ABC News Afaan Oromoo
📈 Аналитический обзор Telegram-канала ABC News Afaan Oromoo
Канал ABC News Afaan Oromoo (@abcoromoo) языкового сегмента Яванский является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 22 325 подписчиков, занимая 5 078 место в категории Криптовалюты и 224 место в регионе Финляндия.
📊 Показатели аудитории и динамика
С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 22 325 подписчиков.
Согласно последним данным от 29 августа, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило -319, а за последние 24 часа — -15, при этом общий охват остаётся высоким.
- Статус верификации: Не верифицирован
- Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 4.55%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 2.87% реакций от общего числа подписчиков.
- Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 1 015 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 641 просмотров.
- Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 3.
📝 Описание и контентная политика
Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!”
Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 30 августа, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Криптовалюты.
Загрузка данных...
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 29 августа | 0 | |||
| 28 августа | 0 | |||
| 27 августа | 0 | |||
| 26 августа | +4 | |||
| 25 августа | 0 | |||
| 24 августа | 0 | |||
| 23 августа | 0 | |||
| 22 августа | 0 | |||
| 21 августа | 0 | |||
| 20 августа | +5 | |||
| 19 августа | 0 | |||
| 18 августа | 0 | |||
| 17 августа | 0 | |||
| 16 августа | +1 | |||
| 15 августа | 0 | |||
| 14 августа | 0 | |||
| 13 августа | 0 | |||
| 12 августа | +2 | |||
| 11 августа | +4 | |||
| 10 августа | 0 | |||
| 09 августа | 0 | |||
| 08 августа | 0 | |||
| 07 августа | 0 | |||
| 06 августа | +3 | |||
| 05 августа | +2 | |||
| 04 августа | +6 | |||
| 03 августа | 0 | |||
| 02 августа | 0 | |||
| 01 августа | 0 |
| 2 | Нет текста... | 428 |
| 3 | Kennuun fudhachuudha – Tajaajila Tola Ooltummaa…
Namummaa keessatti miidhaginni guddaan nama biroof jiraachuu fi ba’aa jireenyaa namoota biroo salphisuu danda’uudha.
Tajaajilli tola ooltummaa faayidaa dhuunfaa osoo hin eegiin ykn kaffaltii malee yeroo, beekumsa, humnaa fi qabeenya ofii fayyadamuun namoota biroo gargaaruu fi hawaasaaf oolchuudha.
Tola ooltummaan hariiroo hawaasaa cimsa, rakkoo namootaa fura, akkasuma guddina biyyaaf gumaacha olaanaa qaba.
Faayidaan tola ooltummaa kan fudhatu qofaaf osoo hin taane kan kennuuf illee bu’aa xinsammuu maallaqatti tilmaamamuu hin dandeenya qaba.
Itiyoophiyaatti Waqtii Gannaatti Roobnii fi Qorri kan heddummatu ta’uus dargaggootaa fi hawaasaaf waltajjii jaalalaa, gaarummaa fi walitti hidhamiinsati.
Dargaggoonni yeroo isaanii hojii faayidaa qabuuf akka oolchan, itti-gaafatamummaa fi rakkoo furuuf dandeettii akka horatan gargaara.
Biqiltuu dhaabuufi kunuunsuu, mana namoota harka qalleeyyii haaromsuu, barattootaaf barnoota bilisaa kennuu, meeshaalee barnootaa walitti qabuu fi arjooma dhiigaa keessatti gahee qaba.
Kunis tokkummaa, waliif yaaduu, kabajaa fi waliin jiraachuu cimsa.
Keessattuu tajaajilli tolaa yeroo Gannaa dargaggoota hedduu hojii hawaasummaa adda addaarratti hirmaachisuun dargaggoota gaarii ta’an horachuuf gahee qaba.
Walumaagalatti, waan gaarii gochuuf qabeenya guddaa ykn maallaqa hedduu hin barbaachisu; fedhii gaarii fi laphee namoota gargaaruuf banaa ta’e qofa barbaachisa.
Dargaggoonni humna, beekumsaa fi yeroo isaanii ummata isaaniif yeroo kennan, bu’aan isaan argatan gammachuu fi muuxannoo,akkasuma gara fuulduraatti itti gaafatamummaa biyya dhaalan gaggeessuu goonfatu.
Namootaaf yeroo, beekumsa fi humna keenya kennuun, muuxannoo, jaalala, gammachuu fi bu’aa hawaasummaa nuuf fida.
Kanaaf, “Kennuun fudhachuudha.”
