ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Открыть в Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Больше

📈 Аналитический обзор Telegram-канала Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Канал Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 12 158 подписчиков, занимая 7 385 место в категории Религия и духовность и 387 место в регионе Финляндия.

📊 Показатели аудитории и динамика

С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 12 158 подписчиков.

Согласно последним данным от 14 октября, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило -54, а за последние 24 часа — 0, при этом общий охват остаётся высоким.

  • Статус верификации: Не верифицирован
  • Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 19.69%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 4.39% реакций от общего числа подписчиков.
  • Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 2 395 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 534 просмотров.
  • Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 17.

📝 Описание и контентная политика

Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”

Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 15 октября, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Религия и духовность.

12 158
Подписчики
Нет данных24 часа
-207 дней
-5430 дней
Архив постов
BALBALA BAHAA Koottu(*2) maariyaam koottu Yaa durbee kottu Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/. Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu Balbala/*2/sit na qaqqaba Biyya Efireemii tulluu sanarratti Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii Gara koo koottu/*2/ Si Kan na furtu Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera Kottumee Gara koo/*2/ An si waameera Ogummaan keeti Kan Siiloondisii Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi Hin hafiin haadha koo/*2/ Furi rakkoo koo Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif Koottu Gara kootii/*2/ Lubbuun si feetii Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee Nan kabajadha/*2/ An ililchuudhaan              ==•|•== F/taa Yohannes Gizachew 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

BALBALA BAHAA Koottu(*2) maariyaam koottu Yaa durbee kottu Galaana abiddaa Kan nu ceesitu/*2/. Doonii Nohiitiin Kan fakkeeffamtu Ulee haaroniin Kan fakkeeffamtu Balbala/*2/sit na qaqqaba Biyya Efireemii tulluu sanarratti Keessummaa taate mana Eelsaabeetittii Gara koo koottu/*2/ Si Kan na furtu Cubbuu lafaatiin an dhiphadheera Gaddaan guutamee qofaa koo ta'eera Kottumee Gara koo/*2/ An si waameera Ogummaan keeti Kan Siiloondisii Koot jedhee si waama Suulaamaaxisìi Hin hafiin haadha koo/*2/ Furi rakkoo koo Icciitii ibsitee abbaa Iriyaaqoosiif Daftee dhaabbattee hir'uu Dookimaasiif Koottu Gara kootii/*2/ Lubbuun si feetii Durboon dhiyaatte iyya koo dhageesse Hidhaan cubbuu koos narraa hiikamee Nan kabajadha/*2/ An ililchuudhaan              ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

......Mo'adha Maqaankee..... Mo'adha Maqaankee humna Diinotaa Iyyesuus Kiristoos Waaqa Waaqotaa Iyyesuus Kiristoos Gooftaa Gooftotaa Tiksee dhugaa Hoolotaaf dhimmamu Wangoo jalaa oolchuuf darbee qalamu Si qofadha Gooftaa Abbaan amanamaa Ijoolleef kan laatu barruu walabummaa!! Iddoo boqonnaatti baasuuf ilmaan kee Fedhaan madeessite cinaacha kan kee Ajaa’iba argeera madaa madaa fayyisu Kana lallabuudhaaf tasumaa hin callisu Ba'aa namaa buusee ofisaa nan baatu Walcaalchisaa malee qixxee kan jaalatu Simalee eenyuree Gooftaan hundumaa Olkaaseen lallaba maalifan gumgumaa Haalleluyaa jedha sababa hin barbaadu Galata kee ukkaamsuuf soba hin gaadu Waltajjii hundarratti anoo nan odeessa Simboo koo ta'ee situ narraa calaqqisa              ==•|•== F/taa Saamu'el Daggafaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Repost from Kuusaa Faaruu
Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/ Yaadachiisi dubroo yaadachiisi Ilma keetti himii yaadachiisi Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii Beeteliheemittii………… Huccuun maramuusaa....... Dallaa loonitittii………... Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii Saawwanii fi loonii........... Afuura isaanii…………… Kan gumaachaniifii……… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii Arii’atamuu kee…….... Gubaa cirrachaa irratti... Beelaa fi dheebuu kee… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii Imimmaan kee buustee……. Yaa dubroo itti himii……… Gannata akka galluuf………. Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii            ==•|•== F/taa Koo'eel Shawaa 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Sin malee Gooftaa |ያላንተ ጌታ| https://youtube.com/watch?v=hU_67wJNwWo&si=LFIYHEqEc6Sachf2

