fa
Feedback
ABC News Afaan Oromoo

ABC News Afaan Oromoo

رفتن به کانال در Telegram

Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام ABC News Afaan Oromoo

کانال ABC News Afaan Oromoo (@abcoromoo) در بخش زبانی جاوه‌ای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 22 358 مشترک است و جایگاه 5 113 را در دسته رمزارزها و رتبه 224 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 22 358 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 25 اوت, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -349 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -32 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 4.47% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 2.88% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 999 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 643 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Baga Nagaan Dhuftan!! Welcome to ABC News Afaan Oromoo!!

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 26 اوت, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته رمزارزها تبدیل کرده‌اند.

22 358
مشترکین
-3224 ساعت
-877 روز
-34930 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
اوت '26
اوت '26
+24
در 7 کانال‌ها
ژوئیه '26
+128
در 11 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+157
در 8 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+2 678
در 7 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+2 310
در 15 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+3 088
در 8 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+1 394
در 8 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+1 611
در 8 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+1 242
در 8 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+2 550
در 12 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+483
در 12 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+2 023
در 7 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+712
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+115
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+72
در 5 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+371
در 10 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+1 646
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+4 757
در 1 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
26 اوت+1
25 اوت0
24 اوت0
23 اوت0
22 اوت0
21 اوت0
20 اوت+5
19 اوت0
18 اوت0
17 اوت0
16 اوت+1
15 اوت0
14 اوت0
13 اوت0
12 اوت+2
11 اوت+4
10 اوت0
09 اوت0
08 اوت0
07 اوت0
06 اوت+3
05 اوت+2
04 اوت+6
03 اوت0
02 اوت0
01 اوت0
پست‌های کانال
🚨🇮🇷🇷🇺 Breaking: Iraan fi Raashiyaan waliigaltee humna Nuklaara ( Nuclear Power) torbaan dhufu kana Kyrgyzstan 🇰🇬 malla
🚨🇮🇷🇷🇺 Breaking: Iraan fi Raashiyaan waliigaltee humna Nuklaara ( Nuclear Power) torbaan dhufu kana Kyrgyzstan 🇰🇬 mallaateesufi . Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌

2
Waan mormamuu qabuu fi hin qabne adda osoo baafannee gaariidha. Namoonni tokko tokko "Oromoo keessaa namni dhabameetu saba biraa Ambassador Irreechaa taasisuu" jedha. Sadarkaa Irreechi kan sabaa bira darbee kan Biyyattii taasifamuuf irratti hojjetamaa jirutti akka kanatti dhiphifnee yaaduun gaarii miti. Sanuu Ayyaanni Irreechaa kalaandarii Biyyattii keessa akka galfamuuf yeroo murtaa'etti "abalu saba biraati maalif Irreecha nuuf beeksisa?" jedhanii yaaduun kan jarri “ጠባብ አስተሳሰብ" jettu sana mirkaneessuu taati. Gurbaan kun Nama Naamusaa fi Namummaan hoogganamu, Diimokiraasii Ameerikaati jechuu dandeessa. Aadaa fi duudhaa hawaasaa Addunyaatti beeksisuuf dandeettii olaanaa qaba. Gabaabumatti Ijoolleen Oromoo Abbaa cidhaa waan taataniif waraqaa waamichaa isin hin barbaachisu. Oromoon guutuun gama danda'un akka aadaa isaa beeksisuuf Ambaasaaddarummaan Irreechaa Uumamaan nuuf kennameera. Ati cimina kee ofiif ibsachuurra Namni biraa yoo siif ibse irra fudhatama argata. Tawu gin Oromoo amala hin taane baraa jirra!♥️ Nama Biyya Oromooti. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
360
3
بدون متن...
