Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
Показати більше📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Канал Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 12 273 підписників, посідаючи 7 330 місце в категорії Релігія і духовність та 366 місце у регіоні Фінляндія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 12 273 підписників.
За останніми даними від 26 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на -100, а за останні 24 години на -2, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 21.40%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 4.16% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 2 627 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 511 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 16.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia
🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel
Youtuben nu hordofaa
https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 27 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Релігія і духовність.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 27 липня | 0 | |||
| 26 липня | +1 | |||
| 25 липня | +1 | |||
| 24 липня | 0 | |||
| 23 липня | 0 | |||
| 22 липня | +3 | |||
| 21 липня | 0 | |||
| 20 липня | 0 | |||
| 19 липня | 0 | |||
| 18 липня | 0 | |||
| 17 липня | 0 | |||
| 16 липня | 0 | |||
| 15 липня | 0 | |||
| 14 липня | +2 | |||
| 13 липня | +2 | |||
| 12 липня | 0 | |||
| 11 липня | 0 | |||
| 10 липня | 0 | |||
| 09 липня | +3 | |||
| 08 липня | 0 | |||
| 07 липня | 0 | |||
| 06 липня | +2 | |||
| 05 липня | 0 | |||
| 04 липня | +2 | |||
| 03 липня | 0 | |||
| 02 липня | 0 | |||
| 01 липня | +1 |
| 2 | Eenyuttan himadhaa.mp3 | 873 |
| 3 | Ifoomaa Misiraachoo
Ifoomaa Misiraachoo Gabri'eel Ergamaa
Fuula waaqa dhaabbatta galgala ganama
Fannoo Warqee keetiin kottu nu eebbisi
Gabri'eel si waamna ati nu araarsi (2)
Ariifannaan baaste ijoollota Sadeeni
Osoo hin gubatini qaamni isaanii
Kochoo Diristee Daftee oolchitee
Aangoo waaqatini boba'aa dhamsite(2)
Daa'ima wallaalaa Qirqoosin cimsite
Haadha isaas iyyeluxaa ati jabeessitee
Hojiin kee raajiidha buusaa Araaraa
Ergamaa gammachuu sooraa kakuu haaraa(2)
Tajaajilaa gaarii Ergamaa Gammachuu
Gochan kee adda gargaarsaa arifachuu
Kanaaf si faarsina Dhaloonni maqaakee
Addunyaa barsiisuuf Ajaa’iba kan kee
F/taa Alamuu Dandanaa
==•|•==
Walaloo:
F/taa Koo'eel Shawaa
Yeedaloo:
F.Dn Keebar Tasfaa
F/taa Alamuu Dandanaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
#Share gochuu hin dagatinaa! | 730 |
| 4 | Fuuldura Waaqayyo kan dhaabbattu
Araraaf dhiifama kan kadhattu
Hangafa Ergamootaa hundaa oli
Sin waama Qulqulluu Gabri'eeli
Waa’ee cubbuu keenyaaf... Gabri'eel
Tasa hin callistu
Abidda boba’aa
Bishaan kan taasistu
Fannoo kee Warqeedhan
Kottu nu eebbisi
Karaa badiinsarraa
Ati nu deebisi
Kadhannaa kan keetin... Gabri'eel
Nagaa kan taasiste
Kabaja kan keetiin
Addunyaan ni ifte
Maqaa Waaqayyootu
Jira maqaa keerra
Eegumsa kee amanne
Kanaaf si waamnerra
Misiraachoo himuuf... Gabri'eel
Nagaaf kan ergamte
Qirqoosiif haadhasaa
Abiddaa kan baaste
Nunins nu baraari
Badii sodaanurraa
Araarsummaa keetin
Adda bahin nurraa
Kabaja Waaqayyoo... Gabri'eel
Aarsaa isaaf dhiyaatu
Gara Aariyaamiitti
Kan fuutee olbaatu
Uffanni kee Ifaa
Fannoon kee abiddaa
Waaqayyoon biraatii
Namaaf nagaa fidda
==•|•==
F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa
👇👇 follow us
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
+++++ @Faarfataa
#Share gochuu hin dagatinaa! | 992 |
| 5 | https://youtube.com/watch?v=c9WC4_cqIpA&si=hy0i82w5R4F7SELu | 1 324 |
| 6 | ✅️ NEW 2026 Siin naaf ta'e! Faarfannaa Oortodoks Tewaahidoo haaraa F/taa...
