Dr. Abdisa Ejeta
前往频道在 Telegram
Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!👇 @Orobook
显示更多📈 Telegram 频道 Dr. Abdisa Ejeta 的分析概览
频道 Dr. Abdisa Ejeta (@orobook) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 463 名订阅者,在 教育 类别中位列第 19 192,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 267 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 463 名订阅者。
根据 07 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -71,过去 24 小时变化为 -5,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 30.79%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.03% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 840 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!👇
@Orobook”
凭借高频更新(最新数据采集于 08 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
10 463
订阅者
-524 小时
-197 天
-7130 天
正在加载数据
吸引订阅者
十一月 '2611月 '26
十一月 '26
+10
在2个频道中
十月 '26
+42
在2个频道中
Get PRO
九月 '26
+64
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+70
在2个频道中
Get PRO
七月 '26
+168
在6个频道中
Get PRO
六月 '26
+301
在7个频道中
Get PRO
五月 '26
+139
在4个频道中
Get PRO
四月 '26
+37
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+105
在2个频道中
Get PRO
二月 '26
+15
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+17
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+21
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+35
在2个频道中
Get PRO
十月 '25
+11
在2个频道中
Get PRO
九月 '25
+14
在6个频道中
Get PRO
八月 '25
+287
在10个频道中
Get PRO
七月 '25
+350
在7个频道中
Get PRO
六月 '25
+17
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+13
在4个频道中
Get PRO
四月 '25
+26
在4个频道中
Get PRO
三月 '25
+1
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+2
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+7
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+18
在3个频道中
Get PRO
十一月 '24
+59
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+121
在4个频道中
Get PRO
九月 '24
+319
在9个频道中
Get PRO
八月 '24
+88
在7个频道中
Get PRO
七月 '24
+145
在9个频道中
Get PRO
六月 '24
+18
在2个频道中
Get PRO
五月 '24
+35
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+83
在2个频道中
Get PRO
三月 '24
+179
在11个频道中
Get PRO
二月 '24
+130
在7个频道中
Get PRO
一月 '24
+152
在9个频道中
Get PRO
十二月 '23
+253
在8个频道中
Get PRO
十一月 '23
+169
在4个频道中
Get PRO
十月 '23
+253
在10个频道中
Get PRO
九月 '23
+185
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+252
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+366
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+277
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+350
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+207
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+381
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+121
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+406
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+143
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+429
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+381
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+84
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+295
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+240
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+399
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+594
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+720
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+976
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+632
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+505
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+320
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+191
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+265
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+416
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+381
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+668
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+434
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+347
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+534
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+600
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+274
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+206
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+2 868
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 08 十一月 | 0 | |||
| 07 十一月 | 0 | |||
| 06 十一月 | +2 | |||
| 05 十一月 | +3 | |||
| 04 十一月 | 0 | |||
| 03 十一月 | +3 | |||
| 02 十一月 | +2 | |||
| 01 十一月 | 0 |
频道帖子
Repost from Dr. Abdi Adugna (MD)
HIV ittisuuf qorichi waggaatti yeroo lama qofa bifa waraansaan fudhatamu "Lenacapavir" jedhamu qorannoon mirkanaa'ee gara hojiitti seene.
HIV ittisuuf qorichi kun argamuun isaa saayinsii fayyaa gara boqonnaa haaraatti kan ceessisuu fi ittisa HIV irratti filannoo haaraa fi abdachiisaa ta'ee argameera.
Qorichi kun kan kennamu nama maraaf osoo hin taane kanneen haala adda ta’een HIV'f saaxilamoo ta'uun isaanii itti amanameefi dha.
Bu'a qabeessummaa isaa irratti qorannoowwan lama PURPOSE 1 fi PURPOSE 2 jedhaman geggeeffamanii, dandeettiin dhibee HIV ittisuu qoricha kanaa 100% fi 96% ta'uu agarsiisaniiru.
Ta'us qorichi kun HIV qofa malee dhibeewwaan saalqunnamtiin daddarban akka cophxoo, fanxoo, vayiirasii tiruu (B fi C) fi biroo hin ittisu.
Maddi: OHB
| 2 | Nyaata Daa’imman Waggaa Tokko Gadiif kennamuu hin qabne🚫
Daa’imman waggaa tokko gadii qaama dagagaa jiru qabu; kanaaf nyaata muraasa irraa qusachuun barbaachisaa dha. Isaan keessaa:
1. Damma
✔️Botulism ijoolee (dhukkuba hamaa baakteeriya dammaa keessatti argamuun dhufu) fiduu danda’a.
2. Aannan Loonii
✔️Allergii fida.
✔️Akka qaamni isaanii iron hin xuuxne taasisee hir’ina dhiigaa geessuu danda’a.
3. Nyaata fi Dhugaatii Mi’aawaa (juusii, biscuit, cake...)
✔️Harma haadha jibbisiisa.
✔️Gara-kaasa fida.
✔️Hir’ina nyaataafi Ilkaan burkuta’uu fiduu danda'a
4. Nyaata Soogidda Baay’ee Qabu (chibisii fi kkf)
✔️Kalee daa’imman irratti dhiibbaa uuma.
5. Nyaata Hin Bilchoofne (dheedhii, foon, killee …)
✔️Baakteeriyaan itti guddata; faalama hamaa geessisa.