250
4
Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa irratti madaaliyaa warqee 4 argatte Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) – Keeniyaan keessummeessaa kan jirtu Tapha Dargaggootaa ‘ANOCA’ Zoonii 5ffaa bara 2026 irratti, guyyaa jalqabaa Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee 4 argatte. Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee kanneen kan argatte dorgommiiwwan atileetiksii fi biskileetaan. Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii ANOCA Zoonii 5ffaa irratti damee atileetiksiin madaaliyaa warqee 3 fi meetii 1 mo’ataniiru. Dorgommii atileetiksii meetira kuma 3 dubartootaan Yoordaanos Tsigaab; dorgommii meetira 800 dubartootaan Natsannat Salamoon; akkasumas dorgommii tarkaanfii kiiloo meetira 5 dubartootaan Neymaan Nuuraddiin madaaliyaa warqee Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru. Waamii Waajjiraa ammoo dorgommii meetira 1,500 dhiiraatiin Itiyoophiyaaf madaaliyaa meetii argamsiiseera. Dorgommii yaalii sa’aatii dhuunfaa biskileetaa dhiiraan ammoo Laggasee Salamoon madaaliyaa warqee yoo argamsiisu, dorgommiima kana ramaddii dubartootaan Maahidar Dastaa meetii argamsiiisteetti. Walumaagalatti, Itiyoophiyaan guyyaa jalqabaa Tapha Dargaggootaa ANOCA Zoonii 5ffaa irratti dameewwan ispoortii lama keessatti madaaliyaa warqee 4 fi meetii 2, waliigalaan madaaliyaa 6 walitti qabatteetti. Leewwii Ballaxaatu gabaase Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
309
5
+5
بدون متن...
224
6
Gamtaan Afrikaa fi IGAD nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalan Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) — Gamtaan Afrikaa fi IGAD, nageenyaa fi tasgabbii naannawichaa mirkaneessuu irratti tumsa isaanii cimsuuf waliigalaniiru. Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Ali Yuusuf, Barreessaa Olaanaa IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoo waliin waajjira muummee Gamtaa Afrikaatti wal arguun mari’ataniiru. Marii isaaniin, dhimmoota nageenyaa fi tasgabbii Baha Afrikaatti mirkaneessuun itti danda’amu irratti mari’ataniiru. Barreessaa Olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoo, nageenya Sudaan keessatti mirkaneessuuf tattaafachaa kan jiru Ergama Nageenyaa Sudaan waliin turtii taasisan ilaalchisee Mahaammad Ali Yuusufiif ibsaniiru. Marii isaaniin, nageenyaa fi tasgabbii Sudaan keessatti mirkaneessuuf tattaaffii taasifamu keessatti IGAD fi Gamtaan Afrikaa tumsa isaanii caalaatti cimsuuf waliigalteerra ga’aniiru. Mikiyaas Ayyalaatiin Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
223
7
+2
بدون متن...
185
8
Masoob -Tajaajila saffisaa fi bu’a qabeessa ta’eef Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mootummaan Ida’amuu tajaajilli uummataaf kennamu saffisaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf, teeknooloojii akka meeshaa ijoo tokkootti fayyadamuun jijjiirama bu’uuraa fidaa jira. Yaada Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad maddisiisaniin kan jalqabe tajaajilli giddugala tokkoo Masoob, tajaajila bakka tokkoo kennuun rakkina fi deddeebii lammiilee hir’isuufi adeemsa hojii mootummaa ammayyeessuu keessatti jijjiirama qabatamaa fiduu irratti argama. Giddugalichi sirna hojii teeknooloojiin deeggarame bakka tokkootti dhiyeessuun, lammiileen tajaajiloota barbaadan bakka tokkootti haala saffisaa, qulqulluu fi mijataa ta’een akka argatan gargaareera. Kunis tajaajila mootummaa saffisiisuu bira darbee adeemsi hojii waliigalaa iftoomina akka qabaatuuuf malaammaltummaa fi sirna hojii badaa ittisuuf gahee olaanaa qabaachuu danda’eera. Hoji-raawwachiisaa Olaanaan Tajaajila Masoob Federaalaa, Yoonas Alamayyoo akka ibsanitti, tajaajilli mootummaa qaawwa guddaa adeemsaan jijjiiramuu fi fooyya’uu qabu waan ta’eef, tajaajila bakka tokkoo Masoob hundeessuun barbaachisaa ta’eera. Tajaajiloota dijiitaalessuu qofa osoo hin taane, tajaajiloota mootummaa bakka adda addaatti faca’anii turan gara giddugala tokkootti fiduun tajaajila saffisaa fi bu’a qabeessi kennamaa jira. Giddugalichi tajaajiloota mootummaa adda addaa qindeessuun lammiileef bakka tokkootti dhiyeessaa jira. Kunis bu’a qabeessa ta’uu isaa agarsiisa. Tajaajiloota qindeessuu qofa osoo hin taane, tajaajilli lammiileef kennamu quufsaa akka ta’uuf gochuunis kaayyoo ijoo giddugalichaa keessaa tokko yoo ta’u, gama kanaanis bu’aa gaarii galmeessaa jira. Tajaajilli bakka tokkoo Masoob sadarkaa biyyaalessaatti giddugaloota 110 ol kan qaqqabe yoo ta’u hanga ammaatti lammiilee miliyoona 1.6 ol tajaajiluu danda’eera. Fedhii lammiilee tajaajilaa saffisaa fi bu’a qabeessa ta’een guutuufis haalota tajaajilaa garaagaraa hojiirra oolchaa jira. Lammiilee qaamaan gara giddugalichaatti dhufuu hin dandeenye bira ga’uuf tajaajilli moobaayilaa fi tajaajilli socho’aan jalqabameera. Haaluma kanaan, sadarkaa federaalaatti tajaajiloonni socho’aa Masoob lama, Magaalaa Finfinneetti immoo tokko, waliigalaan tajaajiloonni socho’aan Masoob sadii hojii jalqabaniiru. Dabalataanis, tajaajila onlaayinii fi appilikeeshiniiwwan fayyadamuun tajaajiloota mootummaa lammiileef dhiyeessaa jiru. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
188
9
+5
بدون متن...
