Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
کانال Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 12 254 مشترک است و جایگاه 7 270 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 374 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 12 254 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 25 اوت, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -20 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 3 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 19.20% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.15% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 2 353 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 631 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 19 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia
🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel
Youtuben nu hordofaa
https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 26 اوت, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 26 اوت | 0 | |||
| 25 اوت | +3 | |||
| 24 اوت | +2 | |||
| 23 اوت | 0 | |||
| 22 اوت | +1 | |||
| 21 اوت | +3 | |||
| 20 اوت | +8 | |||
| 19 اوت | +2 | |||
| 18 اوت | +5 | |||
| 17 اوت | +7 | |||
| 16 اوت | +5 | |||
| 15 اوت | +2 | |||
| 14 اوت | +3 | |||
| 13 اوت | 0 | |||
| 12 اوت | 0 | |||
| 11 اوت | 0 | |||
| 10 اوت | +2 | |||
| 09 اوت | +2 | |||
| 08 اوت | +2 | |||
| 07 اوت | +3 | |||
| 06 اوت | 0 | |||
| 05 اوت | +10 | |||
| 04 اوت | +3 | |||
| 03 اوت | +3 | |||
| 02 اوت | +4 | |||
| 01 اوت | +1 |
| 2 | Eebbisuudhaaf Dn Muluuqan Abiyoot.mp3 | 2 734 |
| 3 | Ol baatetti dubroo Maariyaami (×2)
Kabajamte ergamootadhaani(×2)
Olbaatetti Toomaas yemmuu arge
" " Ol samii gubbaatti
" " Kafanashe fudhate
" " Mallattoodhaaf inni
" " Bartootaaf lallabe
" " Kaateetti jechuuni
" " Bartoonni gammadaan
" " Olbahushee arganii
" " Akkuma toomaasi
" " Argudhaaf hawwani
" " Kadhannaadhaaf laguun
" " Gooftaa kadhatanii
" " Du'aa ka'uu ishee
" " Ijaatiin argani
" " Yemmuu isheen olbaatee
" " Kabaja guddaani
" " Ergamoonni marsanii
" " Faaruuf ililleeni
" " Dubroo Maariyaami
" " Kabajamtuu isheeni
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 2 062 |
| 4 | 👏Faaruu waqtii Filsataa👇
Yaa Dubroo x2 deessuu Waaqa Ilmaa/2/
Boqonnaan kee Amajji hagayya awwaalchi kee
Kan kee kun addadha du’aa ka’umsi kee
Foon kee akka uumamaa yoom argame lafatti Olbahe gara samii teessoo Kiristoositti
Foon kee yeroo olbaasan
Ergamoonni samii
Toomaas osoo deemuu daandii duumessaanii
Sabbata kee fuudhee mul’isuuf bartootatti
Du’aa ka’umsa kee arguudhaaf jedhanii
Isaaniif ibsite Bartootni soomnaanii
Awwaalamtee hin hafne lafa kanarratti
Samiitti ol baate akkuma Ilma isheettii
Arguuf yeroo hawwanii du’aa ka’umsa ishee
Kadhannaa baay'eetiin argan olbahuushee
Balbala cufannee nutis haa kadhannu
Deessuu Waaqayyoorraa eebba akka argannu
✍️#Hiika: Afaan Amaariffaa irraa
#Natural voice: Lamessa (Dn) | 1 743 |
| 5 | Maariyaam /ol baate/×2 gara Gannataa /2/
Ergamoonni Gooftaa Gammachuun itti marsanii
Ol Baate gara Gannataa/2/
Ililleefi faarsanii haadha Waaqasanii
Mirgasaa ni teessi mootittiin jechuuni
Ergamoonni Gooftaa Gammachuun marsanii
Kabajashee guddaaf isaan faarfatanii
