ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

الذهاب إلى القناة على Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

تُعد قناة Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 12 090 مشتركاً، محتلاً المرتبة 7 414 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 391 في منطقة فنلندا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 12 090 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 05 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -91، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 23.61‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 5.65‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 2 855 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 683 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 15.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 06 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.

12 090
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-177 أيام
-9130 أيام
أرشيف المشاركات
Mana Kiristaanaa Kadhannaa kee Addaa mana  kiristanaa Gara kan kee dhufnee Gooftaa waaqeffanna Haadha xiqqaaf guddaa hoomaa hin tuffattu Sirna dhugaat qabda ati hin haaromfamtu              @Ceesisa Daawwit si ijaaruuf yaadan karoorfate Akka milka'uufif Waaqayyoon gaafate Waan hin qaqqabneefis guyyaan inni jedhe Waaqni kan hojjatu akka ofiin  fedhe              @Ceesisa Bara Abbootarraa jalqabumaa turte Ijoollee Waaqayyoof at gaaddisa taate Kalessaas kan jirtu borus ni jiraatta Qormaanni baay’atus cimte dabarsita                @Ceesisa Kadhannaa kee hundaaf kan qoqqooddu hin qabdu Halkaniifi guyyaas ati hin dadhabdu Ati qulqullootaaf mana boqonnaati Afuurri qulqulluun si wajiin jiraati              @Ceesisa Yaa mana waqayyoo nagaan siif haa ta’u Si wajjiiniin jiraa hundaa kan danda’u Nagenyaaf jaalala ati ni kadhatta Gara kee kan dhufee jireenya argata                 ==•|•== F/taa Naatnaa'eel Boggaalaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share

Abbaa Nageenyaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Akkan Si Fakkaadhu Gaatiidhaan Na Bittee Aarsaa of taasistee Jaalalaa isa Dhugaa tola na jaallattee Beenyaa Gita Hin qabnee Lubbuukee Kennite Ana Nama Badee Mucaakee na goote Sirraatii Baqadheen Yaa'ii ormaa deemee Ifa keessaa bahee Dukkanatti seene Lapheenkoo jabaatee sirrat-mari'ate Warra si Fannisutt)Dabarsee si laatee         Otuun Si gurguruu Qarshi Soddomatti Atimmoo na waamta gara jireenyaatti Dabarsee si kennuuf ormaan walii galee Garuu sit na bitee gatii naaf kaffalee Taa'ee Gaafaan Yaadu jiruukoo kaleessaa Gaarummaa tokkottiin soqee dhabe Keessaa Adeemsiif yaadnikoo Martuu Badii qofaa Kana hundaa danda'ee si qofaat natti hafaa Jooraan lapheekoo har'as inuma raafama Keessa koo haaressi [Yaa] Tiksee amanamaa Hidhaa cubbuu kutee akkan sitti jiraadhu Na gargaari Gooftaa (iyyesuus)(uumaakoo)akkan si fakkaadhu×3              ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Hin Dagadhu/አልረሳውም Guyyaa sana hin dagadhu Gaarumma sana hin irraanfadhu Waadaa fayyinadha si waammachun koo Waadaa araaradha Siwaammachunko Waan taatef haadhakoo Namatti himadhe kan naaf nahu hin qabu Imimmaan koo gaddan akkasin kan roobu Iccitii mana koo hundaa sitti himannan Naaf laafe lapheen kee inni garraamin Hin irraanfadhu an gaarumma kan keex2 Waada araara baayyedha oolmaan kee Keessiko na dhiiga gaddan gurraacha'ee Ifan kootis dhaame deemsaf dukkanaa'e Balbala koo cufee nan boo'a kophaa koo Ija koo gadi qabe sin waama haadhakoo Situ naaf dhagahe kadhannaa kankoox2 Tasa hin tuffanee ati kopha ta'u koo Haadha hin qabu jedhe tasuma hin gaddu Anoo si argeera yoommu at naaf yaaddu Jaalalli inni lafaa yeroodhaf ni dhuma Meeqa hime fixaa kanke Kun adduma Maariyamx2 jechuun Nan nuffisiisu x2 Keessi lapheeko yoomiyyuu sin dhiisu Yoon beela'us dhuftee yoon dheebodhus dhufte Hir'uu mana kootif ati eebbaa taate Dhiphuun koo salphate gaddi koos fagaatee Inni na rakkisu diinni koo rakkate Qoricha deenyan anoo fayyeerax2 Araarsummaa keen anis dhabbadheera              ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Hin Dagadhu አልረሳውም.mp313.47 MB

