ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

ABC News Afaan Oromoo

ABC News Afaan Oromoo

الذهاب إلى القناة على Telegram

Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام ABC News Afaan Oromoo

تُعد قناة ABC News Afaan Oromoo (@abcanoromo) في القطاع اللغوي الجاوية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 22 086 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 908 في فئة العملات المشفرة والمرتبة 227 في منطقة فنلندا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 22 086 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 18 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -79، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 60، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 5.14‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 3.73‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 1 135 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 823 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 2.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 19 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة العملات المشفرة.

22 086
المشتركون
+6024 ساعات
-297 أيام
-7930 أيام

جارٍ تحميل البيانات

القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
نوفمبر '26
نوفمبر '26
+101
في 10 قنوات
أكتوبر '26
+265
في 9 قنوات
Get PRO
سبتمبر '26
+41
في 9 قنوات
Get PRO
أغسطس '26
+27
في 10 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+128
في 14 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+157
في 10 قنوات
Get PRO
مايو '26
+2 678
في 11 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+2 310
في 17 قنوات
Get PRO
مارس '26
+3 088
في 10 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+1 394
في 11 قنوات
Get PRO
يناير '26
+1 611
في 10 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+1 242
في 10 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+2 550
في 14 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+483
في 12 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+2 023
في 7 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+712
في 3 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+115
في 2 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+72
في 5 قنوات
Get PRO
مايو '25
+371
في 10 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+1 646
في 1 قنوات
Get PRO
مارس '25
+4 757
في 1 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
18 نوفمبر+60
17 نوفمبر0
16 نوفمبر0
15 نوفمبر0
14 نوفمبر0
13 نوفمبر0
12 نوفمبر0
11 نوفمبر0
10 نوفمبر0
09 نوفمبر0
08 نوفمبر0
07 نوفمبر0
06 نوفمبر0
05 نوفمبر0
04 نوفمبر+3
03 نوفمبر0
02 نوفمبر+8
01 نوفمبر+30
منشورات القناة
Kooriyaa Kibbaatti Barattoonni Qormaata Seensaa Yuunivarsiitii Fudhatan, Sababa Hanna 'AI' Tiif Maanxariin Isaanii Sakatta'amuu Eegale! Mootummaan Kooriyaa Kibbaa qormaata biyyoolessaa seensa yuunivarsiitii (CSAT) torban kana kennamu irratti, barattoonni maanxarii ijaa godhatan hundi sakatta'iinsa cimaa akka taasisan ajajeera. Murteen kun kan darbe, qoramaan qormaata Ogeeyyii Herregaa (Tax Accountant) biyyattii keessatti baay'ee ulfaataa ta'e tokko irratti qabxii olaanaa fide, maanxarii ijaa kaameeraa dhokataa qabuu fi teeknooloojii 'AI' fayyadamuun qormaata hatuu isaa erga amanee boodadha. Ministirri Barnootaa biyyattii Choy Kiyoo-jiin akka ibsanitti, kutaalee qormaataa hunda keessatti maanxariin ijaa sakatta'iinsi ni taasifamaaf. Maanxariin ijaa kaameeraa, maayikiroofoonii fi teeknooloojii Artifishaal Intalijansii (AI) qaban kamiyyuu gara kutaa qormaataatti galchuun guutummaatti dhorkaadha. Barataan meeshaalee ammayyaa kanneen fayyadamee qormaata yoo hatee argame adabbii yakkaatiin kan gaafatamu ta'uu akeekkachiisaniiru. Namichi qormaata Herregaa irratti qabame kun, maanxarii kaameeraa qabuun gaaffilee suuraa kaasuun, hatattamaan 'AI' gargaaramuun deebii isaa bilbila isaa irratti ilaalaa akka hate poolisii Se'uulitti amaneera. Taatee kana hordofuun, qormaata seensaa yuunivarsiitii biyyattii boru (Kamisa) eegaluu fi sa'aatii 8 guutuu fudhatuuf, barattoota kuma 550 ol qoramaniif sakatta'iinsi cimaan ajajameera. Akkasumas, sagaleen xiyyaaraa barattoota akka hin jeeqneef jecha balaliin xiyyaaraa walakkaa sa'aatiif akka dhaabbatu taasifameera. Babal'achuun maanxariiwwan ijaa teeknooloojii 'AI' qaban (fakkeenyaaf oomishaalee akka Meettaa), biyyoota Eeshiyaa bahaa keessatti eegumsa qormaataaf yaaddoo guddaa ta'aa dhufeera. Barana qofa Kooriyaa Kibbaa, Taayiwaanii fi Chaayinaa keessatti barattoonni meeshaa 'Smart glasses' kana fayyadamanii qabamuu isaaniitiin to'annoon qormaataa haalaan cimuun isaa gabaafameera. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
18 نوفمبر, 11:02

2
+1
لا يوجد نص...
