en
Feedback
Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Open in Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Channel Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) is an active participant. Currently, the community unites 12 217 subscribers, ranking 7 195 in the Religion & Spirituality category and 369 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 217 subscribers.

According to the latest data from 19 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -43 over the last 30 days and by 4 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 14.58%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.00% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 1 781 views. Within the first day, a publication typically gains 366 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 16.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 20 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

12 217
Subscribers
+424 hours
-127 days
-4330 days
Posts Archive
Gammadaa Martinuu Argame Fannoon Mul'ate Fannoon ifatti ol ba'ee Gooftaa Iyyesuusiin beenyaan kan kenname Xalayaan jireenya irrati barreeffame Dhiiga hoolichaatin inni raageffame Nutis kan lallabnu isa fannifame Waggaan masqalli naanna'e Baga ittiin sin ga'e Guyyaa waggaa lakkoofsise... Baga ittiin sin ga'e Ganni darbe birraanis ife Eebbaaf nagaa gonfachiise Eegumsa saa nuuf baayyise Gammadaa martinuu gammanneerra Injifannoo moo’icha fannoosaan argannerra Ibsaa keenya ibsanne... Gmn-erra Daamara hirkifanna Dhiigan kan qullaa'ee Fannoosaa barbaanna Qilleensi hammaatee Bubbisee yoo ka'uu Nageenya keenyallee Hamaan nun danda’u Wanjicha garbummaa... Gmn-erra Aangoosaatin cabse Bilisummaa Dhugaa Ilmaansaatiif labsee Faajjii injifannoo Fannoosaa dhaabbanne Sechi moo'atamnu Humnasaa qabannee Lola diina keenyaa... Gmn-erra Nuraatii kaaseraa Ilmaan Addaam hundaa Nagaa badhaasera Masqala urgaa'u Waggaadhan nanna'ee Ifa ba'uu fannoo Baga ittiin sin ga'e Ogummaa barbaadu... Gmn-erra Warri Girikonni Mallattoo gaafatu Warri yihuudonni Dhugaa ba'aa har'as Jechi Phaawulosi Kan ittiin of jejnu Fannoo Kiristoosi Birmadummaa Walabummaa dhugaa Gonfanneerra Injifannoo moo’icha Fannoosaan arganneerra Waggaa har'adhaan nu ga'i Gooftaan waggaadhan nu geesse Humni fannoo kee nu haa eegu Alaaf manaan nuuf milkeessi Biyya keenyarra eebbi keen naanna'i Fannoon kee nu Haa eegu gaachana nuuf ta'e ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Gammadaa martinuu Faaruu Fannoo.mp313.62 MB

Fannoon jireenyaa keenyaa Fannoon humnaa keenyaa (2) Ni amannaa (4) Ni amannaa fannon humnaa kenyaa (2)    ...Eyyee (2)       Jalalaa waqayyooo diinni kan walalee Fannoo isaa arginan nahee lafa laalee Jalalaa kiristos qulqulluu fannosaa Rakkina moo dhiphuu maltu addaan nu baasaa        Maalirasif jabaa qulqullun maqasa Humna diinaa kenyaa waqni ni caccabsa Loola kenyaa lolee diinnis ni qana'ee Jaalallif nagenyii fannoosatin ta'ee         Jibbaa fannosatif diinnii gurma'anii Qulqullu fannosa dhoksuun awwalanii Baraa hedduutiif badee kaal ture dhokate Motittii elleeniin kadhannaan argattee         Humni kenyaa isaa kan nu jajjabeessuu Iddoo aara galfii kan nu boqachisuu Dadhabbiif gidiraan addunya kanarraa Fannoo Iyyasusin nurraati darbeeraa         Mesqel hayilene mesqel tsenene Mesqel bezaneh (2) Medanitene liellee amenne (2) ...ehee            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Galata kee Iyyesuus galata kee Bara baraan nan faarsaa anoo maqaa kee/2 / Hundee jireenya kootii> galata kee Iyyesuus naaf maqaan kee Galata maqaa keetiif Ati humna kee naaf laatte Iddoon badees na waamtee> galata kee Dhiifama naaf baay'istee Ba'aa cubbuu koo buustee Fayyina koo labsite Jireenya kootiif jettee> galata kee Fannoo gubbaa kan oolte Abbaa gaariin si'idhaa Waaroo ulfinaa naaf laatte Tiksee amaanama koo> galata kee Sidha anaaf abdiin koo Du'u keetiin jiraadhee Ulfaadhu ati uuma koo            ==•|•== 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/ Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ ...Eeyyee Moo'ichi argamuun Gammachuun bu'eera Lafaaf samiirratti Nageenyi ta'eera Dhiigni kiristoosi Nuuf buuse araara Baruma baraanii Isumaan jiraanna ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Ogummaa argannee Warri itti amannu Shira gantootarraa Kan ittiin fayyinuu Boqonnaa jireenyaa Kan ittiin argannu Fannoo Iyyesuusi Kan itti gammadnu ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Hogganaa dukkanaa Nurraa kan hidhamee Barootaaf bitamuun Kan barbadeeffamee Raajiin dinqiisiisaa Hundaaf taasifamee Humni Daabiloosi Isaan rukkutame ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Beenyan argameera Inni nuun fayyisee Dhiiga qulqullicha Achirratti cobsee Garbummaa bittimsee Jiruu nun badhaase Jaalalasaa dhugaa Fannoorratti mul’ise ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/            ==•|•== F/ttuu Asnaaquu Xilaayee F/ttuu Almaaz Taaddasaa Faaruu Ayyaana Fannoo 👇👇👇 follow ╔═══════════╗ ⚪️ @OrtoOroKoon 

