en
Feedback
Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Open in Telegram

Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል)

Channel Koo'eel tube(ዘ.ኮኤል) (@faarfataa) is an active participant. Currently, the community unites 12 234 subscribers, ranking 7 254 in the Religion & Spirituality category and 373 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 234 subscribers.

According to the latest data from 03 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -24 over the last 30 days and by -8 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 25.23%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 4.68% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 3 086 views. Within the first day, a publication typically gains 572 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 32.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 04 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

12 234
Subscribers
-824 hours
-187 days
-2430 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+10
in 1 channels
August '26
+81
in 11 channels
Get PRO
July '26
+21
in 8 channels
Get PRO
June '26
+53
in 7 channels
Get PRO
May '26
+31
in 16 channels
Get PRO
April '26
+51
in 22 channels
Get PRO
March '26
+50
in 17 channels
Get PRO
February '26
+94
in 17 channels
Get PRO
January '26
+66
in 13 channels
Get PRO
December '25
+95
in 17 channels
Get PRO
November '25
+56
in 12 channels
Get PRO
October '25
+22
in 12 channels
Get PRO
September '25
+13
in 17 channels
Get PRO
August '25
+14
in 13 channels
Get PRO
July '25
+8
in 20 channels
Get PRO
June '25
+8
in 14 channels
Get PRO
May '25
+201
in 12 channels
Get PRO
April '25
+513
in 21 channels
Get PRO
March '25
+909
in 20 channels
Get PRO
February '25
+907
in 19 channels
Get PRO
January '25
+1 361
in 26 channels
Get PRO
December '24
+1 504
in 23 channels
Get PRO
November '24
+668
in 21 channels
Get PRO
October '24
+83
in 12 channels
Get PRO
September '24
+247
in 7 channels
Get PRO
August '24
+383
in 8 channels
Get PRO
July '24
+399
in 9 channels
Get PRO
June '24
+322
in 12 channels
Get PRO
May '24
+380
in 16 channels
Get PRO
April '24
+383
in 21 channels
Get PRO
March '24
+378
in 13 channels
Get PRO
February '24
+344
in 10 channels
Get PRO
January '24
+343
in 15 channels
Get PRO
December '23
+400
in 36 channels
Get PRO
November '23
+221
in 8 channels
Get PRO
October '23
+281
in 33 channels
Get PRO
September '23
+318
in 0 channels
Get PRO
August '23
+114
in 0 channels
Get PRO
July '23
+167
in 0 channels
Get PRO
June '23
+127
in 0 channels
Get PRO
May '23
+131
in 0 channels
Get PRO
April '23
+121
in 0 channels
Get PRO
March '23
+98
in 0 channels
Get PRO
February '23
+115
in 0 channels
Get PRO
January '23
+190
in 0 channels
Get PRO
December '22
+135
in 0 channels
Get PRO
November '22
+122
in 0 channels
Get PRO
October '22
+82
in 0 channels
Get PRO
September '22
+98
in 0 channels
Get PRO
August '22
+116
in 0 channels
Get PRO
July '22
+128
in 0 channels
Get PRO
June '22
+101
in 0 channels
Get PRO
May '22
+111
in 0 channels
Get PRO
April '22
