es
Feedback
Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Ir al canal en Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

El canal Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 408 suscriptores, ocupando la posición 7 333 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 340 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 408 suscriptores.

Según los últimos datos del 10 junio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -143, y en las últimas 24 horas de -4, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 18.92%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 5.68% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 2 347 visualizaciones. En el primer día suele acumular 705 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 15.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 11 junio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.

12 408
Suscriptores
-424 horas
Sin datos7 días
-14330 días
Archivo de publicaciones
Repost from Kuusaa Faaruu
A/F/Dn Gammachiis Bultii 👇👇follow for other hymn ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝

Hin beektaa silas, Humna hin qabuum, Nama hin qabum anoo yoo simalee eessaa Maarree,Dhiibanii na baasan toora keessaa Garuu, Hundumasaa darbeen har'a ga'e Konoo... Har'a, Sin galateeffadhe nama ta'e Tokko tarkaanfadhee tokkoon cabaa Wall'aansoo jireenyaatiin dadhabaa Dabaalamni eelaa naaf gamsisee Sittan bo'ee kiyyoo keessa ciisee Waaqayyo koo si'im kan na kiise Carraaf carraaqqii koo shirri marsee Ammas ammas yaaluun na dararse Garuu namni ija sirra kaayatu Darbee deema galmasaa hin hanqatu. Hin xaxu kiyyoon ormi darbatu. Takkaa hin teenye hin milkoofne hanga har'aa Abdii muree maa hin taa'u kana irra Kan naan jedhu rakkoo kiyya hin beeku Dhuma tola namni obsaan si eegu. Hin hanqanne iddoon dur akeeku Kun abjumoo dhugaadha jerana Hin jedhu anoo guyyaa keen amana Nama kee jireenyi isa dhamaasuu Akkana ke akki lafaa kaasuu. Gafa gargaarsi kee boore baasu. ==•|•== 👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa

Maranata jene fr Yohaannis Gizaachoo (1).mp318.08 MB

Repost from Kuusaa Faaruu
Kan na eegu hin rafu Kan na eegu hin ciisu Tasumaa hin mugu Mana yoon dhabes bakkee buluuyyu Halkaniif guyyaa narraa hin fagaatu Iyyi bineensaa sodaa halkanii Natti hin dhiyaatan maqaa isaatinii         Gufaatiidhaafii   Miilla koo hin laatu     Na oolcha inni nagaa kan baatu   Tasa na hin gubu Saafaan guyyichaa Humna seexanas isat na oolcha Kiyyoo diinaarraa Lubbuu koo eegee Karaa koo dursee anaaf akeekee Galuuf bahuu koo kan na eege inni Yoonaan na gahe fedha isaatinii Gocha isaa gubbaa obsaan eeggadhaa Namni yoo dides maafan dhiphadha  Kan na eeggatan halkan doorsisaan Diina koo hundaa isatu deebisa Gooftan naaf kenne hirriba koo eebbise Yaaddoo addunyaa irraa anaan deebisee Kan na hin dhoowwanne oolmaa koof nyaata Galatan galchaaf gooftaa jiraataa             ==•|•== F/ttoota Finoota tsidqiin 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

......Guddaa kan ta'e..... Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe Haadha koo qulqulleetti Arseemaa Ulfinnikee Addunyaaf himamaa          @Ceesisa Yoo dhufuu sireedhaan ture Abdii koos baay'ee kan cabe Amantii keen tsabala keen Fayyee dhaabadhe mana kee    Dubbadheen kabaja kee hima    Hojiin waaqayyoos raajuma    Qabsurri kee jabinni kee    Naaf ta'e ibsaa amantiikoo Miidhaginnni gantuudha jettee Samiirrattii ulfina argatte Daandii amantaa keetini Jiraadha kadhannaa keetini    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenyaa facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa Gargaarsi kee kan isaaf ga'e Fide dhufaa wareegaa laphee Kan amaneef dhiyuma jirtaa Mana keetti fayyina argata    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenya facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa          ==•√|√•== F/ttuu Shawaa Battee 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Repost from Kuusaa Faaruu
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu    👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa

Natti haa hafu naannoon yaa waaqaakoo naannoon natti haa hafu yaa Gooftaa koo Si dhiiseen jiraadhuu An qofaa koo(2) @ceesisa Hiyyummaa kee keessaa si baasna jedhanii Bu'aa addaa addaan yoo na sossobanii Sirraa Addaan na baasaa yoo ta'e dhumni isaa naannoon natti haa hafuu natti haa hafu hundisaa @Ceesisa Waanan Argee hin beekne yoo na badhaasanii hoo fudhu jedhanii yoo natti goranii hiyyoomee jiraachuu naaf wayya oobdii kee kennaa isaanii caalaa anaaf hiixannaan kee. @Ceesisa Ergan kan kee ta'ee maaltu natti badee dhabuuf argachuu koo nan fudha gammaade oduu biyya lafa na irranfachiistee gurri koo yeroo hundaa kan kee dhaggeeffaate.          ==•|•== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Repost from Kuusaa Faaruu
Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

