fromย Galaa Sammuu
Kitaaba seenaa Hundeeffa Waldaa Maccaafi Tuulamaa akkasumas taateewwan bara 1950fi 1960 keessaa sirriitti qindeessedha. Dubbisaa๐Ÿ™
Show all...
Repost fromย Galaa Sammuu
    #Sumatu_siif_sidha Daandiin imala nama biraa kankee miti; kankees immoo kan nama biraa ta'uu dhiisuu mala. Kanaafuu ofumaan bir-qaba qabadhu malee, kan isa biraa kufinsatti si affeera. Maarree, imalakee kan nama biraan hin madaalchisiin. Daandiin fiixaan bahinsaatti si geessu isuma kankee sanadha; kan ergisaa yookaan kan ormaa miti. Sumatu siif sidha! Sansakkaa Sakaalame  irraati Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa Abdiisaa Ejjetaati @Orobook
Show all...
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Ogummaaf beekumsa qabaniin saba ofii tajaajiluun jaalala isa guddaadha. Afaan keenyaan waa'ee maalii dubbisuu barbaaddu?
Show all...
GORSA FAYYAA AFAAN OROMOON
Haasaawwan Onnachiisoo
Qoosaawwan adda addaa
Walaloowwan garaa garaa
FAAYA FAYYAA
DOCTOR'S ONLINE
Ogeeyyii Fayyaa Oromoo
Share gochuuf...SHARE
Join gochuuf...JOIN
Galatoomaa๐Ÿ™