6. Buna fi Shaayii
✔️ Daa’imman hirriba gahaa akka hin rafne dhorka.
✔️Iron qaama keessatti akka hin xuuxamne taasisa.Kunis hir’ina dhiigaa daa’imman keessatti fida.
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Abdi Adugna(MD)
https://t.me/drabdiadugna | 1 344 |
| 3 | ODUU AAGAA
NORDIC ICT
FURMAATA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA!
Dijitaalaayizeeshiniin guddina daldalaa fi dhaabbilee ammayyaa keessatti gahee olaanaa qaba.
Nordic ICT furmaata teeknooloojii ammayyaa dhiyeessuun hojii keessan salphisuuf, saffisiisuu fi bu’a qabeessa taasisuuf isin bira jira!
Tajaajiloota Nordic ICT Kennu:
1. Website Development:
Weebsaayitii ammayyaa, bareedaa fi hojii dhaabbata keessaniif mijatu ijaaruu.
2. Mobile App Development:
Appilikeeshinii bilbila harkaa irratti hojjetan misoomsuu.
3. School Management Systems :
Sirna bulchiinsa manneen barnootaa, odeeffannoo barattootaa fi kaffaltii dijitaalaa salphisu.
4. Cloud Hosting:
Weebsaayitii fi sirna dijitaalaa keessan interneetii irratti akka hojjetu deeggaruu.
5. Cybersecurity:
Sirna fi odeeffannoo dijitaalaa keessan eeguuf furmaata nageenyaa dhiyeessuu.
6. IT Consulting:
Dhaabbata keessaniif furmaata teeknooloojii sirrii filachuuf gorsa ogummaa kennuu.
7. Customized Software Solutions:
Fedhii fi hojii dhaabbata keessaniif furmaata sooftiweerii addaa qopheessuu.
Irbuu App fi Platform Nordic ICT kan hojjetame yoo ta’u dandeettii teeknooloojii, kalaqa fi furmaata dijitaalaa mul’isu keessaa isa tokko!
HOJIIWWAN NORDIC ICT KEESSAA MURAASA:-
1. OromoBook App
Appilikeeshinii kitaabota sagaleedhaan dhaggeeffachuu fi e-book dubbisuuf gargaaru. Afaan Oromoo irratti xiyyeeffachuun Android fi iOS irratti tajaajila kenna.
2. Irbuu App
Appilikeeshinii sagalee, viidiyoo fi seenaa dhiyeessu. Akkasumas donation, subscription fi muuxannoo fayyadamaa dhuunfaa of keessaa qaba.
3. Haro Sebu Construction
Weebsaayitii fi platform hojii dhaabbata ijaarsaa fi daldala waliigalaa agarsiisu. Pirojektoota, tajaajiloota fi bulchiinsa weebsaayitii of keessaa qaba.
4. Atis Nama Foundation
Platform gargaarsa namoomaa kan donation, duula walitti qabama deeggarsaa fi seenaa bu’aa hojii foundation agarsiisu.
5. Falcon Gruppen
Weebsaayitii dhaabbataa kan hojii dhaabbatichaa, tajaajiloota isaa fi walqunnamtii maamiltootaa fooyyessuuf qophaa’e.
6. Mume
Platform tajaajila kunuunsaa kan maamiltoota ogeessota kunuunsaa waliin walqunnamsiisu. Tajaajila kunuunsa mana keessaa, deeggarsa fi fayyaa waliigalaa irratti xiyyeeffata.
7. Village
Weebsaayitii dhaabbataa kan seenaa, tajaajiloota fi hojii dhaabbatichaa bifa qulqulluu fi ammayyaatiin dhiyeessu.
8. Ezzu Autotech
Platform daldala oomishaalee konkolaataa fi network daldaltootaa agarsiisuuf qophaa’e.
9. School Management System
Sirna bulchiinsa manneen barnootaa kan barnoota, argama barattootaa, qormaata, qabxii, kaffaltii fi qunnamtii maatii salphisu.
10. Rental Management System
Sirna bulchiinsa qabeenyaa kiraa kan mana, kireeffattoota, waliigaltee, invoice, kaffaltii fi gaaffii suphaa to’achuuf gargaaru.
Dhaabbata keessaniifis App, Website, School Management System yookaan Software addaa barbaadduu taanan atatamaan Nordic ICT quunamaa.
Bakki argama isaanii:
Ethiopia keessaatti: Finfinnee Naannoo 22 Awraris jedhamu gamoo tsega business center gamoo 10ffaa lakk.10
Iskaandineeviyaa Norway magaala osloo
Odeeffaannoo dabalataaf
🌐 Website: www.nordicict.com
🌐 www.nordicict.et
📧 Email: contact@nordicict.com
📞 +251 935491844
📞 +251 942 901 190 | 4 461 |
| 4 | +1 The 48 Laws of Power by Robert Greene.epub | 3 047 |
| 5 | Dan_Martell_Buy_Back_Your_Time_Get_Unstuck,_Reclaim_Your_Freedom.epub | 2 739 |
| 6 | Napoleon Hill - Think and Grow Rich.pdf | 2 750 |
| 7 | The_Psychology_of_Money_Timeless_Lessons_on_Wealth_Greed_and_Happiness.pdf | 2 945 |
| 8 | No Excuses The Power of Self-Discipline by Brian Tracy (1).pdf | 2 940 |
| 9 | KAANSARII HARMAA - Breast Cancer
Kaansariin Harmaa kaansarii seelii harmaa irraa ka'u ykn ba'u dha. Kaansariin kun gara caalu ykn hedduminaan (99%) dubartii irratti muldhata. Haa ta'u malee dhiira irrattis (1%) darbee darbee muldhachuu danda'a.
