ch
Feedback
ABC News Afaan Oromoo

ABC News Afaan Oromoo

前往频道在 Telegram

Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!

显示更多

📈 Telegram 频道 ABC News Afaan Oromoo 的分析概览

频道 ABC News Afaan Oromoo (@abcoromoo) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 22 093 名订阅者,在 加密货币 类别中位列第 5 003,并在 芬兰 地区排名第 228 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 22 093 名订阅者。

根据 05 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -139,过去 24 小时变化为 -5,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 4.21%。内容发布后 24 小时内通常能获得 2.79% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 930 次浏览,首日通常累积 616 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!”

凭借高频更新(最新数据采集于 06 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 加密货币 类别中的关键影响点。

22 093
订阅者
-524 小时
-357 天
-13930 天

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+5
在5个频道中
九月 '26
+41
在8个频道中
Get PRO
八月 '26
+27
在9个频道中
Get PRO
七月 '26
+128
在13个频道中
Get PRO
六月 '26
+157
在9个频道中
Get PRO
五月 '26
+2 678
在9个频道中
Get PRO
四月 '26
+2 310
在16个频道中
Get PRO
三月 '26
+3 088
在9个频道中
Get PRO
二月 '26
+1 394
在9个频道中
Get PRO
一月 '26
+1 611
在9个频道中
Get PRO
十二月 '25
+1 242
在9个频道中
Get PRO
十一月 '25
+2 550
在13个频道中
Get PRO
十月 '25
+483
在12个频道中
Get PRO
九月 '25
+2 023
在7个频道中
Get PRO
八月 '25
+712
在3个频道中
Get PRO
七月 '25
+115
在2个频道中
Get PRO
六月 '25
+72
在5个频道中
Get PRO
五月 '25
+371
在10个频道中
Get PRO
四月 '25
+1 646
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+4 757
在1个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
06 十月0
05 十月0
04 十月+3
03 十月+2
02 十月0
01 十月0
频道帖子
Pireezidaanti Taayyeen Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Ministira Muummee FDRI ta’uun irra deebiin filatamuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen erga baga gammaddanii dabarsaniiru. Mul’anni Itiyoophiyaa sammuu yaaduu fi harkawwan hojjetaniin yoo durfamu ni milkaa’a jedhan. Yeroon hojii isaanii milkaa’aa fi bu’a qabeessa akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌

2
+2
没有文字...
546
3
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Siiriil Raamaafoosaa waliin mari'atan Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaa simachuun waliin mari'ataniiru. Obboleessa Koo Pireezidaanti Siiriil Raamaafoosaa gammachuun simadheera jedhan Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin. Sirna Hunfeeffama Mootummaa Ida’amuu kabajuu keenyaaf ergaa baga gammaddaniif isaan nuuf dabarsaniif nan galateeffadha jedhuun ibsan. Itiyoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa tokkummaa, nageenya, Misoomaa fi abdii ardichaaf murannoon kan hojjetaan ta’uu eeran. Biyyoota hariiroo seenaa qabeessaa fi cimaa qaban ta’uu ibsuun, michummaan biyyoota laman gidduu jiru caalmaatti akka cimu abdii qabaachuu himan. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
454
4
没有文字...
376
5
Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammud Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Ministira Muummee FDRI ta’uun irra deebiin filatamuu hordofee Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud erga baga gammaddanii dabarsaniiru. Irra deebiin filatamuu keessaniif gammachuu guddaa qabaachuu koo ibsuun barmaada, bara hojii gaarii akka isiniif ta’un hawwa jedhan. Hariiroo Somaaliyaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru cimsuu, akkasuma nageenya naannawaa Afrikaa fi badhaadhina waloo ummattoota keenyaa mirkaneessuf tumsan hojjenna jechuun ibsan. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
324
6
没有文字...
293
7
Baankiin Awaash Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhe Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irra deebiin filatamuu isaaniin Baankiin Awaasha ergaa baga gammaddanii dabarseera. Boordiin Daayrektarootaa, miseensotni hoggansaa fi hojjettootni baankichaa guutuun Dooktar Abiy Ahimad irra deebiin filatamuu isaanitti gammadduu ibseera. Yeroo itti aanu, hoggansa isaanii bilchaataa jalatti, Itiyoophiyaan Afrika keessatti sirna dinagdee fi faayinaansii bal’aa fi cimaa itti fufsiisti jedhee kan amanu ta’uu ibsameera. Itiyoophiyaan jijjiirama adda ta’e akka galmeessitu amantii guutuu qabaachuu eeruun, hawaasni Baankii Awash yeroo hojii isaanii itti aanu caalaatti milkaa’aa akka ta’u hawwii qaban jedhe. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
350
8
+1
没有文字...
340
9
Fedhiin keenya Itiyoophiyaan guddattee arguudha - Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Itiyoophiyaan sirna mataa isheen fedhii ishee ni mirkaneeffatti jedhan Ministirri Muummee fdri Dooktar Abiy Ahimad. Har’a irra deebiin Ministira Muummee FDRI ta’uun kan filataman Dooktar Abiy Ahimad haasawa baniinsaa taasisaniin fedhiin keenya Itiyoophiyaan guddattee arguudha jedhan. Rakkoolee jiran waaraan furuun kan danda’amu Itiyoophiyaan qaroomina mataa ishee yoo diriirsite qofa ta’uu hubachiisan. Kaayyoon keenya hiyyummaa injifachuu, barnoota babal’isuu, fedhii mana jireenyaa guutuu, dhiyeessii tajaajila fayyaa fooyya’aa taasiisuu fi carraa hojii ba’aa uumadha jedhan. Mul’ata seenaa jijjiiruu danda’u qabannee Itiyoophiyaa guddoo ijaaruuf ni hojjenna jechuun dubbatan. Jijjiiramni argamaa jirus Itiyoophiyaarraa darbee addunyaa dinqiiseera jedhan. Guddinni dinqiisaan galmaa’aa jiru kun diinoota Itiyoophiyaa hunda boqonnaa dhorkuu kaasan. Sababa kanaan diinonni hundi gurmaa’uun waraana nurratti banan. Itiyoophiyaan garuu haqa waan qabduuf qormaata kamiiyyuu ni injifatti jechuun himan. Misooma itti fufiinsa qabu galmeessuu fi nageenya waaraa mirkaneessuu yaadama Ida’amuun eeggalle caalmaatti cimsinee itti fufna jedhan. Siifan Magarsaatiin Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
629
10
没有文字...
527
11