Fannoon nuuf ibse Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse yommuu liqifamnee Fannoon kiristoosi ifa isaa nuuf kenne                         warra isatti amannuf Fannoon humna keenya fuuldura dhaabanne moona diina keenya Fannoon alaabadhaa Bilisummaa keenyadha x2 Yerusaalemitti Diinni gurmaa'anii Fayyisaa isaanii Hin beeknu jedhanii Qulqulluu Fannoosaa Lafatti awwaalani Kan dhokatee hafuu Itti fakkaachunii Fannoon Gooftaa ni argamee Diinni keenyaa ni moo'amee x2 Mootittiin Illeenii Hedduu kan carroomtee Damaraa dhaabbattee Kadhannaa godhattee Fannoo Kiristoosii Garami ittiin jettee Aara ixaanatiin Fannoosaa argattee Qosxonxinoos ni moo'atee Fannoo Gooftaa qabatee x2 Fannoon gooftaa keenyaa... Aangoo isaa mul'isee Tulluu gad jigsee Diina yeellaasisee Fannoon yeroo bahee Gooboon ni qajeelee Dhukkubsatan fayyee Jaamaan ni ilaalee Ni argamee fannoon isaa Iliil jedhaa sabni isaa x2 Fannon abdii keenya… Ta'e humna keenyaa Akka hin tuqamnee Daangaan biyya keenyaa Itiyoophiyaa jiraadhuu Amantiin dhaabbadhuu Gooftaan si eebbisaa Fannoosaa jaaladhuu Fannoon humna keenyaa Ittiin moona diina keenyaa x2            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Fannoon nuuf ibse Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse yommuu liqifamnee Fannoon kiristoosi ifa isaa nuuf kenne                         warra isatti amannuf Fannoon humna keenya fuuldura dhaabanne moona diina keenya Fannoon alaabadhaa Bilisummaa keenyadha x2 . . . . 👇Barreeffama guutuu            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Fannoo Gooftaan ifa arganne Jaalalasaan bilisoomne Gidiraa keenya irraanfanne Fannoon humna keenya ta'usaa hubannee Qaraaniyoorratti bilisummaa arganne Jaalalli ijoolleesaa gooftaa injafateera Sanyii addaam hundii ifatti baheera Dhugaadhaaf amantii onneerra yoo ta'e Gidiraaf dhiphinni hamman osoo gahee haaragalfiin keenya fannoo Iyyesuusi Duwwaadha mannisaa kan gooftaa hin qabnesi Boolla fannoo goofta illeeniin argatte Iccitii fannoosaa isheetti mul'ate Diinota ishee gantee amantaan dhaabbatte Fannoo Iyyesuusiin boqonnaa argatte Du’aa kan nubaasee fannoodhaan gooftaani Mormaan diina keenya hundumtuu badanii Humna arganneerra fannoo kiristoosiin Isaan injifanna diina daabiloosiin            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Damaraa walitti qabaa Daamaraa walitti qaba gubaa bobeessa Aarri isaa nita'a  mallatooisaa      Bakkichaa gadi fagasatii qotaa achuumaa  argattu fanno goofta  (2)   Birran nuuf bahe........ ifeekunoo              waggan Masqala .........nuuf bari'e             dukkani addunyaa......... cubbun namaa fannoo Iyeesusin.............. isaan ifee        bara dheeradhaaf........ badee turus    Dhokatee hinhafne …... ni argame Daawwaa dhukkubaa … nama hundaa Humna seexanaa ……... cabsee moo’e Kiriyaakosiin      ……. ni gorfamtee Mootittiin Illeeni …… fannoo argattee Qosxonxinii’oos …... fannoo isaatiin Diinota isaa hunda ....,injifatee Masqalli waggaan ……... kabajamuu Dhaloota dhufuun ……… itti fufaa Diinotni nu irratti …….. humna hin qabu Fannoo isaa arginaan … na’ee kufaa Saba Kiristaanaa hawwiin kee raawwatee Kan Gooftaan Iyyesuus irratti dhiphatee Bara dheeraadhaaf badee dhokatee Mootittii Illeeniitu mul’ataan argatee ==•|•== 👇👇 ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