+174
in 0 channels
Get PRO
March '22
+109
in 0 channels
Get PRO
February '22
+65
in 0 channels
Get PRO
January '22
+138
in 0 channels
Get PRO
December '21
+115
in 0 channels
Get PRO
November '21
+112
in 0 channels
Get PRO
October '21
+206
in 0 channels
Get PRO
September '21
+197
in 0 channels
Get PRO
August '21
+154
in 0 channels
Get PRO
July '21
+309
in 0 channels
Get PRO
June '21
+152
in 0 channels
Get PRO
May '21
+242
in 0 channels
Get PRO
April '21
+191
in 0 channels
Get PRO
March '21
+169
in 0 channels
Get PRO
February '21
+200
in 0 channels
Get PRO
January '21
+415
in 0 channels
Get PRO
December '20
+2 722
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
04 September+1
03 September+1
02 September+8
01 September0
Channel Posts
2
https://youtube.com/watch?v=3alx7Pr1w2c&si=9lR5QYqSqxFvMOSW
1
3
Tokkummaa nuuf kenni  yaa Gooftaa yaadan tokko taana (2) Akka Duuka bu'oota keetii sii wajjin jiraanna Akka duuka bu'oota keeti Afuura keen jabaanna     Akka Duungoo baquun Addunyaaf ifanii    Dadhaaba fakkatan osoo humna qabanii     Iyyasuus Gooftaani Mootii moototaati Jechuun Dhugaa bahan hanga du'anitti Qilleensa jabaadhaaf Abidda keessaanii Lallaaban Wangeela obsaan dhabbatanii Hojiin biyya lafaa darbuusaa hubatanii Foonin midhaamanii lubbu jabeessanii         Afuura Gooftaani mudhiin isaani cimee         Beelaaf rakkinnisi homaa itti hin fakkanne      Dhugaaf wareegaman osoo sodaatinii       Jabiina akka kanaa yaa Goofta nuuf kennii Nuti dadhabootaa homaa warra hin beeknee Maqaa keetti amaanne waliitti qabaamnee Yaada mamiif shaakki nurratii fageessi Jecha sagaale keen nuu dhaabii nu ciimsii                  ==•|•== 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa       #Share
1 475
4
Haadha Iccitii koo || ምስጢረኛዬ ነሽ https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ?is=3mvkcX_QAFOimUqG
2 847
5
Eebbisuudhaaf Dn Muluuqan Abiyoot.mp3
4 286
6
Ol baatetti dubroo Maariyaami (×2) Kabajamte ergamootadhaani(×2) Olbaatetti Toomaas yemmuu arge " " Ol samii gubbaatti " " Kafanashe fudhate " " Mallattoodhaaf inni " " Bartootaaf lallabe " " Kaateetti jechuuni " " Bartoonni gammadaan " " Olbahushee arganii " " Akkuma toomaasi " " Argudhaaf hawwani " " Kadhannaadhaaf laguun " " Gooftaa kadhatanii " " Du'aa ka'uu ishee " " Ijaatiin argani " " Yemmuu isheen olbaatee " " Kabaja guddaani " " Ergamoonni marsanii " " Faaruuf ililleeni " " Dubroo Maariyaami " " Kabajamtuu isheeni 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
3 037
7
👏Faaruu waqtii Filsataa👇 Yaa Dubroo x2 deessuu Waaqa Ilmaa/2/ Boqonnaan kee Amajji hagayya awwaalchi kee Kan kee kun addadha du’aa ka’umsi kee Foon kee akka uumamaa yoom argame lafatti Olbahe gara samii teessoo Kiristoositti Foon kee yeroo olbaasan Ergamoonni samii Toomaas osoo deemuu daandii duumessaanii Sabbata kee fuudhee mul’isuuf bartootatti Du’aa ka’umsa kee arguudhaaf jedhanii Isaaniif ibsite Bartootni soomnaanii Awwaalamtee hin hafne lafa kanarratti Samiitti ol baate akkuma Ilma isheettii Arguuf yeroo hawwanii du’aa ka’umsa ishee Kadhannaa baay'eetiin argan olbahuushee Balbala cufannee nutis haa kadhannu Deessuu Waaqayyoorraa eebba akka argannu ✍️#Hiika: Afaan Amaariffaa irraa #Natural voice: Lamessa (Dn)