Ol baate gara Gannataa
Daawwitis faaruusaan yoommu inni faarfatu
Baganaan harkasaa sagalee ni laatu
Jechi raajotasaa erga bakka ga'e
Maariyaam ol ba'uun fedha ilmashee ta'e
Olbaate gara Gannataa
Maqaankee dammadha qabbana akka Aannanii
Nuufis kan kadhattu Abdii ilmaan Addaamii
Har'as ta'u bori bara amma baraatti
Nu araarsuuf jette kidaanemihireeti
Ol Baate Gara Gannataa
Ol ba'uu Maaramii nut ni amanna
Daandii Abbootarra nuti deddeebina
Kanaafis faarfanna akka Abbaa Hiriyaaqosi
Ilma kee baattadhu kottu nu eebbisi
Ol Baate Gara Gannataa
==•|•==
👇👇Miseensa ta'aa
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+ @Faarfataa #share | 1 603 |
| 6 | +2 Ol Baatetti Dn Daani'eel Malkaamuu.mp3 | 1 |
| 7 | Abubbisuu Bubbeen Dn Tolinaa Immiruu.mp3 | 2 435 |
| 8 | RUFAA'EEL
Rufaa'eel si waamna hiikaa gadameessaa
Rakkoon yoo hammaates hunduu sitti dheensa
Gargaarsa keen koottuu dhiphinaa nu furi
Kufnee akkan hafneef ati nu gargaari
Rufaa'eel
Ergamaa guddicha nagaadhaaf muudame
Rufaa'eel
Bultoon teessoo keetii warqiin Kan faayame
Rufaa'eel
Gargaaraa Xoobiti Kan jiraattu Raamaa
Rufaa'eel
Madaan lubbuu keenyaa si'iin wal'aanama
Waraana abiddaa qabachuun sochoota
Gaachanni kee ifa qilleensarra adeemta
Sillaaseef ergamuun hoomaa keetiin duultee
Kadhannaan ol kaafta lubbuu cubbuun kufte
Hiikni maqaa keetii waaqayyon fayyisaa
Maqaa kee waammanna ija keenya ol kaasaa
Marartoon nu ilaalta akka abbummaati
Durri keenya ifeera akka bakkalchaatti
Qurxummicha guddaa galaanicha raase
Aangoon kansaa se'ee isa nu naasise
Nurraa cabsiteetta xiyya keen waraante
Har'as si waammanna nun ilaaliin calliftee
==•|•==
F/taa Yohaannis Gizaachoo | 2 485 |
| 9 | Yaa Arjaa Koo || ቸሩ ሆይ
https://youtu.be/dgU-KGnW03w?si=Wx68kdjbfey7LB4o | 3 201 |
| 10 | Tulluu Taabor tti Ifasaa mullise
Addunyaa hundumaaf Waaqummaasaa ibse
Waaqni keenya
Mootiin moototaa
Karaan jireenyaa
Gooftaan Gooftotaa
Tulluu Taaboritti
Yeroo mullatee
Tulluun Taabori
Ifaan guutamte
Gooftaa Keenyaa
Waaqa Keenyaa
Yoo at jaalattee
Yoo nuuf heyyamte
As jiraachuuni
Nuyiif ba’eessa
Si wajjin ta’uun
Nu gammachiisa
Akka jiraannuuf
Si wajjin taanee
Mana haa ijaarru
Tokko si'ifi
Eeliyaasifis
Tokko museefis
At nuuf heyyami
Ilma Maariyaami
Uumaan jiraattota
Kan du'ootasi
Kan jiraachisuu
Inni ajjeesuus
Isa qofadha
Iyyesuus Kiristoos
Waaqa Eeliyaas
Uumaa museedha
Isan itti gammadu
Kanan jaaladhu
Isa dhagahaa
Isaan jiraadha
Abbaan dhugaa bahee
Samii gubbaatii
Sagalees erge
Kun mucaa kooti
Tokkummaaf sadummaa
Sirratt mullatee
Tulluun Taabori
Akkam carroomte
Ifni addunyaa
Sirratti mullate
Addunyaan hundi
Ifa argate
Waggaadhan nu gahi ilma Maariyaamii/2/
Eegde biyya keenya
Nagaadhani... Nu gahi
Eegde hunda keenya
Banee hafuu irraa
Balaa hamaa irraa
Eegitoo nu gahi
Yaa ilma Maaramii
Bara dhufus geenye
Jaalalaan wal taane
Mana keet argamne
Akka si faarfannu
Gaabbiin qulqulloofne
Mootummaa kee dhaalu
Kiristaanonni hundi
Cimnee amantiini
Kadhannaadhan cimne
Jaalalaan dhaabannee
Inni nu haa gargaaru
Isa wajjin jiraachuuf
Nu gahi/3/ nagaadhani
==•|•==
Faaruu Buhee
👇👇follow us
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+ @Faarfataa #share | 4 654 |
| 11 | Tulluu Taabor
⛓Faaruu Buhee
👇👇Miseensa ta'aa!
