Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
前往频道在 Telegram
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
显示更多📈 Telegram 频道 Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) 的分析概览
频道 Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 12 155 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 7 385,并在 芬兰 地区排名第 387 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 12 155 名订阅者。
根据 14 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -54,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 19.69%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.39% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 395 次浏览,首日通常累积 534 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 17。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia
🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel
Youtuben nu hordofaa
https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”
凭借高频更新(最新数据采集于 15 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。
12 155
订阅者
无数据24 小时
-207 天
-5430 天
帖子存档
12 155
BALBALA BAHAA
Koottu(*2) maariyaam koottu
Yaa durbee kottu
Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/.
Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu
Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu
Balbala/*2/sit na qaqqaba
Biyya Efireemii tulluu sanarratti
Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii
Gara koo koottu/*2/
Si Kan na furtu
Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera
Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera
Kottumee Gara koo/*2/
An si waameera
Ogummaan keeti Kan Siiloondisii
Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi
Hin hafiin haadha koo/*2/
Furi rakkoo koo
Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif
Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif
Koottu Gara kootii/*2/
Lubbuun si feetii
Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse
Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee
Nan kabajadha/*2/
An ililchuudhaan
==•|•==
F/taa Yohannes Gizachew
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
BALBALA BAHAA
Koottu(*2) maariyaam koottu
Yaa durbee kottu
Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/.
Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu
Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu
Balbala/*2/sit na qaqqaba
Biyya Efireemii tulluu sanarratti
Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii
Gara koo koottu/*2/
Si Kan na furtu
Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera
Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera
Kottumee Gara koo/*2/
An si waameera
Ogummaan keeti Kan Siiloondisii
Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi
Hin hafiin haadha koo/*2/
Furi rakkoo koo
Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif
Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif
Koottu Gara kootii/*2/
Lubbuun si feetii
Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse
Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee
Nan kabajadha/*2/
An ililchuudhaan
==•|•==
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
......Mo'adha Maqaankee.....
Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa
Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa
Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa
Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu
Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu
Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa
Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!!
Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee
Fedhaan madeessite cinaacha kan kee
Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu
Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu
Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu
Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu
Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa
Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa
Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu
Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu
Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa
Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa
==•|•==
F/taa Saamu'el Daggafaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Repost from Kuusaa Faaruu
Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/
Yaadachiisi dubroo yaadachiisi
Ilma keetti himii yaadachiisi
Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii
Beeteliheemittii…………
Huccuun maramuusaa.......
Dallaa loonitittii………...
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii
Saawwanii fi loonii...........
Afuura isaanii……………
Kan gumaachaniifii………
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii
Arii’atamuu kee……....
Gubaa cirrachaa irratti...
Beelaa fi dheebuu kee…
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii
Imimmaan kee buustee…….
Yaa dubroo itti himii………
Gannata akka galluuf……….
Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii
==•|•==
F/taa Koo'eel Shawaa
👇👇 follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
...Eeyyee
Moo'ichi argamuun
Gammachuun bu'eera
Lafaaf samiirratti
Nageenyi ta'eera
Dhiigni kiristoosi
Nuuf buuse araara
Baruma baraanii
Isumaan jiraanna
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Ogummaa argannee
Warri itti amannu
Shira gantootarraa
Kan ittiin fayyinuu
Boqonnaa jireenyaa
Kan ittiin argannu
Fannoo Iyyesuusi
Kan itti gammadnu
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Hogganaa dukkanaa
Nurraa kan hidhamee
Barootaaf bitamuun
Kan barbadeeffamee
Raajiin dinqiisiisaa
Hundaaf taasifamee
Humni Daabiloosi
Isaan rukkutame
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Beenyan argameera
Inni nuun fayyisee
Dhiiga qulqullicha
Achirratti cobsee
Garbummaa bittimsee
Jiruu nun badhaase
Jaalalasaa dhugaa
Fannoorratti mul’ise
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
==•|•==
F/ttuu Asnaaquu Xilaayee
F/ttuu Almaaz Taaddasaa
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇👇👇 follow
╔═══════════╗
⚪️ @OrtoOroKoon
12 155
Gammadaa Martinuu
Argame Fannoon
Mul'ate Fannoon ifatti ol ba'ee
Gooftaa Iyyesuusiin beenyaan kan kenname
Xalayaan jireenya irrati barreeffame
Dhiiga hoolichaatin inni raageffame
Nutis kan lallabnu isa fannifame
Waggaan masqalli naanna'e
Baga ittiin sin ga'e
Guyyaa waggaa lakkoofsise... Baga ittiin sin ga'e
Ganni darbe birraanis ife
Eebbaaf nagaa gonfachiise
Eegumsa saa nuuf baayyise
Gammadaa martinuu gammanneerra
Injifannoo moo’icha fannoosaan argannerra
Ibsaa keenya ibsanne... Gmn-erra
Daamara hirkifanna
Dhiigan kan qullaa'ee
Fannoosaa barbaanna
Qilleensi hammaatee
Bubbisee yoo ka'uu
Nageenya keenyallee
Hamaan nun danda’u
Wanjicha garbummaa... Gmn-erra
Aangoosaatin cabse
Bilisummaa Dhugaa
Ilmaansaatiif labsee
Faajjii injifannoo
Fannoosaa dhaabbanne
Sechi moo'atamnu
Humnasaa qabannee
Lola diina keenyaa... Gmn-erra
Nuraatii kaaseraa
Ilmaan Addaam hundaa
Nagaa badhaasera
Masqala urgaa'u
Waggaadhan nanna'ee
Ifa ba'uu fannoo
Baga ittiin sin ga'e
Ogummaa barbaadu... Gmn-erra
Warri Girikonni
Mallattoo gaafatu
Warri yihuudonni
Dhugaa ba'aa har'as
Jechi Phaawulosi
Kan ittiin of jejnu
Fannoo Kiristoosi
Birmadummaa Walabummaa dhugaa
Gonfanneerra
Injifannoo moo’icha Fannoosaan
arganneerra
Waggaa har'adhaan nu ga'i
Gooftaan waggaadhan nu geesse
Humni fannoo kee nu haa eegu
Alaaf manaan nuuf milkeessi
Biyya keenyarra eebbi keen naanna'i
Fannoon kee nu Haa eegu gaachana nuuf ta'e
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Fannoon jireenyaa keenyaa
Fannoon humnaa keenyaa (2)
Ni amannaa (4)
Ni amannaa fannon
humnaa kenyaa (2)
...Eyyee (2)
Jalalaa waqayyooo diinni kan walalee
Fannoo isaa arginan nahee lafa laalee
Jalalaa kiristos qulqulluu fannosaa
Rakkina moo dhiphuu maltu addaan nu baasaa
Maalirasif jabaa qulqullun maqasa
Humna diinaa kenyaa waqni ni caccabsa
Loola kenyaa lolee diinnis ni qana'ee
Jaalallif nagenyii fannoosatin ta'ee
Jibbaa fannosatif diinnii gurma'anii
Qulqullu fannosa dhoksuun awwalanii
Baraa hedduutiif badee kaal ture dhokate
Motittii elleeniin kadhannaan argattee
Humni kenyaa isaa kan nu jajjabeessuu
Iddoo aara galfii kan nu boqachisuu
