uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling 👈

HADIISA📚

HADIISA📚

Kanalga Telegram’da o‘tish

📈 Telegram kanali HADIISA📚 analitikasi

HADIISA📚 (@hadithofficial) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 12 076 obunachidan iborat bo'lib, Din & Maʼnaviyat toifasida 7 338-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 383-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 12 076 obunachiga ega bo‘ldi.

10 Oktabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 204 ga, so‘nggi 24 soatda esa 0 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 12.88% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 4.87% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 1 554 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 588 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 17 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Kanal uchun tavsif kiritilmagan.

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 11 Oktabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Din & Maʼnaviyat toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

12 076
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+387 kun
+20430 kun
Postlar arxiv
للمبتدئ في علم الصرف: - متن البناء، شرح الكفوي، شرح أحمد رشدي (أساس البناء). - العزي، بشرح سعد للتفتزاني يكفي. - نزهة الطرف للميداني. - نزهة الطرف لابن هشام. - شذا العرف للحملاوي، وهو متن مبارك. للمتخصص: - متن البناء، بشرح أو شرحين. - تصريف العزي، بشرحه (ومن أهم شروحه التفتازاني، والشريف الجرجاني. - نزهة الطرْف للمَيداني. - نزهة الطرْف لابن هشام. - شرح المُلوكي. - الممتع لابن عصفور. - المنصف وسر الصناعة لابن جنّي. - الشافية لابن الحاجب. - عنقود الزواهر للقوشجي. د. حسن العثمان، كيف تتقن النحو والصرف؟

إذا كَانَ يُؤْذِيكَ حَرُّ المَصِيفِ وَيُبْسُ الخَرِيفِ وَبَرْدُ الشِّتَا وَيُلْهِيكَ حُسْنُ زَمَانِ الرَّبِيعِ فَأَخْذُكَ لِلْعِلْمِ قُلْ لِي: مَتَى؟!

photo content

Yeroo gara duniyaa dhufte ati hin filanne. Dachii fii bakka itti dhalattellee sii miti kan filate. Gaafa isiirraa deemtullee ati filatteetii miti. Bakka itti duutullee filachuuf hin teeysu. « Lubbuun tokkolleen bakka itti duutu hin beektu». Sagantaa fii argamsiisa rabbiitiin gara duniyaa dhufte. Gaafa ajalli kee turtee jiruu teetii dhumte asirraa fe'atta. Jidduu dhufuu fii fe'attee duniyaa irraa deemuu keetii akka filattee keessatti dalagattuuf carraan jiruu siif kenname. Itti galli kee kan aakhiraa haalaa fii dalagaa amma of dura dabarfataa jirtuuni.»
Sheikh Sa'd Alkhathlan-hafizahullaah.
Rabi'al Sani 28,1448H

« Barattoota ilmii shari'aa baratan kanneen gosa barnootaa nahwii fii sarfii baratan turan,barachaa jiranii fii barachuuf yaa
« Barattoota ilmii shari'aa baratan kanneen gosa barnootaa nahwii fii sarfii baratan turan,barachaa jiranii fii barachuuf yaadaniif sadarkaa sadeenuufii waan ta'u irraayi. Sa'atii 2:42 sitti fudhata yoo noormaal djaggeeffattee. Yoo sabri dhabaa akka kiyyaaa taate x2 gooteeti dhaggeeffata. Faayidaa guddootu keessa jira.

Akhlaaqa toluu jechuun; haqa garbootaa tiksuun bakkaan gahuu,isaanitti tola ooluu,isaan miidhuu fii rakkoo isaanirraan gahuu dhabuu fii dogongora isaanii isaaniif irra darbuudha. Wantootni afran kun akka waan arkaana akhlaaqa toluuti. Gariin wantoota kanaa waajiba gariin immoo jaalatamtuudha. مقتبس من كتاب جنة السالكين صـ ٢٦٨

Hojjetaa qacaramaa ta'uu fii Rizqii!

« Ya.h.uud.oonni ilmii fayyadduu fii dalagaa gaarii mu'mintootni ummata nabi Muhammad ﷺ qaban irratti isaan hassadan. Akkuma kana gariin namoota ummata nabi Muhammad ﷺ irraa t'anillee hanga ta'e wayiitillee taatu nama rabbiin ﷻ beekumsa fayyadaa fii dalagaa gaarii dalaguu isaaf kenne hassadduun isa waanyu. Kuni waan gariin ummata kanaa ittiin mokkoramee ya.h.uu.dotatti ittiin fakkaatee irraayi.»
Sheikh Al-islaam Ibn Teymiaa dhimma waan kanaan wal qabatu kitaaba isaa "اقتضاء الصراط المستقيم 1/92" keessatti bal'inaan kaasu.
Rabi'al Sani 26,1448H

