ABDII SABAA
前往频道在 Telegram
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
显示更多📈 Telegram 频道 ABDII SABAA 的分析概览
频道 ABDII SABAA (@abdii_sabaa) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 592 395 名订阅者,在 教育 类别中位列第 39,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 592 395 名订阅者。
根据 25 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 25 483,过去 24 小时变化为 8 491,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 18.02%。内容发布后 24 小时内通常能获得 7.21% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 106 628 次浏览,首日通常累积 42 672 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 530。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
💬Contact Us💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university”
凭借高频更新(最新数据采集于 26 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
592 395
订阅者
+8 49124 小时
+14 4697 天
+25 48330 天
数据加载中...
吸引订阅者
八月 '26
八月 '26
+21 720
在55个频道中
七月 '26
+22 673
在31个频道中
Get PRO
六月 '26
+3 701
在38个频道中
Get PRO
五月 '26
+195
在23个频道中
Get PRO
四月 '26
+124
在46个频道中
Get PRO
三月 '26
+2 882
在44个频道中
Get PRO
二月 '26
+1 486
在36个频道中
Get PRO
一月 '26
+1 588
在37个频道中
Get PRO
十二月 '25
+746
在47个频道中
Get PRO
十一月 '25
+1 536
在58个频道中
Get PRO
十月 '25
+2 433
在50个频道中
Get PRO
九月 '25
+24 934
在163个频道中
Get PRO
八月 '25
+7 110
在62个频道中
Get PRO
七月 '25
+23 166
在62个频道中
Get PRO
六月 '25
+7 576
在59个频道中
Get PRO
五月 '25
+3 917
在47个频道中
Get PRO
四月 '25
+1 915
在48个频道中
Get PRO
三月 '25
+2 408
在45个频道中
Get PRO
二月 '25
+5 633
在51个频道中
Get PRO
一月 '25
+5 964
在68个频道中
Get PRO
十二月 '24
+9 169
在74个频道中
Get PRO
十一月 '24
+18 281
在67个频道中
Get PRO
十月 '24
+18 241
在87个频道中
Get PRO
九月 '24
+39 864
在103个频道中
Get PRO
八月 '24
+52 993
在84个频道中
Get PRO
七月 '24
+16 939
在117个频道中
Get PRO
六月 '24
+14 192
在47个频道中
Get PRO
五月 '24
+7 947
在38个频道中
Get PRO
四月 '24
+6 377
在41个频道中
Get PRO
三月 '24
+7 060
在31个频道中
Get PRO
二月 '24
+10 136
在49个频道中
Get PRO
一月 '24
+7 513
在58个频道中
Get PRO
十二月 '23
+5 770
在46个频道中
Get PRO
十一月 '23
+10 212
在64个频道中
Get PRO
十月 '23
+44 182
在76个频道中
Get PRO
九月 '23
+14 564
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+23 128
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+14 907
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+3 687
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+4 143
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+2 805
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+4 052
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+5 873
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+26 357
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+6 520
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+6 645
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+13 700
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+18 260
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+6 608
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+5 827
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+6 464
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+11 921
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+7 030
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+20 256
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+3 601
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+1 080
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+2 025
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+5 307
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+4 722
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+4 018
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+3 576
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+7 593
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+6 435
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+7 426
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+5 569
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+6 658
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 25 八月 | +8 491 | |||
| 24 八月 | +2 249 | |||
| 23 八月 | +2 876 | |||
| 22 八月 | +362 | |||
| 21 八月 | +187 | |||
| 20 八月 | +273 | |||
| 19 八月 | +117 | |||
| 18 八月 | +134 | |||
| 17 八月 | +81 | |||
| 16 八月 | +256 | |||
| 15 八月 | +131 | |||
| 14 八月 | +305 | |||
| 13 八月 | +128 | |||
| 12 八月 | +88 | |||
| 11 八月 | +16 | |||
| 10 八月 | +106 | |||
| 09 八月 | +114 | |||
| 08 八月 | +58 | |||
| 07 八月 | +166 | |||
| 06 八月 | +275 | |||
| 05 八月 | +323 | |||
| 04 八月 | +503 | |||
| 03 八月 | +575 | |||
| 02 八月 | +1 482 | |||
| 01 八月 | +2 424 |
频道帖子
+7
Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Qabxii Olaanaa Galmeessan!