KUNOO BOOJI'AME Kunoo booji'ame harka koo ol qabe Wangeela kee dhugaa Addunyaaf lallabe ===================== Enyummaa koof xalayaa baadhee Innaan deemu hidhuuf maatii kee Sagalee kee naaf dabarsite Ija cubbuu ifaan jaamsitee ===================== Jaalalli kee ajaa'ibuma Si jibbanis hin gattu eenyumaa Meeshaa dinqii jette filatta Cubbuu jibbuun nama jaalatta ===================== Si filadhe sumat naaf caala Abbaa nagaa abbaa jaalalaa Naaf galeera si bare amma Hundeen jiru martinuu suma ===================== Na mudatus qormaanni hedduun Jaalala kee namu nan dhowwu Nan faarfadha maqaa keef rabbi Haa sossa'u manni adabbii           ==•|•== 👇👇Follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha Ya durbee an galatan siif laadha Dukkana lixee biyya ormatti Dhiitamen ture baraa baratti Daabilos boojin na gidirsiisee Fayyisaa Addunyaa ati naaf deesse Dhaala abba kootii biyyakoo dhiisee Biyya ormoota keessatti of dhokse Ati dhaqabdee na jabeessitee Kophummaa kankoo na dagachiiste Dunkaanni guute namni waamame Keessummeessaanis hedduu yaadda'ee Maalan dhiyeessa jedhee yoon gaddu Araarsummaa keen naaf ta'ee hunduu Innin an yaade duumessa ta'ee Akka qilleensa nat bittinaa'e Innin an yaade ta'uyyuu baatu Haadha waaqayyon an abdii kutu Abbaaf haatikoo na irraanfatanis Biyyi lafaa kun dhibdee na gattus Yoon si qabaadhe an maalan ta'a Qilleensa hamaa garbas nan ce'a Dinnikoo dhufee na dadarbusi Rakkoo baayyise na dhiphisusi Addaan hin kutuu ana galatakee Narra jirahoo durbee oolmaan kee Na rakkisanis warri hamoonnii Sijaalachuuko nan dhiisisani Hamoota keessat maqaakeen waama Hirkoo naaf ta'i siif danda'ama

አንተማመንም በሰው ክንድ |Antemamenm besew kind| 👇👇👇 https://youtu.be/z1KiYMjcB8M?is=9zw5lOfZnDqcY_L6

Galataan haa marfamu masaraan buufata kee Ejjennaan faana keetii bantiin Samii teessoon kee Arjummaa keetiin madde ogummaan ogeessotaa Iyyesuus maqaa gaarii tiksee balbala hoolotaa Galaana sakattaatee garaa lafaas nii beektaa Samii utubaa malee jabeessitee dhaabdeettaa Ardii taakkuun safarta maddi ogummaa sibiraa Seerota bulchiinsa kee maaltu hir'isee hiraa? Jiraattotni samiirraa ergamoonnis raayyaanii Sodaadhaan si faarfatu ciigoo haaraa kulanii Ulfina Waaqummaa keef biyyi lafaat' kirkiraa Kattaat' dadayyaa'amee galata Keef hiriiraa Qixatti beekta hunda libsuu ija Kee tokkoonii Wanta nu barbaachisu Soorata lubbuuf foonii Jaalala isa xumuraa sidha kan nu jaallatee Golgootatti arreedee funcaa du'aa kan kutee Gonkumaa hin shallagamu turtiin bulchiinsa keeti Barootaan haa jajamu teessoon mootummaa keeti Aboottee harkaan qabdee addunyaa dabarsitaa Mo'ii baraan jiraadhu Silaas maaltu siin qitaa?      ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share

Repost from Kuusaa Faaruu
Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani
Bara San hunda kan naaf obsee Hojii kootin yoom nan balleesse Mulachu kootis riqadha ati   Jalqabbiis anaaf taate ati
Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini
Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne Anaaf dhaqabi sin yoon jenne Na eegalchiste jalqaba koo Ati naaf bareechi xummura koo
Kuffiseera Karoora diinni koo baase Ol naqabe karaa sirrii na deemsise Na dhoksu dandeenye na hambisu dudduubatti Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet
Ati labooba ibiddaati Diinni ni kufaa fuula keett Anaaf ijadha hirkoo kankoo Bara baraanuu si eegankoo