646
3
Itoophiyaan birmadummaa fayyaa ofii kabachiisuuf gahumsaafi dandeettii barbaachisu ijaarteetti- Dr. Maqdas Sadaasa 9/2019 Itoophiyaan dura teessuu Fandii Dhibee Weerara Addunyaa taatee filatamuun Afriikaan waltajjii addunyaa irratti sagalee ishee akka dhageessiftu carraa guddaa kan uumu tahuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Yaa'iin Boordii Fandii Weerara Dhibee addunyaa 25ffaan Magaalaa Finfinnee Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaatti taa'amuu eegaleera. Sirna Baniinsa walgahii kanaa irratti ergaa kan dabarsan Ministirri Fayyaa Dr. Maqdas Dhaabaa akka jedhanitti, Itoophiyaan dura teessuu Boordii Dhibee Weeraraa addunyaa ta’uuf filatamuun ishee yaada alaa fudhachuu qofa osoo hin taane gama yaada fi karoora maddisiisuu, akkasumas Faayinaansii sochoosuun hoggansa sadarkaa ardiitti laachuu ishee dandeessisu agarsiisuuf ta’uu ibsaniiru. Weerara Dhibee Koronaatiin booda Osoo weerarri dhibee kamuu hin mudatin dura humna dandamachuufi ittisuu ijaaruuf kan hundeeffame Boordichi, Magaalaa Finfinneetti Yaa'iisaa Gaggeessuun, jijjiirama qabatamaa Itoophiyaan damee fayyaa irratti fidaa jirtu addunyaatti agarsiisuufis carraa gaarii ta’uus himaniiru. ‎ Yeroo weerara Dhibee COVID-19'tti Itoophiyaan bu'aa Qorannoo laabraatoorii fi DNA'f biyya alaatti erguun eeggachaa akka turte yaadachiisuun, rakkoo kana furuuf, biyyattiin waggoota lamaan darban keessatti tattaaffii cimaa godhameen Birmadummaa fayyaa ofii kabachiisuuf Gahumsaafi dandeettii barbaachisu ijaaruus ifoomsaniiru. Doktar Maqdas itti dabaluun Ministerri Fayyaa Itoophiyaa Hoj-maata ammayyaa gahumsa sirna fayyaa Itoophiyaa guddisu hojiirra oolchuun bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiraachuus ibsaniiru. Tatamsa’ina weeraraa Dhibee to’achuuniis milkaa’ina guddaa mallattoofi fakkeenya gahumsa sirna fayyaa addunyaa ta’e galmeessisuun danda'amuus addeessaniiru. ‎Itoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti raawwii hojii dhibbeentaa 62 irraa gara dhibbeentaa 70'tti ol guddisuun, qophii fi deebii weerara dhukkubaaf Ulaagaa Dhaabbanni Fayyaa addunyaa baase irratti dhibbeentaa 8'n bu'aa daballii agarsiise galmeessuun akka danda’ames Doktar Maqsas beeksisaniiru. ‎ Dabalatasniis Itoophiyaan tattaaffiin ittisa weerara dhibee kanaa Imaammata Fayyaa Tokko kan Fayyaa namaa, Beeyiladaa fi Naannoo walitti fiduun hojii xiyyeeffannoo guddaan hojjatteen bu’a qabeessa ta’uu ibsuun, kunis aadaa walta’iinsa fayyaa, Qonnaa fi qooda fudhattoota biroo gidduutti uumame kan agarsiise ta’uu ibsaniiru. Yaa'iin kuni guyyoota lamaaf kan gaggeeffamuufi deeggarsa Maallaqaa haaraa kan raggaasisu akkasumaas, weerara Dhibee Iboolaa Afrikaa keessatti mul’ate dabalatee weerara daangaa qaxxaamuraa biroo ittisuuf qajeelfamaafi Kallattii ni kaa’a jedhamee eegama. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
761
4
+2
لا يوجد نص...