Itiyoophiyaan lammii injifataa malee lammii injifatamu hin qabaattu- Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, Itiyoophiyaan lammii injifataa malee lammii injifatamu hin qabaattu jedhan. Sirni hundeeffama mootummaa Ida'amuu haaraa fi baniinsa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaggeeffamaa jira. Manni Marichaa Yaa'ii isaa kanaan Dooktar Abiy Ahimadiin Ministira Muummee Rippabiliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaa gochuun muudeera. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad, haasaa Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kana irratti taasisaniin, filannoo waliigalaa 7ffaan sagalee isaanii kennuun mootummaa fudhatama qabu hundeessuuf sagalee isaanii kennan lammiilee miliyoona 54 ol ta’aniif galata dhiyeessaniiru. Akkuma warqeen ibiddaan qoramu, aadaan diimokraasii immoo yeroo filannoo akka qoratamu Dooktar Abiy ibsaniiru. Ummanni filannoo waliigalaa 7ffaa haala ulfaataa keessatti gaggeeffame irratti, birmadummaa isaa cimsachuuf sagalee kennuu eeraniiru. Adeemsi waliigalaa kun hundee aadaa diimokiraasii keenya caalaatti cimaa dhufuu isaa ifatti agarsiiseera jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy, filannoon kamiyyuu paartii injifatuu fi injifatamu qabaachuu akka danda’u eeranii, Itiyoophiyaan garuu lammii injifataa malee lammii injifatamaa akka hin qabaannes mirkaneessaniiru. Qormaata akka biyyaatti nu eeggatu ce’uu kan dandeenyu, akka obbolaatti walqabannee walqixa yoo tarkaanfanne qofa jechuun cimsanii hubachiisaniiru. Malaakuu Gaddifiin Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
591
12
+1
没有文字...
478
13
Obbo Dastaa Leeddaamoo Afyaa’ii itti aanaa Mana maree Federeeshinii ta’uun moggaafaman Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 - Obbo Da
Obbo Dastaa Leeddaamoo Afyaa’ii itti aanaa Mana maree Federeeshinii ta’uun moggaafaman Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 - Obbo Dastaa Leeddaamoo Af-yaa'ii Itti aanaa Mana Maree Federeeshinii ta'uun moggaafamaniru. Sirna hundeeffama Mootummaa marsaa 7ffaa har'a geggeeffamaa jiruun manni marichaa Aadde Mufariyaat Kaamiiliin af-yaa'ii, obbo Dastaa Leeddaamoo ammoo af-yaa'ii itti aanaa gochuun moggaaseera. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
538
14
Obbo Ahimad Shiideen Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uun moggaafaman Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Manni Maree
Obbo Ahimad Shiideen Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ta’uun moggaafaman Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa har’a gaggeessaa jiruun obbo Ahimad Shiidee Af Yaa’ii mana marichaa taasisuun moggaaseera. Obbo Ahimad Shiideen waggoottan shanan itti aanaaniif Af Yaa’ii ta’uun tajaajiluuf Mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raawwachuun hojii eegalaniiru. Malaakuu Gaddifiin Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
495
15
Mariin Galaana Diimaa ilaalchisee gaggeeffamu Faayidaa Itiyoophiyaa yaada keessa kan galche ta’uu qaba – Ministeera Dhimma Alaa Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 – Mariin naannawaa fi hariiroowwan tarsiimawaa Gaanfa Afrikaa fi Yaa’a Laga Abbayyaa irratti taasifamu kamiiyyuu, dhugaa uumamaa fi seenaa lafa irratti mul’atan bu’uura godhachuu qabu jedhe Ministeerri Dhimma Alaa. Dhugaa kanaan Itiyoophiyaan madda laga abbayyaati. Lagni Abbayyaa ka’umsi isaa guutummaan guutuutti garreen Itiyoophiyaati. Abbayyaa Laga Naayiil keessatti gumaacha % 85 ol qaba. Haa ta’uu malee haala itti fayyadama, bulchiinsaa fi haqa qabeessummaa laga abbayyaa ilaalchisee mariin taasifamu kamiiyyuu kana bu’uura kan godhate ta’uu qaba. Akkasuma Itiyoophiyaan seenanis ta’ee teessuma lafaan karra galaanaa waliin hidhata qabdi. Haalli siyaasaa fi jijjiiramoonni yoo uumaman illee, Itiyoophiyaan hanga ammaatti Galaana Diimaa waliin hidhata guddaa qabdi. Itiyoophiyaan Kiiloo Meetira 50 qofa galaanaa diimarraa faggaattee argamti. Kanaaf mariin dhimmoota Maariitaayimii, daldalaa fi nageenya Ulaa Galaanaa ilaalchisee gaggeeffamu kamiiyyuu bu’aa qabeessa ta’uu kan danda’u, fedhii haqaa Itiyoophiyaa, mirgoota seenaa fi hidhata Galaanaa Diimaa waliin qabdu yoo bu’uura godhate qofaadha. Murteewwanii fi mariiwwan dhugaa kanneen bu’uura hin taasifne rakkoo hamaa naannawaa kan qaqqabsiisu ta’a. Shirrii fi sosochiin humnoota bakka bu’aan raawwataman ta’ees gochaawwan walitti bu’iinsa kaasan kamiiyyuu dhuga qabatamaa lafarra jiru jijjiiruu hin danda’an, akkasuma fedhii seeraa, gahee naannawaatti qabduu fi itti gaafatamummaa seenaa Itiyoophiyaa goonkuma hir’isuu hin danda’an jedhe Ministeerri Dhimma Alaa ibsa har’a baaseen. Itiyoophiyaan yeroo hunda hariiroo karaa nagaa, walkabajaa fi qajeeltoo naannawaa irratti hundaa’e tarkaanfachiisuu itti fufti. Itiyoophiyaan Birmadummaa, tokkummaa bulchiinsaa fi faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiisuu fi eeguuf qophummaa gahaa qabdi jedhe. Kana cinattis, qaamoleen naannawaa hundi rakkoolee fi qormaatilee waliinii walitti bu’iinsaa fi ilaalcha inni tokko yoo fayyadame, inni biraa ammoo dirqama miidhamuu qaba jedhurra, fagaachuun marii ijaarsaa, tumsaafi qajeelfama ollummaa gaarii irratti hundaa’uun akka furan waamicha dhiyeessera. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