✝Argameera✝ #Share... Argameera (Fannoon Gooftaa *2) Iliil jedhaa yaa namootaa 🌹✝🌹 🌹✝🌹 Argameerra Yihudoonni inaaffan >> Waliin mari'aatan >> Fannoo isaas dhoksuufi >> Kosii itti guraanii >> Waggoota hedduudhaf >> Dhokaate tureerra >> Fannoon Kiristoosii >> Kunoo argameerra 🌹✝🌹 Argameerra Kan dhokate hafu >> Itti fakkachuudhan >> Fannoo isaa dhoksaani >> gataa itti guurudhan >> Dhokate hin hafne >> Fannoon argameera >> Diinnis leeyya'eera >> Nutis gammanneera 🌹✝🌹 Argameerra Mootiitiin Illeennii >> Hawwiin eegaa turtee >> Fannoo Kiristoosii >> Kadhannan argatte >> Kan ittin mo'aannu >> Fannoon nuuf gachanna >> Kunoo nuuf argamee >> Gammachuun faarfanna 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 ✝✝✝✝✝✝✝✝✝ Fannoon Gooftaa (humna keenya*2) Ittiin moonaa diina keenya 🌹✝🌹 Fannoon Gooftaa Jaalala fannootin >> Inni booji'amee >> Qabatee yoo deemus >> Diinan yoom moo'amee >> ta'e nuuf gaachana >> mallattoo nageenyaa >> kan ittin moo'annu >> Fannoon humna Keenya 🌹✝🌹 Fannoon Gooftaa Dhiigni gooftaa keenyaa >> Irratti kan cobee >> Irraa nu faggeessuuf >> Diini yoo nu sobee >> Dhugaarraa hin maqnuu >> Ittiin jabaannerraa >> Fannoo Kiristoosii >> Humna arganneerraa 🌹✝🌹 Fannoon Gooftaa Jechi fannoo Gooftaa >> Gowwootaaf badiidha >> Nu warraa amanuuf >> Garuu fayyiinaadha >> Dhibamaa Fayyisa >> Humni fannoo Gooftaa >> Diina ittiin moonaa >> Amanaa namootaa ==|== 🌹❤️🌹 Faarfattoota sadiin 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 F/taa Dn Yeroosan Asaffaa F/ttuu Maskaram Xilaayee F/taa Koo'eel Shawaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa

Faaruu Fannoo Gamtaan F.Dn Yeroosan Asaffaa F/ttuu Maskii Xilaayee F/taa Koo'eel Shawaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Fannoon Gooftaa Argamee Yihuudotaan Inni Awwaalamee(2) Eeyyee Faajjiin Nageenyaa Kunoo Lallabamee(2) Fannoodhaan Diinni Ni Moo'amee Eyyee(3) Waggaa Hedduuf Dhoksamee Akka hin baaneef Fannoon Awwaalamee Aarri Ixaanaa Gomboobee Illeeniidhaaf Fanoo Argamsiisee Eyyee(3) Raajii Hedduu Hojjetee Humni Fannoo Diina Injifatee Dhukkubsataa Fayyisee Warra Jaames Ija Isaaniif Ibsee Eyyee(3) Morma keenyatti hidhannee Kan nu morman afuura hamaa moonee Fannoof Galanni ta'aa Warri hin beekne mee maaloo dhaga'aa Eeyyee(3) ==•|•== F/taa Dn Waaqgaarii Jootee Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

IFA ARGANNE Fannoosaatiin (2) Ifa arganne Fannoosaatiin Nu ifee qullasaa ta'ee " waa'ee keenyaaf jedhe " ni hidhe diina "Caccabse xiyya Nu ife Faajji amanatoota " nuuf ta'e gooftaa " Dinni qaana'eera " Fannoon moo'eera Nu ife fannoorra oolee " Nuuf jecha duulee " Bara addaan hiree " Moofaa jijjiire Nu ifee ifa hin dhaamne "Nagaa hin badne "Gooftaan ta'eera "Hundarra aannerra Fannoosaatiin nagaa arganne(2) Fannoo isatin ibse dukkana baricha "Hambise dhahicha "Walaba nu baase "Dhiigasaa lolaase Bilisummaa qabna rakkoonis darbeera ibseera Fannosaa ... Jireenya isa haaraa argineetu jirra Ibseera fannoosaa.. Dhoorkaa tokko malee inni nu simateera ibseera Fannoosaa.. Dukkanni hin jiru ifatti baanerra ibseera fannoosaa.. Fannosaatiin nagaa arganne (2) Fanno isaatin ibse Daangaa lolicha "Golobe moo'ichaan "Dukkana afaan saaqe "Gabrummaas ni haqe Bilisummaa... Fannosaatiin nagaa arganne (2) "Addamin fayyisee "Si'ooli kan baase "Mallattoo moo'icha "Ni hidhe diinicha Bilisummaa.. Faaruu Fannoo 👇👇👇 @Faarfataa

Masqalli gahee✝ Iyyoolee habaaboo birraan nuuf bari'e Iyyoolee habaaboo Masqalli nuuf gahee Masqalli nuuf gahee birraan nuuf bari'e Kiristaanni hundumtu ibsan guca birra Masqala kabajna Ayyaana damaraa×2 Mallattoo keenyadha "nuuf gahe" masqalli Fannoo gooftaa Iyyesuus Lubbuunsaa isarratti darbee Dhangala'e dhiignisaas Bade bara dheeraaf Dhokate awwaalame Boolla kosii jalaa Barbaachaan argame ●○Fannoon kee gaachanaa ●○Ittiin lola moonaa Mootittiin Illeenii "nuuf Ife" Masqalli Kan Waaqni jaallate Waamtee nama hedduu Damaraa guursistee Lubootaaf abbootiin Kadhannaa taasistee Lafa fannoo saatiitti Mallattoon argattee ●○Fannoon gooftaa keenyaa ●○Mallattoo nageenyaa Masqalli nuuf gahee "nuuf gahe" Masqallii Nuuf bahe birraani Nutis ittiin boonnaa Ijjikeenya agarraan Diinni lafa ilaalee Salphate qaana'ee Fannoonsaa awwaalame Dhokate hafa se'e ●○Fannoosaatti amanna ●○Diina injifanna         ==•|•== 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Mallattoo dhugaadha mallattoo fayyinaa Fannoo kiristoosiin fayyina arganneerra! M.Dh Fannoon kiristoosii   " Ni jiraam har'asii   "Tulluu Giisheenirra " Gar-tokkeensaa jira " Nuuf qabeenya keenya "  Kan amantaa keenya M.Dh Inni nuti hidhannu   "Baattannee adeemnu "Morma keenya irratti "Kan amane marti " Luboonnis baatanii " Kan nuun eebbisanii M.Dh Manni kiristiyaanaa "Kan qabdu ofirraa " Kan waloomaa tahu " Yommuu arginu beekna "Ilmaan kiristiyaanaa "Kanaan tokko taana M.Dh Kan diinni hin jaallanne " Ilaaluu hin dandeenye " Humni Fannoo gubbaa " Diinoota ni guba " Yoommuttii ol kaafuu " Kanaaf hin jaallatu M.Dh Hundi Fannoo miti " Kan arginu marti " Fannoon gosa lama "Kan Gooftaaf hattoota " Har'as wal fakkeessuun " Kan jeequ amantoota M.Dh Lubni yoo hin eebbifne " Inni keenya miti "Kanaaf haa hubannu " Abboota haa gaafannu " Luboota eebbisiifnee " Mormat haa hidhannu           ===°|°=== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

