Kuusaa Faaruu
Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia Faarfannaa Orotodooksii Tawaahidoo kan Afaan Oromiffaa! @OrtoOroKoon Namoonni Faarfannaa qabdan akka Garee kana irratti gadhiifamu kan barbaaddan link kanaan na qunnamaa! @Kooeel
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Kuusaa Faaruu
کانال Kuusaa Faaruu (@ortoorokoon) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 18 042 مشترک است و جایگاه 4 589 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 254 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 18 042 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 30 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -57 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -9 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 23.54% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.53% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 4 246 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 998 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 31 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia
Faarfannaa Orotodooksii Tawaahidoo kan Afaan Oromiffaa! @OrtoOroKoon
Namoonni Faarfannaa qabdan akka Garee kana irratti gadhiifamu kan barbaaddan link kanaan na qunnamaa! @Kooeel”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 01 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 01 ژوئیه | +4 |
| 2 | አወድስሻለው ሳልዝል ሳልደክም
የመድኃኒቴ እናት ድንግል ማርያም
ምልጃሽ በጉድለቴ ሙላት ሆኖልኛል
ፍቅርሽ እስከ ዛሬ ያበረታታኛል
አልጠግብ እናቴ ክብርሽን ዘምሬ
ውለታሽ ብዙ ነው አልጨርስ ዘርዝሬ
በኤፍሬም ውዳሴ አወድስሻለው
ያደረግሽልኝን አውርቼ አልጨርሰው
መጠሪያዬኮ ነው ስምሽ ለመንገዴ
አከብርሻለውኝ ደጅሽ አደግድጌ
ቋጠሮዬን ሁሉ ምልጃሽ አራግፎታል
አንቺ እያለሽልኝ ምን ያስጨንቀኛል
የናትነት ፍቅርሽ አግዞኛል ብዙ
ዙሪያዬን አብርቷል የልጅሽ መቅረዙ
የማልጠግበው ስምሽን በጠራውኝ ግዜ
ፍፁም እፅናናለው ከሃዘን ከትካዜ
ሞገሴ ነሽ ክብሬ ማርያም አዛኚቱ
አንቺን ተጠግቼ ወጣውኝ ከስንቱ
የቤቴ ባርኮት ነሽ ይሄን አውጃለው
ሚስጢረኛዬ ሆይ ዘመርልሻለው
===•|•===
ዘማሪ ደረጄ ጂማ
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 1 761 |
| 3 | Ofumaa mitii nu waamun Kee
Samii samiirraa gadi bu'un
Kee Bilisa nu baseera humni kee
Nurra golbobeera ayyanni kee
Iddoo isa gaarii qopheessite
Wanta nuuf ta'uus mijeesite
Booda deebinu murtoofnerra
Arjaa ta'uu kees hunaneerraa
Adeemsa keenya nuf sirreessi
Galaana cubbuu nu ceesisi
Si malee kan nuf ta'u hin jiru
Arjaan akka kees tasa jiru
Furmaani keenyas wallalamee
Nama birattis tuffatamnee
Galmeen keenyaas haarefamee
Misiraachoon keenyas lallabame
Iddoo ati nu waamte irraanfannuu
Maqaa kee faarsuus hin dagannuu
Mucummaatti nu guddifatee
Bakkee onaatis nu waamtee
==•|•==
Faarfattoota 3n | 1 801 |
| 4 | አዲስ መዝሙር
https://youtu.be/320kwN5CyOs?si=oJ-PYl_E39abS9Yz | 2 406 |
| 5 | https://youtu.be/QSgldMePVco?si=AzazMeKYQJUyA3Us | 3 054 |