Kaansariin Harmaa kun seelii irraa ka'uufi iddo harma keessatti itti biqilu irraa ka'uun gosa garagaraa (ykn maqaa garagaras) ni qaba. Kaansariin kun maal irraa dhufuu danda' abamuu ni qabaatu.
Wontoota carraa Kaansarii Harmaatiin Qabamuu dabalan: (risk factors)
■ Akkuma jenne san dhiira caalaa dachaa hedduu dubara irratti muldhata. Kanaaf dubara ta'uun dhiira caalaa carraa kansaarii kanaan hubamuu qabu.
■ Umriin dabalaa deemu. Adadamu umriin dabalaa deemuun carraan Kansarii Harmaa horachuus ni dabala.
■ Ammaan dura harma cinaa tokko irratti Kaansarii qabaachuun carraa harma cinaa kaan irrattis qabaachuu ni dabala.
■ Sababa qaccee sanyii maatii irraa darbuun yoo maatiin (obboletti ykn haati) kaansarii kanaan qabaamtee turte ykn jiraatte carraan kaansarii kanaan qabamuu kan nama biroo irra dachaa hedduun olka'aadha. Qacceen sanyii (jiiniin) kanaaf nama saaxilan (BRCA 1 and BRCA 2) jedhamuun beekaman kun jiraachuun carraa kaansarii kanaan qabamuu olkaasu.
■ Yeroo umrii xiqqeenyaa ykn daa'imummaa qomni (chastiin) carariif (radiation) saaxilamuun.
■ Furdinna ykn ulfaatinna gar malee guddaa ta'e qabaachuun.
■ Xurii laguu ykn dugda umrii woggaa kudha lamaa gaditti arguu jalqabuun namoota kaan caalaa carraa kaansarii harmaatiin hubamu ni dabala.
■ Umriin xurii laguu ykn dugda arguu itti dhaaban dheerachuun ykn guddaa ta'uun.
■ Umrii woggaa soddomaa booda daa'ima jalqabaa argachuun namoota san dura argatan caalaa carraa kaansarii harmaatiin qabamuu ni qabu.
■ Isaan ulfayanii hin beekne kan ulfayanii beekan caalaa carraa kansarii kanan qabamuu qabu.
■ Alkoolii baay'isanii dhuguun carraa kaansarii harmaatin qabamuu ni dabala.
MALLATTOOLEE KAANSARII HARMAA (Warning signs of breast cancer) !
*Waanti akka dhiitaa jajjabaataa harma keessaa bakka takkatti yokaan guutummaa harmaa keessaatti umamuu
*Fiixeen harmaa (nipple) gara keessaatti deebi'uu (Kun dubartoota uumamumaan fiixeen harma isaanii gara keessatti liqimfamaa ta'e osoo hin taane duraan nagaha warra tureef)
*Gogaan harmaa, bakka takkan diimatee, furdatee yoo qaban harkatti jajjjabaatee, qola burtukaanaa fakkaachuu.
*Dhangala'aan aannan irraa adda ta'e harma keessaa gadi yaa'uu.
*Xannachi liimfii bobaa jalaa, kan gama dhiitaan harmaa jiru sanatti argamu jajjabaatee guddatee ba'uu
Hub: Mallattoon kun sababa biroo kanneen akka infekshinii, dhiitaa kaanserii hin taane, cyst (dhiita bishaan qofa uf keessaa qabu) fi kanneen biroon ni dhufa. Kanaaf mallattoo kana yoo ofirratti argitan, uf sodaachisuu osoo hin taane mana yaalaa deemtanii qorannoon adda baafachuudha.
Maal haa goonu? Ofeeggannoo akkamiitu barbaachisa?
● Dubartoonni torbaan torbaanin otoo sakata'iinsa harma isaanii ofii isaaniiti qaqqabuun godhatanii gaariidha. Harma qaqqabuun ilaaluun iddoon iita'ee jabaate, jajjabaate, ykn jijjirama qaama harmaa kaan irraa qabu jiraachuu isaa adda baafachu. Yoo jijjiramni addaa jiraate gara mana yaalaa deemanii ogeessa fayyaa ykn doktora isaan yaalu ykn woldhaanu wojjiin mari'achuu.
● Mallattoolee armaan olitti eeraman yoo of irratti agarte otoo yeroo hin gubin mana yaalaa deemtee adda baafachuu. Mallattooleen as gubbatti kaafne kun dhukkuboota harmaa kan birootifis ta'uu ni danda'u.
● Mallatoolee kana yoo of irratti agarre hospitaala deemnee qorannoo doktoroonni keenya nuuf ajajan fkn ultrasound, mammogram fi sumuuda kutaa harmaa iitan sun irra jiru irraa fuudhamuufi kan biroo kan ogeessi nu ajaje hojjachiifachuu
●Alkoolii baay'isanii dhuguu dhabuu/dhaabuu.