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+++
@Faarfataa #share | 2 402 |
| 12 | Gammannee bullee /ደስ ብሎን መሽቶ/
Gammannee bullee Gammanne Bari'e/2/
Amma Waan jiruufi Gooftaan nu waliin
Gammannee bullee Gammanne Bari'e
Waan duuka buuneef Addunyaa gannee
Kennaaf nagaasaa baayyisee nu kenne
Dambalii ifatee Callise galaanni
Nuuf ta’e ulfina jechi waaqayyooni
Tulluu Taaboritti Gaara gubbaatti
Kabajni Gooftaa Ifee mul’ateeti
Gammachuun guute laphee keenyatti
Waaq biraa qabnu waaqayyoon alatti
Jiidhaan duurfamnee jaalalaan soorranne
Ofit nu qabee kabaja nuuf kenne
Rakkoon fagaatee dhiphinni hafeera
Hundaa kan qabu nu wajjiin jira
Gooftaa jala oollee isa dhageenyee
Hammeenyi darbee fayyinni duurse
Hundaa kan caalu isa qabannee
Jaalala saatiin manasaa seenne
==•|•==
F/ttuu Alem-muluu Bulloo
Hiikaa: Koo'eel Shawaa
👇👇Xuquun Hordofaa
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa #Share | 1 |
| 13 | Iyyoolee ni jenna Waaqayyoon Faarsina
Ishoo ni gammadna Taaborirratti olbaana
Iyyoolee koo... Hoo /4/
Waaqayyo Gooftaa
Uumaa Addunyaa
Abbaa Dhiifama
Abbaa nageenyaa
Akka biiftuutti
Ife biftisaa
Huccuun addaatee
Ni calaqqisaa
Iyyoolee koo... Hoo /4/
Yaa’iqoob Yohaannis
Luba Pheexiros
Taabor irratti
Kaase Kiristoos
Kaleessa shakkan
Kan Turun hunduu
Icciitii arganii
Gammadan hedduu
Iyyoolee koo... Hoo /4/
Lukkuun iyyitee
Lafti bariitee
Dukkanni darbee
Birraan bariite
Dachee keelloodha
Gooftaan uwwise
Ilmaan namootaaf
Jaalala ibse
Ayyaana Waggaa
Ayyaantut arga
Baga geessanii
Hundi keessani
Galata isaa
Hin dagatinaa
Isatu nu gargaare
Gaafa rakkinaa
Waggaaf bara haaraa/2/
...Dabali kaa...Dabali...Dabali kaa...
Kan har'aan nu geesse
Kan borus sit beeka
Carraan ilmaan namaa
Yaa Waaq sumat beeka
Ijoolleen Waaqayyoo
Heddu gammanneerra
Taabor irratti baanee
Ifas arganneerra
Waggaa waggaa ga'a
Waan gaarii dhaga'a
Jaalala qabaadhaa
Waan hamaa baqadhaa /2/
Manguddoon eebbisaa
Aayyoliin ililchaa /4/
==•|•== | 2 612 |
| 14 | Faaruu Buhee | 2 289 |
| 15 | Faaruuwwan Ayyaana Buhee Iddoo tokkotti
👇👇Miseensa ta'aa
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+ @Faarfataa #share | 2 444 |
| 16 | Taabor ifa uffatte
Tullun isaa filame taaboritti waaqamaan Iyyasuus mul'ate ifatti
Tulluun taabor ifa uffate waaqumaan gooftaa mul'ate ×2
Akka biiftuudha.......hoo
Fullii isaa ife
Uffanaan gooftaa
Nii calaqqisee
Muuseef Eliyaas
Yoo dubbatani
Taaboor guutame
Ifa guddanii
Armooniyem Taaboor
Gooftaan gammada
Ulfina isaatiif
Ilellee fidaan
Faarfaadhu Taaboor
Tulluu filamte
Uumaa baatterta
Atoo carroomte
Eliyaas dhufe
Bakka jirurra
Museen argame
Sifaana jira
Godoo ijaarrane
As jiraannu
Goofta gaaridha
Sirra adda baanu
Abban samiirra
Jecha dubbate
Icitii dinqii
Ifaan mul'ate
Isaat natti tola
Ilmikoo kana
Isa dhagahaa
Isatti amanaa
Yaiqoop yohaannis
Atis pheexiroosi
Kan isin file
Gooftaa Iyyasuusi
Humna isaa argitan
Taaborirratti
Icitii kana
Baatan addatti
Waggadhaan nugahi yaa waaq nudhagahii×2
Waggadha waggatti Nudabarsi
Yaa goofta...N.D
Nagaaf jaalalani
Tokkumaa nuufkenni
Hamarra nu eegi
Diinarra nugolgi
Bara hamaa kana
Oduu wal waraana
Nagaan nuceesisi
Eebbaf nutaasiisi
Wagaadha waggatti
👇
@Faarfataa | 2 395 |
| 17 | Buhee jedhaa!
