cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Ortoodoksii ishee dhugaa

"Gara karaatti as ba'aatii ilaalaa! Daandiin (Ortoodoksii) durii, karaan inni ba'eessi sun amma eessa jira?' jedhaatii gaafadhaa! Boqonnaa akka argattanitti karicha irra adeemaa!" Er.6:16 👉 Join telegram channel https://t.me/+UE8OsP4gdv93PxwT

نمایش بیشتر
فنلندة1 270زبان مشخص نشده استدین و مذهبی18 400
پست‌های تبلیغاتی
5 243
مشترکین
+1124 ساعت
+757 روز
+26230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Photo unavailableShow in Telegram
"Adduunyaa dura kan ture har'as kan jiru gara fulduraattis adduunyaa dabarsee kan jiraatu Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluuttiin ol-ka'een mallatteeffadha;maqaalee(maqoota) kanneen qabadheen itti hirkadha; yoonan kufe nan ka'a; gara dukkanaatti yoon deeme Waaqayyoo naaf ibsa; Waaqayyottis nan amanadhee" 👉Qulqulluu Yaareed "ቅድመ ዓለም የነበረ ዛሬም ያለ ወደ ፊትም ዓለም አሳልፎ የሚኖር በአብ በወልድ በመንፈስ ቅዱስ ስም ተነሥቼ አማትባለሁ፤ እነዚህን ሦስት ስሞች ይዤ እመረኮዛለሁ፤ ብወድቅ እነሣለሁ፤ ወደ ጨለማ ብሔድ እግዚአብሔር ያበራልኛል፤ በእግዚአብሔር ታመንኩ”  👉ድጓ ዘሥላሴ ኆኅተ ስብከት ዘቅዱስ ያሬድ
نمایش همه...
9👍 1🥰 1
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko.Ameen Baga guyyaa Sillasseen uumasn keenya mana Abbaa keenya Abrihaamii fi Saaraatti argamee isaan eebbisee fi guyyaa ilmisaanii eebbifamaa Isiyasqi itti dhalate Adoolessa 7n(Torbaan) isin ga'e.Ameen!! "Sa'aatii Waaree irratti inni Abrihaam balbala dunkaanasaa otoo taa'ee jiruu Waaqayyo mukicha guddicha jalatti mul'ateef. (ኦሪት ዘፍጥረት ምዕ. 18) Innis ijasaa ol kaasee namonji SADIi dhaabatanii arge. Yeroo argettis isaan simachuuf fiige. Yeroo isaaniun argettis isaan simachuuf fiige.Gara lafaattis gadi jedhee sagadeef" Se.uma.18:1--3 *" Waaqayyos akkuma dubbate Saaraa yaadate. ;Waaqayyo akkuma jedhetti Saaraaf raawware. Saaraanis ni ulfoifte; baatii (ji'a) Waaqayyo dubbatatti eega Abrihaam dulloomee booda Saaraan mucaa ilmaa ulfoofteef. (Se.Uma.21:1--2) .(ኦሪት ዘፍጥረት ምዕ. 21) 1፤ እግዚአብሔርም እንደ ተናገረው ሣራን አሰበ፤ እግዚአብሔርም እንደ ተናገረው ለሣራ አደረገላት። 2፤ ሣራም ፀነሰች፥ እግዚአብሔርም በተናገረው ወራት ለአብርሃም በእርጅናው ወንድ ልጅን ወለደችለት። Guyyaan kun guyyaa gamnachuu guddaadha. Sillaaseen uumaan keenya akkuma rakkoo fi dhiphina Abrihaamii fi Saaraa furmaata guddaa gammachuu hunda keenyaa Yisihaaqiin itti araarame nu ijoolleesaa hunda keenyaaf dhiphinaa fi qurumsa ulafaataa keessa jirtu irraa, guutuu biyya keenyaa waraanaa fi nageenya dhaburraa, uummatasaa hundaaa jireenya gadadoo irraa hambisee hundumaafuu furmasta gaarii nuuf haa kennu. Arjummaan Waaqayyoo, waasaa fi araarsummaan haadha keenya dubroo Maariyaamii, kadhannasn qulqullootaa hunda keenya wajjiin hasta'u. Waggaa dhufuun nu haa ga'u.Ameen!!!
نمایش همه...
6
"Sillaasee qulqulluu keesaa inni tokko Ilmi, salphina keenya argee, samii samiirras bu'ee gad of qabee dhufee garaa maariyaam keessa bule. Cubbuu hojjechuurraan kan hafe akkuma keenya nama ta'ee. Akkuma raajoonni dubbataniifiitti Beetaliheemitti dhalate jaallate nu fayyise, gartuu isaas nu taasise." Qulqulluu Efreem
نمایش همه...
6
Photo unavailableShow in Telegram
" walitti lallabaniis, "Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluu dha Waaqayyo gooftaan maccaa; guutummaan lafaas ulfina isaatiin guutuu dha" in jedhu turan." (Macaafa Isaayaas Raajichaa 6: 3) 👉https://t.me/Ortodoksiidhugaa
نمایش همه...