Mo'ichaa Maqaan Kee Dn Beekamaa Goobanaa.mp311.04 MB

Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/ Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ ...Eeyyee Moo'ichi argamuun Gammachuun bu'eera Lafaaf samiirratti Nageenyi ta'eera Dhiigni kiristoosi Nuuf buuse araara Baruma baraanii Isumaan jiraanna ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Ogummaa argannee Warri itti amannu Shira gantootarraa Kan ittiin fayyinuu Boqonnaa jireenyaa Kan ittiin argannu Fannoo Iyyesuusi Kan itti gammadnu ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Hogganaa dukkanaa Nurraa kan hidhamee Barootaaf bitamuun Kan barbadeeffamee Raajiin dinqiisiisaa Hundaaf taasifamee Humni Daabiloosi Isaan rukkutame ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Beenyan argameera Inni nuun fayyisee Dhiiga qulqullicha Achirratti cobsee Garbummaa bittimsee Jiruu nun badhaase Jaalalasaa dhugaa Fannoorratti mul’ise ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/            ==•|•== F/ttuu Asnaaquu Xilaayee F/ttuu Almaaz Taaddasaa Faaruu Ayyaana Fannoo 👇👇👇 follow ╔═══════════╗ ⚪️ @OrtoOroKoon 

photo content

Gammadaa Martinuu Argame Fannoon Mul'ate Fannoon ifatti ol ba'ee Gooftaa Iyyesuusiin beenyaan kan kenname Xalayaan jireenya irrati barreeffame Dhiiga hoolichaatin inni raageffame Nutis kan lallabnu isa fannifame Waggaan masqalli naanna'e Baga ittiin sin ga'e Guyyaa waggaa lakkoofsise... Baga ittiin sin ga'e Ganni darbe birraanis ife Eebbaaf nagaa gonfachiise Eegumsa saa nuuf baayyise Gammadaa martinuu gammanneerra Injifannoo moo’icha fannoosaan argannerra Ibsaa keenya ibsanne... Gmn-erra Daamara hirkifanna Dhiigan kan qullaa'ee Fannoosaa barbaanna Qilleensi hammaatee Bubbisee yoo ka'uu Nageenya keenyallee Hamaan nun danda’u Wanjicha garbummaa... Gmn-erra Aangoosaatin cabse Bilisummaa Dhugaa Ilmaansaatiif labsee Faajjii injifannoo Fannoosaa dhaabbanne Sechi moo'atamnu Humnasaa qabannee Lola diina keenyaa... Gmn-erra Nuraatii kaaseraa Ilmaan Addaam hundaa Nagaa badhaasera Masqala urgaa'u Waggaadhan nanna'ee Ifa ba'uu fannoo Baga ittiin sin ga'e Ogummaa barbaadu... Gmn-erra Warri Girikonni Mallattoo gaafatu Warri yihuudonni Dhugaa ba'aa har'as Jechi Phaawulosi Kan ittiin of jejnu Fannoo Kiristoosi Birmadummaa Walabummaa dhugaa Gonfanneerra Injifannoo moo’icha Fannoosaan arganneerra Waggaa har'adhaan nu ga'i Gooftaan waggaadhan nu geesse Humni fannoo kee nu haa eegu Alaaf manaan nuuf milkeessi Biyya keenyarra eebbi keen naanna'i Fannoon kee nu Haa eegu gaachana nuuf ta'e ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Gammadaa martinuu Faaruu Fannoo.mp313.62 MB