629
5
Birmadummaan Itiyoophiyaa nyaataan of danda'uu fi dandeettii diijitaalaan mirkanaa'a - obbo Adam Faaraahi Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 –Birmadummaan Itiyoophiyaa nyaataan of danda'uu fi dandeettii diijitaalaan mirkanaa'a jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraahi. Warraaksi gita bittaa ammayyaa qolachuuf hundaa'e mata dure 'Bilisummaa Ummataaf'jedhuun Yaa'ii Waliigalaa Raashiyaa Mooskootti gaggeeffamaa jira. Jilli hoggantoota olaanoo Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraahiin durfamu yaa'icharratti hirmaachaa jira. Itiyoophiyaan birmadummaa biyyaalessaa, misoomaan of danda'uun bilisummaa ishee fi sirna hariiroo addunyaa jijjiiramaa jirurratti ejjennoo fi miil'uu dhiyeessiteetti. Birmadummaan Itiyoophiyaa nyaataan of danda'uu fi dandeettii diijitaalaan mirkanaa'a jedhan obbo Adam Faaraahiin yaa'icharratti ibsa kennaniin. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 409
6
+4
لا يوجد نص...
1 252
7
Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’an Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 - Obbo Adam Faaraah+3
Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’an Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 - Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’aniiru. Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Adam Faaraah’f simannaa taasisuun, bara hojii gaarii akka ta’uuf hawwii gaarii qabu ibseera. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 363
8
#QOOSAA XIQQISHUU Gaafa tokko nama sadii ta'anii karaa deemaa turan.Isaanis ,Barsiisaa,Doktora fi Ogeessa Qonnaa turan. Osoo isaan karaa deemanuu Qamaleen fuula keessa itti dhufte.Akkuma Qamalee bira gahaniin booda koottaa mee Qamalee tana waa gaafannaa jedhanii Gaaddisa mukaa jala taa'an. Akkuma taa'aniin booda ,mee nama Qamalee tana kofalchiisu jedhanii gaafatan.Doktor dhaqee gurratti waa itti hime .Hin kolfine. Ammas ogeessi Qonnaas deemee waa itti hime .Ammas Qamaleen hin kofalle.Sadaffaa irratti Barsiisaan dhaqee gurratti waa hime.Qamaleen qasaatee kolfite. Ammas nama Qamalee tana boochisu jedhan. Akkuma duraanii dabaree dabareen deemanii gurratti waa himan.Ammas akkuma duraa sana kan isaan lamaanii dabarsiteen booda,kan Barsiisaan itti hime irratti boosse.Ammas nama Qalamee asii ari'u jedhanii ,akkuma duraanii dabarema duraanii kaan eeganii itti hasaasan.Ammas sadaffaa irratti yoo Barsiisaan gurratti hasaasu Qamalee miila koo na baasi jettee itti fuute .Eerga Isheen deemteen booda maal itti himtee Qamaleen waan hundaa ajajuma kee fudhattee jedhanii gaafatan. Barsiisaanis:- 1 ffaa Yeroo kofalchiise Ogummaa koo itti himee Ani #barsiisaadha jennaan #kofalte . 2 ffaa #Mindaa koo itti himnaan #boosse. 3 ffaa immoo #mallaqa naa liqeessi jennaan na baqatte jedhee deebiseef... #Qoosumaaf jenneeti😅 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 467
9
+1
لا يوجد نص...