Malkaam Fiqaadutiin
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 579 |
| 4 | Нет текста... | 465 |
| 5 | Liiverpuul 2 – 2 Notiingahaam Foresti
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har’a taphatameen Liiverpuul Notingahaam Foresti waliin qixa bahe.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen Liiverpuul Notiingahaam Foresti waliin galchii 2 qixa xumureera.
Liiverpuul taphoota lamarratti galchiiwwan 4 lakkoofsisuun, galchiiwwan 4 ammoo keessummeessera.
Qabxii argachuu qabu 6 keessaa 2 qofa milkeesse.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 459 |
| 6 | Нет текста... | 442 |
| 7 | Daa’ima waggaa 8 muka koruun balaa lolaa cimaa Neeppaal irraa oole
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Daa’imni umrii waggaa 8 Zooyaal Gaalii muka koruun balaa lolaa cimaa tibbana Neeppaalitti mudate irraa ooluu danda’eera.
Zooyaal Gaalii fi obboleessi isaa balichi osoo hin mudatiin dura akkuma baratame biskileetii isaaniin gara mana barumsaa deemuun barnoota isaanii hordofaa turan.
Nagumaan gara mana burumsaa isaaniitti kan imalan obboleewwan lameen tasa wanti isaan hin yaadne; guyyicha gara galgalaa balaan lolaa cimaan Neeppaal mudate.
Balaa rifaasisaa kana hordofee haati ijoollee kanneenii Maatii Maayaa Taamaangi ijoollee ishee barbaachatti kaate.
Barbaacha yeroo dheeraa booda mucaa ishee isa tokko lubbuun yoo argitu, daa’ima umriin isaa waggaa 8 Zooyaal Gaalii garuu argachuu hin dandeenye.
Zooyaal Gaalii akkuma balichi mudateen gara bosonaatti fiiguun muka koree lubbuu isaa balicharraa kan baraare yoo ta’u, boodarra hojjettoonni lubbuu baraaran arganii gara Hospitaalaatti geessan.
Tattaaffii cimaa teessoo daa’ima kanaa argachuuf taasifameen booda gaazexeessituun Rooyitars Saahinaa Baayraachaariyaan bilbila haadha isaa argachuun haadhaafi daa’ima kana walitti fiduun danda’ameera.
Haadhi daa’ima kanaa “maqaan mucaa koo maqaa namoota balichaan lubbuun isaanii darbeera jedhamuun poolisiin ifooman 580 keessatti hin eeramne; haa ta’u malee lubbuun ni argama jedhee hin yaadne” jechuun Rooyitarsiif ibsiteetti.
Daa’imni kun tattaaffii balicharraa ooluuf taasiseen miilli isaa tokko yoo cabu, fuulli isaas madaa’eera.
Yeroo ammaa kana garuu haala gaarii irra akka jiru ibsameera.
Miikiyaas Ayyalaan.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 758 |
| 8 | Нет текста... | 653 |
| 9 | Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 39 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Hordoffii Hagayya 14-20, 2018’tti taasifameen meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 39 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe Komishiniin Gumruukaa.
Meeshaaleen kunneenis jijjiirraa qaama konkolaataa, uffannaalee, meeshaalee elektirooniksii, oomishaalee qonnaa, jimaa, meeshaalee faayaa, baala sammuu nama hadoochu, qorichoota, albuudota, boba’aafi maallaqa biyyoota garaagaraa ta’uu eereera.
Meeshaaleen kontiroobaandii kunneen tumsa hojjettoota komishinichaa, Poolisii Federaalaa, miseensota poolisii naannoleefi hawaasaan to’atamuus ibseera.
Shakkamtoonni 25 fi konkolaattonni meeshaalee kanneen daddabarsaa turan 17 to’atamuus ragaan Komishinicha irraa argame ni mul’isa.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 590 |
| 10 | Нет текста... | 744 |
| 11 | Hojii miidiyaafi kominikeeshinii hojjetameen oduufi olola sobaa qolachuun danda’ame- Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC)- Hojii miidiyaafi kominikeeshinii hojjetameen oduufi olola sobaa qolachuun danda’ameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa.
Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa waltajjii Fooramii waloo miidiyaaleefi Qunnamtii Uummataa waliin dhimmoota raawwii karooraa bara 2018fi qophii karoora bara 2019 irratti marii geggeesseera.
Obbo Hayiluu Addunyaa wayita kana miidiyaan humna guddaa addunyaan guddina ariifataa gama hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaan akka galmeessitu taasisaa jiru ta’uu ibsaniiru.