2 462
8
Maariyaam /ol baate/×2 gara Gannataa /2/ Ergamoonni Gooftaa Gammachuun itti marsanii Ol Baate gara Gannataa/2/ Ililleefi faarsanii haadha Waaqasanii Mirgasaa ni teessi mootittiin jechuuni Ergamoonni Gooftaa Gammachuun marsanii Kabajashee guddaaf isaan faarfatanii Ol baate gara Gannataa Daawwitis faaruusaan yoommu inni faarfatu Baganaan harkasaa sagalee ni laatu Jechi raajotasaa erga bakka ga'e Maariyaam ol ba'uun fedha ilmashee ta'e Olbaate gara Gannataa Maqaankee dammadha qabbana akka Aannanii Nuufis kan kadhattu Abdii ilmaan Addaamii Har'as ta'u bori bara amma baraatti Nu araarsuuf jette kidaanemihireeti Ol Baate Gara Gannataa Ol ba'uu Maaramii nut ni amanna Daandii Abbootarra nuti deddeebina Kanaafis faarfanna akka Abbaa Hiriyaaqosi Ilma kee baattadhu kottu nu eebbisi Ol Baate Gara Gannataa          ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
2 171
9
+2
Ol Baatetti Dn Daani'eel Malkaamuu.mp3
1
10
Abubbisuu Bubbeen Dn Tolinaa Immiruu.mp3
3 430
11
RUFAA'EEL Rufaa'eel si waamna hiikaa gadameessaa Rakkoon yoo hammaates hunduu sitti dheensa Gargaarsa keen koottuu dhiphinaa nu furi Kufnee akkan hafneef ati nu gargaari Rufaa'eel Ergamaa guddicha nagaadhaaf muudame Rufaa'eel Bultoon teessoo keetii warqiin Kan faayame Rufaa'eel Gargaaraa Xoobiti Kan jiraattu Raamaa Rufaa'eel Madaan lubbuu keenyaa si'iin wal'aanama Waraana abiddaa qabachuun sochoota Gaachanni kee ifa qilleensarra adeemta Sillaaseef ergamuun hoomaa keetiin duultee Kadhannaan ol kaafta lubbuu cubbuun kufte Hiikni maqaa keetii waaqayyon fayyisaa Maqaa kee waammanna ija keenya ol kaasaa Marartoon nu ilaalta akka abbummaati Durri keenya ifeera akka bakkalchaatti Qurxummicha guddaa galaanicha raase Aangoon kansaa se'ee isa nu naasise Nurraa cabsiteetta xiyya keen waraante Har'as si waammanna nun ilaaliin calliftee ==•|•== F/taa Yohaannis Gizaachoo
3 568
12
Yaa Arjaa Koo || ቸሩ ሆይ https://youtu.be/dgU-KGnW03w?si=Wx68kdjbfey7LB4o
3 836
13
Tulluu Taabor tti Ifasaa mullise Addunyaa hundumaaf Waaqummaasaa ibse Waaqni keenya Mootiin moototaa Karaan jireenyaa Gooftaan Gooftotaa Tulluu Taaboritti Yeroo mullatee Tulluun Taabori Ifaan guutamte Gooftaa Keenyaa Waaqa Keenyaa Yoo at jaalattee Yoo nuuf heyyamte As jiraachuuni Nuyiif ba’eessa Si wajjin ta’uun Nu gammachiisa Akka jiraannuuf Si wajjin taanee Mana haa ijaarru Tokko si'ifi Eeliyaasifis Tokko museefis At nuuf heyyami Ilma Maariyaami Uumaan jiraattota Kan du'ootasi Kan jiraachisuu Inni ajjeesuus Isa qofadha Iyyesuus Kiristoos Waaqa Eeliyaas Uumaa museedha Isan itti gammadu Kanan jaaladhu Isa dhagahaa Isaan jiraadha Abbaan dhugaa bahee Samii gubbaatii Sagalees erge Kun mucaa kooti Tokkummaaf sadummaa Sirratt mullatee Tulluun Taabori Akkam carroomte Ifni addunyaa Sirratti mullate Addunyaan hundi Ifa argate Waggaadhan nu gahi ilma Maariyaamii/2/ Eegde biyya keenya Nagaadhani... Nu gahi Eegde hunda keenya Banee hafuu irraa Balaa hamaa irraa Eegitoo nu gahi Yaa ilma Maaramii Bara dhufus geenye Jaalalaan wal taane Mana keet argamne Akka si faarfannu Gaabbiin qulqulloofne Mootummaa kee dhaalu Kiristaanonni hundi Cimnee amantiini Kadhannaadhan cimne Jaalalaan dhaabannee Inni nu haa gargaaru Isa wajjin jiraachuuf Nu gahi/3/ nagaadhani ==•|•== Faaruu Buhee 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