10
"Hangafoota keessan warreen sagalee Waaqayyoo isinitti hime yaada dhaa! Firii jireenya isaaniis akkaa ilaaltan amantii isaaniin isaan fakkaa dhaa!" Ibr.13:7
نمایش همه...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Baga guyyaa yaadannoo Duuka Bu'oota Gooftaa Qulqulluu Pheexiroosi fi Phaawuloosin akkasumas xumura sooma Duuka Bu'ootaatiinis isin gahe. Ayyaana gaarii!
نمایش همه...
17
ATI YAA NAMAA.....! Sagalee waaqayyoo baradhu! Yoo jijjiiramuu baattes callisii baradhu! Yeroo hunda baradhu! Of sirreessuu dhiisuu dandeessa, jijjiiramuu dhiisuus dandeessa, garuu baradhu! Yoo xiqqaate nama gaarii ta'uu baattus dandeettii ittiin of ceephaatu ni argatta! Yoo barachuu baatte garuu jijjiiramuu mitii of ceepha'uu iyyuu hin dandeessu! Kanaaf BARADHU! Yoo baratte yoo xiqqaate yammuu cubbuu hojjettu illee of ceepha'aa hojjetta! Kun immoo balbala gaabbii siif taati! Guyyaa tokko gara jireenya gaabbiitti si galchiti!  Q.Yohaannis Afaan warqee
نمایش همه...
26👍 6👏 1
"Dhalachuu isaatiin namoonni baya'een ni gammadu." Luq 1:14 Waa'ee Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa Dhugaa kana beektuu? Seenaa Dinqisiisoo, qabsuura fi jireenya Yohaannis Cuuphaa Qulqulluu Yohaannis cuuphaan qulqulloota kaan irraa seenawwan adda ta’ee fi baay’ee nama dinqu qaba. Eebbi qulqulluu Yohaannis cuuphaa nu irra haa buluuti, dhugaa qulqullicha Yohaannis waa muraasa kitaaba qulqulluu irraatifii waan manni kiristaanaa kenna dabalataan barsiiftu akka armaan gadiitti dhugaawwan ajaa’ibaa sinii dhiyeessa: Qulqulluu Yohaannis Cuuphaan 1. Haatii fi abbaan isaa erga dulloomanii,yeroon daa’ima argachuu isaanii darbee booda isa argatan(Luq 1:18) 2. Missiraachoo ergamaatiin dhalate,maqaan isaas ergamaadhan mogga’e (Luq 1:13) 3. Osoo gadaamessa keessa jiru afuurri qulqulluudhan guutame(Luq 1:15) 4. Osoo gadaamessa keessa jiru ennaa sagalee Dubroo Maariyaam dhagahutti ni utaale (Luq 1:41) 5. Gooftaan mataa isaatiin warra dubartoota irraa dhalatan hundumarraa(Gooftaa Iyyasuusii gaditti) kan caalu isa ta’uusa jecha isaa hin haalamne sanaan dhugaa baheeraafi.Kuni eenyufuu hin dubbatamne. (Mat 11:11) 6. Nama ta’ee osoo jiru Waaqa Ilma(Iyyasuus Kirstoosin) kan cuuphe Yohaannis isadha. Mat 3:15 7. Uffatni isaa fi sooratni isaa kan namootarraa adda ture. Mat 3:4 8. Hamma waggaa 30tti gammoojjii keessa jiraate 9. Akka abbootni mana kiristaanaa barsiisanitti mataansaa erga muramtee boodee gammoojjii Arabiyaa keessatti waggaa 15 barsiifte 10. Gooftaa Iyyasuusiin firooma dhiigaa qabu.(Luq 1:36) 11. Sirbituu kan turte intalli Heerodiyaadaa, mooticha waan gammachiifteef, mootichi gammadee ennaa “maalan si ‘shallama’ jedhee ishee gaafatutti, “mataa Yohaannis cuuphaa irraa muri naa kenni” jetteen. Sababa kanaan mataan Yohaannis cuuphaa mana hidhaa osoo jiru mataansaa muramee ‘waciitiidhaan’ dhiyaatee kennameef. Yaa daba namaa, osoo waa meeqa qabeenya meeqa kan ishee fayyadu mooticharraa gaafachuu dandeessu,hammeenyaan mataa Yohaannis cuuphaa gaafatte. (seenaa isaa Wangeela Marqos 6:16) irraa dubbisadhaa. 12. Biyya keenya keessatti xaballi maqaa qulqulluu kanaan burqu seenaa heddu hojjechaa jira.Dhukkubsataa heddus fayyisaa jira. Eebbi qulqulluu Yohaannis cuuphaa nu irra haa bultu! Kitaabni Qabsuura Qulqulluu Yohaannis cuuphaa Afaan Oromootti hiikameera, suuqii Waldaa Duuka Bu'ootaatii bitadhaa itti fayyadamaa
نمایش همه...
14👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
5👍 1
“"Ani isinittan hima, nama ta'ee lafa irratti kan dhalate keessaa, Yohannis irra kan caalu hin jiru; garuu mootummaa Waaqayyootti inni hundumaa irra xinnaatu iyyuu isa irra in caala" jedhe.” — Luq. 7:28
نمایش همه...
6
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.