HADIISA📚
رفتن به کانال در Telegram
نمایش بیشتر
📈 تحلیل کانال تلگرام HADIISA📚
کانال HADIISA📚 (@hadithofficial) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 12 077 مشترک است و جایگاه 7 338 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 383 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 12 077 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 10 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 204 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 0 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 12.88% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 4.87% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 1 554 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 588 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 17 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
توضیحی برای کانال ارائه نشده است.
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 11 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کردهاند.
12 077
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+387 روز
+20430 روز
آرشیو پست ها
12 076
للمبتدئ في علم الصرف:
- متن البناء، شرح الكفوي، شرح أحمد رشدي (أساس البناء).
- العزي، بشرح سعد للتفتزاني يكفي.
- نزهة الطرف للميداني.
- نزهة الطرف لابن هشام.
- شذا العرف للحملاوي، وهو متن مبارك.
للمتخصص:
- متن البناء، بشرح أو شرحين.
- تصريف العزي، بشرحه (ومن أهم شروحه التفتازاني، والشريف الجرجاني.
- نزهة الطرْف للمَيداني.
- نزهة الطرْف لابن هشام.
- شرح المُلوكي.
- الممتع لابن عصفور.
- المنصف وسر الصناعة لابن جنّي.
- الشافية لابن الحاجب.
- عنقود الزواهر للقوشجي.
د. حسن العثمان، كيف تتقن النحو والصرف؟
12 076
إذا كَانَ يُؤْذِيكَ حَرُّ المَصِيفِ
وَيُبْسُ الخَرِيفِ وَبَرْدُ الشِّتَا
وَيُلْهِيكَ حُسْنُ زَمَانِ الرَّبِيعِ
فَأَخْذُكَ لِلْعِلْمِ قُلْ لِي: مَتَى؟!
12 076
Yeroo gara duniyaa dhufte ati hin filanne. Dachii fii bakka itti dhalattellee sii miti kan filate. Gaafa isiirraa deemtullee ati filatteetii miti. Bakka itti duutullee filachuuf hin teeysu. « Lubbuun tokkolleen bakka itti duutu hin beektu». Sagantaa fii argamsiisa rabbiitiin gara duniyaa dhufte. Gaafa ajalli kee turtee jiruu teetii dhumte asirraa fe'atta. Jidduu dhufuu fii fe'attee duniyaa irraa deemuu keetii akka filattee keessatti dalagattuuf carraan jiruu siif kenname. Itti galli kee kan aakhiraa haalaa fii dalagaa amma of dura dabarfataa jirtuuni.»
Sheikh Sa'd Alkhathlan-hafizahullaah.
Rabi'al Sani 28,1448H
12 076
« Barattoota ilmii shari'aa baratan kanneen gosa barnootaa nahwii fii sarfii baratan turan,barachaa jiranii fii barachuuf yaadaniif sadarkaa sadeenuufii waan ta'u irraayi. Sa'atii 2:42 sitti fudhata yoo noormaal djaggeeffattee. Yoo sabri dhabaa akka kiyyaaa taate x2 gooteeti dhaggeeffata. Faayidaa guddootu keessa jira.
12 076
Akhlaaqa toluu jechuun; haqa garbootaa tiksuun bakkaan gahuu,isaanitti tola ooluu,isaan miidhuu fii rakkoo isaanirraan gahuu dhabuu fii dogongora isaanii isaaniif irra darbuudha. Wantootni afran kun akka waan arkaana akhlaaqa toluuti. Gariin wantoota kanaa waajiba gariin immoo jaalatamtuudha.
مقتبس من كتاب جنة السالكين صـ ٢٦٨
12 076
« Ya.h.uud.oonni ilmii fayyadduu fii dalagaa gaarii mu'mintootni ummata nabi Muhammad ﷺ qaban irratti isaan hassadan. Akkuma kana gariin namoota ummata nabi Muhammad ﷺ irraa t'anillee hanga ta'e wayiitillee taatu nama rabbiin ﷻ beekumsa fayyadaa fii dalagaa gaarii dalaguu isaaf kenne hassadduun isa waanyu. Kuni waan gariin ummata kanaa ittiin mokkoramee ya.h.uu.dotatti ittiin fakkaatee irraayi.»
Sheikh Al-islaam Ibn Teymiaa dhimma waan kanaan wal qabatu kitaaba isaa "اقتضاء الصراط المستقيم 1/92" keessatti bal'inaan kaasu.
Rabi'al Sani 26,1448H
12 076
Rasuulli ﷺ « Jannata keessa balbaloota 8tu jira. Balbala Al-Rayyaan jedhamuutu jira. Warra soommanaa malee namni tokkolleen achiin hin seenu. .... Namni warra salaataa irraa tahe balbala salaataa irraa waamama. Namni warra ji.h.aad.aa irraa ta'e balbala ji.h.aad.aa irraa waamama. Namni warra sadaqaa irraa ta'e balbala sadaqaa irraa waamama. Namni warra soommanaa irraa ta'e balbala soommanaa irraa waamama.»