Rasuulli ﷺ « Jannata keessa balbaloota 8tu jira. Balbala Al-Rayyaan jedhamuutu jira. Warra soommanaa malee namni tokkolleen achiin hin seenu. .... Namni warra salaataa irraa tahe balbala salaataa irraa waamama. Namni warra ji.h.aad.aa irraa ta'e balbala ji.h.aad.aa irraa waamama. Namni warra sadaqaa irraa ta'e balbala sadaqaa irraa waamama. Namni warra soommanaa irraa ta'e balbala soommanaa irraa waamama.» • Obboleessa kiyya! Gaaffiin jabduu nu hundi of gaafatuu qabnu; ani guyyaa qiyaamaa balbala saddeettan irraa balbala kam irraan waamamuuf taa'a?. Hoojiin nuti duniyaa kana irratti hojjetaa jirru balbala jannataa kam irraa akka waamamnuuf sababa nuuf taati?. Moo jalqabumaa hojiin keenya waan jannanni rabbii ﷻ ittiin kajeelamuu miti?.. Rabbiitu ﷻ gargaaraadha. •. Har'a osoo lubbuun jirruu kheeyrii irraatti dandeettii qabnuu of gaafachuun of sirreeysuu nurraa barbaachisa.»
Rabi'al Sani 26,1448H

« Hubannaalee dogoggoraa jidduu shabaaba keenyatti faca'aa turee fii jiru keessaa; namoonni amantiin isaanii muslima hin ta'in rabbii gaditti waan biraa san gabbaruun muslimaaf haraami malee isaaniif halaali yaada jedhuudha. Yaadni akkanaa namoota lakkoofsi isaanii qubaan lakkaa'amu bira malee baay'inaan mul'ata jedhee hin yaadu. ilmaan namaa kamiifuu irreecha irreeffachuus ta'ee nabi iisaa عليه السلام gabbaruun, dhagaa gabbaruuf ta'ee,waan biraa kamuu gabbaruun haraami. Rabbiin ﷻ irraa dhoorkee jira. Inumaa Karaa Rasuulli ﷺ nuttiin dhufeen ala rabbi ﷻ gabbaruunuu haraami. Waaqqeeffataan mataan isaanii irreecha irreeffachuun haraami. Kiristaanoonni nabi isaa عليه السلام gabbaruun haraamul.... akkanumatti itti fufi. Rabbiin ﷻ aayaatoota hedduu ta'an keessatti isaan achitti wanta biraa gabbaruun dhoorkaa akka taate dubbata. { يَاأَيُّهَا النَّاسُ اعْبُدُوا رَبَّكُمُ الَّذِي خَلَقَكُمْ وَالَّذِينَ مِنْ قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ } { الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ فِرَاشًا وَالسَّمَاءَ بِنَاءً وَأَنْزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَخْرَجَ بِهِ مِنَ الثَّمَرَاتِ رِزْقًا لَكُمْ فَلَا تَجْعَلُوا لِلَّهِ أَنْدَادًا وَأَنْتُمْ تَعْلَمُونَ } «Yaa ilmaan namaa Rabbii ﷻ isiniifi warra isiniin duraa uume san qofa gabbaraa.......» • Aayata kana gara jalqabaatti Rabbiin ﷻ ilmaan namaa hunda dubbisaa jira. Waaqqeeffataas ta'ee mushrika qureeyshuu,kiristiyanaootaas ta'ee hindoota fii ilmaan namaa hundaan Isa malee waan biraa akka hin gabbarre itti himaa jira. |•. Aayatuma kanatti aantu gara xumuraatti " Rabbiif ﷻ shariika akka isaatti isaa wajjiin gabbartan isaaf hin godhinaa. Waan isaa gaditti gabbartan hin taasifatinaa jechuun ilmaan namaa hunda waan biraa tan rabbiin ﷻ malee gabbaramtu godhachuurraa isaan dhorke. Ajajni gaafa Rabbirraa ﷻ dhufe waajiba dirqama. Dhoorkaaniis gaafa rabbi ﷻ irraa dhufte haraamummaa kenniti. ✓. 👇Komentii accountiilee garee obboleewwanii dhimma irreecha possatan jalatti argerraayi.

photo content

Oromoon gaafa munshidee aalima goote jaahila meeqa aalimatti lakkooyte gam diiniin cabuu eegalte. Bu'aa sanii argaa jirra

✓. Diin ofii wallaaluun namootaa callisuu du'aatootaa fii warra haqaatirraa dhufu dhaloota akkanaa hedduu oomishuu jira. Dhim
✓. Diin ofii wallaaluun namootaa callisuu du'aatootaa fii warra haqaatirraa dhufu dhaloota akkanaa hedduu oomishuu jira. Dhimmi irreechaa bakkaan garii namootaa gahe asirraa laaftutti hubachuu dandeessa. Wallaahulmusta'aan. Kanaa wajjiin dura dhaabbannaan du'aatoota irraa dhufte dhabamuun yookiin xiqqaachuu fii inumaa garii nama ani diin beeka ofiin jedhu garisitti nama yaamuu booddeen isi fokkotaa kan kana caale maaltu jira. Waan namni kun komentii keessatti barreesse laaltee waa hedduutu siif gala. Irreechii shikriidha. Ayyaanni irreechaa dhaquun nama muslimaatiif hin hayyamu.. Shirkii fii jallina garagaraa hedduufii waan munkaraa hagana hin jedhamne of keessaa qaba.

Sagaleen isin bira ni jiraa?

Sagaleen nama hunda biratti bareedduun seha?....

Seenaa baarakallaahu fiikum https://t.me/HadithOfficial?livestream

بسم الله نبدأ