https://youtube.com/watch?v=YK7evotZdHw&si=LwI929l3Z3svzTBc | 2 198 |
| 7 | Jechaan olidha gaarummaan naaf oolte
Dachee onaarratti aanteekoo naaf taate
Nan soorre tasumaa buddeena alagaa
Dhiphuu koo kaaste Anaaf taate nagaa/2/
Natti baayyate baroonni qorumsaa
Ofi biraan dhabe hirkoofi gaaddisaa
Simalee hin qabu An utubaa dhugaa
Eebba keet ta'e mana kootiif suga
Seenaa kaleessan quba natti qabu
Faana milkiif ka'e qoraattiidhan gubu
Barruu gargaarsa kee eenyutu hubata
Oolmaakee jabaa onneenkoo dubbata
Arrabni namoota baayyisee hamaadha
Gubbaansaa damma keessisaa summiidha
Aanteef firarraa sumatuu naaf caalaa
Abdii biraa hin qabu barruu keen ilaala
Jechootan hiddame lapheenkoo okkolfata
Fira dhidhibee suphuu hin qabu Gooftaa
Madaa barruu keen Madaa fayyyisuuni
Godaannisa koo haqi sittan iyyadha ani
==•|•==
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝ | 2 200 |
| 8 | Mo'icha maqaan kee
https://youtu.be/Xo7UJJKze04?si=6vkBOgiRLFcfthC_ | 2 288 |
| 9 | Gooftaa koo Gooftaa koo Iyyesus Kiristoos
Olmaa kee odeessuuf saaqameera Afaan koos
Kallatti hundaanuu na marse diinni koo
Isa keessaa bahuuf dhiphaatti sammuun koo
Hin dhiphatin jettee ati harka na qabdee
Gargaarsa keetinii galataaf na dhabdee
Yeroon fira dhabe gaafa rakkoo sana
Kan naan jedhun dhabe si cina dhaabbanna
Gargaarsi namootaa daandii na hin ceesisa
Irreen gargaarsa kee daandii koorra haa marsu.
Garaa haadha koo kaastee na wajjin taatetta
Bakkan deemu hundattii na waliin deemteetta
Osoo hin jiraannee gargaarsi abbummaa kee
An silaa baadeera Abbaa koo mucaan kee
Ijoollummaa kan koo ati nan tuffattuu
Cubbamaadha jettee ati nan jibbitu
Gochaa kan kee himuuf jechoonni na hin gahu
Teessoo kee Aariyaamitti galanni si haa gahu
Walaloofi Yeedaloon F/taa Galataa Jireenyaa | 2 394 |
| 10 | ✅️New 2026 YAA NAMAA faarfannaa haaraa kan Oortodoksii Tewaahidoo F/taa...
https://youtube.com/watch?v=kOa3aZ1t-So&si=4O0rTIO08AdJ_Fwc | 2 520 |
| 11 | Utuu isa miidiyaa kanarraa akka maraatuu godhachuu oolu ta'ee kufnee kaanee jajjabeessina ture.
