fa
Feedback
Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

رفتن به کانال در Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

کانال Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 12 363 مشترک است و جایگاه 7 333 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 348 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 12 363 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 30 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -60 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -8 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 16.16% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 4.34% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 1 998 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 537 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 18 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 01 ژوئیه, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

12 363
مشترکین
-824 ساعت
-197 روز
-6030 روز
آرشیو پست ها
Kennaa argatte Kennaa argatte misraachoo himuutti Aboo kan fudhatte fuuldura waaqatti Dhuguma argatte badhaasa kan Gooftaa Gabri'eeliin jenna duursaa ergamootaa Kochoo dirirsitee durasaatti qubatte Yeroo aarsaatti fuuldura dhaabbatte Raajii dubbatame Daani'eelitti ibsite Nama fakkaattee isatti kan mul'atte Nabukadanatsoor yeroo in dhaadate Ijoollee sadeenitti abidda qopheeffate Sumsumin diinotaa isaanumaaf ta'e Gabri'eel ati dhufnan abiddi qabbana'e Aarsaa libaanaa yeroo dhiyeessutti Lubni Zakkaariyaas mana qulqulluutti Koochoo diriirsitee aaga itti dubbatte Akka ilma argatus gammachuu itti himte Lallaba misraachoo oduu haaraa himte Dhalachuu Gooftaadha durbootti dubbate Kanaaf si beekna nuti hojii kee ilaallee Ijoolleen Tewahidoo siif galchina ilillee            ==•|•== F/taa Takluu Tashoomaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════

አወድስሻለው ሳልዝል ሳልደክም/2/ የመድኃኒቴ እናት ድንግል ማርያም/2/ ምልጃሽ በጉድለቴ ሙላት ሆኖልኛል ፍቅርሽ እስከ ዛሬ ያበረታታኛል አልጠግብ  እናቴ ክብርሽን ዘምሬ ውለታሽ ብዙ ነው አልጨርስ ዘርዝሬ   በኤፍሬም ውዳሴ አወድስሻለው    ያደረግሽልኝን አውርቼ አልጨርሰው መጠሪያዬኮ ነው ስምሽ ለመንገዴ አከብርሻለውኝ ደጅሽ አደግድጌ ቋጠሮዬን ሁሉ ምልጃሽ አራግፎታል አንቺ እያለሽልኝ ምን ያስጨንቀኛል የናትነት ፍቅርሽ አግዞኛል ብዙ ዙሪያዬን አብርቷል የልጅሽ መቅረዙ የማልጠግበው ስምሽን በጠራውኝ ግዜ ፍፁም እፅናናለው ከሃዘን ከትካዜ ሞገሴ ነሽ ክብሬ ማርያም አዛኚቱ አንቺን ተጠግቼ ወጣውኝ ከስንቱ የቤቴ ባርኮት ነሽ ይሄን አውጃለው ሚስጢረኛዬ ሆይ ዘመርልሻለው            ===•|•=== ዘማሪ ደረጄ ጂማ 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Ofumaa mitii nu waamun Kee Samii samiirraa gadi bu'un Kee Bilisa nu baseera humni kee Nurra golbobeera ayyanni kee Iddoo isa gaarii qopheessite Wanta nuuf ta'uus mijeesite Booda deebinu murtoofnerra Arjaa ta'uu kees hunaneerraa Adeemsa keenya nuf sirreessi Galaana cubbuu nu ceesisi Si malee kan nuf ta'u hin jiru Arjaan akka kees tasa jiru Furmaani keenyas wallalamee Nama birattis tuffatamnee Galmeen keenyaas haarefamee Misiraachoon keenyas lallabame Iddoo ati nu waamte irraanfannuu Maqaa kee faarsuus hin dagannuu Mucummaatti nu guddifatee Bakkee onaatis nu waamtee         ==•|•== Faarfattoota 3n

Ayyaanni abbaa si golboobee Sanyiin fayyinaa sidha durbee Afuurri dhugaan sirra bule Hundumaa keessaa sumaan filee Ilmi waaqayyoo sirraa dhalatee Boo'ichi keenya ni raawwate Sichi hin gaddinuu ni faarfannaa Dhiphinni keenya sun darbeera Godaansa cubbuun yemmuu joorru Gooftaan samiirraa nu ilaaleeraa Jechi waaqayyoo foon uffattee kunoo durbeerraa Maariyaam nuuf deessee Iyyasusii nuy gammanneerra Ilmi waaqayyoo foon uffate maariyaamirraa isheen nuuf deenyaan Iyyasusii nuy gammanneerra Sanyii fayyinaa nuuf qopheesse Dhaala abaarsaa ishee tikseen Jaalala keenyaaf of madeessee Barbaadee dhufee nu deebisee Qorichi keenya dhalateera maariyaam nuuf deessee Akka jiraannu nuu du'eetu nu jiraachisee Fayyisaan keenya dhalateera maariyaam nuuf deessee Akka jiraannu nuuf du'eetu nu jiraachisee Sinboonshee adda jaalatamtuu Uumama hundaarra Kan caaltu Koottu gugeekoo yaa misirroo Libaanosirraa Kan mul'attu Garaa laafettiifi garraamii ati addadha maariyaamii Waaqakeef mana bultoo taate samii lammaffaa aariyaamii Waadaasaa ishee irraan raawwate Du'ee du'a keenya fudhate Fooniifi dhiigasaa soorannee Isa wajjiniin du'aa kaane Doonii nohiiti dheekamsarraa gara araaraatti Cehumsa keenyaaf sababadha kakuu haaraatti                ===•|•=== Fta Dn Rattaa Fantaahun 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Boichi Kegna.mp39.61 MB