263
10
Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffatanuf carraa uumeera - Mana Maree Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itiyoophiyaa Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffatanuf carraa uumeera jedhe Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Itiyoophiya. Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Itiyoophiyaa ibsa har’a kenneen, Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffachuu, dhimmoota biyyaalessaa irratti mari’achuu, waliigaltee uumuu fi furmaata waliinii barbaaduuf carraa gaarii uumuun xumuramuunsaa, Itiyoophiyaaf boqonnaa seenaa murteessaa ta’uu ibseera. Adeemsa kana keessatti dhaabbileen hawaasa siiviilii gahee adda addaa keessatti hirmaachaa turuu kan eere manni marichaa, akka marii gaggeessitootaatti, hirmaattotaatti, gorsitoota Komishinichaatti, hordoftootaatti, miseensota garee ogeessotaatti akkasumas waa’ee marii hubannoo uumuu fi dhimmoota irratti hojjetanirratti galteewwan ajandaa dhiyeessuun gahee isaanii bahaniiru jedheera. Gaheen dhaabbileen hawaasa siiviilii adeemsa kana keessatti taphatan, hawaasni siiviilii dhimmoota biyyaalessaa irratti gumaacha ijaarsaa fi itti gaafatamummaa qabu kennuu akka danda’u kan mirkaneesse ta’uu ibseera. Adeemsa kana irraa barumsi hedduun argamuu ibsuun, keessumaa dhaabbileen hawaasa siiviilii akkaataa ijaarsaa, hirmaachisaa fi dandeessisaa ta’een naannoon hojii yoo uumameef, adeemsaalee biyyaalessaa keessatti gumaachi isaan taasisan olaanaa fi bu’a qabeessa akka ta’u hubachuun danda’amuu ibseera. Jabinni hawaasa siiviilii hariiroo kallattiin hawaasa waliin qabu, ilaalchota garaagaraa bakka bu’u, beekumsa ogummaa qabu, akkasumas dandeettii lammiilee fi dhaabbilee walitti fiduuf qabu irratti kan hundaa’e ta’uu eereera. Hojii itti aanu fi caalaatti murteessaan dhaabbilee hawaasa siiviilii, yaadawwan furmaataa Marii Biyyaalessaa gara tarkaanfii qabatamaatti jijjiiruu, hirmaannaa uummataa itti fufsiisuu, amantaa cimsuu, akkasumas garaagarummaan yaadaa walitti bu’iinsa ykn humnaan osoo hin taane, aadaa marii fi marabbaa waliinii ittiin furamu guddisuu ta’uu ibseera. Kanaafuu, Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Itiyoophiyaa dhaabbileen hawaasa siiviilii bilisummaa, itti gaafatamummaa fi bu’a qabeessummaan yaadawwan furmaataa Marii Biyyaalessaa hojiirra oolchuuf, ijaarsa nagaa fi aadaa dimokiraasii cimsuuf gumaacha akka taasisan, akkasumas naannoon hawaasa siiviilii deeggaruu fi ijaaruu akka cimu waamicha dhiyeesseera. Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni mari’achuu, wal dhaggeeffachuu fi dhimmoota irratti walii hin galle karaa hunda fayyaduun furuu akka danda’an agarsiiseera. Amma itti gaafatamummaan waliinii jiru, aadaa marii kana itti fufsiisuu fi bu’aa Marii Biyyaalessaa gara ijaarsa Itiyoophiyaa nagaa, hirmaachisaa fi dimokiraatawaa ta’etti jijjiiruu ta’uu ibseera. Dhaabbileen hawaasa siiviilii kutannoo Marii Biyyaalessaa kana keessatti agarsiisan adeemsawwan biyyaalessaa itti aanan keessattis akka irra deebi’an hubachiiseera. Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, kan Adoolessa 8, 2018 gaggeeffamuu eegale, sirni cufiinsaa isaa Hagayya 16, 2018 gaggeeffamuun isaa ni yaadatama. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
260
11
بدون متن...