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ilaalchisee, barattoonni ciciimoon damee Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin guutummaa biyyattiitti qabxii olaanaa galmeessisan akka armaan gadiitti qindaa'aniiru:
🔬 DAMEE SAAYINSII UUMAMAATIIN (Natural Science):
🥇 1ffaa : Barataa Jaalaal Girmaa
Qabxii: 591.6 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti sadarkaa 1ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO / ODA Special Boarding School) kan magaalaa Adaamaati.
🥈 2ffaa : Barataa Roobeel Geetaachaw
Qabxii: 590.08 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti sadarkaa 2ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Liichgoogoo (Lichgogo Boarding School) kan Godina Haadiyyaati.
🥇 Dubarootaan 1ffaa : Barattuu Hiddaasee Zamanaa
Qabxii: 583.03 galmeessisuun guutummaa biyyattii dubaroota keessaa sadarkaa 1ffaa qabatteetti. Barattuun kun naannoo Amaaraa Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midirii ti.
🌍 DAMEE SAAYINSII HAWAASAATIIN (Social Science):
🥇 1ffaa : Barataa Saadam Abdulaaziiz
Qabxii: 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti dhiirota keessaa sadarkaa 1ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifaa Boruu Dodolaa ti.
🥇 Dubarootaan 1ffaa : Barattuu Maqdalaawit Suraafeel
Qabxii: 569.17 galmeessisuun guutummaa biyyattii dubaroota keessaa sadarkaa 1ffaa qabatteetti. Barattuun kun Mana Barumsaa Boolee Suuppar Hoolii Seeviyeer (Bole Super Holy Saviour) kan magaalaa Finfinneeti.
Miidiyaan Abdii Sabaa barattoota ciccimoo abdii biyyaa ta'an kana, maatii isaanii fi manneen barnootaa isaaniitiif "Baga gammaddan, baga gammanne!" jechaa, barattoota hundaaf carraa gaarii hawwa!
Barattootaafi manneen barnootaa barattoota keessan qabxii olaanaa galmeessan beeksisuu feetan https://t.me/ABDII_SABAA?direct irratti nu qunnama.
visit👇👇👇👇
Sponsored Post
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA
| 2 | Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Qabxii Olaanaa Galmeessisan!
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ilaalchisee, barattoonni ciciimoon damee Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin guutummaa biyyattiitti qabxii olaanaa galmeessisan akka armaan gadiitti qindaa'aniiru:
🔬 DAMEE SAAYINSII UUMAMAATIIN (Natural Science):
🥇 1ffaa : Barataa Jaalaal Girmaa
Qabxii: 591.6 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti sadarkaa 1ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO / ODA Special Boarding School) kan magaalaa Adaamaati.
🥈 2ffaa : Barataa Roobeel Geetaachaw
Qabxii: 590.08 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti sadarkaa 2ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Liichgoogoo (Lichgogo Boarding School) kan Godina Haadiyyaati.
🥇 Dubarootaan 1ffaa : Barattuu Hiddaasee Zamanaa
Qabxii: 583.03 galmeessisuun guutummaa biyyattii dubaroota keessaa sadarkaa 1ffaa qabatteetti. Barattuun kun naannoo Amaaraa Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midirii ti.
🌍 DAMEE SAAYINSII HAWAASAATIIN (Social Science):
🥇 1ffaa : Barataa Saadam Abdulaaziiz
Qabxii: 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattiitti dhiirota keessaa sadarkaa 1ffaa qabateera. Barataan kun Mana Barumsaa Bultii Addaa Ifaa Boruu Dodolaa ti.
🥇 Dubarootaan 1ffaa : Barattuu Maqdalaawit Suraafeel
Qabxii: 569.17 galmeessisuun guutummaa biyyattii dubaroota keessaa sadarkaa 1ffaa qabatteetti. Barattuun kun Mana Barumsaa Boolee Suuppar Hoolii Seeviyeer (Bole Super Holy Saviour) kan magaalaa Finfinneeti.