‎Qorichi Addaami sidha Maariyamii ‎sin galateffadha akka abba ifremi ‎Si'in Naaf minya'e anaf jirun kanko ‎kanafan sí farsa ani yaa giftiko ‎ ‎dubartota kessa ati filatamte ‎gammadi yaa durbe hulfina argatte nagan si gafadha akka gabri'eli ‎atis naa gargari yaa hadha amanu'eli ‎ ‎fayyida barbacha an si dhise hin demuu gara kotif jedhe hadhummake hin ganúu ati anaf kennadha kenna fanno jala yomúu si jejadha yaa hadha jalala ergamota kessa gabri'el samirra ‎ilman nama kessa elsabet lafarra kabajakef durbe dhuga sif bahani ‎kanaf sin lellisa Anis ulfíñañi ‎ ===•|•=== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Qulqulluu Mikaa'el/ቅዱስ ሚካኤል Qulqulluu Mikaa'el jaalata hundaadha Kan si abdatuuf harras araarsadha x2       @Ceesisa Kochoo diriirsi Mikaa'el bahii duraakoo Ati na akeeki karicha Mana abbaakoo Hin danda'amu deemsiko inni sin alaa Dheebu nabaasii naaf kennii /bishan jaalala/2       @Ceesisa Sillikfameera dinnikoo hidhaa abidaani Ergamaan Gooftaa Mikaa'el seefii kaasnanii Yemmuun deebi'uu hin jiruu bakka dhabeera Kan na gargaaru ergamee /ijaan argeera/2      @Ceesisa Awwalicharra dhagichi sin kaafamera Ati waan gargarteef Daani'eel si jaallateera Ni danbali'aa lagichi yoo ati dhuftu Gooftaan haa moo'u Daabiloos /haa guggubatu/2      @Ceesisa An nan yaadadha manatti mucummaa kooni Si'in jabaate jilbikoo gargaarsa keeni Nan faarfadhafi Gooftadhaf hunduma caala Kan si naaf kenne eegakoo /guyyaaf galgala/2 ===•|•=== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Maqaa Surraa Qabu Kochoo keerraa Argee Gargaarsaa Argachuuf Gara keetti Fiige Kan of cinaa qabu ergamaa akka kee Ulfinaan si waama mikaa'eel maqaakee Kabajaan si waama mikaa'eel maqaakee Ofiikootiin Uumee Mammaaksa Hin Odeessu Wangeela dha Ragaan Waa'ee kee Seenessu Har'as Kan Amanuuf Dhugaa Jirun Faarsa Hangafa dha Ati Kan Muudaman Keessaa Kan sirraa ifu ayyannii Gooftaa x2 surraakee guddaan cinakoo jirta x2 Miikaa'el na Wajjin jirta Ilaalladhee Hin kaasu Ija Nama Keessa Of ta'een Ofiikoon Sodaa Malee Faarsa Siin mitiim mikaa'eel namayyuu ni jaju Si waaqessuu miti yeroon si kabaju Miilli koo Gufuudhaan Kiyyoon Akka Hin Kufneef Cina kootiin Jirta Akkan Hin Mo'amneef Reeffa Museef Jettee seexana Mormite Utuun Lubbuun Jiru Ati Yoom Na Dagatte Si waliin morkachuu dinnii hin danda'u Maqaan sirra jiru kan hundumaa moo'uu Kan Gooftaa Kan Ta'e Siin Hin Jibbuu gonkuma Mikaa'el Ergamaa kabaja kee hima Madaallii baadhuu anaaf kottu ariifadhu milkaa'eel Eegaa cina kan koo ati dhaabadhu Oolmaa kee himuun _Kabaja koo dha Yaadannoon kan kee _Naaf galata dha Ati naaf Eegaa dha _Waaqni si filee Diinatu kufa _ Surraa kee ilaalee Maqaan Gooftichaa _Kan si irra jiru Simboon addunyaa _Yaada kee hin hiru Galataaf jirta _ Fuula Uumaa kee Narra haa bulu _ Eebbaaf Sugni kee          ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share