1 168
10
QOOSAA! ===================== ✍️ Itti bohhaara! 😁 Dhiirota hedduutu galma tokko keessa taa'a. Namichi waltajjii gaggeessu "M
QOOSAA! ===================== ✍️ Itti bohhaara! 😁 Dhiirota hedduutu galma tokko keessa taa'a. Namichi waltajjii gaggeessu "Mee dhiironni haati manaa keessan baayyee sin rakkistu harka baasaa" jedhee isaan ajaje. Hunduu harka baasan. Xiqqoo turanii ol ka'anii dhaabbataniyyuu. Galma sana keessaa nama tokko qofatu bakka taa'utti hafe. Namichi waltajjii gaggeessu baayyee ajaa'ibsiifatee, namicha bakka ta'utti hafe sanaan "Si qofatu hin ka'iin hafe. Mee waa'ee amala haadha manaakee nutti haasa'i" jedheen. Namichis "Miillakoo na cabsitee danda'ee hin dhaabbadhu" jedhee deebise🙈 Namichi waltajjii gaggeessu waan dubbatu dhabee "Edaa kan caalus jira" jedhe jedhan😂 Qoosaan biira akka sii qaqqaabuf 👉 follow, share, like godhi. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 221
11
Misooma Barbaree Godina Kibba Baha Oromiyaa Aanaa Agaarfaa suuraan+3
Misooma Barbaree Godina Kibba Baha Oromiyaa Aanaa Agaarfaa suuraan
1 402
12
AKKAMITTI SAMMUU GUDDINAA (GROWTH MINDSET) QABAACHUU DANDEENYA? ********** 1. ANI HIN DANDA'U JECHUU DHIISII, ANI AMMAAF HIN BARANNE JEDHI. Namoonni hedduun waan tokko yeroo jalqabaaf yaalanii yoo dadhaban, “Ani kana gochuu hin danda'u” jedhanii murteessu. Garuu namni sammuu guddinaa qabu akkana jedha: Amma kana gochuu hin danda'u; garuu yoo baradhe, shaakale, gargaarsa argadhe, nan danda'a. Garuu kun dandeettii dhabuu kee hin mirkaneessu. Sadarkaa barumsaa kee amma irra jirtu agarsiisa. 2. KUFAATII FI DOGOGGORA KEETIRRAA BARADHU. Namoonni hedduun kufaatii akka dhuma milkaa'inaatti ilaalu. Namni sammuu guddinaa qabu garuu kufaatii akka odeeffannoo isa fooyyessuuf gargaarutti ilaala. Fakkeenyaaf, daldala jalqabde; maamiltoota yoo hin arganne. Yeroo kana “Ani daldala hojjechuu hin danda'u” jechuu mannaa gaaffii of gaafadhu: - Maalan sirriitti hin hojjenne? - Fedhiin maamilaa qoradheeraa? - Gatiin koo sirrii dhaa? - Tajaajila koo akkamitti fooyyessuu danda'a? - Mala gabaa biraa yaaluu qabaa? Kufaatiin tokko yeroo tokko tokko dogoggora karoora, mala hojii ykn murtii kee si agarsiisuu danda'a. 3. BARUMSA FI BEEKUMSA HAARAAF YEROO KENNI. Sammuun guddinaa beekumsa haaraa argachuuf yeroo hunda banaa dha. Namni guddachuu barbaadu, “Ani kana beeka” jedhee barumsa dhaabuu hin qabu. Guyyaa guyyaan: Kitaaba dubbisi, Leenjii fi koorsii fudhadhu, Podcast fi barnoota namoota muuxannoo qaban dhaggeeffadhu, Dandeettii haaraa baradhu, Waan baratte hojii irra oolchi. Beekumsi qofti milkaa'ina hin mirkaneessu; garuu beekumsa hojii irra oolchuun murtii fi gocha kee fooyyessa. 