Guddina teeknoloojii odeeffannoo wajjin walqabatee miidiyaan ogeessota ga’umsa qabaniin guutamaafi meshaalee ammayyaa hidhachaa dhufuu isaaniitiin odeeffannoon bakkaafi yeroon osoo hin daangeffamin lammilee bira ga’aa jiraachuu dubbatan.
Haa ta'u malee, qabiyyeen oduufi odeeffannoo dhugaa fakkaatan garuu dhugaa hin taane guyyaa guyyaan uumamaa fi tamsaafamaa jiraachuu eeraniiru.
Akka naannoo Oromiyaatti Fooramiin Miidiyaafi Quunnamtii Uummataa hundeeffamuu hordofee hojii miidiyaafi kominikeeshinii hojjetamaa dhufeen oduufi olola sobaa qolachuun danda’amuus eeraniiru.
Bara hojii 2018 keessattis hojiin miidiyaafi kominikeeshinii sadarkaa biyyaafi naannootti hojjetameen milkaa’inni galmaa’uu kaasanii, Fooramii keenyaan waltumsuun odeeffannoo naannichaa waaltessuun danda’ameera jedhaniiru.
Marii Biyyaalessaa biyyattii gara boqonnaa haaraatti ceesisaa jiruufi Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hojii guddaan hojjetamaa akka ture ibsuusaanii ragaan Kominikeeshinii Oromiyaarraa agame ni mul’isa.
Hoogganaa Itti aanaa Biirichaa Obbo Isheetuu Sirneessa gama isaaniin, milkaa’inoota Miidiyaafi Qunnamtii Uummataa bara 2018 keessatti galmaa’an daran cimsuun itti fufsiisuuf, akkasumas hariiroo fi tumsa jiru caalmaatti jabeessuuf xiyyeeffannoon addaa ni kennama jedhan.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 683 |
| 12 | Нет текста... | 646 |
| 13 | Fooyya’iinsi Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu guddina diinagdeef gumaacha olaanaa qaba – IMF
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu guddina diinagdeef gumaacha olaanaa qaba jedhe Dhaabbanni Maallaqaa Idil- Addunyaa (IMF).
Ministeera Galiiwwanii fi bakka bu’oota Dhaabbata Maallaqaa Idil-Addunyaa (IMF) gidduutti walga’iin xumuraa gaggeeffameera.
Walga’icharratti Ministir Deetaan Ministeera Galiiwwanii, Yaasmiin Wahaabrab akka jedhanitti, Itiyoophiyaan ajandaalee fooyya’iinsaa ishee itti fufsiisuu fi guddina diinagdee waliigalaa cimsuuf hojiiwwan gurguddaa hojjechaa jirti.
Hojiileen fooyya’iinsaa kunneen misooma waaraa mirkaneessuu fi dameewwan adda addaa keessatti raawwii biyyaattii fooyyeessuuf gahee olaanaa akka qaban ibsaniiru.
Kunis hoggansa cimaa fi deeggarsa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad’n hojiirra oolaa jiraachuu eeraniiru.
Ministeerichi sassaabbii galii cimsuu fi dandeettii qabeenya biyya keessaa sochoosuu guddisuuf hojiiwwan hedduu hojjechaa jiraachuu kaasaniiru.
Dhaabbata Maallaqaa Idil-Addunyaa Itti Aantuun Hoogganaa Kutaa Bulchiinsa Galii, Ribekaa Isparkmaan gama isaaniin, hojiiwwan fooyya’iinsaa Itiyoophiyaan raawwachaa jirtu dinqisiifataniiru.
Tarkaanfiileen fi karoorawwan fooyya’iinsaa Itiyoophiyaa guddina diinagdeef, akkasumas ajandaa misoomaa bal’aaf gumaacha olaanaa qabaachuu kaasanii, Dhaabbanni Maallaqaa Idil- Addunyaa tattaaffiiwwan jijjiiramaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu mirkaneessaniiru.
Marichaan tumsa Ministeera Galiiwwanii fi Dhaabbatichaa cimsuu, sassaabbii galii biyya keessaa jabeessuu fi guddina diinagdee waaraa babal’isuuf waliigalteerra gahamuu ragaan ministeerichaarraa argame ni mul’isa.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 1 161 |
| 14 | Нет текста... | 987 |
| 15 | Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii guddiseera- Dhaabbaticha
Finfinnee, Hagayya 22, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti eegumsi qabeenya uumamaa galii damee tuurizimii irraa argamu guddiseera jedhe Dhaabbanni Bosonaafi Bineensota Bosonaa naannichaa.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa Araarsaa Raggaasaan akka jedhanitti, waggoota muraasa darban keessatti qabeenya bosonaa misoomsuun eegumsa naannoof xiyyeeffannoo olaanaa kennuurra darbee iddoo hawwata tuurizimiifi madda qabeenyaa gochuun danda’ameera.