| 6 | https://youtu.be/YgrHUJN3F_Q?si=Nv6JvoDhJuVtu_YL | 4 346 |
| 7 | Ayyaanni abbaa si golboobee
Sanyiin fayyinaa sidha durbee
Afuurri dhugaan sirra bule
Hundumaa keessaa sumaan filee
Ilmi waaqayyoo sirraa dhalatee
Boo'ichi keenya ni raawwate
Sichi hin gaddinuu ni faarfannaa
Dhiphinni keenya sun darbeera
Godaansa cubbuun yemmuu joorru
Gooftaan samiirraa nu ilaaleeraa
Jechi waaqayyoo foon uffattee kunoo durbeerraa
Maariyaam nuuf deessee Iyyasusii nuy gammanneerra
Ilmi waaqayyoo foon uffate maariyaamirraa isheen nuuf deenyaan Iyyasusii nuy gammanneerra
Sanyii fayyinaa nuuf qopheesse
Dhaala abaarsaa ishee tikseen
Jaalala keenyaaf of madeessee
Barbaadee dhufee nu deebisee
Qorichi keenya dhalateera maariyaam nuuf deessee
Akka jiraannu nuu du'eetu nu jiraachisee
Fayyisaan keenya dhalateera maariyaam nuuf deessee
Akka jiraannu nuuf du'eetu nu jiraachisee
Sinboonshee adda jaalatamtuu
Uumama hundaarra Kan caaltu
Koottu gugeekoo yaa misirroo
Libaanosirraa Kan mul'attu
Garaa laafettiifi garraamii ati addadha maariyaamii
Waaqakeef mana bultoo taate samii lammaffaa aariyaamii
Waadaasaa ishee irraan raawwate
Du'ee du'a keenya fudhate
Fooniifi dhiigasaa soorannee
Isa wajjiniin du'aa kaane
Doonii nohiiti dheekamsarraa gara araaraatti
Cehumsa keenyaaf sababadha kakuu haaraatti
===•|•===
Fta Dn Rattaa Fantaahun
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 4 556 |
| 8 | Boichi Kegna.mp3 | 3 656 |
| 9 | Qorichi Addaami sidha Maariyamii
sin galateffadha akka abba ifremi
Si'in Naaf minya'e anaf jirun kanko
kanafan sí farsa ani yaa giftiko
dubartota kessa ati filatamte
gammadi yaa durbe hulfina argatte nagan si gafadha akka gabri'eli
atis naa gargari yaa hadha amanu'eli
fayyida barbacha an si dhise hin demuu
gara kotif jedhe hadhummake hin ganúu
ati anaf kennadha kenna fanno jala
yomúu si jejadha yaa hadha jalala
ergamota kessa gabri'el samirra
ilman nama kessa elsabet lafarra kabajakef durbe dhuga sif bahani
kanaf sin lellisa Anis ulfíñañi
===•|•===
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 3 869 |
| 10 | Qulqulluu Mikaa'el/ቅዱስ ሚካኤል
Qulqulluu Mikaa'el jaalata hundaadha
Kan si abdatuuf harras araarsadha x2
@Ceesisa
Kochoo diriirsi Mikaa'el bahii duraakoo
Ati na akeeki karicha Mana abbaakoo
Hin danda'amu deemsiko inni sin alaa
Dheebu nabaasii naaf kennii
/bishan jaalala/2
@Ceesisa
Sillikfameera dinnikoo hidhaa abidaani
Ergamaan Gooftaa Mikaa'el seefii kaasnanii
Yemmuun deebi'uu hin jiruu bakka dhabeera
Kan na gargaaru ergamee
/ijaan argeera/2
@Ceesisa
Awwalicharra dhagichi sin kaafamera
Ati waan gargarteef Daani'eel si jaallateera