4. QEEQA IJAARSAA FUDHACHUU BARADHU. Namoonni tokko tokko yeroo namni hojii isaanii qeequ, ni aaru, ni mufatu ykn ofirraa ittisu. Garuu namni sammuu guddinaa qabu qeeqa hunda diinummaatti hin ilaalu. Qeeqa ijaarsaa irraa wanta isa gargaaru adda baafata. Garuu yaadadhu: qeeqa hunda fudhachuun dirqama miti. Qeeqa kabaja qabu, ragaa irratti hundaa'e fi guddina keef gargaaru adda baasi. Qeeqa ijaarsaa akka meeshaa guddina keetti fayyadami. 5. MILKAA'INA NAMOOTA BIROO IRRAA BARADHU. Yeroo namni tokko milkaa'u argitu, “Maaliif inni milkaa'e, ani immoo hin milkoofne?” jettee of hin miidhin. Yaada kanaan bakka isaa akkana jedhi: - Inni maal barate? - Akkamitti jalqabe? - Rakkoo akkamii keessa darbe? - Barumsa ani irraa fudhachuu danda'u maali? Muuxannoo, beekumsa, carraaqqii fi mala isaanii irraa barachuu dandeessa. Milkaa'inni nama biraa si jajjabeessuu qaba malee abdii si kutachiisuu hin qabu. 6. QORMAATA FUDHADHU; NAANNOO MIJATAA QOFA KEESSA HIN TURIN. Yoo yeroo hunda waan salphaa qofa filatte, dandeettii kee guddisuuf carraa muraasa argatta. Guddinni yeroo baay'ee waan haaraa yaaluu, gaaffii gaafachuu, dogoggoruu fi rakkoo furuuf yaaluu keessatti argama. Qormaata fudhachuun of miidhuu ykn balaa hin barbaachifne keessa seenuu jechuu miti. Qophii fi of eeggannoo waliin daangaa dandeettii kee babal'isuudha. Naannoo mijataa kee keessaa ba'i; waan haaraa barachuuf of qori. 7. ITTI FUFII; BARTEE GAARII IJAARI. Guddinni guyyaa tokko keessatti hin uumamu. Waan xixiqqoo yeroo dheeraaf sirnaan hojjechuun bu'aa guddaa fiduu danda'a. Namni sammuu guddinaa qabu yeroo bu'aan harkifatu hojii hin dhaabu. Ati waan har'a taate qofa miti. Waan barattu, shaakaltu fi guyyaa guyyaan of fooyyessuuf gootu dha. Dandeettiin kee har'a daangeffamaa ta'uu danda'a; garuu beekumsa haaraa argachuu, muuxannoo horachuu fi of fooyyessuu irratti hojjechuu dandeessa. Qabxiilee torban kana keessaa isa ati har'a jireenya kee keessatti hojiirra oolchuu barbaaddu kam? Lakkoofsa filannoo kee comment irratti barreessi. Yoo qabiyyeen kun si fayyade, hiriyyaa guddachuu barbaaduuf share godhi. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 481
13
لا يوجد نص...