226
12
بدون متن...
225
13
Imala Aadaafi Duudhaa Ganamaatti Deebi'uu... Aadaafi Duudhaa Oromoo ganamaa iddootti deebisuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaan ho+9
Imala Aadaafi Duudhaa Ganamaatti Deebi'uu... Aadaafi Duudhaa Oromoo ganamaa iddootti deebisuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaan hojiin hojjetamaa jiru qabatamaan bua’aa fidaa jira. Yaa'iin Sikkoo Mandoo Dhaddacha Odaa murtii deebisuu/haaromsuu sagantaa garaa garaan Aanaa Madda Walaabuu ardaa Jilaa Maddaatti geggeeffamaa jirus qaama hojii kanaa ti. Yaa'ii kanaan seera Dhaddacha Odaa Murtiitu lallabama. Hojiin aadaa haaromsuu ykn deebisuu kun naannoo keessanitti maal irra jira? Yaada keessan nuuf qoodaa. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
360
14
Adaabbaa Tiyyaa💪🏼 Arsii Lixaa irra second High score from Ethiopia 579.66/600 Dureti Mohammed Tufa Congratulations! Abdiidh
Adaabbaa Tiyyaa💪🏼 Arsii Lixaa irra second High score from Ethiopia 579.66/600 Dureti Mohammed Tufa Congratulations! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
786
15
Barataa Saadam Abdulaaziiz Eenyu? Finfinnee, Hagayya 19,2018 (FMC)- Barataa Saadam Abdulaaziiz Umar qormaata biyyaalessaa kutaa12ffaa damee saayinsii Hawaasaan akka biyyaatti qabxii olaanaa kan galmeessedha. Saadam bara kana Saayinsii hawaasaan qabxii 576.25 galmeessuun sadarkaa biyyaalessaatti sadarkaa 1ffaa irra jira. Barataa Saadam Abdulaaziiz Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Cirootti kan dhalate yoo ta’u, barnoota isaa sadarkaa 1ffaa Mana Barumsaa Ifaa Islaamaa jedhamutti barachuu dubbata. Wayita sanas akka mana barumsichaatti barataa urjii akka ture Faanaa Diijitaaliif himeera. Kutaa 8’ tti qabxii Olaanaa galmeessuun gara Mana Baruumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa galuu ibseera. Saadam wayita gara Dodolaatti imalu haalli qilleensaa xiqqoo itti ulfaatus dandamachuun baruumsa isaa itti fufuu dubbateera. Saadam wayita mana barumsichaa seenu miiraa dorgommii olaanaan barnootaa isaa hordofaa turuu hima. Manni barumsaa, barsiisonnii fi hawaasni deeggarsaa fi hordoffii cimaa kan taasisuufis ibseera. Riikardii qabxii bara darbee akka biyyatti Saayinsii Hawaasaan galmaa'ee ture 562 cabsuuf hojjechaa akka ture kaaseera. Saadam obboleettin isaa deeggarsaa gahaa gochaafii akka turte ibsuun, mana isaanii keessa barattoonni 3 qabxii olaanaa fiduun bultii addaattis waliin barachaa akka turan himeera. Barattoonni Mana Baruumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa kan wal jajjabeessaniifi wal deeggaran ta'uu dubbateera. Deeggarsi manni barumsichaa barattootaaf taasisuu olaanaa ta'uus kaaseera. Addunyaa kanarraa yoo hojjetan waanti hin danda'amne hin jiru kan jedhu barataa Saadam, barnootaaf xiyyeeffannoo kennuun fi yeroo isaatti sirnaan fayyadamuun qabxii kana galmeessuu ibseera. Barataa Saadam fuulduratti Hariiroo Idil addunyaa( International Relation) barachuu akka barbaadu dubbateera. Kanaanis hariiroo biyyoota gidduu jiru dippiliomaasii, nageenyaa fi dhimma siyaasaa addunyaa sirritti hubadhee biyya koo sadarkaa fuulduraatti ceesisuuf fedhiin qaba jedha. Akkasumas nama biyya isaa tajaajilu, hoggansa gaarii ta’uufi dhimma biyya isaa sadarkaa idil addunyaatti bakka bu’ee tajaajiluu akka barbaadu himeera. Yoo carraqaan wanti hin milkoofne hin jiru kanaaf dhaloonni ammaa miidiyaa hawaasarraa of qusachuun, barnoota isaarrratti xiyyeeffannoo gochuu akka qabu dhaameera. Tsahaay Gulummaatiin. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
1 268
16
بدون متن...