Ni danbali'aa lagichi yoo ati dhuftu
Gooftaan haa moo'u Daabiloos
/haa guggubatu/2
@Ceesisa
An nan yaadadha manatti mucummaa kooni
Si'in jabaate jilbikoo gargaarsa keeni
Nan faarfadhafi Gooftadhaf hunduma caala
Kan si naaf kenne eegakoo
/guyyaaf galgala/2
===•|•===
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 4 464 |
| 11 | Maqaa Surraa Qabu Kochoo keerraa Argee
Gargaarsaa Argachuuf Gara keetti Fiige
Kan of cinaa qabu ergamaa akka kee
Ulfinaan si waama mikaa'eel maqaakee
Kabajaan si waama mikaa'eel maqaakee
Ofiikootiin Uumee Mammaaksa Hin Odeessu
Wangeela dha Ragaan Waa'ee kee Seenessu
Har'as Kan Amanuuf Dhugaa Jirun Faarsa
Hangafa dha Ati Kan Muudaman Keessaa
Kan sirraa ifu ayyannii Gooftaa x2
surraakee guddaan cinakoo jirta x2
Miikaa'el na Wajjin jirta
Ilaalladhee Hin kaasu Ija Nama Keessa
Of ta'een Ofiikoon Sodaa Malee Faarsa
Siin mitiim mikaa'eel namayyuu ni jaju
Si waaqessuu miti yeroon si kabaju
Miilli koo Gufuudhaan Kiyyoon Akka Hin Kufneef
Cina kootiin Jirta Akkan Hin Mo'amneef
Reeffa Museef Jettee seexana Mormite
Utuun Lubbuun Jiru Ati Yoom Na Dagatte
Si waliin morkachuu dinnii hin danda'u
Maqaan sirra jiru kan hundumaa moo'uu
Kan Gooftaa Kan Ta'e Siin Hin Jibbuu gonkuma
Mikaa'el Ergamaa kabaja kee hima
Madaallii baadhuu anaaf kottu ariifadhu
milkaa'eel Eegaa cina kan koo ati dhaabadhu
Oolmaa kee himuun _Kabaja koo dha
Yaadannoon kan kee _Naaf galata dha
Ati naaf Eegaa dha _Waaqni si filee
Diinatu kufa _ Surraa kee ilaalee
Maqaan Gooftichaa _Kan si irra jiru
Simboon addunyaa _Yaada kee hin hiru
Galataaf jirta _ Fuula Uumaa kee
Narra haa bulu _ Eebbaaf Sugni kee
==•|•==
👇👇Miseensa ta'aa
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+ @Faarfataa #share | 4 669 |
| 12 | Maqaa Surraa qabu F.Dn Dagaagsan Solomoon.mp3 | 4 474 |
| 13 | Kottu Mikaa’eel kottu/2/
Gadda balleessitee
Nagaa kan laattu
Kottu Mikaa’eel kottu
Gargaaraa Afoomiyaa….M.K
Hojii seexana irraa
Sidha kan fayyise
Baahiraan du’a irraa
Nunis nu gargaari
Akkuma isaanii
Mikaa’eel nu dhaabii
Amantaa keenyani
Oduu gammchisaa hundatti kan himtu
Kottu Gabri’eel kottu
Kottu Gabri’eel kottu/2/
Oduu...
Barri yoo raawwatu…G.K
Waaqni nama ta’uuf
Kan ergame sidha
Misraachoo himuuf
Uumaa keenya biraa
Nuuf kadhu araaraa
Gabri’eel qulqulluu
Sooraa kakuu haaraa
Xoofoosa qulqulluu namaaf kan hirtu
Kottu Uraa’eel kottu
Kottu Uraa’eel kottu /2/
Xoofoosa...
Situ xoofoo laateef…U.K
Izraa suutu’eeliif
Ogummaa barsiiste
Beekumsa kan hirteef
Ergamaa Uraa’eel
Mul’ate aangoon kee
Kennaa keetin fayyee
Himee kabaja kee
Waadaa siif galameen nagaa kan buustu
Kottu Takliyyee kottu
Kottu Takliyyee kottu(2)
Waadaa...