1 181
14
Israa'el Haleellaa Qilleensaa Kibba Gaazaatti Raawwatteen Ajajaa Olaanaa Hamaas 'Samir Abu Younis' Ajjeesuu Beeksiste; Hamaasis Du'a Isaa Mirkaneesse! Waraanni Israa'el (IDF) haleellaa qilleensaa halkan Sambataa kibba Gaazaa irratti raawwateen ajajaa olaanaa damee waraanaa Hamaas (Biriigeedii Al-Qassaam) kan ta'e Samir Mahmuud Hasan Abuu Yuunisajjeesuu isaa ifoomseera. Hamaasis ibsa har'a baaseen ajajaan Biriigeedii Rafaah kan ta'e Abuu Yuunis (Abu Mahmuud jedhamuunis kan beekamu) umrii isaa waggaa 53tti haleellaa kanaan ajjeefamuu mirkaneessuun, sirni awwaalcha isaa har'a waaree booda magaalaa Kaan Yuunis keessatti akka raawwatamu beeksiseera. Akka gabaasa ogeeyyii fayyaa Gaazaa fi ibsa waraana Israa'elitti, haleellaan kun kan raawwatame kibba Gaazaa magaalaa Kaan Yuunis naannawa 'Al-Mawasi' jedhamutti wayita Abuu Yuunis daandii irra deemaa turettidha. Waraanni Israa'el magaalaa Rafaah guutummaatti waan to'ateef, ajajaan kun magaalaa ollaa kan taate Kaan Yuunis keessaa socho'uun waraana Hamaas kan Rafaah hoogganaa ture. Israa'el akka jettetti, Abuu Yuunis caasaa waraanaa Hamaas deebisee ijaaruu fi haleellaa haaraa qindeessuu irratti bobba'ee osoo jiruu rukutame. Samir Abuu Yuunis bara 1991 damee waraanaa Hamaasitti kan makame yoo ta'u, haleellaa Onkoloolessa 7, 2023 Israa'el irratti raawwatame qindeessuu fi hoogganuu keessatti ajajoota ijoo turan keessaa tokko ta'uu Hamaas ibseera. Ajajaan kun hoogganaa Biriigeedii Rafaah ta'ee kan muudame ji'oota lama dura, erga ajajaan isa dura ture Naa'el Abuu Obeeyid Fulbaana 15, 2026 haleellaa qilleensaa Israa'eliin ajjeefamee booda ture. Kunis erga waraanni eegalee asitti ajajaa Biriigeedii Rafaah sadaffaa Israa'el ajjeeste isa taasisa. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Onkoloolessa bara 2025 irra ga'ame waraana guutuu Gaazaa keessatti dhaabsisus, Hamaas hidhannoo hiikkachuu diduu isaa hordofuun Israa'el haleellaa ajajoota garee kanaa irratti raawwachuu itti fufteetti. Akka ragaan Biiroo Fayyaa Gaazaa agarsiisutti, erga waliigalteen dhukaasa dhaabuu sun mallatteeffamee asitti qofa lammiileen Falasxiin 1,600 ol haleellaa Israa'eliin kan ajjeefaman yoo ta'u, gama Israa'eliitiin loltoonni 5 ajjeefamaniiru. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 592
15
لا يوجد نص...
1 341
16
LEENCA IRRAA MAAL BARANNA? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Cimina amala Leencaa keessaa waanan hiriyootaaf qooduu jaalladhu tokko: » Leenci kuruphee qabachuudhaaf lafa 100km yoo ari'e, kurupheen inni lafa dheeraa fiigsise sun lafa dheeraa jalaa baqattee, kan biraan haaraan turuf jettee yoo miilluma isaa jalaa itti baate, ishee lafa dheeraa ari'aa ture sana dhiisee, ishee haaraa faana hin fiigu! Sababni ishee lafa dheeraa ari'ee fide sana, adeemsa wal fakkaataa, dadhabbii wal fakkaataa keessummeessaniiru waan ta'eef, ishee fiigicha wajjin jalqabe sanatti xumura godhe malee kan biraa wajjin dorgee hin jalqabu. Milkaa'umsi leencaa dhoksaan