ያላንተ ጌታ/Afaan oromootti Simalee Gooftaa gammachuun in jiru Sin malee uumaa jireenyi hin jiru Maqaake waame kan si kadhate Abiddaa bahee du'aas moo'atee @Ceesisa Harkakoo qabdee ati na dursitee Rakkina meeqa na dabarsite Guyyaan yoo darbuu marti hin dagata Beelaf goodansa eenyutu yaadata Ceesisa Ati eebbisnani guute xoofonkoo Narra darbeera eebbon diinakoo Jecha baayyedhan afaankoo guute Siifan faarfadha manakee lixee @Ceesisa Guyyaaf galgala fiigus diinnikoo An hooma hin ta'uu jira Waaqni koo Du'aan hin kufuu haa baru adduunyan Inni na dhaabe baruma baraan @Ceesisa Sooratni kankoo galata ta'ee Jaalalli kankee keessa ko mo'ee An gadii hin qabu tasa mormakoo Ililleen guute kunoo mana koo              ==•|•== F/ttuu Jiituu Shimallis 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

......Mo'adha Maqaankee..... Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!! Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee Fedhaan madeessite cinaacha kan kee Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa              ==•|•== F/taa Saamu'el Daggafaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Qulqulleetti koo sin jeeha ani Akkan si faarsuuf afaan koo naaf bani Naaf kadhu haadha koo ilma kee duratti Si waammanne hin dhabne garaa hin jabaattu ati Haadha koo abdikoo gannataa Uumamtoota keessaa maaltu siin qixxaata Ati qulqulleettii yaadaanis fooniinis Durbee si kabajna faarsaaf sagadaani Hewaan cubbuu gootee gannatarra baane Qulqullummaa keetiin deebine arganne Maariyaam(×2) jennee nuti si faarfannaa Abdiif amantadhaan nuti si kadhannaa Kennaa addaa taatee abdii kan nuuf baatte Mootii lafaaf samii harka keetti baatteee Wantoota hedduushaan ati kan fakkeeffamte Dubarootaa keessaa ulfina argatte              ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Qulqulleetti Koo Dn Taammirat Alamuu .mp39.08 MB

BALBALA BAHAA Koottu(*2) maariyaam koottu Yaa durbee kottu Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/. Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu Balbala/*2/sit na qaqqaba Biyya Efireemii tulluu sanarratti Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii Gara koo koottu/*2/ Si Kan na furtu Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera Kottumee Gara koo/*2/ An si waameera Ogummaan keeti Kan Siiloondisii Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi Hin hafiin haadha koo/*2/ Furi rakkoo koo Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif Koottu Gara kootii/*2/ Lubbuun si feetii Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee Nan kabajadha/*2/ An ililchuudhaan              ==•|•== F/taa Yohannes Gizachew 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

BALBALA BAHAA Koottu(*2) maariyaam koottu Yaa durbee kottu Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/. Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu Balbala/*2/sit na qaqqaba Biyya Efireemii tulluu sanarratti Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii Gara koo koottu/*2/ Si Kan na furtu Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera Kottumee Gara koo/*2/ An si waameera Ogummaan keeti Kan Siiloondisii Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi Hin hafiin haadha koo/*2/ Furi rakkoo koo Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif Koottu Gara kootii/*2/ Lubbuun si feetii Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee Nan kabajadha/*2/ An ililchuudhaan              ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

......Mo'adha Maqaankee..... Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!! Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee Fedhaan madeessite cinaacha kan kee Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa              ==•|•== F/taa Saamu'el Daggafaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Repost from Kuusaa Faaruu
Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/ Yaadachiisi dubroo yaadachiisi Ilma keetti himii yaadachiisi Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii Beeteliheemittii………… Huccuun maramuusaa....... Dallaa loonitittii………... Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii Saawwanii fi loonii........... Afuura isaanii…………… Kan gumaachaniifii……… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii Arii’atamuu kee…….... Gubaa cirrachaa irratti... Beelaa fi dheebuu kee… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii Imimmaan kee buustee……. Yaa dubroo itti himii……… Gannata akka galluuf………. Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii            ==•|•== F/taa Koo'eel Shawaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Sin malee Gooftaa |ያላንተ ጌታ| https://youtube.com/watch?v=hU_67wJNwWo&si=LFIYHEqEc6Sachf2