● Sochii qaamaa gochu. Torbaanitti yoo xiqqaate guyyoota shaniif daqiiqaa soddoma soddoma sochii qamaa (ispoortii akka fiigichaa, daakkaa, deemsa arifannaa fi kkf) hojjachuu.
● Nyaata keenya madaalawaa gochuu. Yeroo hedduu fuduraaf kuduraa nyaachuu. Foon, cooma, kallee, dhadhaa baay'isuu dhabuu.
¤ Sadarkaa kaansarichi irra jiru irratti hundaa'uun yaalli isaa kutaa harmaa kaansarichi itti biqile muranii/kutanii baasuu, ykn harma cinaa tokkoo guutuun gututti kaasuu/muranii kaasuu, ykn harmaafii xannachoota liimfii naannoo san jiran wolitti qabanii muranii kaasuu, ykn harma cinaa lachuu muranii kaasuus ta'uu danda'a.
Dabalataan yaalli cararii (radiation) fi qorichootaa (Chemotherapy) fi ykn yaala hormooniin godhamus barbaachisaadha. Kana irra taree kaansarichi sadarkaa kanaan yaalamuu hin dnadeenye irra yoo jiraate deeggarsi dhukkubbi woyyeessuufi dhukkubsata kunuunsu (Palliative care) kennamuu ni danda'a.
References
1. Schwartz's Principles of Surgery
2. Fayyaan faaya
Dr. Idris Hasano: General Surgeon
@HakimEthio | 3 423 |
| 10 | 没有文字... | 2 719 |
| 11 | ERGAA HUBANNOO HAWAASAA FI OGEESSOTA FAYYAAF
QUUFAA MORMAA (GOITER) / HUCCUBA
Waa’ee Quufa Mormaa/Huccubaa Waan Beekuu Qabnu
1. Quufni Mormaa/Huccubni hundi qorichoota akka PTU, Propranolol ykn Lugol’s iodine tiin yaalamuu qabaa?
Lakki!
Quufa Mormaa/Huccuba (Goiter) jechuun xannachi thyroid guddachuu ykn babal’achuu jechuudha.
Garuu sababoonni Quufa Mormaa/Huccuba fidaan adda addaa waan ta’aniif, hundi isaanii qoricha tokkoon hin yaalaman.
Namni tokko hormooniin thyroid isaa olka’uu danda’a; kan biraan sadarkaan hormoonii isaa sirrii ta’uu danda’a; kan biraan immoo hormooniin thyroid isaa gadi bu’uu danda’a.
Kanaaf:
DURA SABABAA ISAA ADDA BAASUU → SANA BOODA YAALA SIRRII KENNUU!
2. Quufni Mormaa/Huccubni hundi gosa tokkoo dhaa?
Lakki!
Quufni Mormaa/Huccubni bifa adda addaatiin mul’achuu danda’a:
- Diffuse goiter – xannacha thyroid guutummaatti guddate
- Multinodular goiter – qacceewwan/nodules hedduu qabu
- Solitary thyroid nodule – qaccee thyroid tokko
- Toxic goiter – hormooniin thyroid baay’inaan oomishamu waliin walqabatu
- Graves’ disease
- Thyroiditis
- Hanqina ykn baay’ina iodine waliin walqabatu
- Haalota muraasa keessatti kaansarii thyroid
Kanaaf, namoonni lama guddina huccubaa wal fakkaataa qaban illee, sababaan rakkoo isaanii fi yaalli isaanii garaagara ta’uu danda’a.
3. Quufni Mormaa/Huccubni hundi kaansarii dhaa?
Matumaa miti!
Quufni Mormaa/Huccubni baay’een isaanii kaansarii miti.
Garuu qacceewwan thyroid tokko tokko kaansarii ta’uu waan danda’aniif, yeroo barbaachisutti qorannoo sirrii gochuun murteessaadha.
Mallattoolee xiyyeeffannoo addaa barbaadan:
- Guddinni mormaa/huccubni saffisaan dabalaa jiraachuu
- Qaccee baay’ee jabaataa ta’uu
- Tuutni naannoo isaatti maxxanee sochii xiqqaa qabaachuu
- Lymph node mormaa keessatti mul’achuu
- Sagaleen jijjiiramuu
- Liqimsuun ulfaachuu
- Hafuura baafachuun ulfaachuu ykn kara qilleensaa irratti dhiibbaan uumamuu
Mallattooleen akkanaa yoo jiraatan, hatattamaan gara ogeessa fayyaa deemuun qorannoo gochuun barbaachisa.
4. Guddinni fuuldura mormaa hundi Quufaa Mormaa/Huccuba dhaa?
Lakki!
Guddinni mormaa hundi Quufaa Mormaa/Huccuba miti.
Sababoota biroo qabaachuu danda’a; fakkeenyaaf:
- Thyroglossal duct cyst
-Guddina lymph node
- Rakkoo salivary gland
- Lipoma
- Infekshinii fi abscess
- Rakkoo parathyroid gland
- Rakkoo ujummoo dhiigaa
- Tuuta ykn dhukkuba xannachoota mormaa biroo
''Mormi guddate ykn dhita’e hundi Quufaa Mormaa/Huccuba” jedhanii qorannoo malee murteessuun sirrii miti.