• Obboleessa kiyya! Gaaffiin jabduu nu hundi of gaafatuu qabnu; ani guyyaa qiyaamaa balbala saddeettan irraa balbala kam irraan waamamuuf taa'a?. Hoojiin nuti duniyaa kana irratti hojjetaa jirru balbala jannataa kam irraa akka waamamnuuf sababa nuuf taati?. Moo jalqabumaa hojiin keenya waan jannanni rabbii ﷻ ittiin kajeelamuu miti?..
Rabbiitu ﷻ gargaaraadha.
•. Har'a osoo lubbuun jirruu kheeyrii irraatti dandeettii qabnuu of gaafachuun of sirreeysuu nurraa barbaachisa.»
Rabi'al Sani 26,1448H
12 076
« Hubannaalee dogoggoraa jidduu shabaaba keenyatti faca'aa turee fii jiru keessaa; namoonni amantiin isaanii muslima hin ta'in rabbii gaditti waan biraa san gabbaruun muslimaaf haraami malee isaaniif halaali yaada jedhuudha.
Yaadni akkanaa namoota lakkoofsi isaanii qubaan lakkaa'amu bira malee baay'inaan mul'ata jedhee hin yaadu. ilmaan namaa kamiifuu irreecha irreeffachuus ta'ee nabi iisaa عليه السلام gabbaruun, dhagaa gabbaruuf ta'ee,waan biraa kamuu gabbaruun haraami. Rabbiin ﷻ irraa dhoorkee jira. Inumaa Karaa Rasuulli ﷺ nuttiin dhufeen ala rabbi ﷻ gabbaruunuu haraami.
Waaqqeeffataan mataan isaanii irreecha irreeffachuun haraami. Kiristaanoonni nabi isaa عليه السلام gabbaruun haraamul.... akkanumatti itti fufi.
Rabbiin ﷻ aayaatoota hedduu ta'an keessatti isaan achitti wanta biraa gabbaruun dhoorkaa akka taate dubbata.
{ يَاأَيُّهَا النَّاسُ اعْبُدُوا رَبَّكُمُ الَّذِي خَلَقَكُمْ وَالَّذِينَ مِنْ قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ }
{ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ فِرَاشًا وَالسَّمَاءَ بِنَاءً وَأَنْزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَخْرَجَ بِهِ مِنَ الثَّمَرَاتِ رِزْقًا لَكُمْ فَلَا تَجْعَلُوا لِلَّهِ أَنْدَادًا وَأَنْتُمْ تَعْلَمُونَ }
«Yaa ilmaan namaa Rabbii ﷻ isiniifi warra isiniin duraa uume san qofa gabbaraa.......»
• Aayata kana gara jalqabaatti Rabbiin ﷻ ilmaan namaa hunda dubbisaa jira. Waaqqeeffataas ta'ee mushrika qureeyshuu,kiristiyanaootaas ta'ee hindoota fii ilmaan namaa hundaan Isa malee waan biraa akka hin gabbarre itti himaa jira.
|•. Aayatuma kanatti aantu gara xumuraatti " Rabbiif ﷻ shariika akka isaatti isaa wajjiin gabbartan isaaf hin godhinaa. Waan isaa gaditti gabbartan hin taasifatinaa jechuun ilmaan namaa hunda waan biraa tan rabbiin ﷻ malee gabbaramtu godhachuurraa isaan dhorke.
Ajajni gaafa Rabbirraa ﷻ dhufe waajiba dirqama. Dhoorkaaniis gaafa rabbi ﷻ irraa dhufte haraamummaa kenniti.
✓. 👇Komentii accountiilee garee obboleewwanii dhimma irreecha possatan jalatti argerraayi.
12 076
Oromoon gaafa munshidee aalima goote jaahila meeqa aalimatti lakkooyte gam diiniin cabuu eegalte. Bu'aa sanii argaa jirra
12 076
✓. Diin ofii wallaaluun namootaa callisuu du'aatootaa fii warra haqaatirraa dhufu dhaloota akkanaa hedduu oomishuu jira. Dhimmi irreechaa bakkaan garii namootaa gahe asirraa laaftutti hubachuu dandeessa. Wallaahulmusta'aan.
Kanaa wajjiin dura dhaabbannaan du'aatoota irraa dhufte dhabamuun yookiin xiqqaachuu fii inumaa garii nama ani diin beeka ofiin jedhu garisitti nama yaamuu booddeen isi fokkotaa kan kana caale maaltu jira.
Waan namni kun komentii keessatti barreesse laaltee waa hedduutu siif gala.
Irreechii shikriidha. Ayyaanni irreechaa dhaquun nama muslimaatiif hin hayyamu.. Shirkii fii jallina garagaraa hedduufii waan munkaraa hagana hin jedhamne of keessaa qaba.
