HADIISA📚
前往频道在 Telegram
显示更多
📈 Telegram 频道 HADIISA📚 的分析概览
频道 HADIISA📚 (@hadithofficial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 917 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 7 394,并在 芬兰 地区排名第 374 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 917 名订阅者。
根据 19 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 193,过去 24 小时变化为 7,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.47%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.09% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 247 次浏览,首日通常累积 606 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 11。
📝 描述与内容策略
尚未提供频道描述。
凭借高频更新(最新数据采集于 20 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。
11 917
订阅者
+724 小时
+437 天
+19330 天
帖子存档
11 917
ilmaan durbaa keessan " hayaa'a" qabaachuu irratti guddisaa. Hagooggachuu barsiisaa. Kabajaa fii caalmaya sattarachuun qabdu qalbii isaanii sooraa. Isaan booda " guyyoota obsaa" jaboo ta'antu dhufaa jira. Zamana isiin diin isii,hijaaba isii,hagooggii isii,sitrii isiitii fii akhlaaqaa bareedaa isii qabachuun akka nama dhamala ( giimii) ibiddaa qabatuu taatutu fuuldura isii jira.
✓. Hijaabni diin isaanii ,qaanfiin ( hayaan) gaachena fii sattarachuun eegumsa jabaa akka ta'e isaan barsiisaa.
Daa'imni lamaantu viidiyoo keessaa kun yeruma namicha kaameeraa isaan kaasaa jiran arganii fii beekan qaanfiin isaan qabdee sattarachuu fii dhokachuutti isaan oofte.... Shuuf bareedina hayaa'a qabaachuu.
Yaa Rabbi! ilmaan durbaa keenya diin qabachuu,hayaa qabaachuu,hagooggii fii sattarachuu jaalachuu qalbii isaanii keessa kaa'i. Isaan jaalachiisi. Kanarratti isaan guddisuu abbaa fii haadha gargaari
11 917
Akhii gaafa lubbuun tee balbala galaana kheeyrii wayiitirra si fidde ati itti if darbi. Cinaa hin deddeemin
11 917
+1
۞" Dhiirti dammaqaan qalbiin fayyaa qabdu jiraan bareedinni haadha manaa isaa dheeda fussaaqtootaa akka taatu hin jaalatu niis hin hayyamu"* ღ.
𝖘𝖍𝖊𝖎𝖐𝖍 𝖘𝖆𝖑𝖎𝖍 𝖆𝖑-𝖑𝖚𝖍𝖊𝖞𝖉𝖆𝖆𝖓 -𝖗𝖆𝖍𝖎𝖒𝖆𝖍𝖚𝖑𝖑𝖆𝖆𝖍.