5. Quufni Mormaa/Huccubni yoo argame, qoricha kennuu dura maal gochuu qabna?
1️⃣ Seenaa dhukkubsataa gaafachuu
- Guddinni huccubaa yoom irraa eegale?
- Saffisaan guddataa jiraa?
- Liqimsuun itti ulfaataa?
- Hafuura baafachuun itti ulfaataa?
- Sagaleen jijjiiramee?
- Mallattooleen hormoonii thyroid baay’achuu ykn hir’achuu jiraa?
2️⃣ Qorannoo qaamaa
- Hammam guddaa akka ta’e
- Jabaataa ykn laafaa ta’uu isaa
- Qacceewwan meeqa akka jiran
- Sochii isaa
- Lymph node mormaa
- Kara qilleensaa (airway) irratti dhiibbaa qabaachuu isaa ni madaalama.
3️⃣ Qorannoo dhiigaa
TSH yeroo baay’ee qorannoo jalqabaa hojii thyroid madaaluuf gargaarudha.
Akka haala dhukkubsataa irratti hundaa’een T4 fi T3 illee qorachuun barbaachisaa ta’uu danda’a.
4️⃣ Ultrasound
Ultrasound’n:
- Hammam guddaa akka ta’e
- Qacceewwan meeqa akka jiran
- Amaloota qacceewwanii
- Lymph node mormaa
madaaluuf baay’ee barbaachisaa dha.
5️⃣ FNAC
Qacceewwan tokko tokko, bu’aa ultrasound fi qorannoo klinikaa irratti hundaa’uun, FNAC (Fine Needle Aspiration Cytology) barbaaduu danda’u.
6. Qorannoo malee PTU, Propranolol ykn Lugol’s iodine jalqabsiisuun rakkoo maalii qaba?
- PTU
PTU qoricha haala thyroid hormone olka’e tokko tokko keessatti fayyaduudha.
❌ Quufa Mormaa/Huccuba hundaaf kennamu miti.
Miidhaa tiruu cimaa fi rakkoo dhiigaa akka agranulocytosis fiduu danda’a.
Kanaaf, sababaa fi haala thyroid osoo hin beekin jalqabsiisuun sirrii miti.
- Propranolol
Propranolol namoota thyrotoxicosis qaban keessatti mallattoolee akka:
- Onneen saffisaan rukutuu
- Harki hollachuu
- Onneen rukutuun itti dhaga’amuu
to’achuuf gargaaruu danda’a.
Garuu:
Propranolol Quufa Mormaa/Huccuba ofii isaa hin balleessu.
- Lugol’s iodine
Lugol’s iodine haala yaalaa murtaa’e keessatti qofa fayyadama.
❌ Sababa malee iodine kennuun sirrii miti.
Iodine baay’inaan kennamuun hojii thyroid jeequu danda’a.
Kanaaf:
“Huccubni guddate; iodine haa jalqabsiifnu” jechuun qorannoo malee sirrii miti.
7. Yoo baqaqsanii yaaluu (surgery) karoorfame, dura maal gochuu qabna?
Quufa Mormaa/Huccuba hundaaf qorichi baqaqsanii yaaluu dura kennamu tokko miti.
Baqaqsanii yaaluu dura:
- Sababa isaa adda baasuu
- Hojii thyroid madaaluu
- Ultrasoundidhan qorachuu
- Yoo barbaachise FNAC qorachuu
- Kara qilleensaa irratti dhiibbaa jiraachuu madaaluu
- Retrosternal/Substernal extension jiraachuu qorachuu
- Kaansariin shakkame jiraachuu madaaluu
- Dhukkubsataa anesthesia fi baqaqsanii yaaluuf sirriitti qopheessuun barbaachisa.
Hyperthyroidism qabuun baqaqsanii yaaluu filannoo (elective surgery) dura, haalli thyroid isaa sirriitti to’atamuu qaba.
8. Quufni Mormaa/Huccubni yoom baqaqsanii yaaluu barbaada?
Baqaqsanii yaaluun yeroo:
- Kaansariin yoo shakkame ykn mirkanaa’e
- Hafuura baafachuu irratti dhiibbaa yoo uume
- Liqimsuu irratti rakkoo yoo uume
- Quufni Mormaa/Huccubni guddaan mallattoo dhukkubaa yoo uume
- Retrosternal/Substernal goiter jiraate
- Haala Toxic multinodular goiter filatamoo ta’an keessatti
- Haala Graves’ disease filatamoo ta’an keessatti
- Rakkoo mul’ataa ykn qulqullina jireenyaa irratti dhiibbaa guddaa yoo uume itti yaadamu danda’a.
9. ERGAA IJOO
- Quufni Mormaa/Huccubni hundi qoricha hin barbaadu.
- Quufni Mormaa/Huccubni hundi kaansarii miti.
- Quufni Mormaa/Huccubni hundi baqaqsanii yaaluu hin barbaadu.
- Guddinni ykn dhitoon fuuldura mormaa hundi Quufaa Mormaa/Huccuba miti.
DURA QORANNOO ~ SANA BOODA YAALA!
Sababa isaa haa beeknu; qorannoo irratti hundaa’uun yaala sirrii haa kenninu.
Qorannoo malee qoricha jalqabsiisuun rakkoo dhoksuu ykn miidhaa hin barbaachifne fiduu danda’a.
