cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Abdisa Ejeta Official Channel

Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!๐Ÿ‘‡ @Orobook

Mostrar mรกs
El paรญs no estรก especificadoEl idioma no estรก especificadoPolรญtica4 694
Publicaciones publicitarias
11 832
Suscriptores
-624 horas
-307 dรญas
-5330 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

#Affeerraa_Eebba_Kitaabaa (#GUMGUMMII_EELAA) Barreessaan: Jennenus Dajanee Gaafa guyyaa 20/08/2016 (Dilbata dhufu) waaree booda sa'aa 7:00 irraa eegalee, Finfinnee, Hoteela Ililliitti eebbifamuuf jira. Hundinuu affeeramnee jirra. Haa eebbifannu! Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa! @Orobook
Mostrar todo...
Repost fromย Galaa Sammuu
Kitaaba ilaalcha namoonni Gurraachotaaf qaban jijjiirsise!
Mostrar todo...
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ‘‰ CHANNELA JIREENYA KEESSANIIF BU'AA GUDDAA QABUUDHA, KEESSATTUU BARATTOONNI AKKAATAA ISIN BARNOOTA KEESSAN IRRATTI CIMTAN GORSA CIMAA ARGATTU, JOIN GODHAA โœ Icciitii barattoota ciccimmoo akkamitti Akka isaan milkaa'an bifa video sagalee fi barreeffamaatiin isiniif dhiyeessuudha. Itti goraa maatii ta'aa.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ ๐Ÿ‡ธโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š&๐Ÿ‡ฏโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ ๐Ÿ‡ธโ€Š๐Ÿ‡ญโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡ชโ€Š&๐Ÿ‡ฏโ€Š๐Ÿ‡ดโ€Š๐Ÿ‡ฎโ€Š๐Ÿ‡ณโ€Š ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Mostrar todo...
๐Ÿ“š๐Ÿ“š ICCIITII BARATTOOTA CICCIMMOO๐Ÿ…โœโœ
๐Ÿฅ‡๐Ÿฅ‡MILKAA'INA JIREENYAA๐Ÿ†๐Ÿ…
โค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿ”ฅGORSA WAA'EE JAALALAA๐Ÿ’•๐Ÿ’žโœโœ
๐Ÿ“‹SEENAALEE JIREENYAA๐Ÿ“”๐Ÿ“”
Eebla 15, GGO (#IRBUU_SHINNIGGAA) ๐Ÿ™๐Ÿป๐Ÿ™๐Ÿป
Mostrar todo...
#GGO Eebla 15,1980 (Waggaa 43 yoonaa), gammoojjii Ogaadeen bakka Shinniggaa jedhamutti ture. Hangafoonni qabsaa'ota Oromoo, imaltoonni haqaafi irbuu, wareegamtoonni guyyichaa hidhattoota Somaalee waliin walitti dhufani. Yeroon kun wareegamtoota keenya kanaaf yeroo qorumsaa hamaa ture. Kunis akka amantaan adda qoodamaniif gaafatamu. Kiristaanni bakka tokko, musliimni immoo bakka biraatti akka goran itti himama. Yoo kana hin goone hunda isaaniitu ajjeefamuuf jira. Yoo 'tole' jedhanii waan isaan jedhan kana raawwatan immoo, kan du'a oolu ni jiraata. Dhugumattuu qorumsa hamaadha. Keessattuu osoo dhaloota akka keenya ammaa kanaaf ta'ee, akkam ulfaata! Gootota keenya sanaaf garuu, hagas mara waan burjaajessu hin taane. Gaaffii dhiyaateefii sana deebisuufis akka isaan hin rakkifne deebii isaaniitu ragaadha. Akkana jedhaniin; "Nuti amantiidhaan gargar baanee hin beeknu, hin baanus. Nuti Oromoodha. Oromummaa keenyaafis qabsootti jirra. Akkuma tokko taane kana, duunus jiraannus hireen keenya takka. Kanaafuu duโ€™a ooluuf jecha amantiidhaan gargar hin baanuutii, akka feetan nu godhaa!" Isaan akkanaan wal faana wareegamani. Nuyimmoo jechaafi gocha isaanii kana lapheetti qabachaa, #Irbuu_Shinniggaa yaadanna. #Guyyaa_Gootota_Oromoo #Guyyaa_Irbuu_Tokkummaa Baga geessani! Eebla 15, 2023 @Orobook
Mostrar todo...
Gola Oromootaa Official keessatti Kitaabota xiinsammuu, Walaloo, Asoosamoota, Seenaawwan gaggabaaboofi Haasawwan Onnachiisoo hedduu argattu. Itti goraa...
Mostrar todo...
Kitaabota asoosamaa...
Walaloo...
Kitaabota Xiin-sammuu....
Barreeffamoota oonnachiisoo...
Jechoota beektotaa....
Hunda argachuuf...
Join godhaa
Galatoomaa!๐Ÿ™๐Ÿป๐Ÿ˜
Repost fromย Galaa Sammuu
Kitaaba seenaa Hundeeffa Waldaa Maccaafi Tuulamaa akkasumas taateewwan bara 1950fi 1960 keessaa sirriitti qindeessedha. Dubbisaa๐Ÿ™
Mostrar todo...
Repost fromย Galaa Sammuu
    #Sumatu_siif_sidha Daandiin imala nama biraa kankee miti; kankees immoo kan nama biraa ta'uu dhiisuu mala. Kanaafuu ofumaan bir-qaba qabadhu malee, kan isa biraa kufinsatti si affeera. Maarree, imalakee kan nama biraan hin madaalchisiin. Daandiin fiixaan bahinsaatti si geessu isuma kankee sanadha; kan ergisaa yookaan kan ormaa miti. Sumatu siif sidha! Sansakkaa Sakaalame  irraati Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa Abdiisaa Ejjetaati @Orobook
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.