Dadhabbiif gidiraan addunya kanarraa
Fannoo Iyyasusin nurraati darbeeraa
Mesqel hayilene mesqel tsenene
Mesqel bezaneh (2)
Medanitene liellee amenne (2)
...ehee
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Galata kee Iyyesuus galata kee
Bara baraan nan faarsaa anoo maqaa kee/2 /
Hundee jireenya kootii> galata kee
Iyyesuus naaf maqaan kee
Galata maqaa keetiif
Ati humna kee naaf laatte
Iddoon badees na waamtee> galata kee
Dhiifama naaf baay'istee
Ba'aa cubbuu koo buustee
Fayyina koo labsite
Jireenya kootiif jettee> galata kee
Fannoo gubbaa kan oolte
Abbaa gaariin si'idhaa
Waaroo ulfinaa naaf laatte
Tiksee amaanama koo> galata kee
Sidha anaaf abdiin koo
Du'u keetiin jiraadhee
Ulfaadhu ati uuma koo
==•|•==
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
...Eeyyee
Moo'ichi argamuun
Gammachuun bu'eera
Lafaaf samiirratti
Nageenyi ta'eera
Dhiigni kiristoosi
Nuuf buuse araara
Baruma baraanii
Isumaan jiraanna
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Ogummaa argannee
Warri itti amannu
Shira gantootarraa
Kan ittiin fayyinuu
Boqonnaa jireenyaa
Kan ittiin argannu
Fannoo Iyyesuusi
Kan itti gammadnu
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Hogganaa dukkanaa
Nurraa kan hidhamee
Barootaaf bitamuun
Kan barbadeeffamee
Raajiin dinqiisiisaa
Hundaaf taasifamee
Humni Daabiloosi
Isaan rukkutame
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
Beenyan argameera
Inni nuun fayyisee
Dhiiga qulqullicha
Achirratti cobsee
Garbummaa bittimsee
Jiruu nun badhaase
Jaalalasaa dhugaa
Fannoorratti mul’ise
...Eeyyee
Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/
==•|•==
F/ttuu Asnaaquu Xilaayee
F/ttuu Almaaz Taaddasaa
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇👇👇 follow
╔═══════════╗
⚪️ @OrtoOroKoon
12 155
Fannoon nuuf ibse
Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse
yommuu liqifamnee
Fannoon kiristoosi
ifa isaa nuuf kenne warra isatti amannuf
Fannoon humna keenya
fuuldura dhaabanne
moona diina keenya
Fannoon alaabadhaa
Bilisummaa keenyadha x2
Yerusaalemitti
Diinni gurmaa'anii
Fayyisaa isaanii
Hin beeknu jedhanii
Qulqulluu Fannoosaa
Lafatti awwaalani
Kan dhokatee hafuu
Itti fakkaachunii
Fannoon Gooftaa ni argamee
Diinni keenyaa ni moo'amee x2
Mootittiin Illeenii
Hedduu kan carroomtee
Damaraa dhaabbattee
Kadhannaa godhattee
Fannoo Kiristoosii
Garami ittiin jettee
Aara ixaanatiin
Fannoosaa argattee
Qosxonxinoos ni moo'atee
Fannoo Gooftaa qabatee x2
Fannoon gooftaa keenyaa...
Aangoo isaa mul'isee
Tulluu gad jigsee
Diina yeellaasisee
Fannoon yeroo bahee
Gooboon ni qajeelee Dhukkubsatan fayyee
Jaamaan ni ilaalee
Ni argamee fannoon isaa
Iliil jedhaa sabni isaa x2
Fannon abdii keenya…
Ta'e humna keenyaa
Akka hin tuqamnee
Daangaan biyya keenyaa
Itiyoophiyaa jiraadhuu
Amantiin dhaabbadhuu Gooftaan si eebbisaa
Fannoosaa jaaladhuu
Fannoon humna keenyaa
Ittiin moona diina keenyaa x2
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Fannoon nuuf ibse
Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse
yommuu liqifamnee
Fannoon kiristoosi
ifa isaa nuuf kenne warra isatti amannuf
Fannoon humna keenya
fuuldura dhaabanne
moona diina keenya
Fannoon alaabadhaa
Bilisummaa keenyadha x2
.
.
.
.
👇Barreeffama guutuu
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
12 155
Fannoo Gooftaan ifa arganne
Jaalalasaan bilisoomne
Gidiraa keenya irraanfanne
Fannoon humna keenya ta'usaa hubannee
Qaraaniyoorratti bilisummaa arganne
Jaalalli ijoolleesaa gooftaa injafateera
Sanyii addaam hundii ifatti baheera
Dhugaadhaaf amantii onneerra yoo ta'e
Gidiraaf dhiphinni hamman osoo gahee
haaragalfiin keenya fannoo Iyyesuusi
Duwwaadha mannisaa kan gooftaa hin qabnesi
Boolla fannoo goofta illeeniin argatte
Iccitii fannoosaa isheetti mul'ate
Diinota ishee gantee amantaan dhaabbatte
Fannoo Iyyesuusiin boqonnaa argatte
Du’aa kan nubaasee fannoodhaan gooftaani
Mormaan diina keenya hundumtuu badanii
Humna arganneerra fannoo kiristoosiin
Isaan injifanna diina daabiloosiin
==•|•==
Faaruu Ayyaana Fannoo
👇follow
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+ 👉 @Faarfataa