isaa inni guddaan kanadha. Yoo harkaa baatellee, ciisee tasgabbaa'ee, qaama isaa haareffatee akkaataa itti kan biraa adamsee nyaatu irratti xiyyeeffata. Akkaataa itti harka keessa galfatu hunda dursee qophii xumura! ༄ Amala namaa keessaa dadhabaan immoo: Namoonni baay'een waan tokkicha irratti xiyyeeffatanii, sana galmaan ga'achuu irratti hin xiyyeeffatan. Mana shiroo tokko yoo banate, tokko immoo ollaatti dhufee yoo mana kompiyuuteraa banate, kana wayya fakkaata jedhee sana itti dhiisee, bifuma wal fakkaatuun innis mana kompiyuuteraa banata. Sana qabee kana qaba. Miilla lamaan bakka lama altokkotti fiiguu barbaada. Mul'ata dhuunfaa cichee hin qabu, yaada namaa jiraata! Yoo akka yaade ta'uufii didellee taa'ee fala irratti hin xiyyeeffatu. Taa'ee of hooqa. "Ani fala hin qabu!" jedhee lallaba bututaa ofitti lallaba. Ergaa: ༄ Ati leenca caalaa cimaadha! Ogummaadhaan jiraachuu baradhu! Namni dandeettii mataa ofiitti ogummaan fayyadamee milkaa'ina barbaadu bira gahuuf: ➊. Milkaa'inaaf hawwii cimaa qabaachuu qaba! ➋. Mul'ata isaa fageessee irratti yaaduu qaba! ➌. Fedhii olaanaa qabaachuu qaba! ➍. Kaayyoo isaatiif cimee/cichee hojjechuu qaba! ➎. Waan hojjetu jaalachuu qaba! ➏. Waan hojjechuu qabu beekuu qaba! ➐. Gargaarsa namoota ciccimoo irraa argatetti fayyadamuu danda'uun irra jiraata! ➑. Hunda caalatti ofirratti hojjechuu qaba! ➒. Fayyummaa isaas 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 695
17
لا يوجد نص...
1 367
18
Maanguddoo Umrii Waggaa 180, Aanaa Nansaboo. #Guinness_World_Records Umrii Guddaa Ilma Namaa Jedhee Namoonni Galmeesse Nama U
Maanguddoo Umrii Waggaa 180, Aanaa Nansaboo. #Guinness_World_Records Umrii Guddaa Ilma Namaa Jedhee Namoonni Galmeesse Nama Umrii 122 fi Yeroo Biraa Immoo Nama Umrii 164ti. Maanguddoon Isin Suuraa Irratti Argitan Kuni Bara 2023tti Maanguddoo Umrii 180 Turan. Bara Minilik Keessa Leenjisaa Fardaa Turan. Abbaa Ijoollee 65 fi Ilmaani Ilmaanii 500ti. Amma Lubbuun Ni Jiranii Laata?
1 618
19
Dooktar Abiy Atileetoota Itiyoophiyaa Olompikii Dargaggootaa Addunyaa 4ffaarratti injifannoo boonsaa galmeessan dinqisiifatan Finfinnee, Sadaasa 5, 2019 – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Atileetoota Itiyoophiyaa Olompikii Dargaggootaa Addunyaa 4ffaarratti injifannoo boonsaa galmeessan dinqisiifataniiru. Atileetoonni Itiyoophiyaa Olompikii Dargaggootaa Addunyaa 4ffaa Seneegaal Daakaaritti gaggeeffamerratti injifannoo seenaa galmeessaniif baga gammaddan jedhan ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin. Guddattoonni Itiyoophiyaa waltajjichaan Meedaaliyaa Warqee 5 fi Meetii 3 argachuun irra deebiin Seenaa haaromsaniiru jedhan. Itiyoophiyaan kennaa Ispoortii guddaa qabaachuu fi damee Atileetiksiin ammoo guddummaa qabdu caalmaatti mirkaneessuu kaasan. Kanaanis alaabaa Itiyoophiyaa kabajaan olkaasuu fi dhaloonni itti aanu injifannoo caalmaaf akka onnatu hamilee cimaa ta’uu eeran. 💙°°°°°💚°°°°°❤️°°°°👇👇 @waf37fspainbv💌
1 645
20
+3
لا يوجد نص...
1 643