606
16
没有文字...
520
17
Sirni Baniinsa Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa 7ffaa fi Mana Maree Federeeshinii Har'a Gaggeeffama Sirni baniinsa yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa 7ffaa fi Mana Maree Federeeshinii har'a kan gaggeeffamu yoo ta'u, haaluma kanaan hundeeffamni Mootummaa Federaalaas ifatti ni raawwatama. Guyyoota darban keessa mootummootni naannoolee adda addaa sirna hundeeffama mootummaa isaanii kan gaggeessan yoo ta'u, pirezidaantota naannichaa hoogganan fi miseensota kaabinee isaanii muudaniiru. Har'a immoo haaluma walfakkaatuun sirni hundeeffama Mootummaa Federaalaa ni gaggeeffama. Sirna kanaanis, paartii filannoo injifate (Paartii Badhaadhinaa) irraa kaadhimamaan dhiyaatu Muummee Ministiraa ta'uun kan muudamu yoo ta'u, muudamni miseensota kaabinee Muummee Ministirichaan dhiyaatanis ni ragga'a jedhamee eegama. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
671
18
没有文字...
515
19
Waltajjii Gibxii fi Deebii Cimaa Mootummaa Itoophiyaa - "Haqni Lafa Jiruu Shira Dippilomaasiin Hin Jijjiiramu" Waamicha Pirezidaantii Gibxii Abdulfattaa Al-Sisiitiin, walga'iin hoggantoota biyyoota olla Itoophiyaa kan ta'an Sudaan, Eertiraa fi Somaaliyaa magaalaa 'New El-Alamein' keessatti gaggeeffameera. Waltajjii kana irratti Pirezidaantii Gibxii dabalatee, Pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii, Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad fi Dura Taa'aan Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Abdulfattaa Al-Burhaan hirmaataniiru. Ibsi waliinii walga'icha booda ba'e maqaa nagaa naannichaa eeguu jedhuun kan dhiyaate yoo ta'eyyuu, hayyoonni siyaasaa garuu kun shira dippilomaasii Gibxiin biyyoota ollaa qindeessuun Itoophiyaa dhiibbaa jala galchuuf xaxxe ta'uu ibsu. Ibsi waliinii hoggantoota kanaa, dhimmi Bulchiinsa Galaana Diimaa itti gaafatamummaa biyyoota qarqara galaanichaa qofa ta'uu ibsuun, tattaaffii seera qabeessaa fi seena qabeessa Itoophiyaan karaa nagaatiin buufata galaanaa argachuuf gootu ukkaamsuuf kan yaadamedha. Gama biraatiin, dhimma itti fayyadama bishaan Laga Abbaay irrattis, mirga biyyoota yaa'a gubbaatiin (keessattuu Itoophiyaan) qabeenya ofii irratti murteeffachuuf qaban dhiibbaa jala galchuu fi bishaanicha dhuunfachuuf yaalii taasisan akka ta'e qaamoleen dhimma kana dhihootti hordofan ni addeessu. Kunis tarkaanfii misoomaa Itoophiyaan uummata ishee hiyyummaa keessaa baasuuf taasistu akka waan qophaa-galaatti (unilateral) laaluun gufachiisuuf kan karoorfamedha. Shira dippilomaasii kana hordofuun, Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibsa baaseen deebii cimaa kenneera. Ministeerichi akka ibsetti, Itoophiyaan madda bishaan Laga Abbaay yoo taatu, gumaachi isheen laga Naayiliif gootu harka 85 akka ta'e addeesseera. Haaluma walfakkaatuun, Itoophiyaan Galaana Diimaa waliin hidhata seenaa fi ji'oogiraafii cimaa akka qabdu ibsuun, daangaan biyyattii inni dhiheenyaan argamu qarqara galaanichaa irraa kiiloo meetira 48 (maayilii 30) qofa akka fagaatu ifoomseera. Dhugaawwan ji'oogiraafii fi seenaa kunniin haasaa siyaasaatiin, tarkaanfii dirqisiisaa, gochoota biyya jeequun yookiin shira qindoomina alaa kaminiyyuu akka hin jijjiiramne mootummaan Itoophiyaa cimsanii beeksisaniiru. Itoophiyaan hariiroo nagaa, wal-kabajaa fi tumsa naannichaa cimsuuf yeroo hunda qophii ta'uu ishee fi, birmadummaa ishee, tokkummaa daangaa ishee fi faayidaa biyyoolessaa ishee eegsisuuf cichitee kan dhaabbattu ta'uu mirkaneessiteerti. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
538
20
+3
没有文字...
515