1 057
17
Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuu eegaleera. Sirna baniinsa yaa’ichaarratti Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee, Ministira Fayyaa Dooktar Maqds Dhaabaa fi Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf argamaniiru. Waltajjicharratti Ministiroonni Fayyaa biyyoota Afrikaa 40 ol, bakka buutonni Dhaabbata Fayyaa Addunyaafi dhaabbilee idil-addunyaa biroon akkasumas qorattoonni fi qooda fudhattoonni garaagaraa hirmaachaa jiru. Yaa’iin kun har’a irraa eegalee hanga Hagayya 22, 2018’tti kan gaggeeffamu yoo ta’u, imala damee fayyaa Itiyoophiyaa mul’isuuf ni gargaara jedheetu amanama. Zaman Bayyanaatu gabaase. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
987
18
+6
بدون متن...
950
19
Pirojektii Magac: Aadaa karoora yeroon raawwachuu mootummaa Ida’amuu kan agarsiisu Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Waggoota dheeraaf harkifachaa kan ture Pirojektiin Hidha Magac hordoffii waggoota muraasa keessatti taasifameen xumuraaf gahaa jira. Mootummaan Ida’amuu pirojektoota jalqabuurra darbee hojiilee misoomaa hedduu yeroo qabameefitti qulqullinaan akka xumuraman gochuun aadaa pirojektoota yeroon raawwachuu gabbiseera. Pirojektoota buleeyyiirra waggoota dheeraaf harkifatan gamaaggamuun xumuramanii tajaajilaaf akka gahaniif hordoffii gochaas jira. Pirojektoota kanneen keessaa tokko kan ta’e ijaarsi hidha Magac hordoffii olaanaa waggoottan lamaan darbanitti taasifameen %94 irra gahuu ibsameera. Hojiin hidhichaa yeroo ammaa qulqullina isaa eeggatee saffisa olaanaan raawwatamaa kan jiru yoo ta’u, baatiiwwan muraasa dhufan keessatti guutummaatti ni xumurama jedhameetu eegama. Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjiitti Hojii Gaggeessaan Waajjira Pirojektoota Jallisii Ashannaafii Likkiisaa, pirojektichi waggoota dheeraaf sababa hanqina dandeettii kontitraakteraan dhaabatee akka ture yaadachiisan. Ha ta’u malee ajaja Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin kontiraaktera haaraa bakka buusuun pirojektichi daandii milkaa’inaa qabachuu ibsaniiru. Yeroo ammaa ijaarsi to’annoo bishaanii fi hojiileen elektiroo mekaanikaalaa pirojektichaa xumuramuu ibsameera. Pirojektichi haala gaariin xumuramaa akka jiru kan ibsan Ashannaafii Likkiisaan, yeroo ammaa kan hafu hojii %6 qofa waan ta’eef baatiiwwan muraasa dhufan keessatti guutummaatti xumuramuun tajaajila kennuu akka eegalu mirkaneessaniiru. Pirojektichi wayita xumuramu lafa heektaara kuma 17 jallisiin misoomsuu kan danda’u yoo ta’u, rakkoo bishaan dhugaatii magaalaa Goondaris ni fura jedhameetu eegama. Alamsaggad Asaayyeen. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @drhoneliat12em💌
872
20
+5
بدون متن...
875