es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

HADIISA📚

HADIISA📚

Ir al canal en Telegram

📈 Análisis del canal de Telegram HADIISA📚

El canal HADIISA📚 (@hadithofficial) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 322 suscriptores, ocupando la posición 7 226 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 384 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 322 suscriptores.

Según los últimos datos del 25 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 165, y en las últimas 24 horas de 0, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 12.28%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 4.64% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 513 visualizaciones. En el primer día suele acumular 572 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 19.

📝 Descripción y política de contenido

No se ha proporcionado la descripción del canal.

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 27 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.

12 322
Suscriptores
Sin datos24 horas
+327 días
+16530 días
Archivo de publicaciones
﴿الله نورُ السَّماواتِ وَالأَرضِ مَثَلُ نورِهِ كَمِشكاةٍ فيها مِصباحٌ﴾ ‏عن ابن مسعود قال:"إن ربكم ليس عنده ليل ولا نهار، نور العرش من نور وجهه"‏- ابن كثير
24 nov, 14:21

photo content
24 nov, 13:03

Lakka umriin tee achi deemaa deemtuun hariiroon namootaa wajjiin qabdu dhumaa deemteeti hariiroon ati rabbi kee ﷻ wajjiin qabdu qofti siif hafti. Hariiroo rabbii keetii wajjiin qabdu tolchii eeggadhu bareeffadhu.
Jumadal Sani 15,1448H
24 nov, 13:01

« Bu'ura kana qabadhu! Nama rabbi ﷻ guddisu kan isa jaalatu,kan isa sodaatu,kan isa qofa kajeeluu fii isarratti irkatu ta'uu yoo barbaadde nama hiikkaa maqaalee fii sifoota isaa beeku ta'i. Hanguma rabbi ﷻ beekuun kee dabaluun iimaanni kee dabalee yaqiinni kee ol ka'ee balbaloonni milkii fii gammachuu sirratti as banamu.»
Sheikh Dr. Saalih Sindii-hafizahullaah.
23 nov, 12:23

« Yeroon dargaggummaa gabaabduu akka turtii ifa, bareedinaa fii tolina abaaboo birraati; gaafa addaattee goggoguu eegalte fe'attee deemuu bira geeysee jirti. Abaaboon gariin osoo bilchaattee hin goggogne durattiis tan haamamte karatti haftuutu jira. Yaa ilma kiyya dhimma kana itti dammaqi.»
Jumadal Sani 14,1448H
23 nov, 11:24

Namni duniyatti haqa qeebaluu dide aakhiratti qeebaluuf jiraata. Gaafas qeebaluun isaa homaa isa hin fayyadu malee.
23 nov, 11:15

بلغني أنّ في جهنّم واديًا تستعيذ منه جهنّمُ كلَّ يوم أربعمائة مرّة؛ مخافةَ أن يرسل عليها فيأكلها، أُعِدَّ ذلك الوادي للمُرائِين من القُرَّاء l📚:[الزُّهد (٨١٩/٥) للإمام أحمد رحمه الله]
21 nov, 16:55

Naamusa qabaachuu fii namootatti tola ooluu keessaa; waan namni isaa wajjiin haasooytu dhabee fii hin qabne irraa haasa'uu dhabuudha.
Jumadal Sani 12,1448H
21 nov, 08:18

Repost from HADIISA📚
21 nov, 06:38

« Yeroon nama mu'minaa kan bonaa waa bareedaa! Halkan isaa dheeraadha keessa dhaabbatee salaataa bula guyyaan isaa gabaabaadha ni soommana. » kan jedhu ture Hasan Al basriin
Jumadal Sani 12,1448H
21 nov, 05:48

Viidiyoo namichi gara falfalaa nama yaamuu san hin maxxansina,sheer,like fii comment illee jalatti hin godhinaa barakallaahu fiikm
21 nov, 00:04

« Adaba gaarii,akhlaaqa bareedaa fii diin sirrii ilmaan ofii barsiisuun dhaalchisuutu kuusaa warqii fii meetaa isaaniif kennuu irra dachaa meeqaan caala.
السعدي رحمه الله بهحة قلوب الأبرار ١٩٧
Jumadal Sani 12,1448H
20 nov, 13:57

« Namoota waan kee isaan dhoorkatte irraa nagaya baatee namoota akka isaan fedhanitti isaaniif kennaa turte irraa nagaya bahuu dhabuu keetu mala. Harka tokkoon sirraa fudhataniiti harka biraa si wawwaraanu. Duniyumaatu tola ati namootaaf oolte mormamuun khaadamuun guutamtuudha. Namni ati caba isaa wal'aanteef gariin si cabsuuf taa'an. Namoonni isaan wal'aante muraasni summii si obaasuutu faatu jira. Gariin namoota ati gaafa isaan dukkana hamaa keessa turan shaamaa qabsiisteef gaaf-tokko shaamaa kee bakka ati isa malee waan biraa harkaa hin qabnetti si harkatti dhaamsanii fagoorraa sii dukkana keessaa faallisaa guggufatu si daawwatuu faatu jira. Namoonni ati imimmaan isaanirraa haxooytee isaaniif garaa laaftee isaan sossobaa turte gariin dhiiga si boochisuu faatu mala. Kana hundaan wajjiin ati irraa caalaa isaanii ta'ii argami. Garuu ballaan gaafa ijji isaa banamteef durri wanti inni godhuu ulee ittiin deemaa ture akka darbu hin dagatin. Kuni haala duniyaan of keessaa qabdu irraayi. Haalli akkanaatiis ni jiraa jechuu beektee akka of qopheeysituu fii gaafas akka obsan dhabneefi.» Rabbiin ﷻ haaloota akkanaa nurraa haa qabu.
مقتبس من كلام الشيخ رسلان مع تصرف يسير
Jumadal Sani 12,1448H
20 nov, 13:41

Dhimma nama rifachiisan keessaa tokko; gammachuu barbaada bakka takka irraa kaatee deemtee deemtee naannooytee zamana dheeraa booda qabxumaa fii bakka jalqaba irraa kaatee milkii barbaada turte gaafa argattuudha. Kanaaf jecha darsii jalqabaa; Rabbiin kee eenyu? Diin kee hoo maalii fii nabiyyiin kee hoo eenyuu san itti deddeebi'ii lallaali. Mowlaaya karaa qajeelaa nu qajeelchi irrattiis sabaata nuuf kenni. Hubannaa fii beekumsa isaatillee nuu kennitee itti nu hojjechiisi. اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد ﷺ
Jumadal Sani 11,1448H
20 nov, 09:02

19 nov, 13:52

Risaalaa bareedduu dhimma milkaawaa jireenya bultii irraa dubbattuudha. Namni rabbiin ﷻ laaffisee ofiifillee dubbisee namoota birootillee osoo qaraasisee jechuun risaalaa hawweedha.
18 nov, 14:09

تذكير اليوم بعد صلاة المغرب 👆🏻 مرحبا بالجميع
تذكير اليوم بعد صلاة المغرب 👆🏻 مرحبا بالجميع
18 nov, 14:05

وسائلُ_عملية_للحياة_السعيدة_الزوجية.pdf6.81 KB
18 nov, 14:05

16 nov, 13:24