Ergaa Hawaasaaf
Guddina mormaa ykn Quufaa Mormaa/Huccuba yoo argitan, ofumaan qoricha hin jalqabinaa. Gara dhaabbata fayyaa deemuun ogeessa fayyaa irraa qorannoo fi gorsa sirrii argadhaa.
References
1. Schwartz’s Principles of Surgery. 11th ed.
2. Sabiston Textbook of Surgery: The Biological Basis of Modern Surgical Practice. 21st ed.
3. Bailey & Love’s Short Practice of Surgery. 28th ed.
4. Current Surgical Therapy. 14th ed.
5. Greenfield’s Surgery: Scientific Principles and Practice. 7th ed.
6. The Washington Manual of Surgery. 8th ed
Dr. Sinboonaa Araarsaa, MD
Gargaaraa Piroofeesaraa, Baqaqsanii Yaaluu Waliigalaa
MPH Epidemiology
0942622912
@HakimEthio | 2 540 |
| 12 | "#Ni_danda'aa?"
"Namni garaacha malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniis haa qoodu.
Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan xiqqaatti qabsiifaama. Haala kanaan nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aa (Small Intestine)-tti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a!
Fayyaa hin dhabiinaa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook | 5 735 |
| 13 | BUNA DHUGUU
*******
Bu'aan qorannolee woggoota hedduuf namoota buna dhugan irratti godhaman akka muldhisanitti:
Bunni keemikaala 'Kaafiin' jedhamu of keessaa qaba. Keemikaalli kun ammoo sammuu si'eessuun kaka'umsaa fi humna namaa uumuun, miira dadhabbii hirdhisuun, beekama. Hammi 'Kaafiniin' nama si'eessuu fi jijjirraa haalaa-amalaa namaa irratti fidu garuu namaa namatti garaagarummaa qaba.
Kaafiniin:
● Kaafiiniin Dhukkuba Tiruu Yeroo Dheera fi Kaansarii Tiruu ittisu irratti gahee qaba. Tiruun dhukkubsatte akka gadaanisa uumtee hin dadhabne tursiisuu irratti faayida qaba
● Baattuun hadhooftuu akka dhangala'aa hadhooftuu bullaayinsa nyaataaf barbaachisu akka gadi lakkiftu waan si'eessuuf uumamuu cirracha hadhooftuu ni hirdhisa.
● Kaafiniin amala "Theophylline" qoricha yeroo tokko tokko dhukkubaa Asmii yaaluuf kennamuun wolfakkaatu waan qabuuf ujummooleen qilleensaa akka babaldhatan gochuun hafuurri nama hanqachuu yeroo Asmi nama mudatu ni hirdhisa. Kaafiniin kana gochuuf garuu buna sinii hanga afuri dhuguu nama barbaachisa.
● Carraa dhukkuba sirna narvii kan qaamni ajaja malee akka sosocho'uu fi hollatu godhu "Parkinson's Disease" ni hirdhisa. Dhukkuba Sukkaara Gosa Lammeessoo, Dhukkuba Onnee Akka Tasaa, Kaansiriilee qaama garagara hirdhisu irratti gahee muraasa wohii qabaachuu akka danda'u qorannoolen dhihoo bahan ni muldhisu.
● Kaafiniin qorichoota dhukkubbi woyyeesan (antipain) heddutti makamuun dhukkubbi woyyeessuu irratti gahee qaba. Akkasumas dhugaatilee humna kennan (energy drink) adda adda keessatti dabalamuun humna akka kennu ni godhama. Qorichoota ulfatinna qaamaa hirdhisuuf tajaajilan irratti dabalamuun namonni humna argatanii sochii qaamaa akka godhan si'eessuf jecha itti dabalamee ni tolchama.
---
● Sammuun keenya si'eessummaa Kaafinii kana barachuu danda'a. Kanaaf araada namatti ta'uu, si'a'inna san argachuuf hamma dhugnus yeroo gara yerootti akka daballu nu gochuu danda'a. Dhuguu barree tasa addaan kutuun ammoo bowwoo, biibbaa, tasgabbii dhabuuf nu saaxila.
● Kaafiniin hobbaatiin godhee daa'ima gadaamessa keessatti guddinna irra jiru bira waan dhaquufi akkasumas haadhootii ulfaa irratti dafee dhiiga keessaa waan hin xuuxamnee fi hamma dhiigaa hobbaatiif daa'imni argatan waan hirdhisuuf yoo baay'ate ulfi akka nama irraa dhangala'u gochuu danda'a. Kanaaf haati ulfaa takkaa fi ulfaayuu barbaaddu guyyatti buna sinii lamaa olii otoo fayyadamuu baattee ni gorfama.
● Hormoonota hirriba akka rafnu godhan irratti dhiibbaa gochuun hirriba sirritti akka hin rafne ykn nu hin qabne gochuu danda'a. Haalli kun garuu adaduma namni bunaa dhugaa Kaafiiniin wolbaratuun hirdhataa deema. Haala kanaaf buna gara galgala yeroo hirribaaf deemanitti dhuguu dhiisuun ni danda'ama.
● Onnee si'eessuun yeroo gababduuf dhahannaan onnee fi sosocho'iinsi dhiigaa akka dabalu gochuu danda'a. Akkasuma yeroo gababduu dhugame san booda jirtuuf dhiibbaa dhiigaa kan olkaasu ta'ullee; dhiibbaa dhiigaa dhaabbiin ol hin kaasu.