Miidiyaan Abdii Sabaa barattoota ciccimoo abdii biyyaa ta'an kana, maatii isaanii fi manneen barnootaa isaaniitiif "Baga gammaddan, baga gammanne!" jechaa, barattoota hundaaf carraa gaarii hawwa!
Barattootaafi manneen barnootaa barattoota keessan qabxii olaanaa galmeessan beeksisuu feetan https://t.me/ABDII_SABAA?direct irratti nu qunnama.
visit👇👇👇👇
Sponsored Post
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 1 |
| 3 | https://omg10.com/4/9489700 | 18 607 |
| 4 | Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhatan, yeroo ammaa kana karaa filannoowwan ifa ta'aniin qabxii isaanii ilaallachuu kan eegalanii jiru.
Haa ta'u malee, guutummaa biyyattiirraa lakkoofsi barattootaa fi maatii yeroo tokkotti marsariiticha (website) fi telegiraamii fayyadamanii baay'ee olaanaa waan ta'eef, dhiibbaan teeknikaa mudachaa jira. Kanaan walqabatee saffisni marsariitichaa hir'achuu ykn yeroodhaaf tajaajila kennuu dadhabuu danda'a. Kun haala uumamaa teeknooloojii yeroo gabaabaa ti.
Kanaafuu, barattootnii fi maatiin barattootaa yoo sararri isin jalaa cufame ykn ariitiin isaa laafe, dhiphachuu irraa of qusachuun, tasgabbii fi obsaan irra deddeebi'uun (Refresh gochuun) akka yaaltan isinii dhaamna. Ragaan qabxii barataa kamiyyuu sirnaan kan fe'ame waan ta'eef, dhiibbaan sararaa kun suutuma suuta yeroo fooyya'aa deemu hundumti keessanuu qabxii keessan haala salphaan kan argattan ta'a.
Filannoowwan sirrii irra deddeebi'uun ittiin yaaltan:
📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii : @EAESbot
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
visit👇👇👇👇
Sponsored Post
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 89 760 |
| 5 | visit👇👇👇👇
Sponsored Post | 89 003 |
| 6 | Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu Nu Dhaqqabeera!
Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegalanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.
Dabalataanis, barataan qabxii isaa ilaallatee komii ykn gaaffii qabu kamiyyuu qaamaan iddoo tokkoyyuu deemuu osoo hin barbaachisin, marsariitii dhimma kanaaf addatti qophaa'e fayyadamuun iyyata isaa dhiyeessuu akka danda'u ifoomeera.
Komii kana dhiyeessuufis har'a irraa eegalee hanga Hagayya 26 waaree booda sa'aatii 10:00tti qofa yeroon kan kenname yoo ta'u, deebii iyyata keessaniis achuma marsariiticha irratti hordofuu akka dandeessan mirkanaa'eera.
Kanaafuu, barattoonnii fi maatiin barattootaa filannoowwan sirrii nuti asii gaditti isiniif dhiyeessine qofa fayyadamuun qabxii keessan haala salphaan akka ilaallattan isin gorsina.
Miidiyaan Abdii Sabaa barattoota keenya hundaaf carraa gaarii hawwa!
Filannoowwan sirrii qabxii ittiin ilaallattan:
📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
visit👇👇👇👇
Sponsored Post
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 110 870 |
| 7 | visit👇👇👇👇
Sponsored Post | 93 742 |
| 8 | Kabajamtoota hordoftoota keenya, fuulli Feesbuukii sirrii fi ofiishaalaa
Miidiyaa Abdii Sabaa inni sirriin kan armaan gadii qofa ta'uu isin beeksisna.
Fuulonni biroo maqaa miidiyaa keenyaatiin banamanii miidiyaa hawaasaa irratti socho'aa jiran hundi sobaa fi kanneen nuti hin beekne ta'uu isiniif mirkaneessina.
Kanaafuu, odeeffannoo sobaa fi burjaajessaa irraa of eeguuf, fuulota sobaa maqaa keenya fayyadaman kana irraa guutummaatti akka of eeggattan cimsinee isin hubachiisna. Dabalataanis, fuulota sobaa kana 'Report' gochuudhaan akka cufaman akka taasistan aantummaa fi kabajaan isin gaafanna.