Yohaannis lammaffaa…T.K
Gooticha wangeelaa
Kan nutti argisiiste
Karaa isa qajeelaa
Kawaala kee irratti
Ifa kee ibsite
Takliyyee qulqulluu
Nageenya labsitee
==•|•==
@Faarfataa | 4 358 |
| 14 | https://youtube.com/watch?v=nicQkahlOjM&si=ctNfdEGNHfmbyxtH | 1 |
| 15 | Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል
Tiksee na guddisee ijoollummaakoo
Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo
Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha
Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha
Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo
Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo
Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni
Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani
Bara San hunda kan naaf obsee
Hojii kootin yoom nan balleesse
Mulachu kootis riqadha ati
Jalqabbiis anaaf taate ati
Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo
Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo
Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani
Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini
Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne
Anaaf dhaqabi sin yoon jenne
Na eegalchiste jalqaba koo
Ati naaf bareechi xummura koo
Kuffiseera Karoora diinni koo baase
Ol naqabe karaa sirrii na deemsise
Na dhoksu dandeenye na hambisu dudduubatti
Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet
Ati labooba ibiddaati
Diinni ni kufaa fuula keett
Anaaf ijadha hirkoo kankoo
Bara baraanuu si eegankoo | 3 465 |
| 16 | Surraansaa guddaadha
Surraansaa guddaadha na gargaaruuf dhufe
maqaa isaa osoo waamin ani yoomin rafe
Mikaa'el jennaan jireenyi koo ife X2
Naannoo koo dhaabdertaa utubaa ifaakee
Dukkanni Addunyaa akkamiin na danqe
Mikaa'el eegaakoo kottu mee garakoo
Sihiin narraa dabra xoofoon dhiphina koo
Xalayaa badiisaa kan bahiraanini
Situu jijjireefi siwaliin deemnani
Har'as kan si waamuuf ati wajjiinin jirta
Xalayaa badiisaa jireenyati jijjiirta
Ittisaa kan turte saboota Isra’eeli
Har'as hoo sin waama koottu Mikaa'eli
Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu
Humna Saaxinaa'eli ati narraa ifadhu
==•|•==
👇👇Miseensa ta'aa
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
+ @Faarfataa #share | 3 689 |
| 17 | https://youtu.be/hI8oFcCrL1w?si=kCUPnP_Q_Pzq-Yh5 | 4 754 |
| 18 | Seeni Waaqa Nageenyaa Naatinaa'eel Boggalaa (2).mp3 | 5 332 |
| 19 | ......Guddaa kan ta'e.....
Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee
Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe
Haadha koo qulqulleetti Arseemaa
Ulfinnikee Addunyaaf himamaa
@Ceesisa
Yoo dhufuu sireedhaan ture
Abdii koos baay'ee kan cabe
Amantii keen tsabala keen
Fayyee dhaabadhe mana kee
Dubbadheen kabaja kee hima
Hojiin waaqayyoos raajuma
Qabsurri kee jabinni kee
Naaf ta'e ibsaa amantiikoo
Miidhaginnni gantuudha jettee
Samiirrattii ulfina argatte
Daandii amantaa keetini
Jiraadha kadhannaa keetini
Lapheerraa kan si kadhatee
Ni dhuftaaf deebii qabattee
Meexxii kee jireenyaa facaasa
Si waamnan eenyu qaneessa
Gargaarsi kee kan isaaf ga'e
Fide dhufaa wareegaa laphee
Kan amaneef dhiyuma jirtaa
Mana keetti fayyina argata
Lapheerraa kan si kadhatee
Ni dhuftaaf deebii qabattee
Meexxii kee jireenya facaasa
Si waamnan eenyu qaneessa
==•√|√•==
F/ttuu Shawaa Battee
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 3 224 |
| 20 | Dubroo maariyamii yaa abdii fayyinaa
Karaa keen arginee waaqa abbaa dhiifamaa
Gannani cufamee ilma keen banamee
Nagaan siif haa ta'u waa hunda hubannee
Ceesisa
Daawwit yoo dubbatuu waa'ee kee gammadee
Waadaa qulqullummaa ta'uu kee hubatee
Waa'ee maqaa Kan kee yeedaloon si faarsee
Sagalee ol kaasee baganaan si faarsee (2)
Ceesisa
Abbaan hiriyaaqoos abdii si godhatee
Laphee qulqulluudhaan kadhannaa eegalee
Afuuraan guutamee kennaan badhaafamee
Hin callisnee innii lapheerraa si faarsee(2)
Ceesisa
Namaa si waammateef ati Kan dhageesisu
Ummama hunda keessaa hoomtuu sin hin gituu
Rayyaan ergamootaa si galateeffanuu
Uummamni lafarraas ulfina kee himuu (2)
Ceesisa
Biqiltuu phaaxosii dukkana Abrahamii
Riqaa yaa'iqoobii dubroo maariyamii
Gonfoo solomonii maseenqoo Daawwitii
Yaa haadha jaalalaa siif ta'a galaanii (2)
==•|•== | 4 915 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