● Namoota Yaaddoo garmalee (Cinqaa Sammuu) qaban irratti, kaafiiniin hedumminaan (sinii afurii ol yeroo tokko) yoo fudhatame sodaa, tasgabbii dhabuu, naasuufi cinqaa san itti hammeessuu danda'a. Garuu namoota Muukuu qaban irraa muukuu woyyeessuu irratti gahe qaba.
● Namoota tokko tokko irratti gubaa-laphee aasidiin garaachaa gara kallatti kokkee oldeemuun uumamu (GERD) - 'Singiggoo' hammeessuu danda'a. Akkasuma haadholii garmalee buna baay'isan irratti carraa lafeen haphachuu ni dabala.
---
Bunni Kaafiniin alas Vaayitaminoota (B2, B3, B5) fi albuudota akka magnesium, manganese, potassium of keessaa waan qabuuf wolnyaaticha garagara qaama keessatti godhanis garagaaru danda'a.
Daa'immaniif ijoollee umriin isaanii woggaa 12 gadi ta'an buna akka hin dhugne gorfama. Dhahanna onnee fi dhibbaa dhiigaa dabaluun, sodaaf cinqaan,hirriba dhabuun, jijjiramni haalaa-amalaa isaan mudachuu waan danda'ufi.
---
---
Fayyaa ta'aa!
Bunaaf nagaa hin dhabinaa!
Horaa, bulaa, deebanaa!
---
Via Dr. Nuredin Luke
@Orobook | 3 832 |
| 14 | Kabajamtoota miseensoota chaanala kiyyaan nagaa hin dhabiinaa jechaa, yaadaafi gaaffii dhimma fayyaan wal qabatu yoo qabaattan karaa saanduqa yaadaa asii gaditti argamu kanaan naaf barreessuu dandeessu. Gaaffii keessan tarbiibaan siniif deebi'a.
Fayyaa hin dhabiinaa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook | 3 228 |
| 15 | Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.08% dha. Kan vaayirasii tiruu gosa B (#HBV) garuu 20–30% dha!
Look at how dangerous it's 😳
Fayyaa hin dhabinaa!
Dr Abdi Adugna (MD) | 3 662 |
| 16 | Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti!
Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (July 28) kabajama.
Kaayyoon isaa hubannoo waa’ee kulkula tiruu, keessumaa kulkula tiruu vaayirasiin (viral hepatitis) dhufu uumuu fi babal’isuudha. Kana malees, dhukkuba kana ofirraa ittisuuf, qorannoo yeroo yerootti gaggeessuu, talaallii dhukkubicha ittisuuf gargaaru dursanii fayyadamuu, karaalee dhukkubichi itti daddarbu hubachuu, akkasumas yoo vaayirasiin kun dhiiga keessatti argame ta’e, saffisaan yaala barbaachisaa argachuuf kakaasuudha. Tarkaanfiiwwan kunneen du’aatii dhukkuba kanaan dhufu hir’isuuf gahee olaanaa qabu.
Keessumaa biyya keenya keessatti dhukkubni kun baay’inaan mul’achaa kan jiruufi lubbuu namoota hedduu galaafateedha. Kanaafuu, namni hundi qorannoo kulkula tiruu akka godhatu ni gorfama.
Odeeffannoo fayyaa argachuuf #link https://t.me/drabdiadugna miseensa ta'aa!
Dr. Abdi Adugna(MD)
Fayyaa hin dhabinaa! | 2 761 |
| 17 | Atomic Habits_ Tiny Changes, Re - James Clear.pdf | 2 770 |
| 18 | 13. Badhaasa Battalaa fi Badhaasa Boodaa Sammuun keenya bu'aa yeroo dheeraa caalaa gammachu/badhaasa battalaatiif dursa kenne. Amala kee itti fufsiisuuf badhaasa battalaa (fkn, amala raawwatte kalandarii irretti mallatteessuu) fayyadam
14. Amala Hordofuu fi Seera "Yeroo Lammaffaa Hin Kufin"
Amala kee guyyaa guyyaan galmeessuun kee onnee siif ta'a. Yoo guyyaa tokko sababa adda addaatiin dogoggorte, Lamaffa itti hin deebi'in. 'Lama Nan suufan!' jedhiitii hatattamaan gara sarara keetti deebi'i.
15. Seera Madaallii (The Goldilocks Rule):
Namoonni kaka'umsa guddaa kan argatan hojii dandeettii isaaniitiin wal-simate, baay'ee ulfaataa kan hin taane, baay'ee salphaas kan hin taane yoo hojjataniidha. Diinni guddaan guddina keetii nuffiidha malee kufaatii miti.
Mohammedamin Jeylan-tu qindeesse.
@Orobook | 2 628 |
| 19 | 📚 📖 "Atomic Habits" ....Kitaabni Kun Kitaaba akka Daawitiitti keessatti of ilaalani. Ani Cuunfaa kitaabicha akkasiin isiniif fideeera, dubbisaa , yoo jaalattan waliifis qooda, Kitaaba akka isiniif cuunfu barbaaddan mention naaf godhaa.