Maqaa Surraa qabu F.Dn Dagaagsan Solomoon.mp316.12 MB

Kottu Mikaa’eel kottu/2/ Gadda balleessitee Nagaa kan laattu Kottu Mikaa’eel kottu Gargaaraa Afoomiyaa….M.K Hojii seexana irraa Sidha kan fayyise Baahiraan du’a irraa Nunis nu gargaari Akkuma isaanii Mikaa’eel nu dhaabii Amantaa keenyani Oduu gammchisaa hundatti kan himtu Kottu Gabri’eel kottu Kottu Gabri’eel kottu/2/ Oduu... Barri yoo raawwatu…G.K Waaqni nama ta’uuf Kan ergame sidha Misraachoo himuuf Uumaa keenya biraa Nuuf kadhu araaraa Gabri’eel qulqulluu Sooraa kakuu haaraa Xoofoosa qulqulluu namaaf kan hirtu Kottu Uraa’eel kottu Kottu Uraa’eel kottu /2/ Xoofoosa... Situ xoofoo laateef…U.K Izraa suutu’eeliif Ogummaa barsiiste Beekumsa kan hirteef Ergamaa Uraa’eel Mul’ate aangoon kee Kennaa keetin fayyee Himee kabaja kee Waadaa siif galameen nagaa kan buustu Kottu Takliyyee kottu Kottu Takliyyee kottu(2) Waadaa... Yohaannis lammaffaa…T.K Gooticha wangeelaa Kan nutti argisiiste Karaa isa qajeelaa Kawaala kee irratti Ifa kee ibsite Takliyyee qulqulluu Nageenya labsitee          ==•|•== @Faarfataa

Repost from Kuusaa Faaruu
Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani
Bara San hunda kan naaf obsee Hojii kootin yoom nan balleesse Mulachu kootis riqadha ati   Jalqabbiis anaaf taate ati
Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini
Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne Anaaf dhaqabi sin yoon jenne Na eegalchiste jalqaba koo Ati naaf bareechi xummura koo
Kuffiseera Karoora diinni koo baase Ol naqabe karaa sirrii na deemsise Na dhoksu dandeenye na hambisu dudduubatti Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet
Ati labooba ibiddaati Diinni ni kufaa fuula keett Anaaf ijadha hirkoo kankoo Bara baraanuu si eegankoo

Repost from Kuusaa Faaruu
Surraansaa guddaadha Surraansaa guddaadha na gargaaruuf dhufe maqaa isaa osoo waamin ani yoomin rafe Mikaa'el jennaan jireenyi koo ife X2 Naannoo koo dhaabdertaa utubaa ifaakee Dukkanni Addunyaa akkamiin na danqe Mikaa'el eegaakoo kottu mee garakoo Sihiin narraa dabra xoofoon dhiphina koo Xalayaa badiisaa kan bahiraanini Situu jijjireefi siwaliin deemnani Har'as kan si waamuuf ati wajjiinin jirta Xalayaa badiisaa jireenyati jijjiirta Ittisaa kan turte saboota Isra’eeli Har'as hoo sin waama  koottu Mikaa'eli Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu Humna Saaxinaa'eli ati narraa  ifadhu          ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share

Seeni Waaqa Nageenyaa Naatinaa'eel Boggalaa (2).mp38.85 MB

......Guddaa kan ta'e..... Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe Haadha koo qulqulleetti Arseemaa Ulfinnikee Addunyaaf himamaa          @Ceesisa Yoo dhufuu sireedhaan ture Abdii koos baay'ee kan cabe Amantii keen tsabala keen Fayyee dhaabadhe mana kee    Dubbadheen kabaja kee hima    Hojiin waaqayyoos raajuma    Qabsurri kee jabinni kee    Naaf ta'e ibsaa amantiikoo Miidhaginnni gantuudha jettee Samiirrattii ulfina argatte Daandii amantaa keetini Jiraadha kadhannaa keetini    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenyaa facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa Gargaarsi kee kan isaaf ga'e Fide dhufaa wareegaa laphee Kan amaneef dhiyuma jirtaa Mana keetti fayyina argata    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenya facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa          ==•√|√•== F/ttuu Shawaa Battee 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Dubroo maariyamii yaa abdii fayyinaa Karaa keen arginee waaqa abbaa dhiifamaa Gannani cufamee ilma keen banamee Nagaan siif haa ta'u waa hunda hubannee Ceesisa Daawwit yoo dubbatuu waa'ee kee gammadee Waadaa qulqullummaa ta'uu kee hubatee Waa'ee maqaa Kan kee yeedaloon si faarsee Sagalee ol kaasee baganaan si faarsee (2) Ceesisa Abbaan hiriyaaqoos abdii si godhatee Laphee qulqulluudhaan kadhannaa eegalee Afuuraan guutamee kennaan badhaafamee Hin callisnee innii lapheerraa si faarsee(2) Ceesisa Namaa si waammateef ati Kan dhageesisu Ummama hunda keessaa hoomtuu sin hin gituu Rayyaan ergamootaa si galateeffanuu Uummamni lafarraas ulfina kee himuu (2) Ceesisa Biqiltuu phaaxosii dukkana Abrahamii Riqaa yaa'iqoobii dubroo maariyamii Gonfoo solomonii maseenqoo Daawwitii Yaa haadha jaalalaa siif ta'a galaanii (2) ==•|•==