Buhee jedhaa ×2
Kiristaanni hunduu
ilil jedhaa
Gooftaan keenya
Uuman Addunyaa
Waaqni nageenyaa
Garaa laafessa
Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa
Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife
Yaaiqob yohaannis
Akkasumaa pheexiroos
Waaqayyoo argaan
Museef Eliyaas
Abbaniis jedhe
Ilma koo dhagahaa
Jecha koodha
Kanan dhaale
Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuu ife ×2
Dabrataaboritti
ifni mul'ate
Tullu qulqullu
kangamachiisee
Naga Nagaa
Tullu taaboriif
Ifni waaqumma
sirratti ife
Sagaleesaa nii dhageenya
duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife ×2
Itophiyaanonni
Seenaa qabeyyi
Aadaa isaanii
Calaqiisisaan
Xombora ibsani
Akka abbota isaani
Icitii waan qabuuf
sinaa gammachisuu
Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keesss×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife×2
Bartoota isaatiif
Afuura erge
Itophiyaannonni
Kennan ishee guute
Buhee jedhaa
Buhee jedhaa
Kiristaannonni
Ilil jedhaa
Sagalee isaa nidhageenya duumessa ifu keessa ×2
Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife ×2
Waggan Ayyani wagaa dabalatan ayyani wagga dabalatan
Mana Abba kenya dabalataan
Ebbi Waaqaa yaaseenu dabalataan
Daammifi Ananii dabalataan
Itti nuuf yaa roobuu dabalataan
Mana Harmee keenyaa dabalataan
Eebbi waaqaa yaa seenuu dabalataan
Dammii fi Aananii dabalataa
Itti nuuf yaa roobu
Ayyani wagaa ×2
Akkuma jirtaniin
sinhin qoodin
Kiristoos Mirgaasaa
sinaa dhaabuu
Dhaaltuu mootummasaa
Sinaa taasisuu
Akkuma jirrunii nuhinqoodin
Kiristoos mirgaasaa
nuhaa dhaabuu
Dhaaltuu Mootumaasaa
nuhaa taasisu
Akuma jiruunii
Nuhinqoodin
Kiristoos mirgaasaa
Nuhaa dhaabuu
Waggaasaas nagaadhan
Nuun haa gahuu
Qulqullu ergamoota
qulqullu tolootaa
Eebbi waaqayyo
Mana hundaa seenu
Mana hundaa×2
Eebbi waaqa yaa seenu
==•|•==
⛓Faaruu Buhee
👇👇Miseensa ta'aa!
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+++
@Faarfataa #Share | 2 085 |
| 18 | Buhee jedhaa...!
⛓Faaruu Buhee
==•|•==
👇👇Miseensa ta'aa!
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+++
@Faarfataa #Share | 1 913 |
| 19 | +2 ✝Tokko si'iifi
Tokko si'iifi tokkomoo Museefi×2
Eliyaasifis tokko nan ijaara bultoo kee×2
Armoon ni gammadee uumaisaa arguuni
Taaboor ni golgamee ifa guddadhani
Isaan ni ililchaan ulfina Maqaa isaaf
Gaamachuun faarfataan goofta guddadhaf
Pheexiroos Yoohaanisiif Yaa'iqoobinii
Gooftaan fuudhee deeme gara taaborinii
Ifni ulfinaa isaa isaaniif mul'ate
Calaqisee ifee akka urjii addate
Bartoota isatti hurri itti uwwisee
Haalli yeroo sana baay'ee isaan naasise
Ilmikoo innin jaaldhu isakanaadha
Duumesichaa keessa sagaleen Abbadha
Hurrin erga ifee ofbira ilaalanii
Kiristoos biraatii namoota dhabanii
Wa'een isaa raajiidha maal himamee dhuma
Galata galchuufit nu irra eggama
👇👇Follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 2 295 |
| 20 | https://youtube.com/watch?v=K4MXslR70L4&si=iWQ0ZkJDjsarHDEu | 2 465 |