Hojiin eegumsa naannoo uwwisa bosonaa dabaluu, nageenyi bineensota bosonaa akka eegamuufi warreen godaananii turan akka deebi’aniifi wal horaniif carraa uumuu eeraniiru.
Haaluma Kanaan bineensonni bosonaafi simbirroowwan Itiyoophiyaa qofatti argaman daawwattoota hawwachuun galii argamsiisaa akka jiran kaasaniiru.
Qabeenya uumamaa paarkiiwwan biyyaalessaa eeguu cinaatti adamoowwan seera qabeessa adda baasuun madda galii gochuun danda’ameeras jedhaniiru.
Bineensota bosonaa dulloomaniifi miidhaan irra gahe adda baasuun kunuunsi taasifamaafii akka jiru ibsuusaanii TOI gabaaseera.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 912 |
| 16 | Нет текста... | 930 |
| 17 | Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsaa gara Chaayinaa Cheenduutti eegale
Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsa meeshaalee haaraa gara Chaayinaa Cheenduutti eegaleera.
Tajaajilli balallii fe’umsaa haaraan kun sochii daldalaa fi geejjibaa meeshaalee Chaayinaa fi Afrikaa gidduu jiru daran saffisiisa akkasumas hariiroo diinagdee fi daldalaa naannawaa lameenii caalmaatti cimsuuf kan gargaaruu ta'uu ragaan Daandii Qilleensichaarra argame ni mul'isa..
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 785 |
| 18 | Itoophiyaan Atileetiksiin Meedaaliyaa 6 argachuun Dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa Zoonii 5ffaa xumurte
Keeniyaa keessatti guyyoota darban keessa gaggeeffamaa kan ture Dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa Zoonii 5ffaa, kaleessa galgala xumurame.
Itoophiyaan dorgommii kana irratti waliigalaan meedaaliyaa 12 kan argatte yoo ta’u, isaan keessaa meedaaliyaan 6 — 4 warqee fi 2 meetii — damee atileetiksiirraa argamaniiru.
Meedaaliyaan warqee Itoophiyaan argatte keessaa tokko dorgommii meetira 800 dubartootaa, tokko meetira 1,500 dubartootaa, tokko meetira 3,000 dubartootaa, akkasumas tokko dorgommii deemsa meetira 5,000 dubartootaa keessatti argameera.
Kana malees, Itoophiyaan dorgommii meetira 1,500 fi meetira 3,000 dhiiraanii keessatti meedaaliyaa meetii lama argatteetti.
Walumaagalatti, Itoophiyaan dorgommii Olompikii Dargaggoota Afrikaa Zoonii 5ffaa irratti ga’umsa olaanaa agarsiisuun, atileetiksii keessatti meedaaliyaa 6 horachuun dorgommicha xumurteetti.Yoo barbaadde, kana akka oduu TV/radiyoo dubbifamu, yookaan akka barruu oduu miidiyaa hawaasaatti caalaatti sirreessuu nan danda’a.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 822 |
| 19 | Нет текста... | 800 |
| 20 | Balaa lolaa Neeppaal lubbuu namoota 177 galaafate
Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Neeppaalitti balaan lolaa mudate lubbuu namoota 177 yoo galaafatu namoonni 800 ol ammoo achi buuteen isaanii hin beekamne.
Balaa lolaa cimaa naannawaa bulchiinsa Tiibeetitti mudate Kanaan manneen fi riqichoonni hedduunis manca’aniiru.
Balichaan hanga ammaatti namoonni 177 yoo du’an, 800 ol achi buuteen dhabamuu Poolisiin biyyattii beeksiseera.
Lakkoofsi namoota du’anii dabaluu akka danda’us ibsameera.
Haalli teessuma lafaa magaalaa Tiibeet fi rooba cimaan walitti fufiinsaan roobe hojii lubbuu baraaruutti gufuu ta’uun eerameera.
Balaa Kanaan lammiilee biyyattii dabalatee lubbuun daawwattoota Hindii, Ameerikaa fi Ingiliz 100 ol darbuun ibsameera.
Hojii lubbuu baraaruuf biyyoonni hedduun ogeeyyii gargaarsaa ergaa akka jiran BBC’n gabaaseera.
Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇
@drhoneliat12em💌 | 1 170 |