1. Sirna Irratti Xiyyeeffadhu, Galma Qofa Irratti Hin Rarra’in:
Galmi kallattii agarsiisuuf gaariidha, garuu sirni (system) fi adeemsi guyyaa guyyaa guddina dhugaa fida. Gareen injifatuus ta’e kan injifatamu galma walfakkaataa qabaachuu danda'u; waanni isaan gargar baasu sirnaa fi akkaataa itti hojjetaniidha.
2. Seera 1% (Tarkaanfii xinnoo ):
Guyyaa guyyaan 1% qofa fooyya’uun, waggaa tokko keessatti dachaa 37 akka jijjiirama guddaa fidu si taasisa. Jijjiiramni xixiqqaan guyyaa tokkoo waan hin mul’anne fakkaatus, yeroo dheeraa keessatti bu’aa ajaa'ibsiisaa fida.
3. Sadarkaa Humna Dhokataa (Plateau of Latent Potential):
Bu'aan tattaaffii keetii battalatti argamuu dhiisuu danda'a. Heddun keenya jijjirama Yeroo gabaaba feena. yoo San dhabne 'tattaaffiin koo bu'aa dhabe' jennee abdii kutachuutti fiigna. Atomic Habits garuu "humni kee ifaajeen kee , Si keessatti kuufamaa jira malee hin badne" jedha
4. Jijjiirama Eenyummaa Irratti Hundaa’e:
Jijjiirama amala dhugaa jechuun eenyummaa kee jijjiiruudha. "Fiiguun barbaada" jechuu irra , "Ani nama fiigichaati" jedhi. Tarkaanfiin amala kee guyyaa guyyaa eenyummaa kee isa fuulduraatiif sagalee kennuudha.
5. Geengoo Amalaa (Habit Loop): Amalli tokko sadarkaa afur keessa darbee ijaarama:
a. Dammaqsituu (Cue): Kun Amala sana akka yaadattu si taasisa.
b. Hawwii (Craving): Kaka'umsa amala sana raawwachuuf keessa keetti uumamu.
c. Deebii (Response): Amala sana raawwachuu.
d. Badhaasa (Reward):bu'aa Amala sana raawwachun argattu.
6. Seerota Afran Jijjiirama Amalaa:
Amala gaarii ijaaruuf seerota afran armaan olii irratti xiyyeefadhu, a) (Dammaqsituu), Akkamitti akka mul'atu taasisi. b) (Hawwii), Hawwataa taasisi. c) (Tarkaanfii): Salphaa taasisi. d) (Badhaasa) : Amala haara madaqfatteef badhaasa ofiif kenni.
(Amala badaa balleessuuf seerota kana faallaa godhi: Dhoksi, tuffatamaa godhi, ulfaataa godhi, fi of adabi)
7. Murtoo Raawwii Karooraa :
Amala badaa ykn gaarii jijjiruuf karoorfatte , 'Yoom? eessatti? fi akkamitti?' akka raawwattu ifatti murteessi.
Formulaa kana fayyadami:>
"Ani amala [X] yeroo [SA'AATII] iddoo [BAKKAA]tti nan raawwadha.
Fkn : Ani [Kitaaba dubbisu] sa'atii [10-11] ,[Library ] keessatti Nan raawadha.
8. Amaloota Walitti Firoomsuu (Habit Stacking) :
Amala haarawa amala fiixaan baastee amaleeffatteetti dabalii maxxansiisi. Formulaa :> *"Erga [AMALA DURAAN AAMALEFFATTE] xumuree booda, battalumatti [AMALA HAARAWA] nan raawwadha.
Fkn: Akka Hirribaa ka'een cal jedhee [Bilbila ilaaluu /Doomscroling]
dhiiseen booda battalumatti , [Kitaaban dubbisa]
9. Haala Qabatama Naannoo kee Caalaa Onnee Qofatti Hin Rarra’in...
Haalli naannoo keetii wanta keessatti aadaa fi amala kee bocu keessaa isa tokkoodha. Wanta gaarii hojjechuuf si gargaaru fuldura keetti qopheessi—wanta amala badaatti si geessu ammoo ija kee duraa dhoksi. Kutannoo qofaan amala jijjiiruun ulfaataadha waan ta'eef.
10. Wanta Barbaadduu fi Wanta Si Eeggamu Walitti Makuu
Wanta raawwachuu barbaaddu fi wanta akka dabiitiitti si eeggamu walitti maki. Fakkeenyaaf, tapha kubbaa kan ilaaltu yeroo bishaan dhugdu/fiigicha gochuuf utaaltu qofa akka ta'u murteessi.
11. Seera Daqiiqaa 2 Amala haarawa yoo egaltu, daqiiqaa lamaa gad kan fudhatu akka ta'u taasisi. Fakkeenyaaf: "Kitaaba fuula 30 nan dubbisa" jettee daqiqa lama booda lafatti darbuu irra "Har'aaf Fuula tokko nan dubbisa" jedhii egali. Xumuri!
12. Jijjirama Amalaa: Amala badaa gaaridhaan Bakka buusuf , Amala gaariidhaaf daandii salphisi (fkn, uffata hojii irraa galgala qopheessi), amala badaaf ammoo daandii ulfeessi (fkn, bilbila kee siree kee irraa fageessi). | 2 532 |
| 20 | 没有文字... | 1 995 |