Mucaa Qorumsa meeqa keessa darbee har'a galataaf dhaabbatu kana garuu ilaallee bira dabarra. Qubni sirraa hin citu youtube isaa link gadii kanan seeni subscribe taasisi. Faaruu Albeema guutuu irratti gadhiisufi waan ta'eef
👇👇👇
https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe
https://youtube.com/@bekamagobena?si=sz7ZmundCileWrIe | 2 469 |
| 12 | Filannoo dhugaa Faarfattoota Shananiin.mp3 | 3 422 |
| 13 | Dinni koo odeessus waa'ee koo baay'ee isaa
Ati waan naa beektuuf maaltu naa yaaddessa
Akka keetif malee gooftaa jiraachuun koo
Yaada keetin malee Ani har'a gahuun koo ×2
Halkan baay'ee darbee guyyaan gidiraa koo
Lakkawamee hin dhumuu karoorri diina koo
Maqaa kankoo hin taane naaf laatus falmaan koo
Ana nan yaddeessu waan jiruuf dura koo
Anu Yaaddoo hin qabuu si waliin Adeemee
moo'adhetan gala lapheerra siwaame×2
Waa'ee koo odeessuuf diinni kayyeffatuus
Xalayaa du'aa koo narratti barreessuus
Kan sifaana bahee ni caalaa hundarra
Itti hin dukkana'u boruus ta'e har'a
Namni kan dubbatuu irraa keessaa ilaalee
Atu kan keessaati maaltuu sin madaale ×2
Hundumaa koo beektaa atiyyuu waa'ee koo
Jaalalan sif qabuu kan keessaa laphee koo
Ansirraa hin fagadhuu oduu alagatin
Yoon kufees nan ka'a ati badhaasa kooti
Jireenyi simalee duwwaadham yaa gooftaa
Dhuma koo bareechi naaf laadhu buufata ×2
Imimmaan gidiraa narra dhangala'ee
Iyyaa koo gaafasi situu naaf dhaga'ee
Kaleessaa ilaalee har'af hin guggumuu
Abdiin sirraa qaba kan hin banne yoomuu
Jalqabni koo si'i goolobni waa'ee koo
Yoomuu harka hin laadhu simalee gooftaa koo ×2
==•|•== | 3 025 |
| 14 | Diinni Koo Odeessus Yaared Alamuu.mp3 | 2 812 |
| 15 | Dinni koo odeessus waa'ee koo baay'ee isaa
Ati waan naa beektuuf maaltu naa yaaddessa
Akka keetif malee gooftaa jiraachuun koo
Yaada keetin malee Ani har'a gahuun koo ×2
Halkan baay'ee darbee guyyaan gidiraa koo
Lakkawamee hin dhumuu karoorri diina koo
Maqaa kankoo hin taane naaf laatus falmaan koo
Ana nan yaddeessu waan jiruuf dura koo
Anu Yaaddoo hin qabuu siwaalin Adeeme*
moo'adhetan gala lapheerra siwaame*×2
Waa'ee koo odeessuuf diinni kayyeffatuus
Xalayaa du'aa koo narratti barreessuus
Kan sifaana bahee ni caalaa hundarra
Itti hin dukkana'u boruus ta'e har'a
Namni kan dubbatuu irraa keessaa ilaalee
Atu kan keessaati maaltuu sin madaale ×2
Hundumaa koo beektaa atiyyuu waa'ee koo
Jaalalan sif qabuu kan keessaa laphee koo
Ansirraa hin fagadhuu oduu alagatin
Yoon kufees nan ka'a ati badhaasa kooti
Jireenyi simalee duwwaadham yaa gooftaa
Dhuma koo bareechi naaf laadhu buufata ×2
Imimmaan gidiraa narra dhangala'ee
Iyyaa koo gaafasi situu naaf dhaga'ee
Kaleessaa ilaalee har'af hin guggumuu
Abdiin sirraa qaba kan hin banne yoomuu
Jalqabni koo si'i goolobni waa'ee koo
Yoomuu harka hin laadhu simalee gooftaa koo ×2
==•|•== | 1 |
| 16 | Filannoo Dhugaa
https://youtube.com/watch?v=SubHJgL-e4o&si=c8YDiQpemFTlVesl | 2 629 |
| 17 | https://t.me/silondisonline | 2 897 |
| 18 | https://youtu.be/hYuYHKVeD6E?si=VIIwPoCOmrWzfXcB | 3 035 |
| 19 | https://youtube.com/watch?v=yxFBiLdByV8&si=nYEQOwDvL8CYZM95 | 3 220 |
| 20 | https://youtu.be/DnQrLhWBmFE?is=O2bsAhYLIZzH_2xC | 2 893 |