5 431
14
Tulluu Taabor ⛓Faaruu Buhee 👇👇Miseensa ta'aa! ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #share
2 845
15
Gammannee bullee /ደስ ብሎን መሽቶ/ Gammannee bullee Gammanne Bari'e/2/ Amma Waan jiruufi Gooftaan nu waliin Gammannee bullee Gammanne Bari'e Waan duuka buuneef Addunyaa gannee Kennaaf nagaasaa baayyisee nu kenne Dambalii ifatee Callise galaanni Nuuf ta’e ulfina jechi waaqayyooni Tulluu Taaboritti Gaara gubbaatti Kabajni Gooftaa Ifee mul’ateeti Gammachuun guute laphee keenyatti Waaq biraa qabnu waaqayyoon alatti Jiidhaan duurfamnee jaalalaan soorranne Ofit nu qabee kabaja nuuf kenne Rakkoon fagaatee dhiphinni hafeera Hundaa kan qabu nu wajjiin jira Gooftaa jala oollee isa dhageenyee Hammeenyi darbee fayyinni duurse Hundaa kan caalu isa qabannee Jaalala saatiin manasaa seenne               ==•|•== F/ttuu Alem-muluu Bulloo Hiikaa: Koo'eel Shawaa 👇👇Xuquun Hordofaa ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa   #Share
1
16
Iyyoolee ni jenna Waaqayyoon Faarsina Ishoo ni gammadna Taaborirratti olbaana Iyyoolee koo... Hoo /4/ Waaqayyo Gooftaa Uumaa Addunyaa Abbaa Dhiifama Abbaa nageenyaa Akka biiftuutti Ife biftisaa Huccuun addaatee Ni calaqqisaa Iyyoolee koo... Hoo /4/ Yaa’iqoob Yohaannis Luba Pheexiros Taabor irratti Kaase Kiristoos Kaleessa shakkan Kan Turun hunduu Icciitii arganii Gammadan hedduu Iyyoolee koo... Hoo /4/ Lukkuun iyyitee Lafti bariitee Dukkanni darbee Birraan bariite Dachee keelloodha Gooftaan uwwise Ilmaan namootaaf Jaalala ibse Ayyaana Waggaa Ayyaantut arga Baga geessanii Hundi keessani Galata isaa Hin dagatinaa Isatu nu gargaare Gaafa rakkinaa Waggaaf bara haaraa/2/ ...Dabali kaa...Dabali...Dabali kaa... Kan har'aan nu geesse Kan borus sit beeka Carraan ilmaan namaa Yaa Waaq sumat beeka Ijoolleen Waaqayyoo Heddu gammanneerra Taabor irratti baanee Ifas arganneerra Waggaa waggaa ga'a Waan gaarii dhaga'a Jaalala qabaadhaa Waan hamaa baqadhaa /2/ Manguddoon eebbisaa Aayyoliin ililchaa /4/ ==•|•==
3 101
17
Faaruu Buhee
2 695
18
Faaruuwwan Ayyaana Buhee Iddoo tokkotti 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
2 888
19
Taabor ifa uffatte Tullun isaa filame taaboritti waaqamaan Iyyasuus mul'ate ifatti Tulluun taabor ifa uffate waaqumaan gooftaa mul'ate ×2 Akka biiftuudha.......hoo Fullii isaa ife Uffanaan gooftaa Nii calaqqisee Muuseef Eliyaas Yoo dubbatani Taaboor guutame Ifa guddanii Armooniyem Taaboor Gooftaan gammada Ulfina isaatiif Ilellee fidaan Faarfaadhu Taaboor Tulluu filamte Uumaa baatterta Atoo carroomte Eliyaas dhufe Bakka jirurra Museen argame Sifaana jira Godoo ijaarrane As jiraannu Goofta gaaridha Sirra adda baanu Abban samiirra Jecha dubbate Icitii dinqii Ifaan mul'ate Isaat natti tola Ilmikoo kana Isa dhagahaa Isatti amanaa Yaiqoop yohaannis Atis pheexiroosi Kan isin file Gooftaa Iyyasuusi Humna isaa argitan Taaborirratti Icitii kana Baatan addatti Waggadhaan nugahi yaa waaq nudhagahii×2 Waggadha waggatti Nudabarsi Yaa goofta...N.D Nagaaf jaalalani Tokkumaa nuufkenni Hamarra nu eegi Diinarra nugolgi Bara hamaa kana Oduu wal waraana Nagaan nuceesisi Eebbaf nutaasiisi Wagaadha waggatti 👇 @Faarfataa
2 830
20
Buhee jedhaa! Buhee jedhaa ×2                      Kiristaanni hunduu  ilil jedhaa                 Gooftaan keenya      Uuman Addunyaa    Waaqni nageenyaa    Garaa laafessa             Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife Yaaiqob yohaannis Akkasumaa pheexiroos    Waaqayyoo argaan  Museef Eliyaas          Abbaniis jedhe            Ilma koo dhagahaa         Jecha koodha Kanan dhaale                             Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keessa ×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuu ife  ×2 Dabrataaboritti      ifni mul'ate               Tullu qulqullu          kangamachiisee      Naga Nagaa            Tullu taaboriif         Ifni waaqumma     sirratti ife               Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa         ×2 Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife ×2 Itophiyaanonni           Seenaa qabeyyi           Aadaa isaanii                 Calaqiisisaan                  Xombora ibsani               Akka abbota isaani         Icitii waan qabuuf           sinaa gammachisuu       Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keesss×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife×2 Bartoota isaatiif        Afuura erge                  Itophiyaannonni    Kennan ishee guute      Buhee jedhaa                Buhee jedhaa                Kiristaannonni             Ilil jedhaa                     Sagalee isaa nidhageenya duumessa ifu keessa ×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife ×2 Waggan Ayyani wagaa dabalatan ayyani wagga dabalatan Mana Abba kenya dabalataan Ebbi Waaqaa yaaseenu  dabalataan Daammifi  Ananii dabalataan Itti nuuf yaa roobuu dabalataan Mana Harmee keenyaa dabalataan Eebbi waaqaa yaa seenuu dabalataan Dammii fi Aananii dabalataa Itti nuuf yaa roobu Ayyani wagaa ×2 Akkuma jirtaniin    sinhin qoodin                Kiristoos Mirgaasaa      sinaa dhaabuu                   Dhaaltuu mootummasaa   Sinaa taasisuu                    Akkuma jirrunii nuhinqoodin                      Kiristoos mirgaasaa                    nuhaa dhaabuu                      Dhaaltuu Mootumaasaa       nuhaa taasisu                        Akuma jiruunii                        Nuhinqoodin                          Kiristoos mirgaasaa             Nuhaa dhaabuu                   Waggaasaas nagaadhan    Nuun haa gahuu                  Qulqullu ergamoota qulqullu tolootaa Eebbi waaqayyo Mana hundaa seenu Mana hundaa×2 Eebbi waaqa yaa seenu          ==•|•== ⛓Faaruu Buhee 👇👇Miseensa ta'aa! ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
2 472