....Faaruu Fannoo..... ....Fannoon humna qaba... Dhaga'aa yaa sabaa(3) Fannoon humna qaba         @Ceesisa Dhiiga hoolaa Dhugaat.... Fannoorratti cobe....... Isaan nagaa argatee...... Lapheen gaddan cabe.... Jeequmsa hammaate.... Tasagabbiin utube......         @Ceesisa Warreen hin hubanneef...... Fannoon gowwummaadha..... Warreen itti amannneef.... Nuuf garuu ogummaadha.... Baasnee addababayii.... Dhadannoo keenyadha......         @Ceesisa Mormatti hidhannee.... Eenyummaa keenyafi.... Ifeentoo mul'anne.... Addunyaa hundaafi... Nuyiif humna keenya Hin galle Ormootafi         @Ceesisa Diinonni baay’eedha..... Gareen Ayihuudotaa..... Balleessuuf barbaada.... Har'as nii dhaadataa.... Yaaduma joonja’aa..... Lallabni jal'ootaa....           ==√|√== F/taa Koo'eel Shawaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Afaan Oromoo fi Amariffaan Faaruu Fannoo 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Moo'icha Qaraaniyoo Moo’icha Qaraaniyoo Moo’icha Goligootaa Fannoo Iyyesuusiin diinni moo'ameera Fannoo Kiristoosiin diinni moo’ameera Fayyina X2…...Fannoonsaa Kan itti amannu … Diina ittiin kan moonu …... Mootummaa ittiin dhaallu… Du’a ittiin kan moonu … Rakkina ittiin moonu .. Labsii nageenyaati … Ragaa jireenyaadha … Fayyina X2 ……Fannoonsaa Kan itti amannu … Jaalalaf tokkummaa … Humna of jajinaati … Mul’ata hoolichaa … Kan humnaf moo’ichaa … Fayisaa Addunyaa … Argama fayyinaa … Fayyina X2……Fannoonsaa Alaabaa moo’ichaa… Ulfina lubbuudha… Dhiigaan bareedeera … Ifa isaa ibseera … Mul’ata Addunyaa … Utuu hin badini … Fayyina X2………Fannoonsaa Ibsaa Jaalalaadha … Xumura Dhiphinaa … Nuuf Bareedina Dha… Duuti Diina Keenyaa … Mallattoo Fayyinaa … Of Jajina Addaam …         ==•|•== F/taa Dn Gammachiis Yiggazzuu 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

+1
Lola Fannoosaatiin 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

..........Kunoo Argameera........ Dhokfamee tures kunoo argameera Lola hamootaa fannoon mooneerra Fannoon dhugaadha martuu dhaga'a Yoo awwallameesi soba moo'ee ba'a Ayihudoota qaneesse ifattis ba'eera Fannoon dhokfame nu'iif argameera Lola daabiloos humnasaan diigeera Afuurri qulqulluu fannoorra bu'eera Tasuma kaane miti marti kan faarse Dhiiga hoolichaatii kan qulqulleesse Mallattoo nageenya diinni ittiin cabe Ijoollee waaqayyoo mataa ol nu qabe Kanaaf hidhanna morma keenyarratti Nuti ittiin moo’anna Dirree qabsootitti Booqa birraa geenye booruu dabarsine Humna keenyaan miti har'a kan argine Ijoolleen Tewahidoo xomboora ibsanne ililleef faarfannaan waltajjiitti baane ==√|√== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