Fuula sirrii fi dhugaa keenya tokkicha kana (www.facebook.com/AbdiiSabaaFb) qofa hordofuun odeeffannoo amansiisaa, yeroo isaa eeggatee fi qulqulluu ta'e argadhaa!
Sponsored Post
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 100 226 |
| 9 | Bu’aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Ilaalchisee Odeeffannoo Maddeen Keenya Irraa Arganne!
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) sadarkaa Ministeera Barnootaatiin ibsi kennamus, barattoonni qabxii dhuunfaa isaanii akka ilaallataniif sirni (system) toora interneetii guutummaatti hawaasaaf gadhiifamee hin jiru.
Odeeffannoo maddeen keenya irraa arganneen, yeroo tokkotti barattoonni kuma dhibbaan lakkaa'aman marsariitii kana waan fayyadamaniif, dhiibbaan uumamee sirnichi (system) akka hin cufamne ykn hin jeeqamneef , ogeeyyiin teeknikaa hojii dandeettii (server) guddisuu fi qophii isa dhumaa xumuraa jiru. Kunis barataan kamiyyuu rakkoo tokko malee qabxii isaa akka arguuf haala mijeessuudhaafi.
Kanaafuu, hordoftoonni miidiyaa keenyaa, barattoonnii fi maatiin barattootaa liinkiiwwan sobaa fi odeeffannoowwan dharaa 'qabxiin gadhiifameera' jechuun miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aa jiraniin akka hin burjaajofne.
Miidiyaan Abdii Sabaa haala jiru dhiheenyaan hordofaa waan jiruuf, hojiin teeknikaa kun xumuramee marsariitiin sirrii ta'e akkuma gadhiifameen, saffisaan liinkii sirrii fi haala salphaan ittiin ilaallattan isin dhaqqabsiisna. Hanga yeroo sanatti, tasgabbii fi obsaan akka nu eegdan kabajaan isin hubachiisna.
🤝Sponsored Post
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 109 353 |
| 10 | Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan!
Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru.
Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera.
Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Iifaa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha.
Baga gammadanii, baga gammanne!
Sponsored
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 94 670 |
| 11 | 👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700 | 106 705 |
| 12 | BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF!
Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan jiran odeessaalee miidyaa @Abdii_Sabaa ministeera barnootaa irraa itti dhiheenyaan hordofaa jirra.
Akkuma beekamu, ibsi waliigalaa qabxii barattootaa Ministeera Barnootaatiin ifa godhameera; haa ta'u malee qabxiin barataa dhuunfaa karaa marsariitii (website) fi ergaa gabaabaa (SMS) hanga ammaatti guutummaatti hawaasaaf hin gadhiifamne.
Kanaafuu, maatiin barattootaas ta'e barattoonni, odeeffannoowwan sobaa, oduuwwan dharaa fi liinkiiwwan (links) dogoggoraa yeroo ammaa miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aniin akka hin burjaajofnee fi hin dhiphanne cimsinee isinii dhaamna.
Qabxiin barattootaa karaa sirrii fi ofiishaalaa ta'een akkuma ifoomeen, haala salphaan akkamitti ilaaluu akka dandeessan saffisaan isiniin kan geenyu ta'a. Hanga yeroo sanatti obsaan akka nu eegdanii fi tasgabbii keessan akka eeggattan kabajaan isin gaafanna.
👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 132 596 |
| 13 | Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.
Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.
👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 132 880 |
| 14 | Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome!
Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.
Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa Adaamaati.
Gama barattoota dubaraatiin , damee Saayinsii Uumamaa kanaan qabxiin olaanaan 600 keessaa 583 kan galmaa'e yoo ta'u, barattuun qabxii kana galmeessistes barattuu Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir ta'uun ifoomeera.
👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 113 582 |
| 15 | Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a kennaniin, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee ragaa ifoomsaniiru. Akka gabaasa ifoome kanaatti, bara kana barattoonni kuma 563 fi 960 (563,960) qormaaticha fudhachuuf kan galmaa'an yoo ta'u, isaan keessaa barattoonni kuma 550 fi 210 (550,210) qormaaticha fudhataniiru. Ragaan qabxii barattootaa kun akka mul'isutti, barattoota qormaaticha fudhatan waliigala keessaa dhibbeentaa 12.8 (12.8%) qabxii darbiinsaa dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisuu danda'aniiru. Lakkoofsi kun haala qulqullina barnootaa biyyattii yeroo ammaa irratti xiyyeeffannoo fi marii bal'aa kan gaafatu ta'uu agarsiisa.
👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 107 432 |
| 16 | Ibsa Qabxii Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Ilaalchisee Kennamaa Jiru!
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee yeroo ammaa kana ifatti ibsa miidiyaaleef kennaa jiru.
Hordoftoonni miidiyaa keenyaa, ibsa kallattiin kennamaa jiru kana akka hordoftan isin affeerree, odeeffannoowwan bal'aa fi qabxiilee ijoo ibsa kana irraa argaman daqiiqaawwan itti aanan keessatti haala salphaa ta'een qindeessinee isiniif kan dhiyeessinu ta'uu isin beeksifna.
👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 99 157 |
| 17 | Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.
👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 145 013 |
| 18 | https://omg10.com/4/9489700 | 98 367 |
| 19 | ASBEKS is growing 🚀
Every day, more people are joining ASBEKS, exploring Earn, Community, Agency, and Wallet, and helping us shape what the platform becomes.
Your activity matters. Complete opportunities, engage in the Community, build your Agency, and share genuine feedback.
This is only the beginning. 💛
ASBEKS • Earn. Grow. Build.
🤖 @Asbeksbot
⚡@AsbeksPlatform | 140 047 |
| 20 | Viidiyoo Suukkanneessaa Shamarree Dargaggeettii Reebamtuu Miidiyaa Hawaasaarra Naanna'aa Jiru Irratti Poolisiin Ibsa Kenne!
Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo, Aanaa 4 naannoo 'Alem Bank' jedhamutti, barattootni umrii dargaggummaa keessa jiran kan maqaan isaanii Firdoos Mahaammad, Eeden Daawit fi Haanii Huseen jedhaman, hiriyaa isaanii yeroo reeban viidiyoo agarsiisuu fi miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'e ilaalchisee Poolisiin Magaalaa Finfinnee ibsa kenneera. Gocha suukkanneessaa kana hordofuun, hawaasni gochicha cimsanii balaaleffachuudhaan qaamoleen yakka kana raawwatan atattamaan seeraan akka gaafataman yaada fi mormii isaanii ibsaa turaniiru.
Qajeelchi Poolisii Magaalaa Finfinnee dhimmicha irratti ibsa kenneen, gochi kun kan raawwatame ji'oota dura Onkololeessa 14, bara 2018 (A.L.I) ta'uu ifoomseera. Poolisiin akka himeetti, viidiyoon kun miidiyaa hawaasaatti ba'uu isaa baatiwwan dura, shakkamtoota sadan kana to'annoo jala oolchuun qorannoo bal'aa gaggeesseera. Shakkamtoonni kunniinis mana murtiitti dhiyaatanii beellamaan hidhamuudhaan, ragaan barbaachisaan walitti qabamee galmeen qorannoo qaama haqaa dhimmi ilaallatuuf ergamuun isaa ibsameera.
Haa ta'u malee, viidiyoon miidhaa shamarree kanaa agarsiisu yeroo ammaa miidiyaatti gadhiifamuun isaa miidhamtuu fi maatii ishee irratti dhiibbaa xin-sammuu hamaa waan fiduuf, qaama viidiyoo kana tamsaasetti tarkaanfii fudhachuuf poolisiin shakkamtoota sadan kana irra deebi'uun to'annoo jala oolchuun qorannoo dabalataa gaggeessaa akka jiru beeksiseera. Dhumarrattis, poolisiin aantummaa, mormii fi aarii hawaasni gocha kana balaaleffachuun namoonni kun seeraan akka gaafataman agarsiise guddaa dinqisiifateera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA | 163 222 |