Fannoon jireenyaa keenyaa Fannoon humnaa keenyaa (2) Ni amannaa (4) Ni amannaa fannon humnaa kenyaa (2)    ...Eyyee (2)       Jalalaa waqayyooo diinni kan walalee Fannoo isaa arginan nahee lafa laalee Jalalaa kiristos qulqulluu fannosaa Rakkina moo dhiphuu maltu addaan nu baasaa        Maalirasif jabaa qulqullun maqasa Humna diinaa kenyaa waqni ni caccabsa Loola kenyaa lolee diinnis ni qana'ee Jaalallif nagenyii fannoosatin ta'ee         Jibbaa fannosatif diinnii gurma'anii Qulqullu fannosa dhoksuun awwalanii Baraa hedduutiif badee kaal ture dhokate Motittii elleeniin kadhannaan argattee         Humni kenyaa isaa kan nu jajjabeessuu Iddoo aara galfii kan nu boqachisuu Dadhabbiif gidiraan addunya kanarraa Fannoo Iyyasusin nurraati darbeeraa         Mesqel hayilene mesqel tsenene Mesqel bezaneh (2) Medanitene liellee amenne (2) ...ehee            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Galata kee Iyyesuus galata kee Bara baraan nan faarsaa anoo maqaa kee/2 / Hundee jireenya kootii> galata kee Iyyesuus naaf maqaan kee Galata maqaa keetiif Ati humna kee naaf laatte Iddoon badees na waamtee> galata kee Dhiifama naaf baay'istee Ba'aa cubbuu koo buustee Fayyina koo labsite Jireenya kootiif jettee> galata kee Fannoo gubbaa kan oolte Abbaa gaariin si'idhaa Waaroo ulfinaa naaf laatte Tiksee amaanama koo> galata kee Sidha anaaf abdiin koo Du'u keetiin jiraadhee Ulfaadhu ati uuma koo            ==•|•== 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Daabiloos dhahame Fannoodhani/2/ Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ ...Eeyyee Moo'ichi argamuun Gammachuun bu'eera Lafaaf samiirratti Nageenyi ta'eera Dhiigni kiristoosi Nuuf buuse araara Baruma baraanii Isumaan jiraanna ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Ogummaa argannee Warri itti amannu Shira gantootarraa Kan ittiin fayyinuu Boqonnaa jireenyaa Kan ittiin argannu Fannoo Iyyesuusi Kan itti gammadnu ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Hogganaa dukkanaa Nurraa kan hidhamee Barootaaf bitamuun Kan barbadeeffamee Raajiin dinqiisiisaa Hundaaf taasifamee Humni Daabiloosi Isaan rukkutame ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/ Beenyan argameera Inni nuun fayyisee Dhiiga qulqullicha Achirratti cobsee Garbummaa bittimsee Jiruu nun badhaase Jaalalasaa dhugaa Fannoorratti mul’ise ...Eeyyee Ilmaan Addaam hunduu haa jennu ilillii/2/            ==•|•== F/ttuu Asnaaquu Xilaayee F/ttuu Almaaz Taaddasaa Faaruu Ayyaana Fannoo 👇👇👇 follow ╔═══════════╗ ⚪️ @OrtoOroKoon 

Fannoon nuuf ibse Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse yommuu liqifamnee Fannoon kiristoosi ifa isaa nuuf kenne                         warra isatti amannuf Fannoon humna keenya fuuldura dhaabanne moona diina keenya Fannoon alaabadhaa Bilisummaa keenyadha x2 Yerusaalemitti Diinni gurmaa'anii Fayyisaa isaanii Hin beeknu jedhanii Qulqulluu Fannoosaa Lafatti awwaalani Kan dhokatee hafuu Itti fakkaachunii Fannoon Gooftaa ni argamee Diinni keenyaa ni moo'amee x2 Mootittiin Illeenii Hedduu kan carroomtee Damaraa dhaabbattee Kadhannaa godhattee Fannoo Kiristoosii Garami ittiin jettee Aara ixaanatiin Fannoosaa argattee Qosxonxinoos ni moo'atee Fannoo Gooftaa qabatee x2 Fannoon gooftaa keenyaa... Aangoo isaa mul'isee Tulluu gad jigsee Diina yeellaasisee Fannoon yeroo bahee Gooboon ni qajeelee Dhukkubsatan fayyee Jaamaan ni ilaalee Ni argamee fannoon isaa Iliil jedhaa sabni isaa x2 Fannon abdii keenya… Ta'e humna keenyaa Akka hin tuqamnee Daangaan biyya keenyaa Itiyoophiyaa jiraadhuu Amantiin dhaabbadhuu Gooftaan si eebbisaa Fannoosaa jaaladhuu Fannoon humna keenyaa Ittiin moona diina keenyaa x2            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Fannoon nuuf ibse Dukkana cubbuutin.... nuuf ibsee... Fannoonsaa... Fannoon nuuf ibse yommuu liqifamnee Fannoon kiristoosi ifa isaa nuuf kenne                         warra isatti amannuf Fannoon humna keenya fuuldura dhaabanne moona diina keenya Fannoon alaabadhaa Bilisummaa keenyadha x2 . . . . 👇Barreeffama guutuu            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

Fannoo Gooftaan ifa arganne Jaalalasaan bilisoomne Gidiraa keenya irraanfanne Fannoon humna keenya ta'usaa hubannee Qaraaniyoorratti bilisummaa arganne Jaalalli ijoolleesaa gooftaa injafateera Sanyii addaam hundii ifatti baheera Dhugaadhaaf amantii onneerra yoo ta'e Gidiraaf dhiphinni hamman osoo gahee haaragalfiin keenya fannoo Iyyesuusi Duwwaadha mannisaa kan gooftaa hin qabnesi Boolla fannoo goofta illeeniin argatte Iccitii fannoosaa isheetti mul'ate Diinota ishee gantee amantaan dhaabbatte Fannoo Iyyesuusiin boqonnaa argatte Du’aa kan nubaasee fannoodhaan gooftaani Mormaan diina keenya hundumtuu badanii Humna arganneerra fannoo kiristoosiin Isaan injifanna diina daabiloosiin            ==•|•== Faaruu Ayyaana Fannoo 👇follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa